Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya ๐ŸŒปjoin๐ŸŒป godhaa !
Download Telegram
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
#YAHYA_OROMOOโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ
Yaa Oromoo tiyya nama jiruufi jireenya kee kessaatti akka qoree qumuxxoti sii waranuu hunda Rabbii sirraa haa qabuu.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
๐Ÿ‘‰ERGAA SHEEYXAANNI๐Ÿ‘น๐Ÿ‘ฟ HIDHAMEE NAMNI HUNDI JAALALAAN๐Ÿ˜˜๐ŸฅฐNARRAA MARAATE๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€๐Ÿ˜…maliifi sa hhhh๐Ÿคฃ๐Ÿ˜๐Ÿ˜‹๐Ÿ˜œ๐Ÿคช
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ye sew sew gace๐Ÿšดโ€โ™‚๐Ÿ๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿคช

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜ แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜แˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆแАแ‰ข! ๏ทบ ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜
๐Ÿ˜โค๏ธ๐Ÿ˜โค๏ธ๐Ÿ˜โค๏ธ๐Ÿ˜โค๏ธ๐Ÿ˜โค๏ธ

แ‹ญแŠผแŠ• แ‰ปแŠ“แˆ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แ‰ แ‹ฑแˆ‹แฃแ‰ แ‰†แŠ•แŒจแˆซแฃแ‰ แŒˆแŒ€แˆซแŠ“ แ‰ แŠญแˆ‹แˆฝ แŠ แˆตแˆแˆซแˆญแ‰ฐแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒˆแ‰ก แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹ญแ‰ปแˆ แАแ‰ แˆญ๐Ÿ˜‚แฃแŒแŠ• แ‹‹แŠ“แ‹ แแ‰…แˆญ แАแ‹แข๏ธ
.
#แ‰ แ€แ‰ฃแ‹ญแ‰ฐแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰แŠ•แฃ#แŠฅแŠ•แ‹แŠ“แŠ“แฃ#แŠฅแŠ•แˆ›แˆ›แˆญแฃ#แˆแ‰ณ แŠฅแŠ•แ‰ แˆแข
๐ŸคแŠฅแŠฅแŠ•แŠณแŠ• แ‹ฐแˆ…แŠ“ แˆ˜แŒก๐Ÿ‘‹
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹Join us๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹
https://telegram.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
YAA RABBII SIMALEE BILAASH๐Ÿ‘ˆ
โค
Ee ifin bekaa akka #diliin๐Ÿ˜ขtiyyaa hedduu garuu immo #Dilii๐Ÿ˜ขtiyyarra Rahmataaโ˜๏ธkeetitu bal'aadha yaa Ghafuurโค๏ธ

Naman icitti keessa ko itti himuu hin qabuu Yaa Rabbiiiโ˜๏ธsi malee sitti himuu badhulle ati na keessaattii gartaโค๏ธโค๏ธ

#Niiyyaa tenyaa hundaa isituu
nuuf guutii atii yaa mowlanaโค๏ธ
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Forwarded from Bisharo Abdi official
Somanni khutee jira ati maal bu'aa irra bufatte?? Qur'aana hogga meeqa buufte?? Juuza Meeqa qaraate?? Dililee tee ho ararama gafatte??? me bu'aa Maalin irra buufadhe je'ii if gaafadhu Guyya hanga hafe khana Jabaadhu Rassulli kheenya #S_A_W khudhanan booda khana Marxoo isa jabeeyfata Anafi Atiis warra hamma hafe khanarra faaydawu nuhaa godhuu Leeylatul Qadrille nuha qunnamsiisuu

Join_Share
t.me/Suhye_bi
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
‏ุงู„ู„ู‡ู… ุจู„ุบู†ุง ู„ูŠู„ุฉ ุงู„ู‚ุฏุฑ ๐ŸŒ™
Yaa rabii leyalatul qadrii nuu wafaqii ๐Ÿคฒ
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
Yaa Rabbiiโ˜๏ธwarra ibidda๐Ÿ”ฅ jahannam๐Ÿ”ฅjalaa bilisoomsitu keessa nu oolchi!!๐Ÿ˜ข

#AMIIN_YAA_RABBAAL_ALAAMIIN๐Ÿคฒ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
แ‹ซแˆ›แˆ แ‰ แŒฃแˆโ€ผ
=============
ยซแ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แŒญแŠซแŠ” แˆแˆ‰แˆ แ‹ญแˆ˜แˆแŠจแ‰ฐแ‹แข แˆผแˆญ แŠ แ‹ตแˆญแŒ‰แ‰ต!ยป
||
ยซแŠงแˆจ แ‰ แŠ แˆ‹แˆ…! แŠงแˆจ แ‰ แŠ แˆ‹แˆ…โ€ผ แ‰ฐแ‹แŠ!
*
แŠงแˆจ แˆแŒ†แ‰ผ! แŠงแˆจ แˆแŒ†แ‰ผโ€ผยป
แŠฅแ‹ซแˆˆ แ‰ขแˆˆแˆแŠ“แ‰ธแ‹แˆ แŠฅแˆแ‰ข แŠ แˆ‰แ‰ตแข แ‰ แŒพแˆ แŠ แŠ•แŒ€แ‰ฑ แŠฅแ‹ซแАแˆฑ แ‹ญแŒฅแˆ‰แ‰ณแˆแข
แ‹จแŒญแŠซแŠ”แŠ“ แ‹จแŠ แˆจแˆ˜แŠ”แАแ‰ต แŒฅแŒ!
แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆ‹แ‹ญ แŠฅแ‹ซแ‹žแˆฉ แˆณแˆแ‰ฃแŒ… แŠจแˆšแˆธแŒกแ‰ต แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆ˜แŠซแŠจแˆ แŠ แŠ•แ‹ฑ แАแ‹แข แ‰คแ‰ฐแˆฐแ‰กแŠ• แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ตแˆจแ‹ แ‰ แ‹šแˆ… แАแ‹แข

ยซแŠงแˆจ แ‰ แŠ แˆ‹แˆ…!ยป แ‹ญแˆ‹แ‰ธแ‹‹แˆ! แ‹จแŠ” แŠจแˆญแ‰ณแ‰ณ แˆˆแแ‰ถ แŠ แ‹ณแˆช แˆšแˆตแŠชแŠ•! แŠ แˆ‹แˆ…แŠ• แ‹จแˆ›แ‹ญแˆแˆฉ แˆแ‰  แ‹ฐแŠ•แ‹ณแŠ–แ‰ฝ แŠ แŒ‹แŒฅแˆ˜แ‹แ‰ต!
ยซแ‹จแˆ‹แ‰ฅ แŠ แ‹ฐแˆฎแ‰ฝ แ‰€แŠ•ยป แŠฅแ‹ซแˆ‰ แ‰€แŠ• แˆ˜แˆญแŒฆ แŠจแˆ›แŠญแ‰ แˆญ แˆˆแ‹šแˆ… แŠ แ‹ญแАแ‰ฑ แˆšแˆตแŠชแŠ• แˆ›แ‹˜แŠ• แ‹ญแ‰ แˆแŒฃแˆแข

แˆแŒ†แ‰น แˆˆแŒŠแ‹œแ‹ แŠจแŠ แŒ แŒˆแ‰ก แ‰ฃแ‹ญแˆ†แŠ‘แˆ แ‹ญแˆ…แŠ• แ‹ซแ‰ฃแ‰ณแ‰ธแ‹แŠ• แ‹จแ‰ฐแˆ›แ…แŠ– แ‹ตแˆแ… แ‰ แˆฐแˆ™ แŒŠแ‹œ แˆแŠ• แ‹ญแˆฐแˆ›แ‰ธแ‹ แ‹ญแˆ†แŠ• แ‰ แŠ แˆ‹แˆ…?!
*
แ‰ แˆ…แŒ‹แ‹ŠแАแ‰ต แˆฝแ‹แŠ• แ‹จแˆšแˆแŒธแˆ แˆ…แŒˆ แ‹ˆแŒฅแАแ‰ตโ€ผ
แŠฅแАแ‹šแˆ…แˆ แ‰ฅแˆŽ แ‹ฐแˆแ‰ฅ แŠ แˆตแŠจแ‰ฃแˆช!
แˆตแŠ•แ‰ต แŒแ‹™แ แ‹จแŠฎแŠ•แ‰ตแˆฎแ‰ฃแŠ•แ‹ต แŠ แŠ•แ‰€แˆณแ‰ƒแˆฝ แ‰ฃแˆˆแ‰ แ‰ต แ‹ˆแ‰…แ‰ต แˆ…แŒ แ‹จแˆšแŠจแ‰ แˆจแ‹ แ‰ แ‹šแˆ… แ‰ฐแˆซ แˆšแˆตแŠชแŠ• แŒแˆˆแˆฐแ‰ฅ แˆ‹แ‹ญ แАแ‹?!
แˆแŠ• แŠ แ‹ญแАแ‰ต แŒจแŠซแŠ แŠ แŠ•แŒ€แ‰ต แ‰ขแŠ–แˆซแ‰ธแ‹ แАแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆ›แŒธแŠ“แ‰ธแ‹ แ‹จแˆšแ‹ซแ‰ฅแŒ แˆˆแŒฅแˆ‰แ‰ต?!
Really heart touchingโ€ผ Painfulโ€ผ
แ‰ แ‹จแ‰ตแŠ›แ‹แˆ แˆ˜แˆแŠฉ แ‰ตแŠญแŠญแˆ แˆŠแˆ†แŠ• แ‹จแˆ›แ‹ญแ‰ฝแˆ แŠจแˆฐแ‰ฅแ‹“แ‹ŠแАแ‰ต แ‹ซแˆแАแŒˆแŒ  แŒธแ‹ซแ แ‹ตแˆญแŒŠแ‰ต แАแ‹แข
แŠฅแАแ‹šแˆ…แŠ• แŠ แŠซแˆ‹แ‰ต แ‰ฐแŒฃแˆญแ‰ฐแ‹ แˆ˜แ‹ซแ‹ แŠ แˆˆแ‰ฃแ‰ธแ‹แข

แ‰ แ‹šแˆ แŠ แŒ‹แŒฃแˆš แ‹ญแˆ…แŠ• แŒแˆˆแˆฐแ‰ฅ แŠ แˆแˆ‹แˆแŒ‰แ‰ตแŠ“ แ‰ แ‰ฐแ‰ปแˆˆ แˆ˜แŒ แŠ• แ‰ตแŠ•แˆฝ แ‹จแŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ แ‹ตแŒ‹แ แ‹ญแ‹ฐแˆจแŒแˆˆแ‰ตแข
แ‰ แ‰ แŠฉแˆŒ แˆˆแˆ›แˆตแ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆญ แˆแ‰ƒแ‹ฐแŠ› แАแŠแข
แŠ แ‹ตแˆซแˆปแ‹แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแŠ•แˆ แŠ แˆแˆ‹แˆแŒ‰แˆแŠ!
*
ยซแˆผแˆญ แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แŠ แ‹ตแˆซแˆปแ‹แŠ• แŠฅแŠ“แˆแˆ‹แˆแŒˆแ‹! แ‹จแ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆ›แ‰ฝแŠ•แŠ• แŠฅแˆแ‰ฃ แŠฅแŠ•แ‰ แˆต!ยป
||
แˆˆแ‹ญแˆˆแ‰ฑแˆ แ‰€แ‹ตแˆญ
Sadat
แˆˆแ‹ญแˆˆแ‰ฐแˆ แ‰€แ‹ตแˆญ

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Forwarded from Bisharo Abdi official
Yaaddon kee na miidhe...

Torban lamaan dura
Si arguuf dharra'ee
Hamma siin wal arguuf
Qalbiin koo rarra'ee

Galata ilaahii
Kan waliin nu gahee
Anoo siin wal argee
Abbaa carraa tahee

Jaalala keetirraa
Yaaddon natti cimee
Anaa dhufu jedheen
Gammachuun si simee

Siin wal gahuu kootif
Ta'ee abbaa carraa
Si obsuu hin danda'uu
Hin fagaatin narraa

Hiriyoota kan kee
Hunda si caalchisee
Rabbiin si filatee
Kan ol si taasisee

Shahrurramadaani
Yaa shahra raahmataa
Kan keessa banamtuu
Balbalti jaannataa

Kan keessa cufamu
Balbalti azaabaa
Ayyaamamma'duudat
Guyyoota gabaabaa

Yaa shahrurramadaan
Taasa garaa laaftaa
Jaalalaan moo'attee
Hunda qalbii raaftaa

Hunduu siin walgarraan
Jaannata kajeelee
Kan kararraa dabees
Karaatti qajeelee

Kan duraan jallatee
Sheyxaanaf amanee
Meeqa si jaallatee
Ibliisin wal ganee

Kan qalbiin najasaa
Qalbii xahaarsitee
Kan waliin oodullee
Walitti araarsitee

Lafa guutuu ibse
Ifaan kee hanga'ee
Urgaan foolii keetii
Addunyaa wal ga'ee

Qalbii musliimotaa
Kan miiccee micciirtee
Guyyaa muraasatti
Nama hundaa jijjiirtee

Kanaaf na mararta
Kanaaf si jaaladhaa
Sirraa milkaahuudhaf
Rabbii kan koo kadhaa

Musliimota meeqa...

Siin wal arguuf jedhee
Osoo boossu qalbiin
Guyyaan isaa gahee
Kan fudhate rabbiin

Yaa shahrurramadaan
Maaf garaa jabaattaa
Suuta deemi malee
Maalif akkas kaattaa

Si bira osoo jiruu
Si yaadara anii
Har'a meeqa jennaan
Naan jedhan kudhanii

Amanuu dadhabee
Qalbiin kan koo nahee
Osoo lama jedhuu
Eessaa kudhan gahee

Yaaddon kee na miidhe
Anatti jabaatee
Na dhiiftee kophatti
Atoo deemuf kaatee

Hundaaf garaa laafta
Hundaaf kennaa hirtaa
Nu dhiiftee deemuudhaf
Akkas fiigaa jirtaa...???

Osoo tokko hin jedhin
Kunoo kudhan geessee
Anoo jaalalli kee
Qalbii na madeessee
Na dhiiftee deemuudhaf
Akkamiin dandeessee

Gabroottan rabbiitif
Ati bar badhaasaa
Dhaamsa koo dhagahi
Mee sittan hasaasaa

Atoo keessummaadha
Keessoo koo siif himaa
Rabbiin na haa tolchuu
Anallee kaatimaa

Gaaf guyyaa qiyaamaa
Mee ragaa naaf ba'ii
Jaannata akka seenuf
Sababa naaf ta'ii

Lakkaa'amee hin dhumu
Anoo badiin kiyyaa
Irkoo biraa hin qabuu
Rahmaan sumatti iyyaa
Ammas fuulduratti
Danuu qaba niyyaa

Niyyaa koos naaf guuti
Badii koos naaf dhiisii
Jaannatal firdoowdin
Mee na gammachiisii

Rakkoo baay'ee qaba
Keesson koo madaadhaa
Keessa koos argitaa
Sumatuu ragaadhaa

Rahmaan na milkeessi
Yaada koos naaf guutii
Osoo naaf hin darbin
Na hin fudhatin duutii

Yaa arahmarrahimiin
Hundaa sitti himadhee
Shahrurramadaanin
Gammachuun simadhee

Atoo na taasisi
Nama irraa milkaa'uu
Jaannata bareedaa
Lagni jala yaa'uu

Ati na badhaasi
Yaa mootii aalamaa
Atoo na milkeessi
Milkaa'un haajamaa

Osoo hin milkaa'in
Yoo baane gargarii
Isa bara dhufuu
Maaltu beeka tarii

Yaa jamaa musliimaa
Waa isiniif himaa
Yeroo hafte tanaan
Ibaadatti cimaa

Kan qoosan dabarsan
Warra abaaramuu
Rahmaan nu taasisi
Warra baraaramuu

Waanta fuuldura kee
Kan beeku rabbumaa
Siif ta'uu danda'aa
Ramadaana dhumaa

Ibaadatti cimaa
Du'aayii jabeessaa
Warra baraaramu
Kurnan boodaa keessaa

Rabbiin nu haa godhuun
Dhamsa koo dhumaatii
Halkan milkiin isaa
Kan baatii kumaatii

Nu haa Badhaasu kaa
Mootin dachiif samii
Badhaasni gabrootaf
Kana caalu kamii..?

Gabaasuudhaf ture
Dura kan koo yaannii
Tasa osoo hin beekin
Naan lixe galaannii

Bishaan daakee hin toluu
Rabbuma koo kadhee
Bahaarirraa maankan
Bichuu habbuuqadhee

Yaadaan osoo fiiguu
Akka abidda saafaa
Daakee qaxxamuruuf
Humni kan koo laafaa

Damma osoo mi'aawu
Yoo dhume dhiisanii
Du'aayii naaf kadhaa
Xumureera anii.......


Please Join_Share๐Ÿ‘‡
http://t.me/Suhye_bi
#Subhaanallaah

#Dubartii_ijoollee_sagal_lakkuu_deesse
Guyyaa kaleessaa/Tuesday #morocco keessatti dubartiin takka umriin ishee waggaa 25 tan taate maqaan ishee "#Haliimaa_siissee tan jedhamtu erga ogeeyyiin fayyaa daa'imman torba garaa keessaa qabdi jedhanii booda ijoollee sagal lakkuu deesse argamte jedhan.
Ministeerri fayyaa #maalii akka gaabaastetti, "ijoolleen kunneen shan dubra yoo ta'an, afur immoo dhiira, hunduu fayyaa guutuudhaan jiraachaa jiru" jette.
Ijoolleen sagala lakkuu dhalachuun baayโ€™ee nama dinqisiisa, garuu hujiin Rabbii keennaa yeroo kamuu sammuu namaa akkaan dadhabsiisaa.
ู…ุง ูุนู„ ุงู„ุฌู„ูŠู„ ูู‡ูˆ ุฌู…ูŠู„.
Maddi
Aljaziiraa
Join๐Ÿ‘‡

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐Ÿ’˜Namnii Hadha๐Ÿ˜ขQabdu Rabbiiโ˜๏ธUmrii isii sif ha dheressuโค๐Ÿ‘ŒAMIIIN Ya Allahโ˜๏ธ

๐Ÿ˜ญ๐Ÿ’”Warri Qabne๐Ÿ˜ญImmo Rabbiiโ˜๏ธJanatan Sif Ha Qananisu......โœ Amiiin ๐Ÿคฒ๐Ÿ™

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Hojii Boonsaa akka Afrikaa Qofa Osoo Hin Addunyatti Dorgomaa taatu qabannee dhufaa Jirra Isinis Du'aan Nun Dagatinaa !!

As wr wb Kabajamtoota Obboleeyyan Kiyya Qaqqaalii Nageenyi keessan akkami,
Ramadaan Waliin ?

Yeroo Callisnuu Akkanumaan Miti. preojectkii Haaraya Qulqullina Isaa Eeggate Kan akka Afriikkatti mitii Addunyaattuu Dorgomaa tahu Hojii Haarayaan Dhufaa Jirra.

Songs Sound ๐ŸŽต: Muaz Mohammed
&
Robsan Mohammed
Mix & Mastering: Eluna Studio
Producer: Nuun Studio
Cosmotics : Star Barber
Script : Salah Mohammed
Director: Abdulaziz Shafi


Special Thanks
โ— First of all Allah Swt. then....
~ Family Docors
~ Dechas Electronics
~ Yigezu_Lijoch Hotel ๐Ÿจ
~ Munshid Salah Mohammed
~ Obsa Sule