Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Muka waanni boochisu😭mukuma qottoπŸͺ“jiru kana
Oromoo waanni boochisu...............? Isinummaan itti guuta😒
Galatoomi Obboleessaa kheenya Dirqama sirra jiruu baate sagaale nuf taate
Ψ¬Ψ²Ψ§Ωƒ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ†Ψ§ Ψ¬ΩŠΨ±Ψ§πŸ™
Yaa Rabbii Obbolleyyaan kheenya kan wallootif birmadhu😒😒😒


JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
#SEENAA_QAARUUN .....
πŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•Š
#Kutaa_1ffaa...
🧨🧨🧨🧨🧨🧨🧨🧨
Ψ¨Ψ³Ω… Ψ§Ω„Ω„Ω‡ Ψ§Ω„Ψ±Ψ­Ω…Ω† Ψ§Ω„Ψ±Ψ­ΩŠΩ… Ψ§Ω„Ψ­Ω…Ψ― Ω„Ω„Ω‡ Ψ±Ψ¨ Ψ§Ω„ΨΉΨ§Ω„Ω…ΩŠΩ† ΩˆΨ§Ω„Ψ΅Ω„Ψ§Ψ© ΩˆΨ§Ω„Ψ³Ω„Ψ§Ω… ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ’Ω„Ω‡ ΩˆΨ΅Ψ­Ψ¨Ω‡ Ψ§Ψ¬Ω…ΨΉΩŠΩ†
🌹Qissaa ykn seenaa nama qabeenya isaatiin boonee ykn jallatee daangaa darbe laalla Innis seenaa qaaruniiii....
🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨
Qaaruun eenyu?

🧨qaarun banii israa'il irraayyi inni akka seenaan tokko tokko dubbatutti inni ilma adeera ykn wasiila nabi muusaati

🧨qaaruun kanaa Rabbiin qabeenya guddaa kenneef haalaan jiruu isaa balliseef

🧨inumaayyuu qabeenyi isaa heddummaatee

🧨hanga sanduqa(Kaaznaa) maallaqa isaa bakka kaa'u dhabu gahutti..
🧨saanduqnni maallaqa isaa qabeenya isaatiin Ciinqamtee dhiphatte waan isii keessa jiru qabachuuu dadhabdee

🧨 qabeenyi isaa Goonkumaa hin lakkaa'u haguma isaatuu hin beeku..
🧨inumaayyuu furtuu....
πŸ—πŸ”‘πŸ”qulfii magaazina qabeenya isaa namoonni Gurguddaan... akka ulamaa'onni tafsiira suuratul qasas keessatti jedhanitti qulfii ykn furtuu magaazina isaa namoota jajjaboo 40 ykn gaangee afurttamattuu ni ulfaata. danda'anii hin baatan..

🧨 hubadhu wanni kun furtuu ykn qulfii magaazina isaa qofaa..
🧨qaaruun kun zamana isaa Sana keessatti jireenya gaarii wahii jiraataa ture

🧨Qaaruun huccuu boonaaf tolu kan ittiin kooran uffatu malee...uummatatti gadin bahu

🧨huccuu qaalii ajaaibaa kan qalbii namaa hawattu uffatee namootatti gad-baha..
🧨 ammas qaaruun yeroo wal-ga'iin faatii jiru uffannaa babbareedaan..
of babbareechee boonaa (kooraa) gara uummataa deemaa.

🧨qaaruun fooqii gurgguddaa keessa malee hin taa'u...
🧨akkasumas waan gaggaarii lubbuun isaa jaallattu ofiin jaallata.. qaaruun gabroota hedduu of kaddamssiisa

🧨Qaaruun jireenya duuniyaa dhumttuu kanaan boona akka waan duuniyaa kana irraa hin duuneetti ilma namaa hunda ofii gaditti laala.
🧨haa ta'u malee qaaruun kun qabeenya isaa guddaa kanarratti rabbiin faarsee ykn yaadatee hin beeku inni nama faaruu ykn Galata rabbii hin beeynedha

🧨qaaruun kun:-
Qabeenya isaa guddaa saniin dhaadata.waan Rabbiin isaaf kenne kanaaf uummata isaatti boona..
🧨 inuma sadarkaa namaatti of hin laalu.. malaayikaa of godhuu fedha....
🧨ammas qabeenya hedduu kan Rabbiin isaaf kenne .. garaa garaa.faayolee adda addaa kanniiniin...
🧨 gabroottan Rabbii harka qalleeyyii ta'an irratti of jejaa...
🧨boodaa ummannii haala isaa kana jibbanii..
πŸ•ŠErgasii sheekkonni warreen rabbitti amanan qaaruun kana ofitti waamanii isa gorssan.
🧨yaa qaaruun dhiis haalli akkasii kun gaarii mitii dachii rabbii balloo kana keessatti waan fokkataa dalagddee dachii hin balleessiniiti ammas boona isaa kana faa irraa isaa dhorkan

🧨 waan rabbiin siif kenne kana irraas warreen waa hin qabnneef laadhu kennadhu jedhaniin.
🧨Rabbiin warreen boonanii fi kooran mara isaaniituu hin jaallatuu akkuma rabbiin qabeenya gaarii kana siif kennetti atis ilmma namaatiif gaarii ooli jedhanin

🧨garuu qaaruunin deebiin isaa waan yaachisaadha..deebii fokkisaa deebiseef deebii nama boonaa ta'ee akkas jedheetu deebiseef ani qabeenya kana kanin arggachuu dandda'e tola Rabbii osoo hin taane qabeenyuma kanatu anaaf malti anatu dalagatee argate akkaataa waa ittiin dalaganin beeka kanaaf qabeenyi koo akkasitti wal horttee guddattee jedheen...

🧨Seenaan qaaruun kun seenaa dheeraa waan ta'eef kutaa 2ffaan fedha rabbiitiin itti fufa isini ammoo dubbisuu hin hifatinaa inshaa allaah asirraa kaaseen barreessa....
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
#kutaa 2ffaan itti fufaa...
🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨


MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Gaaffii taana irratti hirmadhaa jzk🌴

Jiini keessa jiru kun jia. Maali ?

🍎Sha3abaan

πŸ‡Ramadaana

πŸ₯­rajaba

πŸ†shawwaal
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
GAAFFII TANA IRRATTII HIRMADHA JZK🌴

RABBIIN EeSSA JIRA ?

πŸ‘Bakka hunda

πŸ‘ŒArshiirra

☝️Hin beekkamu

πŸ‘ŽDeebii hin qabu
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Gaafii tana irrattii hirmaadha jzkeyran🌴

Haati manaa Ergamaa Rabbii (saw) Tan Erga Ishiin duutellee Ergamaan Rabbii Ishii Yaadatee dhaadu Tami ?

πŸ₯ŽKhadiijaa

⚽️Aa'ishaa

🎱zeynabaa

πŸ€Deebiin hin jiru
#SEENAA_QAARUUN...
πŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•Š
#kutaa_2ffaa...
🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨
fedha rabbiitiin bakka kaleessa itti dhaabe irraa itti fufuuf barreessuu eegale inshaa allaah isinillee dubbisttanii waa irraa akka hubattan abdiin qaba
🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨
Eega warreen sheekotaa isatti da'awaa godhaniin booda jarris akka qaaruun gorsa isaanii hin fudhanne irraa hubatan

🧨qaaruun yeroo jarri lakkii yaa qaaruun qabeenya keetiin hin boonin jedhanii isaa gorsan inni gorsa isaanii gurrattuu qicatuu hin feene .
🧨qaarun itti fakkaatee qabeenya kana beekumssa isaatiin Waan arggate ykn fedhuma isaatiin waan qabeenyi kun itti jigde fa'aa seha.

inumaayyu qaruun akka yaada isaatti rabbiin waan na jaallatuuf qabeenya lakkoofssa hin qabne kana naaf kenne seha. warreen kaan ammoo hin jaallatu kanaaf itti dhiphise seha

🧨akkas jechuunis ni dubbatama gaafa nabi Muusaa irratti waajibummaan zakaa buufamttu zakaa jechuun qulqqulina qabeenya keetii jechuudha. qabeenyi kee yoo waajiba zakaa gahe haqa rabbii keessaa baasttee qabeenya kee xahaarratta ykn halaal godhatta jechuudha. gaafa kitaaba nabi Muusaa keessatti dirqama godhamu warreen nabiyyummaa muusaatti amanan akkasuma rabbiin tokkichoomsan
🧨 waan nabi muusaan kitaaba San keessatti dirqama isaanirratti godhame eega isaanitti himeen booda sheekkotiin sunis waan baratan San qaaruunitti himuuf dhaqaniitu yaa qaaruun haalli akkasii kun gaarii mitii hin booniniitii qabeenya rabbiin siif kenne kanarraas kennadhu jedhaniin
🧨 ammas nabi muusaan qaaruuniin akkas jedheen aayata rabbiitiin isa gorsaa rabbiin sodaadhu jedhaniin haqa Rabbiin isa irraa qabus itti himuun haqni rabbiin sirraa qabu sun
🧨diinaara kuma tokko irraa diinaara tokko zakaaf kennadhu
jedhaniin....
🌹qaaruun waan inni yaade laalaa.... waan nabi muusaan tarttiibaan itti himu kana zakaa irraa haalaan jabeessee...

🧨Isa lubbuun isaa kun baddee waan hamtuu yaadee. muusaan qabeenya koo narraa qooddachuu heda jedhee..itti fakkaate... nabi muusaattis kafaree waan nabi muusaan ittiin ergame hunddattuu kafare muusaan ofiif walitti qabatuuf deema jedhee....

🌹qaaruun taa'ee mala baasuu eegale
πŸ•ŠAmma mala ajaaibaa qopheefatee akka isaatti..
πŸ•ŠNamoota isatti siqan ykn boodii gaardi isaa hunda waamee. akkasuma namoota isa jala deeman hunda yaamee

🧨wal-ga'ii keessaa ol-ka'ee qaaruun akkas jechuun dubbachuu eegale muusaan waa hedduutti isin ajejaa jira qabeenya keessan keessaa zakaa baasaa akkasuma rabbiin qofa gabbaraa mukaaf citaa takkallee hin waammatinaa jechuun qabeenya keessan walitti qabachuuf deemaa akkamitti ajeja isaa fudhattan ? isaanin jedhee.

πŸ•Šinni sobee amma qabeenya keessan isinirraa fudhachuuf deema jechuun. deddeebisee haasawuu eegale.Eegasii jechi qaaruun kun uummata Sana dhugaa itti fakkaatee ee qaaruun dhugaa keetii

🧨waan feetetti nu ajejuu danddeessa si jela deemnaa jedhaniin qaaruunin

🧨wanni ani itti isin ajejuu barbaadu..intalaa takkattu tan haalaan bareeddutu jirtti dhaqaa isii naa fidaa jedheen.

🧨isheedhaaf maallaqa hedduu kennaafii akkas jedhaanii muusaan zinaa natti godhuu fedhaa jira jettee haa dubbattuu jedhaanii jedheen ...

🧨hamttuu isaan nabi muusaatti yaadan irraa Rabbiin tikfamnna.boodaa ergamtoonni qaaruun gara mucayyoo San deemanii warqii xaasaa tokko guutanii kan kuta kutaa warqee xaasaa ykn qalasa tokko guutanii geessaniif .Ergasii mucayyoodhaan akkas jedhaniin qaaruun akka atti ragaa sobaa baatuuf qabeenya guddaa kana siif kenne.Akka atii dhaqxee muusaan zinaa natti godhe jettee. uummata dura dhaabattee ragaa baata qabeenyi amms siif dabalama jedhaniin......

Kutaa 3ffaan itti fufa inshaa allaah hayyama rabbiitiin
🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨

MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
αˆ¨αˆ±αˆγ€Šαˆ°α‹α‹ˆγ€‹αŠ¨αˆšαˆ΅α‰Άα‰»α‰Έα‹ α‹αˆ΅αŒ₯ αˆαˆœα‹­αˆ« α‰₯αˆˆα‹ α‹¨αˆšαŒ αˆ©α‰΅ αˆ›αŠ•αŠ• αŠα‰ αˆ­ ?

πŸ–€αˆ°α‹α‹³αŠ₯

πŸ’™αŠ¨α‹΅αŒƒ

❀️ኣኒሻ

πŸ’šα‹˜α‹­αŠα‰₯
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Gaafii tana irratti hirmaadha jzk🌴

Suuraa Qur'aanaa keessa yoo isii qara'an (#jallataa "Al-masiih Al-dajjaal") irraa nama tiksitu suuraa kami ?

❀️Mariyam

πŸ–€Al-hajj

πŸ’šAl-kahfi

πŸ’œAl-fathi
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Gaafii tana irrattii hirmadha jzkeyran🌴

Baatii Ramadaanaa Keessa...?


🍎Hulaan jannataa ni banamti

🍏Hulaan azaabaa ni cufamti

πŸ‘ΉSheeyxaanni ni hidhama

πŸ‡Hunduu deebiidha
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Salaanni munaafiqoota irratti Ulfaatu salaata Kami ?

πŸ‘Ishaa'ii

πŸ‘‡Zuhurii

πŸ‘ŽAsrii

πŸ‘ŒSubhii

☝️Maghriib
Walgahii gumii dhimma islaamaa Akkuma dhorkametti jira.
Warra hayyoota keenya. Ulamoota Biyyattiin qabdu xiqqeessu Rabbiin firouna xiqqeesse Jara ha xiqqeessu.

MAHER ZAIN ☞ Official


JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
αˆ‹αˆαˆ…αŠ• α‹αˆ°α‹΅πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
So funny πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ‘‡
HIJAABNII miidhagina faaya dubarttii islaamaati

JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
αŒ₯ፍαŒ₯αŠ“ α‰†αˆ«αŒ­ α‹¨αˆ†αŠα‹αŠ• γ€Šαˆžα‰΅γ€‹αŠ α‰₯α‹α‰³α‰½αˆ αŠ α‹αˆ±α‰΅ #ረሱል
γ€ŠπŸ’œαˆ°πŸ’œα‹πŸ’œα‹ˆπŸ’œγ€‹
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Namni Salaamtaa Guutuu Namaan Je.e Sawaaba Meeqa Qaba ?

🌴Kudhan (1O)

🌷Digdama (2O)

πŸ’Afurtama (4O)

πŸ₯€Soddoma (3O)
#SEENAA_QAARUUN.....
πŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•Š
#KUTAA 3FFAA..
🧨🌹🧨🌹🌹🧨🌹🧨

Hayyama rabbiitiin kutaa 3ffaa qabadhee dhihaadheera
Μ…Μ…Ψ¨Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ψ³Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω… Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‡ Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ±Μ…Μ…Ψ­Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω…Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω† Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ±Μ…Μ…Ψ­Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…ΩŠΩ…
Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ψ³Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ§Ω… Μ…Μ…ΨΉΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…ΩŠΩƒΩ… ΩˆΨ±Μ…Μ…Ψ­Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω…Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ© Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‡ Μ…Μ…ΨͺΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…ΨΉΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‰ ΩˆΜ…Μ…Ψ¨Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ±ΩƒΨ§Μ…Μ…ΨͺΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‡
Bakka qaraa itti dhaabnne irraa eegalla...
πŸ§¨πŸ•ŠπŸ§¨πŸ•ŠπŸ§¨πŸ•ŠπŸ§¨πŸ•ŠπŸ§¨
🌹 eega qaaruun mucatti sanaaf warqii xaasaa tokko ergeefi booda inttalli sun ragaa sobaa ykn akka nabi Muussaa maqaa xureessituuf qopheeffamttee boodaa...Akkas jedhaniin....
🌹 guyyaa akkasii dhufttee ragaa sobaa kana nuuf baata eega jedhaniin booda qaaruun kun dallanssuun Rabbii guddaa isarra haa jiraatuu gara nabi Muusaatti dhufee.... guyyaan baallama isaanii sun dhihaateen boodaa.
πŸ•Šgubbaan nama nabi Muussaa jaalaatuu fakkaatee jaalala nabi Muusaa afaaniin mullifateenabi Muusaatti dhufee akkas jedheen...

🧨yaa Muusaa bar uummanni kee akka ati da'awaa itti gootee gaariitti isaan ajejjuuf walitti qabamanii si eegaa jiranii kottu gara isaanii deemnaa jedheen qaaruuniin kun.....

🌹nabi muusaan nageenyi rabbii isaan irra haa jiraatu gara uummataatti gad bahanii akkas jedhan...
🧨dhagahaa yaa ilmaan namaadhaa...hattuu irraa harka murra. amantaan keenya shiftaa waa namaa saamu harka isaa irraa muruutti nu ajejaa.
πŸ•Š ammoo nama zinaa godhu yoo shabaaba nama fuudhee hin jirre tahe ni tumamaa akkasitti hukmmii rabbiitiin haddii irra dhaabna
🌹yoo nama fuudhee tahee zinaa godhu argine haga inni du'utti dhakaadhaan cafaqnaa jedhanii da'awaa isaanii eegalan...
🧨Qaaruuniin Abaaramaan kun taa'ee dhaggeeffataa jira .

πŸ•Šqaaruun....
Akkas jedheen ..yaa Muusaa yoo ati zinaa goote hoo akkam si goona? Jedheen
πŸ’‘πŸ’‘πŸ’‘πŸ’‘πŸ’‘πŸ’‘πŸ’‘πŸ’‘
😭nabi muusaan rifatanii aboo Sherrii ati natti yaadde kana irraa rabbiitti sirraa maganffadhaa an salphina akkasii dalaguu dhiisiitii ittiyyuu hin dhihaadhu jedhaniin nabii muussaan..

🌹Boodaa qaaruunin jallaan kun akkas jedhe... yaa Muusaa ilmaan israa'il akkas siin jedhaa jiru ati inttaloo sarbataa jedhamttutti zinaa gootee jirta kunoo mucayyoonis ragaa sirratti bahuuf as jirttii akkamitti an zinaa hin godhu jetta jedheen... qaaruun jallaan kun...

🧨Ergasii nabi muusaan Intala Sana naaf waamaa jedhaniin
πŸ•Š Ergasii Intala Sana fidanii dhufan..... nabi muusaan inttaloo sanaan akkas jedhan

🌹Yaa mucayyoo rabbii bahara dachii keessaa dhoosee baaseen.. ammas kitaaba tawuraat buuseen kakadhu dhugaa dubbadhu an dhuguman
akka qaaruun jedhu kana zinaa sitti godhee jedheen??...،

🌹Ergasii Rabbiin soba nabi muusaa irra kaa'amaa jiru kana dirreetti baasuuf jecha inttaloon sun toowbattee lakkii nabi muusaan zinaa natti hin goonee sobanii akks jedhi naan jedhanii jettee ragaa baate.

🧨yaa nabi Muusaa bar qaaruuntu gubboo naaf kennee akka Ani gubboo sanaan ragaa sobaa sirratti bahuuf as na fidee akka ati zinaa natti goote jedhee cubbuu sirra kaa'uuf na fidanii jetteen...kan kana hundda dalage qaaruuni jetteen...

🌹Ajab dubbiin rabbii nama ajaaiba ragaa Muusaa irratti bahuu dhayxee jaruma irratti Ragaa baate

، ̅̅ف̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅س̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅ج̅̅ـ̅̅ـ̅̅د Μ…Μ…Ω…Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…ΩˆΜ…Μ…Ψ³Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‰ Μ…Μ…ΨΉΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…ΩŠΩ‡ Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ψ³Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ§Ω…

🧨Ergasii nabi muussaan gammachuudhaan rabbiif sujuudan eega sujuudanii ka'aniin booda.....
🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹
Kutaa 4ffaan itti fufa inshaa Allaah obssaan na eeggadhaa
πŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•Š


MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
As wr wb jaallowwaan khiya channel you tube #eid_abduselam jala senatti na dorgomsisa #MAHER AHMED jechun sagale naf taha jzkeyran🌴😍😍
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
πŸŒ™α‹­α‰…αˆ­α‰³πŸŒ™

JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼