Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Watch "Nama Hamttuu sitti Dalagee Toltuu itti Dalagii !!!" on YouTube
https://youtu.be/JsUJ512OF-U
https://youtu.be/JsUJ512OF-U
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Jaalaltiโค๏ธGowwaa nama gooti.
Ta Rasuulaaโค๏ธgaruu (saw) #Goota Nama gooti.
#ุฃุญุจู_ูุงุฑุณูู_ุงููู...
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ

Forwarded from MAHER AHMEDโ Official via @like
๐Feta๐belubat๐wedoche๐
Sew nesh wey gerami yeslk prank ๐๐๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ twedutalachihu ๐๐
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
Sew nesh wey gerami yeslk prank ๐๐๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ twedutalachihu ๐๐
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Watch "Aruuza munshid Fahmii Nashiidaa Ajaa'iba Habiibti isaatif Baase ๐" on YouTube
https://youtu.be/MHpcOwDn8mk
https://youtu.be/MHpcOwDn8mk
YouTube
Aruuza munshid Fahmii Nashiidaa Ajaa'iba Habiibti isaatif Baase ๐
Vidiyoolee Akkana fi kankana fakkatanDaleeyine isinif qopheessuf You Tube keenyaa subscribe godhun nu jajjabbessa
Like. Share. Subscribe๐ godhun nu cinaa dhaabbadha
Like. Share. Subscribe๐ godhun nu cinaa dhaabbadha
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Imimmaan๐ญnama miidhamee, bishaan๐sitti hin fakkaatin. Gaafa tokko (Beenzila) tahee ibidda๐ฅsitti qabsiisuuf taa'a!
Duniyatti qalbii tee tasgabbii dhoorga, Aakiratti qabrii tee Jahannamii๐ฅfi gaabbiin guutuuf taa'a!
-Lafa hin baddu Wallaahi!๐ญ
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
Duniyatti qalbii tee tasgabbii dhoorga, Aakiratti qabrii tee Jahannamii๐ฅfi gaabbiin guutuuf taa'a!
-Lafa hin baddu Wallaahi!๐ญ
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Reeffa obboloota Keenyaa Ilaalaa Kunoo bifa kanaan bakkatti Rashanaman.
Yaman sana'aa!
Uffee
Nama gaddisiisa!
Rabbiin rahmata isaanif ha godhu.
Ummata Oromoo hundaaf rabbiin Jajjabina haa kennuuf jenna
๐ฅบ๐ฅบ๐ฅบ๐๐ฅบ๐ฅบ๐ฅบ๐ฅบ๐ฅบ
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
Yaman sana'aa!
Uffee
Nama gaddisiisa!
Rabbiin rahmata isaanif ha godhu.
Ummata Oromoo hundaaf rabbiin Jajjabina haa kennuuf jenna
๐ฅบ๐ฅบ๐ฅบ๐๐ฅบ๐ฅบ๐ฅบ๐ฅบ๐ฅบ
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official via @like
๐๐ แญแ
แญแณ๐๐
แฅแ แจแแณแ แจแแตแจแฑ แ แแต แญแ แญแณ แแแ แจแ 1แ แแแ แฅแแแแแ
แก
แก
แญแ แญแณ แ แแแ แ แแ แฃแแแแ แซแตแแจแแฉแ แฝแ
แญแ แญแณ แ แแแ แ แแ แฃแแแแ แซแแแ แฝแ
แญแ แญแณ แ แ แแญแแซแต แตแแฝแ แฅแถแ แซแแฐแตแฉแ แน
แจแแณแแแแ แจแแณแแแแ แแแฝแแแ แญแแ แ แแ แซแแ แฃแฝแ แ แแ แจแ แ แแต แซแจแฉแตแ แฐแแ แแแฐแญแแ แจแแค แญแ แญ Awfu แฅแแตแตแแ แฅแ แญแแฝแแ แแ แแแฝแแ แ แแฃแน แญแ แญ แณแตแ แฅแแณแณแแ

แจแแทแ แแ แขแแฃแฉ แฐแซแแ แฐแ
แแฑ แแฑ แจแแแแ แแแโ
แแแแแ ๐ แ แแแแแแ๐
แแแแแ ๐ แ แแแแแแ๐
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Nashiida Aruuza Haaraya #Mahir_fi_Abdusalam saahiba isaani Aruusticha #Fahmiif Baasan sa'a muraasa booda #Fenan_Tube irratti nu eegadha isinin janna. #Share #Like godhun nu cinaa kach ja'a
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Watch "#New_Weeding_Nashiida_2021 #By_Maher_&_Abdusalaam Nashiida Aruuza Haarawa 2013๐" on YouTube
https://youtu.be/2Yog4p26LB8
https://youtu.be/2Yog4p26LB8
YouTube
#New_Weeding_Nashiida_2021 #By_Maher_&_Abdusalaam Nashiida Aruuza Haarawa 2013๐
Nashiidaa fi Diraama Addaa addaa akkasuma gorsoota fi Seenaalee garagaraa Arkachuf channels kheenya #Subscribe godhun nu cinaa dhaqabadha
Subscribe. Like. Share
Subscribe. Like. Share
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Yaa Raabii..Haajaa teennaa cufaa siin gayannee atiii nuuf awwadhumee..Harkaa keennaa kan maasetan bade kana nun laalini YAA RABBII YAA ALLAAH
๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official via @like
Muka waanni boochisu๐ญmukuma qotto๐ชjiru kana
Oromoo waanni boochisu...............? Isinummaan itti guuta๐ข
Oromoo waanni boochisu...............? Isinummaan itti guuta๐ข
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Galatoomi Obboleessaa kheenya Dirqama sirra jiruu baate sagaale nuf taate
ุฌุฒุงู ุงููู ุนูุง ุฌูุฑุง๐
Yaa Rabbii Obbolleyyaan kheenya kan wallootif birmadhu๐ข๐ข๐ข
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
ุฌุฒุงู ุงููู ุนูุง ุฌูุฑุง๐
Yaa Rabbii Obbolleyyaan kheenya kan wallootif birmadhu๐ข๐ข๐ข
JOIN๐๐
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
๐ผ @Maherzain123 ๐ผ
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
#SEENAA_QAARUUN .....
๐๐๐๐๐๐๐
#Kutaa_1ffaa...
๐งจ๐งจ๐งจ๐งจ๐งจ๐งจ๐งจ๐งจ
ุจุณู ุงููู ุงูุฑุญู ู ุงูุฑุญูู ุงูุญู ุฏ ููู ุฑุจ ุงูุนุงูู ูู ูุงูุตูุงุฉ ูุงูุณูุงู ุนููู ูุขูู ูุตุญุจู ุงุฌู ุนูู
๐นQissaa ykn seenaa nama qabeenya isaatiin boonee ykn jallatee daangaa darbe laalla Innis seenaa qaaruniiii....
๐น๐งจ๐น๐งจ๐น๐งจ๐น๐งจ
Qaaruun eenyu?
๐งจqaarun banii israa'il irraayyi inni akka seenaan tokko tokko dubbatutti inni ilma adeera ykn wasiila nabi muusaati
๐งจqaaruun kanaa Rabbiin qabeenya guddaa kenneef haalaan jiruu isaa balliseef
๐งจinumaayyuu qabeenyi isaa heddummaatee
๐งจhanga sanduqa(Kaaznaa) maallaqa isaa bakka kaa'u dhabu gahutti..
๐งจsaanduqnni maallaqa isaa qabeenya isaatiin Ciinqamtee dhiphatte waan isii keessa jiru qabachuuu dadhabdee
๐งจ qabeenyi isaa Goonkumaa hin lakkaa'u haguma isaatuu hin beeku..
๐งจinumaayyuu furtuu....
๐๐๐qulfii magaazina qabeenya isaa namoonni Gurguddaan... akka ulamaa'onni tafsiira suuratul qasas keessatti jedhanitti qulfii ykn furtuu magaazina isaa namoota jajjaboo 40 ykn gaangee afurttamattuu ni ulfaata. danda'anii hin baatan..
๐งจ hubadhu wanni kun furtuu ykn qulfii magaazina isaa qofaa..
๐งจqaaruun kun zamana isaa Sana keessatti jireenya gaarii wahii jiraataa ture
๐งจQaaruun huccuu boonaaf tolu kan ittiin kooran uffatu malee...uummatatti gadin bahu
๐งจhuccuu qaalii ajaaibaa kan qalbii namaa hawattu uffatee namootatti gad-baha..
๐งจ ammas qaaruun yeroo wal-ga'iin faatii jiru uffannaa babbareedaan..
of babbareechee boonaa (kooraa) gara uummataa deemaa.
๐งจqaaruun fooqii gurgguddaa keessa malee hin taa'u...
๐งจakkasumas waan gaggaarii lubbuun isaa jaallattu ofiin jaallata.. qaaruun gabroota hedduu of kaddamssiisa
๐งจQaaruun jireenya duuniyaa dhumttuu kanaan boona akka waan duuniyaa kana irraa hin duuneetti ilma namaa hunda ofii gaditti laala.
๐งจhaa ta'u malee qaaruun kun qabeenya isaa guddaa kanarratti rabbiin faarsee ykn yaadatee hin beeku inni nama faaruu ykn Galata rabbii hin beeynedha
๐งจqaaruun kun:-
Qabeenya isaa guddaa saniin dhaadata.waan Rabbiin isaaf kenne kanaaf uummata isaatti boona..
๐งจ inuma sadarkaa namaatti of hin laalu.. malaayikaa of godhuu fedha....
๐งจammas qabeenya hedduu kan Rabbiin isaaf kenne .. garaa garaa.faayolee adda addaa kanniiniin...
๐งจ gabroottan Rabbii harka qalleeyyii ta'an irratti of jejaa...
๐งจboodaa ummannii haala isaa kana jibbanii..
๐Ergasii sheekkonni warreen rabbitti amanan qaaruun kana ofitti waamanii isa gorssan.
๐งจyaa qaaruun dhiis haalli akkasii kun gaarii mitii dachii rabbii balloo kana keessatti waan fokkataa dalagddee dachii hin balleessiniiti ammas boona isaa kana faa irraa isaa dhorkan
๐งจ waan rabbiin siif kenne kana irraas warreen waa hin qabnneef laadhu kennadhu jedhaniin.
๐งจRabbiin warreen boonanii fi kooran mara isaaniituu hin jaallatuu akkuma rabbiin qabeenya gaarii kana siif kennetti atis ilmma namaatiif gaarii ooli jedhanin
๐งจgaruu qaaruunin deebiin isaa waan yaachisaadha..deebii fokkisaa deebiseef deebii nama boonaa ta'ee akkas jedheetu deebiseef ani qabeenya kana kanin arggachuu dandda'e tola Rabbii osoo hin taane qabeenyuma kanatu anaaf malti anatu dalagatee argate akkaataa waa ittiin dalaganin beeka kanaaf qabeenyi koo akkasitti wal horttee guddattee jedheen...
๐งจSeenaan qaaruun kun seenaa dheeraa waan ta'eef kutaa 2ffaan fedha rabbiitiin itti fufa isini ammoo dubbisuu hin hifatinaa inshaa allaah asirraa kaaseen barreessa....
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
#kutaa 2ffaan itti fufaa...
๐งจ๐น๐งจ๐น๐งจ๐น๐งจ๐น๐งจ
MAHER ZAIN โ Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ดjoin ๐ด godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Telegram
MAHER AHMEDโ Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana๐ดjoin๐ด godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official via @like
Gaaffii taana irratti hirmadhaa jzk๐ด
Jiini keessa jiru kun jia. Maali ?
๐Sha3abaan
๐Ramadaana
๐ฅญrajaba
๐shawwaal
Jiini keessa jiru kun jia. Maali ?
๐Sha3abaan
๐Ramadaana
๐ฅญrajaba
๐shawwaal
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official via @like
GAAFFII TANA IRRATTII HIRMADHA JZK๐ด
RABBIIN EeSSA JIRA ?
๐Bakka hunda
๐Arshiirra
โ๏ธHin beekkamu
๐Deebii hin qabu
RABBIIN EeSSA JIRA ?
๐Bakka hunda
๐Arshiirra
โ๏ธHin beekkamu
๐Deebii hin qabu
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official via @like
Gaafii tana irrattii hirmaadha jzkeyran๐ด
Haati manaa Ergamaa Rabbii (saw) Tan Erga Ishiin duutellee Ergamaan Rabbii Ishii Yaadatee dhaadu Tami ?
๐ฅKhadiijaa
โฝ๏ธAa'ishaa
๐ฑzeynabaa
๐Deebiin hin jiru