Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
HARMEE❤️TOO! HAADHA❤️TOO!
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
1) Harmee- Afaan Oromoo
2) እናት/innat- Amariffaa
3) মা/Ma- Bengali
4) Mère- french
5) Mutter- Germen
7) Μητέρα/mitera- Greek
8) मां/maan- Hindi
9) Ibu- Indonesia
10) အမေ/a may- Burma
11) Hooyo- Somali
12) Mama- Swahili
13) anne- Turkish
14) Mater- latin
15) Moeder- Dutch
16) Um/ﺃﻡ- Arabic
17)  Ma/ﻣﺎﮞ- urdu❤️

I❤️YOU UMMII❤️

JOIN👇👌❤️😘
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
📞Nama akkanaa malee hiriyyaa hin godhatin;

~kan iccitii kee tiksu.
~kan hirdhinna kee siif dhoksu.
~kan gaarii kee facaasu.
~kan hamaa kee sirraa deebisu.

Yoo dhabe hoo jettaa...

Kophama kee jiraadhu.

Share godhaa Jzkeyran👇👇👇

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
ስም_____________________ ማሂር

አድራሻ_______________ ድሬደዋ

ኮድ_________ 15

ለመወዳደር👇👇👇👇
@AbduVivaVans

@abduftsemier
@abduftsemier
@abduftsemier
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI!UUN😭😭😭

Aalimni guddaan godina wolloo magaalaa daseetti waggaa 4O oliif diin barsiisaa turan. #sheekh_umar guyyaa har'aa #2O2O/1O/22 gama fuula Rahmaan deemanii jiru.😭 yaa rabbii rahmata godhiif. Garee ulamaa tan #mu'aaz_bin_jabaliin hoogganamtu keessa oolchii. Qabrii isaani caffee jannatattiin bareechiif😭😭😭

Yaa Rabbii ! Balaa ulamaa'aan nu eegalte tana Ija👀Rahmataatiin nu laali mee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

JOIN 👇👌😭
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
የእኔ ዑማ ከሁሉም ዑማ በላጭ ነው።
ረሱልﷺ❤️ሰሉ አለ ነቢ

JOIN👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Audio
#ገፍትር_ቻሌንጅ_በ2ሰከንድ_በየቤታቹ_ሆናቹ ሞክሩት።
#ሽልማት ስላለው
👇👇👇👇👇👇👇
@MAHERHILWA
@MAHERHILWA
@MAHERHILWA
👆👆👆👆👆👆👆
በዚ ሊንክ ላኩልን።
①ኛ ለወጣ 70mb🏅🏅🏅
Yeroo Rasuula kee arrabsan #FreedomofSpeech siin jedhu
Yeroo ati Rasuula kee irraa falmattu #HateSpeech
Addunyaa zulmiin guuttamte.

Fidaaka Abii wa ummii yaa rasuulallaah,
Fidaaka ruuhii wa damii yaa rasuulallaah.

سيف المسلول على من سب الرسول...
Kana malee hin taatuuf
Jara afaan jaraa kabajaa hin qabneef kabajaa itti godhuun dirqama
Rasuula keenna xiqqeessaa #Freedomofspeech wanni jedhu hin jiru.

#Copy_fares_muhamed

JOIN 👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Audio
Wahe #mowlida sharian maal jetti walin ha dhageyfannu jzk🌴

JOIN👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Suhayla Bi..
Chanel khanarra photo fi jachoota nama buharsan salphatti ni arkattu JOIN godhun iratti nuf hirmadha galatoma 🙏
@Suhye_bi

https://telegram.me/suhye_bi
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
#Gargaarsa_Ariifachiisaa_obboleettii_teenna_Hayaat_ibraahimiif

★ Obboleettiin teenya #Hayat_Ibraahim barattuu kutaa 11ffaa kan taate dhukuba kalee (kidney problem) dhukkubsachuu isii mirkaneeffannee jirra.

Obboleettiin teenya dhukkuba kanaan eega qabamtee finfinnee Hospitaala dhuunfaa (GIRUM HOSPITAL) tti ji'a 3f yaalamaa turtee jirti.

★ Yeroo ammaa kana garuu haala nama gaddisiisuun haalli fayyaa (dhibee) ishee kaleen lamaanuu (2) gara ""end-stage renal failure ykn kidney damaged (miidhamuu kalee isa dhumaa ykn hojiin ala ta'uu) waan jijjiirameef yeroo gabaabaa keessatti gara biyya Alaa deemtee yaalli jijjiirraa qaamaa (renal transplant ykn kidney transplant)"" akka taasifamuuf jedhamee jira.

★ Yaala ishee kanaaf mallaqni barbaachisu qarshii Ethiopia ""2,000,000 (miiliyoona lama)"" ta'uu kan itti himame yoo ta'u maatiin ishee garuu qarshii kana kophaa isaanii argatuu waan hin dandeenyeef hundi keenya jiruu obboleettii teenyaa hambisuuf gahee keenya kan obbolummaa, obboleetummaa, akkasumas dirqama islaamummaa fi namummaas akka baanu maqaa rabbiitiin isin gaafanna.

★ Dhukkubichi yeroo kan hin keninee fi guyyaa gara guyyaati obboleettii teenya kan dadhabsiisaa deemu waan ta'eef obboleettii teenya akka hin dhabnee fi jiraachuu isheetiif sababa akka taanuuf maallaqa xiqqoos haataatu, haga rabbiin nu dandeessiseen yeroo gabaabaa keessatti rabbiif jecha qarqaarsa akka goonuuf isin gaafanna.

★ Lakkoofsota Herreegaa baankii

Baankii daldala Ethiopia
1000353443147 Hayat ibrahim

Baankii intarnaashinaalii Awash
01425853981500 = Hayat ibrahim

Baankii gamtaa Oromiyaa
1000089014135 = Hayat ibrahim

★ Wanti hundi keenya dagatuu hin qabne qarqaarsa maallaqaa afootti obboleettii teenya rabbiin akka ishee dhaqqabuu fi akka ishee fayyisuuf duaa'ii akka goonuuf maqaa rabbiitiin isin gaafanna.
(Du'aa'ii obboleessaa/obboleettii)!!!

★ Odeeffannoo dabalataaf
→ Maatii Hayaat namni dubbisuu barbaaddan
★ Lakkoofsa bilbilaa
091 155 6951
091 282 3605

Share godhuun obboleettii teenna hayaatiin bira haa dhaabannj

Share godhuu hin dagatinaa...

MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Obboleettii teenya Hayatiin Rabbii haa aafiyu.

Nama gargaaruuf nama tahuun qofti gahaa dha.. wlh

Allaahan fayya tee si haa deebisu yaa obboletti tena😢


MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
አስቾኳይ የእርዳታ ጥሪ ለ እህታችን !!
★ በቅንነት ሼር ሼር ሳያድርጉ እንዳያልፉ

የሕይወት አድን ጥሪ ወገን ለወገን ደራሽ ነውና

#ETHIOPIAN || ሀያት ኢብራሂም ኡመር ትበላለች የ 11class ተማሪ ነች በ ባሌ ጎባ ነዋሪ ስትሆን በደረሰበት ከፍተኛ በሆነ የኩላሊት ህመም ሁለት #ኩላሊቶቹዋ ከጥቅም ውጪ ሆነው ዲያለሲስ እየተደረገላት በከፍተኛ ስቃይ ውስጥ ትገኛልች ።

ውድ ወገኖች ለእህታችን በሃኪሞች በተነገረው የቀድሞ ጤንነቱ እንዲመለስ ያለው አማራጭ የኩላሊት ንቅለ ተከላ ማድረግ ብቻ እንደሆነ #የኩላሊት ንቅለ ተከላ ለማድረግ ወደ ውጭ ሃገር መሄድ ይኖርበታል ለህክምና በጠቅላላ 2,000,000(ሁለት ሚሊዮን ብር)ያስፈልጋታል ውድ ወገኖች ወገን ለወገን ደራሽ ነውና ለህታችን #ህይወት ለመታደግ የእርዳታ እጆቻቹ እድትዘረጉለት ዘንዳ በፈጣሪ ስም እንማፀናለን መርዳት ባትችሉ እንኳን ለሚረዱ ሰው ሼር በማድረግ እድተባበሩን በአክብሮት እንጠይቃለን!

★ የእህታችን እርዳታ የባንክ ሂሳብ ቁጥሮች

★ የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ
Commerical bank of Ethiopia
→1000353443147 = Hayat ibrahim

★ አዋሽ እንተርናሽናል ባንክ
Awash international bank
→ 01425853981500 = Hayat ibrahim

★ ኦሮሚያ ህብረት ስራ ባንክ
Cooperative bank of oromia
→ 1000089014135 = Hayat ibrahm

★★ ሁላችንም መርሳት የሌለብን ነገር ከገንዘብ እርዳታው ጎን ለጎን ሁላችንም እህታችን ሐያት አሏህ እንድደርስላት፣ ከበሽታው ይፈዉሳት፣ ያድናት ዘንድ ዱዓ እንድናደርግላት በአሏህ ስም እንጠይቃለን። (የወንድም/እህት ዱዓ)!!!


JOIN👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
😍Namni amala ati qabdurratti sin jaalanne❤️amala biraa ati fidduus si jaalachuu❤️hin dandahu.
#Addunyaa tanarra namni lubbuun jiraatee namaan hin jibbamne😡nama bu'aa malee jiraatu qofaadha.
#Nama biratti jaalatamuuf❤️ jattee haala khee kamuu hin jijjiirin.
😍Garuu yeroon akkana ja'u hammeenya😡khee hin sirreeyfatin jachuu kiyyaa miti !


JOIN 👇👌


MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yaa Subhannallaah😥😥😥😥😥

JOIN👇👌😢
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Osoo jiraani maqumalle taatu bari.

1-Sh. Hassan kombolcha
2-Sh. Ahmad Towhida
3-Sh. Mohammed Zabuur
4-Sh.A/Laxiif Haromaya
5-Sh.Yusuf Ciro
6-Sh Muusaa Suaala
7-Sh. Ahmad Watar
8-Sh Adam Tuulaa
❤️❤️❤️

Allaahan umrii isaani nuf ha dherreeysu 🤲🤲🤲


JOIN👇👌😢
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
ህይወትህን ለመለወጥ ፈገግታህን
ተጠቀም ህይወት ፈገግታህን
እንዲለውጠው አትፍቀድ።

#መልካም_ምሽት 😊

Te ➣ JOIN👇👌

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼