Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya ๐ŸŒปjoin๐ŸŒป godhaa !
Download Telegram
Forwarded from Bisharo Abdi official
Dubartii beytu takka akkana ja'ani gafatan dhalaan maalif

Imaamman hin taatan
Amirranis hin taatan
Nabiyyotas hin taatan
Ulam'ootas hin taatan

Sababni maalif janan Dubartiin beeytun San Akkana jatten warra ati dubbatu Khan hunda warri oomishu nuti tahuu ni dagatte jatten

Khanaafu ya ukhtaa tiyya fuul dura kheenyaf Yo nuti Haadha mana gaari taane Biyya gutuutu milkaawa akkasuma Yo nuti Haadha manaa gaari hin taane Biyya gutuutu hoongawa Khanafu Haadha manaa gaari tahuuf waan boodaratti nu Milkeeysu arra haa dabarfannu akka boodde teenya sheena nutti hin taane Amma if qopheysun dirqama nurra jiru Yaa qaali tiyya๐Ÿ˜Š

JOIN ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โค๏ธ
@Suhye_bi
@Suhye_bi
Yaa Rabbiโ˜๏ธbalaa buutee lafa jirtu, ta ganaa buutu, ta deemanii๐Ÿšถโ€โ™‚itti dhaqan, ta deemtee๐Ÿšถnamatti dhuftu hundaarraa najaa nu baasi๐Ÿคฒ.

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ๐Ÿ™
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Yoo Beeytan Naaf Himaa
Seyfal Islam
Nashiidan Tuni Tan Duri, Tan Seefal Islam Bara Muslimooni Ethiopia Keesati Cunqurfamaa Ture San baase Garuu Amma Irra Deebi'e Yeroon Dhageefadhu Haal Amma Oromoon Itti Jirtuun Walis Walirati Deema Saniifin Isiniifis Qoode Caqasaa.

๐Ÿ—ฃSeyfal Islam
๐ŸŽตYoo Beeytan Naaf Himaa |
#Vocal
______________________________________

JOIN ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Duuti๐Ÿ˜ขulamaa baayyataa dhufe kuni mallattoo qiyaamaan๐Ÿ˜ญ dhihaachuu nama agarsiisa๐Ÿฅบ . Torban tokko kheeysatti ulamaa'oota๐Ÿ‘ณโ€โ™‚๐Ÿ‘ณโ€โ™‚gurgudda 2 dhabne shekh๐Ÿ‘ณโ€โ™‚. Waliyyii aloo Guyyaa arraa gama gandaa Aakhiraa godaanan๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

RABBIIN qubsuma isaanii jannata haa taasisuu.

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ๐Ÿ˜ญ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Daa'iin islaamaa๐Ÿ‘ณโ€โ™‚beekamaan #Dr_Bilal_Philips dhukkubsatee๐Ÿ˜ข hospitaala kan seene tahu ibsame. #Dr_Bilal_dhibee #COVID-19 akka qabameefi yeroo ammaa rakkoo๐Ÿ˜ข hafuura baafachuu isa muudateen oxijiiniin deeggaramaa akka jiruu ibsi dhaabbata isa #LOU irraa bahe ni addeessa.

Daa'ii islaamaa kanaaf Rabbiin๐Ÿคฒ Aafiyaa guutuu akka deebisuuf ni kadhanna๐Ÿคฒallahaan๐ŸคฒAafiyaa isaa ha deebisuuf insha allah๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

JOIN ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
HARMEEโค๏ธTOO! HAADHAโค๏ธTOO!
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
1) Harmee- Afaan Oromooโ™ฅ
2) แŠฅแŠ“แ‰ต/innat- Amariffaaโ™ฅ
3) เฆฎเฆพ/Ma- Bengaliโ™ฅ
4) Mรจre- frenchโ™ฅ
5) Mutter- Germenโ™ฅ
7) ฮœฮทฯ„ฮญฯฮฑ/mitera- Greekโ™ฅ
8) เคฎเคพเค‚/maan- Hindiโ™ฅ
9) Ibu- Indonesiaโ™ฅ
10) แ€กแ€™แ€ฑ/a may- Burmaโ™ฅ
11) Hooyo- Somaliโ™ฅ
12) Mama- Swahiliโ™ฅ
13) anne- Turkishโ™ฅ
14) Mater- latinโ™ฅ
15) Moeder- Dutchโ™ฅ
16) Um/๏บƒ๏ปก- Arabicโ™ฅ
17)  Ma/๏ปฃ๏บŽ๏ฎž- urduโค๏ธ

Iโค๏ธYOU UMMIIโค๏ธ

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œโค๏ธ๐Ÿ˜˜
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
๐Ÿ“žNama akkanaa malee hiriyyaa hin godhatin;

โœ~kan iccitii kee tiksu.
โœ~kan hirdhinna kee siif dhoksu.
โœ~kan gaarii kee facaasu.
โœ~kan hamaa kee sirraa deebisu.

Yoo dhabe hoo jettaa...โ‰

Kophama kee jiraadhu.

Share godhaa Jzkeyran๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
แˆตแˆ_____________________ แˆ›แˆ‚แˆญ

แŠ แ‹ตแˆซแˆป_______________ แ‹ตแˆฌแ‹ฐแ‹‹

แŠฎแ‹ต_________ 15

แˆˆแˆ˜แ‹ˆแ‹ณแ‹ฐแˆญ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@AbduVivaVans

@abduftsemier
@abduftsemier
@abduftsemier
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI!UUN๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Aalimni guddaan godina wolloo magaalaa daseetti waggaa 4O oliif diin barsiisaa turan. #sheekh_umar guyyaa har'aa #2O2O/1O/22 gama fuula Rahmaan deemanii jiru.๐Ÿ˜ญ yaa rabbii rahmata godhiif. Garee ulamaa tan #mu'aaz_bin_jabaliin hoogganamtu keessa oolchii. Qabrii isaani caffee jannatattiin bareechiif๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Yaa Rabbii ! Balaa ulamaa'aan nu eegalte tana Ija๐Ÿ‘€Rahmataatiin nu laali mee ๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข

JOIN ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ๐Ÿ˜ญ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
แ‹จแŠฅแŠ” แ‹‘แˆ› แŠจแˆแˆ‰แˆ แ‹‘แˆ› แ‰ แˆ‹แŒญ แАแ‹แข
แˆจแˆฑแˆ๏ทบโค๏ธแˆฐแˆ‰ แŠ แˆˆ แАแ‰ข

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Audio
#แŒˆแแ‰ตแˆญ_แ‰ปแˆŒแŠ•แŒ…_แ‰ 2แˆฐแŠจแŠ•แ‹ต_แ‰ แ‹จแ‰คแ‰ณแ‰น_แˆ†แŠ“แ‰น แˆžแŠญแˆฉแ‰ตแข
#แˆฝแˆแˆ›แ‰ต แˆตแˆ‹แˆˆแ‹
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@MAHERHILWA
@MAHERHILWA
@MAHERHILWA
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
แ‰ แ‹š แˆŠแŠ•แŠญ แˆ‹แŠฉแˆแŠ•แข
โ‘ แŠ› แˆˆแ‹ˆแŒฃ 70mb๐Ÿ…๐Ÿ…๐Ÿ…
Yeroo Rasuula kee arrabsan #FreedomofSpeech siin jedhu
Yeroo ati Rasuula kee irraa falmattu #HateSpeech
Addunyaa zulmiin guuttamte.

Fidaaka Abii wa ummii yaa rasuulallaah,
Fidaaka ruuhii wa damii yaa rasuulallaah.

ุณูŠู ุงู„ู…ุณู„ูˆู„ ุนู„ู‰ ู…ู† ุณุจ ุงู„ุฑุณูˆู„...
Kana malee hin taatuuf
Jara afaan jaraa kabajaa hin qabneef kabajaa itti godhuun dirqama
Rasuula keenna xiqqeessaa #Freedomofspeech wanni jedhu hin jiru.

#Copy_fares_muhamed

JOIN ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Audio
Wahe #mowlida sharian maal jetti walin ha dhageyfannu jzk๐ŸŒด

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Suhayla Bi..
Chanel khanarra photo fi jachoota nama buharsan salphatti ni arkattu JOIN godhun iratti nuf hirmadha galatoma ๐Ÿ™
@Suhye_bi

https://telegram.me/suhye_bi
#Gargaarsa_Ariifachiisaa_obboleettii_teenna_Hayaat_ibraahimiif

โ˜… Obboleettiin teenya #Hayat_Ibraahim barattuu kutaa 11ffaa kan taate dhukuba kalee (kidney problem) dhukkubsachuu isii mirkaneeffannee jirra.

Obboleettiin teenya dhukkuba kanaan eega qabamtee finfinnee Hospitaala dhuunfaa (GIRUM HOSPITAL) tti ji'a 3f yaalamaa turtee jirti.

โ˜… Yeroo ammaa kana garuu haala nama gaddisiisuun haalli fayyaa (dhibee) ishee kaleen lamaanuu (2) gara ""end-stage renal failure ykn kidney damaged (miidhamuu kalee isa dhumaa ykn hojiin ala ta'uu) waan jijjiirameef yeroo gabaabaa keessatti gara biyya Alaa deemtee yaalli jijjiirraa qaamaa (renal transplant ykn kidney transplant)"" akka taasifamuuf jedhamee jira.

โ˜… Yaala ishee kanaaf mallaqni barbaachisu qarshii Ethiopia ""2,000,000 (miiliyoona lama)"" ta'uu kan itti himame yoo ta'u maatiin ishee garuu qarshii kana kophaa isaanii argatuu waan hin dandeenyeef hundi keenya jiruu obboleettii teenyaa hambisuuf gahee keenya kan obbolummaa, obboleetummaa, akkasumas dirqama islaamummaa fi namummaas akka baanu maqaa rabbiitiin isin gaafanna.

โ˜… Dhukkubichi yeroo kan hin keninee fi guyyaa gara guyyaati obboleettii teenya kan dadhabsiisaa deemu waan ta'eef obboleettii teenya akka hin dhabnee fi jiraachuu isheetiif sababa akka taanuuf maallaqa xiqqoos haataatu, haga rabbiin nu dandeessiseen yeroo gabaabaa keessatti rabbiif jecha qarqaarsa akka goonuuf isin gaafanna.

โ˜… Lakkoofsota Herreegaa baankii

Baankii daldala Ethiopia
1000353443147 Hayat ibrahim

Baankii intarnaashinaalii Awash
01425853981500 = Hayat ibrahim

Baankii gamtaa Oromiyaa
1000089014135 = Hayat ibrahim

โ˜… Wanti hundi keenya dagatuu hin qabne qarqaarsa maallaqaa afootti obboleettii teenya rabbiin akka ishee dhaqqabuu fi akka ishee fayyisuuf duaa'ii akka goonuuf maqaa rabbiitiin isin gaafanna.
(Du'aa'ii obboleessaa/obboleettii)!!!

โ˜… Odeeffannoo dabalataaf
โ†’ Maatii Hayaat namni dubbisuu barbaaddan
โ˜… Lakkoofsa bilbilaa
091 155 6951
091 282 3605

Share godhuun obboleettii teenna hayaatiin bira haa dhaabannj

Share godhuu hin dagatinaa...

MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Obboleettii teenya Hayatiin Rabbii haa aafiyu.

Nama gargaaruuf nama tahuun qofti gahaa dha.. wlh

Allaahan fayya tee si haa deebisu yaa obboletti tena๐Ÿ˜ข


MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
แŠ แˆตแ‰พแŠณแ‹ญ แ‹จแŠฅแˆญแ‹ณแ‰ณ แŒฅแˆช แˆˆ แŠฅแˆ…แ‰ณแ‰ฝแŠ• !!
โ˜… แ‰ แ‰…แŠ•แАแ‰ต แˆผแˆญ แˆผแˆญ แˆณแ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ซแˆแ‰

แ‹จแˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ แ‹ตแŠ• แŒฅแˆช แ‹ˆแŒˆแŠ• แˆˆแ‹ˆแŒˆแŠ• แ‹ฐแˆซแˆฝ แАแ‹แŠ“

#ETHIOPIAN || แˆ€แ‹ซแ‰ต แŠขแ‰ฅแˆซแˆ‚แˆ แŠกแˆ˜แˆญ แ‰ตแ‰ แˆ‹แˆˆแ‰ฝ แ‹จ 11class แ‰ฐแˆ›แˆช แАแ‰ฝ แ‰  แ‰ฃแˆŒ แŒŽแ‰ฃ แАแ‹‹แˆช แˆตแ‰ตแˆ†แŠ• แ‰ แ‹ฐแˆจแˆฐแ‰ แ‰ต แŠจแแ‰ฐแŠ› แ‰ แˆ†แА แ‹จแŠฉแˆ‹แˆŠแ‰ต แˆ…แˆ˜แˆ แˆแˆˆแ‰ต #แŠฉแˆ‹แˆŠแ‰ถแ‰นแ‹‹ แŠจแŒฅแ‰…แˆ แ‹แŒช แˆ†แАแ‹ แ‹ฒแ‹ซแˆˆแˆฒแˆต แŠฅแ‹จแ‰ฐแ‹ฐแˆจแŒˆแˆ‹แ‰ต แ‰ แŠจแแ‰ฐแŠ› แˆตแ‰ƒแ‹ญ แ‹แˆตแŒฅ แ‰ตแŒˆแŠ›แˆแ‰ฝ แข

แ‹แ‹ต แ‹ˆแŒˆแŠ–แ‰ฝ แˆˆแŠฅแˆ…แ‰ณแ‰ฝแŠ• แ‰ แˆƒแŠชแˆžแ‰ฝ แ‰ แ‰ฐแАแŒˆแˆจแ‹ แ‹จแ‰€แ‹ตแˆž แŒคแŠ•แАแ‰ฑ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ˜แˆˆแˆต แ‹ซแˆˆแ‹ แŠ แˆ›แˆซแŒญ แ‹จแŠฉแˆ‹แˆŠแ‰ต แŠ•แ‰…แˆˆ แ‰ฐแŠจแˆ‹ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‰ฅแ‰ป แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ†แА #แ‹จแŠฉแˆ‹แˆŠแ‰ต แŠ•แ‰…แˆˆ แ‰ฐแŠจแˆ‹ แˆˆแˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹ˆแ‹ฐ แ‹แŒญ แˆƒแŒˆแˆญ แˆ˜แˆ„แ‹ต แ‹ญแŠ–แˆญแ‰ แ‰ณแˆ แˆˆแˆ…แŠญแˆแŠ“ แ‰ แŒ แ‰…แˆ‹แˆ‹ 2,000,000(แˆแˆˆแ‰ต แˆšแˆŠแ‹ฎแŠ• แ‰ฅแˆญ)แ‹ซแˆตแˆแˆแŒ‹แ‰ณแˆ แ‹แ‹ต แ‹ˆแŒˆแŠ–แ‰ฝ แ‹ˆแŒˆแŠ• แˆˆแ‹ˆแŒˆแŠ• แ‹ฐแˆซแˆฝ แАแ‹แŠ“ แˆˆแˆ…แ‰ณแ‰ฝแŠ• #แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แˆˆแˆ˜แ‰ณแ‹ฐแŒ แ‹จแŠฅแˆญแ‹ณแ‰ณ แŠฅแŒ†แ‰ปแ‰น แŠฅแ‹ตแ‰ตแ‹˜แˆจแŒ‰แˆˆแ‰ต แ‹˜แŠ•แ‹ณ แ‰ แˆแŒฃแˆช แˆตแˆ แŠฅแŠ•แˆ›แ€แŠ“แˆˆแŠ• แˆ˜แˆญแ‹ณแ‰ต แ‰ฃแ‰ตแ‰ฝแˆ‰ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แˆˆแˆšแˆจแ‹ฑ แˆฐแ‹ แˆผแˆญ แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แŠฅแ‹ตแ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆฉแŠ• แ‰ แŠ แŠญแ‰ฅแˆฎแ‰ต แŠฅแŠ•แŒ แ‹ญแ‰ƒแˆˆแŠ•!

โ˜… แ‹จแŠฅแˆ…แ‰ณแ‰ฝแŠ• แŠฅแˆญแ‹ณแ‰ณ แ‹จแ‰ฃแŠ•แŠญ แˆ‚แˆณแ‰ฅ แ‰แŒฅแˆฎแ‰ฝ

โ˜… แ‹จแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แŠ•แŒแ‹ต แ‰ฃแŠ•แŠญ
Commerical bank of Ethiopia
โ†’1000353443147 = Hayat ibrahim

โ˜… แŠ แ‹‹แˆฝ แŠฅแŠ•แ‰ฐแˆญแŠ“แˆฝแŠ“แˆ แ‰ฃแŠ•แŠญ
Awash international bank
โ†’ 01425853981500 = Hayat ibrahim

โ˜… แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แˆ…แ‰ฅแˆจแ‰ต แˆตแˆซ แ‰ฃแŠ•แŠญ
Cooperative bank of oromia
โ†’ 1000089014135 = Hayat ibrahm

โ˜…โ˜… แˆแˆ‹แ‰ฝแŠ•แˆ แˆ˜แˆญแˆณแ‰ต แ‹จแˆŒแˆˆแ‰ฅแŠ• แАแŒˆแˆญ แŠจแŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ แŠฅแˆญแ‹ณแ‰ณแ‹ แŒŽแŠ• แˆˆแŒŽแŠ• แˆแˆ‹แ‰ฝแŠ•แˆ แŠฅแˆ…แ‰ณแ‰ฝแŠ• แˆแ‹ซแ‰ต แŠ แˆแˆ… แŠฅแŠ•แ‹ตแ‹ฐแˆญแˆตแˆ‹แ‰ตแฃ แŠจแ‰ แˆฝแ‰ณแ‹ แ‹ญแˆแ‹‰แˆณแ‰ตแฃ แ‹ซแ‹ตแŠ“แ‰ต แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ฑแ‹“ แŠฅแŠ•แ‹ตแŠ“แ‹ฐแˆญแŒแˆ‹แ‰ต แ‰ แŠ แˆแˆ… แˆตแˆ แŠฅแŠ•แŒ แ‹ญแ‰ƒแˆˆแŠ•แข (แ‹จแ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆ/แŠฅแˆ…แ‰ต แ‹ฑแ‹“)!!!


JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123