Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya ๐ŸŒปjoin๐ŸŒป godhaa !
Download Telegram
#Akka_Malee_Garaa_Nama_Nyaata_Wallahi ....

๐Ÿ‘‰ Abbaan Ilmaanii kun Afaaniin hin dubbatu nis hin dhagahu Subhaan Allaah ๐Ÿ˜ญ

Akka Malee garaa Na Nyaate waan taheef isiniif qooduuf dirqam.

Abbaan Ilmaan
Nuraddin bin Aliyyii:
{ุจุณู… ู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ุงู† ุงู„ุฑุญูŠู…}
( Obbaleeyyan kiyya kan islaamaa watoota 7 lubbuu teenya haa barsiisnuu )

โˆš dhukkubsataa gaafachuu
โˆš janaajaa gaggeessuu
โˆš Nama haxxifate alhamdu lillaah jedheen yarhamukkallah jechuu
โˆš qooda kee (gara )kee sirreessuu
โˆš yeroo hunda qaama miidhameef (cunqurfameef ) tumsuu
โˆš yaamicha afeerraa owwaachuu
โˆš yeroo hunda nagaya dhiyeessuu

@MuazmohamedOfficial
Video Nashiidaa tana daawwadhaa achumaan channel keenya kana subscribe godhaa !

https://youtu.be/N6yYP09Ap-w
Forwarded from BUTTON MAKER
@keyralumma @ibnu_sururโœ๏ธ

๐Ÿ“–AMALOOTA GAGGAARII (Aklaaqa) Ergamaa rabbii (S.A.W) keessaa muraasa;

โ˜‘๏ธErgamaan rabbii (S.A.W)irra arjaa namaati.
โ˜‘๏ธAmmas Amala qabeessa.
โ˜‘๏ธAmalaa fi uumaanis irra bareedaa namaati.
โ˜‘๏ธIrra laafaa harkaati,Irra urgaaโ€™aa hafuuraati.
~maatii isaa wajjiinis irra bareedaa namaati.
~Irra goota namaati.
~Irra beekaa namaati gara rabbiitis.
~Irra sodaataa namaati rabbii isaas.
โ˜‘๏ธErgamaan rabbii takkaa lubbuu isaatiif dallanee hin beeku,gadoos/gumaa bahatee hin beeku!.
Yoo daangaan rabbii diigamte qofa dallana.
โ˜‘๏ธIrra uf gadi qabaa namaati,maatii isaatiifis haajaa fixa,namoota lallafoofis akkaan uf gadi qaba.
~Irra obsa qabeessa namaati.
~Irra saalfataa namaati(Idaayyaa gola jirtu irra).
โ˜‘๏ธHadiyyaa malee Sadaqaa namaa hin nyaatu.
~Dhibamaa ni gaafata.
~Gara laafutti nama ajaja.
~Akkasuma irra waliif dabrutttis nama ajaja.
~Haasawa fokkataa fi jecha badaallee namaan hin jedhu.
~Yoo badii irratti dalagan badiidhaan namaa hin deebisu,irra namaaf dabra.
~Ammas garaa baldhata.
โ˜‘๏ธUffataa fi nyaata keessattis uf hin dhaadu.
~Waan argate nyaata,waan argate dhuga.
~Beelarraa dhakaa garaa isaa irratti hidhataa ture.
~Rabbiin furtuu/qulfii kaaznaa dachee tanaa guutuu kenneefii,fudhachuu didee aakiraa filate.
Walaloo nashiidaa yatiim tan jattu
Mu'aaz &Hamzaa


Yaa akhii yaa ukhti yatim haa yaadannu
Waan qabnu hundan cina haa dhaabbannu
Duniyaaf aakhiraa akka milkooynuu
Rabbii keenya bira mindaa haa kaayannu


Yoonifi barbaadde milkii ganda lamaa
Gargaarii fiqabi me olmaan yatiimaa
Tahuu feenaan ollaa nabiyyi aalamaa
M.M amiin caalaa ilmaan namaa


Yatiim kan gargaare laalee rakkoo saatii
Milkiidha arkata duniyaa tanattii
Ammaas ollaa kooti bar jannatattii
Je'eeti dubbata ergaman rabbiitii


Yaa harmee yaa abbaa rakkame yatiimni
Garaan saani beela qullaadha qaamnini
Mana hin qaban ammaas ala jiraatanii
Waan qabduun laali baasi rakkoo saanii


Akka carraa taate isaan kan rakkate
Teetis tahuu malte yoo dubbin siif galte
Ilaalu hin feetu ilmaan ke rakkatee
Mee ufirra qabii laali waan isaan mudatee

Barreessaan :Hamdi abdujabar :


@hbbi11
@hbbi11
@hbbi11
Forwarded from Islam is peace โค
BARNOOTA SEENAA NABIYYII ๏ทบ
Kutaa 1ffaa

Qophii Ustaz Jafar Bayan

Siiraa Maaliif baranna?

1- Nabiyyitti ๏ทบ hidhachuuf Siiraa baruun dirqama.
Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam itti hidhatanii guututti hordofuuf Siiraa Isaa qulqulluu beekhuun dirqama.

2- Karaan Nabiyyii keenyaa Sallallaahu Aleeyhi Wasallam mizaana dalagaa hundaati, karaa Isaa beekhuun siiraa Isaa baruun malee hin taatu.
Sufiyaan bin Uyeynaa Akki jeโ€™e: Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Miizaana dalagaa hundaati. Dalagaan hundi tan isaatiin wal cinaa qabamtee laalamti, dalagaa Isaa tan qunnamte haqa, tan faalleeysite Baaxila.

3- Siiraa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam baruun Kitaaba Rabbii (Qurโ€™aana) hubachuuf nu gargaara. Jiruun Isaa hundi Qurโ€™aana dalagaarra olchuudha. Inni Qurโ€™aana lafarra deemu.

Haati Muโ€™mintootaa Aaโ€™ishaan haalaa fii Amala Ergamaa Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam irra gaafatamtee akki jette: โ€œHaalaa fii Amalli Isaa Qurโ€™aanaโ€ Muslimtu gabaase.
4- Siiraa Barachuun Jaalala Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam qalbiitti nama guutti. Iimaanni Jaalala Isaatiin malee hin guuttamu.

Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi Wasallam akkana jeโ€™e: โ€œTokkoon kheeysan hin amanne hanga ani Haadhaa fii Abbaa Isaa, Ilmaan Isaa fii Nama hundarra Isa biratti jaalatamaa tahutti.โ€ Bukhaarii fii Muslim
5- Siiraa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam baruun akka Iimaanni keenya dabaluu fii Jabaatu godha.
6- Seenaa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Keeysa barnoonni Aqiidaa, beekkumsi Shariโ€™aa, Beekkumsi Faraaโ€™idaa fii Ibaadaatis hundi ni jira. Seenaa isaa hoggaa barre Shariโ€™aa Islaamaa guutuu barre.
7- Siiraa Nabiyyi Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Baruun akkaataa beekkumsaan gama Islaamaa nama itti yaamuu qabnu nu barsiisa.
8- Seenaan Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Mallattoo Nabiyyummaa Isaa irraahi, Mallattoo dhugaan Nabiyyummaa Isaa ibsitu. Siiraan Nabi Muhammad Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Isa dhugoomsuu fii Isatti amanuuf sababaa taati.
--------

Share haa goonu kheeyrii
โ˜†Joinโ˜†
โœฏโ”„โ”…โ”…โœฟโ€โ™ฅ๏ธโ€โœฟโ”…โ”…โ”„โœฏ
https://t.me/joinchat/AAAAAEl3hGJVQ6E9aXlp3g
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hoggu Furaan geesse mudannoo Akkanaa ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Hbbi11
@hbbi11
@hbbi11
BY ๐Ÿ“SIF YE BABA

Ukhti tiyya yoo ati khabaja tee egate wanti hanga kheti calu inumahu hin jirtu kha ati arra wajin hasoytu khun sammu isaa khessati akka yerof sitti fayyadamu qata murtefate Dhirti Osoo sin fudhin jalale si godhotu inumahu sin jalatu beekhi Ati arra dhira tokkon wal barate lakuma wajin hasoytani wan bira khessa senta yeroo duratif qanfacha itti senta lakkuma bubultun sharafa khe irranfacha demta garu inni ati wajin hasoytu san wlh si tufacha dema ati dhira haswanin qaba jate inumahu hin yaadin dhirti sif qabatu hin jirtu tana save godhi Ati arra akka jarsa khetiti wajin hasoyta bakka inni si yametis numa dheyxa wlh inni qata akka yerof tate sammuu isaa khessati save godhate tanas naf qabadhu Ati akka inni daran si jalatuf fadhi isa gutaf Garu inni tun ta na birati akkana nama khan biratis akkanuma sin ja'a tanas naf qabadhu inni gafa fudhaf ka'e ta sharafa qabdu batrii qabate godaa kessa basa uktii tiyya atis sharafa khe egadhu namni hundi dogogodha gama rabbi debi'i sharafa khe defadhu

join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk; kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Watch "NEW ETHIOPIA ISLAMIC NASHED BY OROMIC โ€ผ " YA Ramadan. ๐Ÿ”ASMA ABDISHAKUR Masha Allah" on YouTube
https://youtu.be/sCL2GfhNrb0
Nashidaa haraya mataduren RAMDAAN jattu dhagefdha ikhwani๐Ÿ‘†
Forwarded from SALAH MOHAMMED
As wa wb jallowwan khiyya akkuma bekkamutti nashida sampila isa iisinif gad lakkisne san guutu isii boru guyya arba'a galgalarra sa'a 3:00 irratti gara you tube SALAH MOHAMMEDIN nu egadha walif #sher