Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
Watch "BARAKIINAA || Comedy Afaan Oromoo β€’β€’β—‹ New Oromic Short Video comedy" on YouTube
https://youtu.be/KSn6T_70WxE
​#ልα‰₯αˆ΅αˆ…αŠ• αŠ₯αŠ•α‹° αˆšαˆ΅αˆ›αˆ­ ነገር
α‹ˆαŒα‰Ά ቒይዝα‰₯αˆ… #αˆˆαˆ›αˆ‹α‰€α‰…
α‹ˆα‹° αŠƒαˆ‹ α‰΅αˆ˜αˆˆαˆ³αˆˆαˆ…β€₯

β‡˜ ልክ αŠ₯αŠ•α‹°α‹›α‹αˆ πŸ’–αˆα‰₯αˆ…αŠ• #α‹ˆαŠ•αŒ€αˆ
αˆ²α‹­α‹α‰₯αˆ… α‰°α€α…α‰°αˆ… α‰°αˆ˜αˆˆαˆ΅αŠ“
αŠ¨α‹ˆαŠ•αŒ€αˆ ተውባ αŠ α‹΅αˆ­αŒˆαˆ… αŠ αˆ‹α‰…α‰ƒα‰΅α’

Join πŸ‘‡πŸ‘Œβ˜˜

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123

ሼር 😍
Dilii dalaguu dheysi.Isiitu Abbaa
kee Adem erga cimee salphiste.
Biyya tasgabbiin jiraadhu
ja'ameerraa isa baafte.Eega fedhiin Aadam boojiheAdam Jannataa bu'e.
Mee sirritti dubbisaa.

JoinπŸ‘‡πŸ‘Œβ˜˜

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123

Share❀️
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu

Obboloota koo!!! Abbaan Qeerroo fi Qarree leenci qabsoo Oromoo
#Jawaar_Muhammed yeroo ammaa akka malee dhukkubsatee jira.

Kanaaf namni hundi du'aa'ii haa goonuufii!!!

Rabbiin dhukkuba hundarraa nuuf haa fayyisu!! Rabbiin hadawwii nutti hin gammachiisin. Rabbiin shira namni xaxu jalaa nuuf haa baasu

Yaa Rabbii sitti amaanaa!!!😭😭😭

Join πŸ‘‡πŸ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Waamicha hatattamaa....

~ Akkuma Beekkamu hayyuun keenya Abbaan Oromoo Jawar Mohammed Mana Hidhaa Keessatti Baatii tokkoofi Torbaan Lamaa Oliif Achi Keessa Jiran. Yeroo ammaatis dhukkuba hamaa keessa akka jiran maatiin dubbachaa jiru.

Maarree Guyyaan Boruu Guyyaa Kamisaati. Guyyaa Kamisa Kana Keessatti Rasuulli ( S.a.w ) Hadiisa Keessatti Akkana Jedhan " Guyyaan Dalagaan Gabroottanii Keessatti Olfuudhamtu Guyyaa Isniinaa fi Kamisaati.

Nutis Guyyaa Booruu Kamisa Kanatti Fayyadamuun namni Rabbiin Laaffiseef Soomannee yeroo soomana furru du'aaii haa goonuuf ! kan soomanuun dandahinis salaata shanan booda Akka du'aaii gootaniif Dhaamsa Isiniif Dabarsina

Dhaamsa Kana #Share Waliif godhuun Waliin gahaa Jzk kheyran.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
αŠ’αˆ›αˆ™πŸ‘³αˆˆαˆαŠ• α‰°αŒˆα‹°αˆ‰ ? αˆˆαˆαŠ•πŸ˜­
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Zamanni hundi #fir'awna qaba. #Fir'awna hundaaf #muusa jira. #Muusaan #fir'awnicha kheenya #jawaari❀️
πŸ‘‰CinqiinπŸ₯Ίsitti jirtu #dhaamsa Rabbi☝️irraa tahe! Dhaamsi suniis dhiihotti #Furmaanni karaa akka jiru sitti himuu isaati (❀️jallajalaaluh❀️) tanaafuu #obsi ammalle je'i #Yaa_Rabb🀲🀲🀲! #Abshir

JoinπŸ‘‡πŸ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Watch "Walaloo Mi'oytuu Jawar Mohammed || Jawwee Koo||" on YouTube
https://youtu.be/GumqKOiD0i4
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
TV leen islaama ajjeecha imaama maalif irra hin dubbanne ?😭😭😭😭
Watch "HAMZAAN || Mana hidhaa bahee Mudannoo Achi keessaa Yoo dubbatu 😎" on YouTube
https://youtu.be/3iWsxujUHlE
Ilma koo irraa uf eegi.
"Karaa rabbiitti nama waamtee ufii achii hin badin".!✍🏾

Join πŸ‘‡πŸ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Salamullaahi aleykum 😍

Sabtii as deemu khana muharram 10,guyyaa"Aashuuraa"ti. Guyyaa kana soomanuun dilii waggaa dabree Rabbi namaaf dhiisuun kajeelaa ja'an Ergamaan rabbii ( Sallallaahu Aleeyhi Wasallam ),yoo dandahame ammoo guyyaa isa duraa,takkaa guyyaa isa boodaatiin walitti soomanuun irra gaariidhaas ja'an. Akkana jechuun bara kanaaf(jum'aa fi sabtii ykn sabtii fi alhada soomanuu)jechuudha.
Tanaaf namni akka kiyyaa ka diliin itti baayyatte hiree tana akka if hin dabarsine,soomannee ifiifii hawaasa keenyaafis du'aa'ii akka goonu jechuun dhaamsa dabarfatuu barbaada.
#Nama Rabbiin siif laaffise cufarratti ergi ajrii tana yoo sababa keetiin qooddatan atiis ajrii guddaa arkattaa !

MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
α‹¨αˆ™αˆ΅αˆŠαˆ™ αŒ‰α‹³α‹­ α‹«αˆ‹αˆ³αˆ°α‰ α‹‰ αŠ¨αŠ› αŠ α‹­α‹°αˆˆαˆβ€- ረሱል(ሰ.ዐ.α‹ˆ.)

Join πŸ‘‡πŸ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Namni damma barbaadu tokko
Dirqama daffarummaa kanniisa dura ittiin dhaabbatu qabaachu qaba.

JoinπŸ‘‡πŸ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
αŠ₯αŠ“αŠ•α‰° α‹˜αŠ•α‹΅ α‹«αˆˆα‹ α‹«αˆα‰ƒαˆ
αŠ αˆ‹αˆ… α‹˜αŠ•α‹΅ α‹«αˆˆα‹ αŒαŠ•
α‹˜α‹α‰³αˆͺ αŠα‹ γ€Šα‰αˆ­α‹“αŠ• 16:98》

JoinπŸ‘‡πŸ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Kan si jala fiigu hundi ka si jaalatu qofaa miti

JoinπŸ‘‡πŸ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
😍😍😍😍😍😍😍
αˆ°αˆ‰ አለ ነα‰₯α‹­ ሰ.ዐ.α‹ˆ
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
sallu alaa nabbi (s.a.w)
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
α‰ αŠα‰’α‹«α‰½αŠ• αˆ‹α‹­ αˆ°αˆˆα‹‹α‰΅ αŠ α‹αˆ­α‹±!
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Nabbiyyii khenyarati salawata buusa jzk πŸƒπŸŒΉπŸƒπŸŒΉπŸƒπŸŒΉπŸƒπŸŒΉπŸƒπŸŒΉπŸƒπŸŒΉπŸƒπŸŒΉπŸƒ

(S❀️❀️❀️A❀️❀️❀️W❀️❀️❀️)

JoinπŸ‘‡πŸ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Jummah Gaarii☘️☘️
Kan Gamachu🌿🌿
Kan milkii πŸŽ‹πŸŽ‹
Kan barakaa🌷🌷
Kan Araaramaa Isniif Haa tahu🍁🍁 🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲


JoinπŸ‘‡πŸ‘Œ

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123