Forwarded from Bisharo Abdi official
πAs wr wb hordoftota chanel khiyya @Suhye_bi bakka jirtanitti ngya fi rahmanni rabbi isinirra ha jiraatuβ€οΈ arra qissa/seena aja'iba takka qabadhetin isiniif dhihaadhe pls dubbiste shear gotu malee bira hin dabrinπππ
seena intala miskiina huma hin qabne takka senanis akkana turte
βIntala takka micaa xiqqa tokko dhalte mana isii sanis yeroo saniif isiifi micaa isii xiqqafi abba isiitu jirata ture
Guyya takka micaa is xiqqan san akka malee duraa dhukkubsate π€ haati micaatis intala miskiina takka yero saniif mallaqa π΅ micaa isii khan duraa dhukkubsate khana hakhima geyfattun hin qabdu ture mallaqa dhiisi nyaata π halkan san nyaatanii bulanuu hin qaban tureπ’ garuu isin carra takka qofa qabdi carran siitis rabbi isii qofa khadhachudhaπ ni khaate ni wudu'atte fuula rabbi isii dhabatte itti ol iyyatteπ’ isiin salatte rabbi isiitti ol iyyate hogga salaata fixattetti halkan leeyli ture isiinis hanga san hunda rabbi isii khadhachafi turte ilma isii xiqqa khanaaf yero isin fixatte gurbaan π± tokko dhufee hulaaπͺmana isaani itti dhadhahe abban isii kha'e eenyu ja'ee gaafate ??? π± Gurbaanis ana doctor sanii hulaa bana ja'een Abban intalatis aj'ibetuma hulaa irra bane gurban hogga hulaa irra banan akkana ja'e ani doctor sanii mee micaan ja'ee irra dedebi'ee gaafate khunoo mican ja'ani mica dhukkubsatu sanirra geeysan mica xiqqa maramare dawa ajajeefi bira ga bahe hula dura dhabbate me mallaqan mica isinif itti wallane fidaa nin jarjaraa dafa na khanna ja'een yeroo san intalli jatten wallahi huma takka hin qabnu nuti miskiina jatten mallaqa gudda dhiisi wan garatti ga nyannuhu hin qabnu jatte himteef π’ yeroo san gurban doctora saniis ja'een isin hin qaanfattani yo mallaqa hin qabanne maalif halkan leeyli khanan na yaamtan ja'ee loleen hogga san jatten haati micaa ya obboleysa khiyya nuti sin yaamne bar gurbanis akkana ja'een duboo eenyu na yaame ???san malees manni khun mana abaluu abaluuti mitii ja'ee gafaten ? Intallinis lakki ya obbolessa khiyya mana isaniiti miti manni isaani khan nutti aanu khan jatten yeroo san gurbaan aj'aaibe akkana ja'een dubo isin eenyu??? Isanis Akkana jatten nuti galgala khana micaa xiqqa khanaatu nurra dhukkubsachu jira hoggas gurbichi ja'e maqaa rabbitinin khakhadhaa rabbin halkan khana wan biraatif nan ergine akkan mica kheeysan wallanuuf malee wan biratif mana nagidin baafne ja'e ol deebi'ee mee micaa san biratti na deebisa ja'eeni irra deebi'ee micaa maramaree dawa khatabeef deeme farmaasi/mana dawaa dhaqee dawa biteefi dhufe isniifis hiraata fide dhufe ammas hammas qofatti irran dhiifne baati hunda mindaa isatirra isaanif akka khannu waada seneef abbafi intali saatis heddu gammadan micaan sanitis fayyefii baati hundas biilka/masruufas arkatan π
ALLAHU AKBAR
Du'aain ibaadadha rabbin kheenya SW na kharadha isiniifin qeebala je'e rabbin nama harka isaa itti ol qabteπ qulla abad gad hin deebisu khanaafu ya ahbaabi rahmata rabbi irra garaa hin murinaa β€οΈ
Seenale gara garaa arkachuf chanel khan JOIN shear godhu
Hin dagatinaaβ€οΈπ
@Suhye_bi
@Suhye_bi
@Suhye_bi
πPls copy hin godhinaa shear godha maleeπ

Warra Siyaasa Hundaaf
Yoo Barbaaddan Wal Jaaladhaβ€οΈ
Yoo Barbaaddan walitti Tokkoomaaπ€
Yoo Barbaaddan Wal Diigaπ€
Yoo Barbaaddan Wal Farsaaπ
Yoo Barbaaddan wal arabsaaπ
Garuu Ummata Miskiina kana wal Jiddutti Lubbuu isaa hin balleessina Plss.π€¦ββ
Join ππ
@Maherzain123

Watch "BARAKIINAA || Comedy Afaan Oromoo β’β’β New Oromic Short Video comedy" on YouTube
https://youtu.be/KSn6T_70WxE
https://youtu.be/KSn6T_70WxE
YouTube
BARAKIINAA || Comedy Afaan Oromoo β’β’β New Oromic Short Video comedy
β#αα₯α΅α
α α₯αα° αα΅αα ααα
αααΆ α’ααα₯α #ααααα
αα° αα α΅ααα³αα β₯
β αα α₯αα°ααα παα₯α α #αααα
α²ααα₯α α°αα α°α α°ααα΅α
α¨αααα α°αα£ α α΅ααα α αα αα΅α’
Join ππβ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
αΌα π
αααΆ α’ααα₯α #ααααα
αα° αα α΅ααα³αα β₯
β αα α₯αα°ααα παα₯α α #αααα
α²ααα₯α α°αα α°α α°ααα΅α
α¨αααα α°αα£ α α΅ααα α αα αα΅α’
Join ππβ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
αΌα π
Dilii dalaguu dheysi.Isiitu Abbaa
kee Adem erga cimee salphiste.
Biyya tasgabbiin jiraadhu
ja'ameerraa isa baafte.Eega fedhiin Aadam boojiheAdam Jannataa bu'e.
Mee sirritti dubbisaa.
Joinππβ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Shareβ€οΈ

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Obboloota koo!!! Abbaan Qeerroo fi Qarree leenci qabsoo Oromoo
#Jawaar_Muhammed yeroo ammaa akka malee dhukkubsatee jira.
Kanaaf namni hundi du'aa'ii haa goonuufii!!!
Rabbiin dhukkuba hundarraa nuuf haa fayyisu!! Rabbiin hadawwii nutti hin gammachiisin. Rabbiin shira namni xaxu jalaa nuuf haa baasu
Yaa Rabbii sitti amaanaa!!!πππ

Waamicha hatattamaa....
~ Akkuma Beekkamu hayyuun keenya Abbaan Oromoo Jawar Mohammed Mana Hidhaa Keessatti Baatii tokkoofi Torbaan Lamaa Oliif Achi Keessa Jiran. Yeroo ammaatis dhukkuba hamaa keessa akka jiran maatiin dubbachaa jiru.
Maarree Guyyaan Boruu Guyyaa Kamisaati. Guyyaa Kamisa Kana Keessatti Rasuulli ( S.a.w ) Hadiisa Keessatti Akkana Jedhan " Guyyaan Dalagaan Gabroottanii Keessatti Olfuudhamtu Guyyaa Isniinaa fi Kamisaati.
Nutis Guyyaa Booruu Kamisa Kanatti Fayyadamuun namni Rabbiin Laaffiseef Soomannee yeroo soomana furru du'aaii haa goonuuf ! kan soomanuun dandahinis salaata shanan booda Akka du'aaii gootaniif Dhaamsa Isiniif Dabarsina
Dhaamsa Kana #Share Waliif godhuun Waliin gahaa Jzk kheyran.
ππππππππππππππ
MAHER ZAIN β Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

πCinqiinπ₯Ίsitti jirtu #dhaamsa RabbiβοΈirraa tahe! Dhaamsi suniis dhiihotti #Furmaanni karaa akka jiru sitti himuu isaati (β€οΈjallajalaaluhβ€οΈ) tanaafuu #obsi ammalle je'i #Yaa_Rabbπ€²π€²π€²! #Abshir
Joinππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Joinππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Watch "Walaloo Mi'oytuu Jawar Mohammed || Jawwee Koo||" on YouTube
https://youtu.be/GumqKOiD0i4
https://youtu.be/GumqKOiD0i4
YouTube
Walaloo Mi'oytuu Jawar Mohammed || Jawwee Koo||
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
TV leen islaama ajjeecha imaama maalif irra hin dubbanne ?ππππ
Watch "HAMZAAN || Mana hidhaa bahee Mudannoo Achi keessaa Yoo dubbatu π" on YouTube
https://youtu.be/3iWsxujUHlE
https://youtu.be/3iWsxujUHlE
Hey, you should watch this video, I promise you won't regret it!β€οΈ#Likee #HelloLikee
https://l.likee.com/v/t8lOMg
https://l.likee.com/v/t8lOMg
Likee
Muaziye Hbb(@540752144) on Likee: Mom Love Uβ€
Muaziye Hbb(@540752144) has created a short video on Likee with music original sound - Muaziye Hbb.Mom Love Uβ€
Ilma koo irraa uf eegi.
"Karaa rabbiitti nama waamtee ufii achii hin badin".!βπΎ
Join ππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
"Karaa rabbiitti nama waamtee ufii achii hin badin".!βπΎ
Join ππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Salamullaahi aleykum π
Sabtii as deemu khana muharram 10,guyyaa"Aashuuraa"ti. Guyyaa kana soomanuun dilii waggaa dabree Rabbi namaaf dhiisuun kajeelaa ja'an Ergamaan rabbii ( Sallallaahu Aleeyhi Wasallam ),yoo dandahame ammoo guyyaa isa duraa,takkaa guyyaa isa boodaatiin walitti soomanuun irra gaariidhaas ja'an. Akkana jechuun bara kanaaf(jum'aa fi sabtii ykn sabtii fi alhada soomanuu)jechuudha.
Tanaaf namni akka kiyyaa ka diliin itti baayyatte hiree tana akka if hin dabarsine,soomannee ifiifii hawaasa keenyaafis du'aa'ii akka goonu jechuun dhaamsa dabarfatuu barbaada.
#Nama Rabbiin siif laaffise cufarratti ergi ajrii tana yoo sababa keetiin qooddatan atiis ajrii guddaa arkattaa !
MAHER ZAIN β Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Sabtii as deemu khana muharram 10,guyyaa"Aashuuraa"ti. Guyyaa kana soomanuun dilii waggaa dabree Rabbi namaaf dhiisuun kajeelaa ja'an Ergamaan rabbii ( Sallallaahu Aleeyhi Wasallam ),yoo dandahame ammoo guyyaa isa duraa,takkaa guyyaa isa boodaatiin walitti soomanuun irra gaariidhaas ja'an. Akkana jechuun bara kanaaf(jum'aa fi sabtii ykn sabtii fi alhada soomanuu)jechuudha.
Tanaaf namni akka kiyyaa ka diliin itti baayyatte hiree tana akka if hin dabarsine,soomannee ifiifii hawaasa keenyaafis du'aa'ii akka goonu jechuun dhaamsa dabarfatuu barbaada.
#Nama Rabbiin siif laaffise cufarratti ergi ajrii tana yoo sababa keetiin qooddatan atiis ajrii guddaa arkattaa !
MAHER ZAIN β Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Telegram
MAHER AHMEDβ Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kanaπ΄joinπ΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd

α¨αα΅αα αα³α α«αα³α°α α α¨α α αα°ααβ- α¨α±α(α°.α.α.)
Join ππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Join ππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Namni damma barbaadu tokko
Dirqama daffarummaa kanniisa dura ittiin dhaabbatu qabaachu qaba.
Joinππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Dirqama daffarummaa kanniisa dura ittiin dhaabbatu qabaachu qaba.
Joinππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
α₯ααα° ααα΅ α«αα α«ααα
α αα ααα΅ α«αα αα
ααα³αͺ αα γαααα 16:98γ
Joinππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
α αα ααα΅ α«αα αα
ααα³αͺ αα γαααα 16:98γ
Joinππ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123