Muaz Mohamed πŸ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan πŸ€ Join πŸ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
I S L A A M U M M A A
----------------------------------------
Akkuma namuu beeku amaantiin namni guyyaa dhalootaa isaa irraa jalqabee qabu yoo jiraate amantii islaamaa qofa.

Kanaaf Rabbiin Qur'aana keessatti Ergamaan isaatis Hadiisa keessatti akka ilmi namaa islaamummaa irratti dhalatu akkasuma ergasii gara amantii biraa jijjiiramu ibsanii jiran.

@DrZakirNaikAfaanOromoo
🌷 Dalagaa 3 tan guyya qiyaama mizanarra hin teenye ⏩ Nama dhiifama namaa godhu فمن عفا ΩˆΨ£Ψ΅Ω„Ψ­ ΩˆΨ£Ψ¬Ψ±Ω‡ Ψ₯Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ nama irra namaaf dabre namaaf qulqullawe mindaan isaa rabbiirrahi ⏩ Nam soomana soomane ΩˆΨ£Ω† أجزي Ψ¨Ω‡ rabbin sw hadiisulqudsii kessatti akkana ja e.β–Ά soomanni kiyya ana galata itti galchaa ⏩ Nama obsa qabu Ψ₯Ω†Ω…Ψ§ يوف Ψ§Ω„Ψ΅Ψ§Ψ¨Ψ±ΩˆΩ† Ψ£Ψ¬Ψ±Ω‡Ω… بغير Ψ­Ψ³Ψ§Ψ¨ warra obse kana rabbin sw galata isaani hisaaba maletti kennaaf