Forwarded from Kureeth Institute 🌏
I S L A A M U M M A A
----------------------------------------
Akkuma namuu beeku amaantiin namni guyyaa dhalootaa isaa irraa jalqabee qabu yoo jiraate amantii islaamaa qofa.
Kanaaf Rabbiin Qur'aana keessatti Ergamaan isaatis Hadiisa keessatti akka ilmi namaa islaamummaa irratti dhalatu akkasuma ergasii gara amantii biraa jijjiiramu ibsanii jiran.
@DrZakirNaikAfaanOromoo

🌷 Dalagaa 3 tan guyya qiyaama mizanarra hin teenye ⏩ Nama dhiifama namaa godhu فمن عفا وأصلح وأجره إلى الله nama irra namaaf dabre namaaf qulqullawe mindaan isaa rabbiirrahi ⏩ Nam soomana soomane وأن أجزي به rabbin sw hadiisulqudsii kessatti akkana ja e.▶ soomanni kiyya ana galata itti galchaa ⏩ Nama obsa qabu إنما يوف الصابرون أجرهم بغير حساب warra obse kana rabbin sw galata isaani hisaaba maletti kennaaf