Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
โ€‹โ€‹Manni Murtii Mirga Namoomaa Awurooppaa Nabi Muhammad Arrabsuun mirga yaada ofii ibsatuu miti jedhe


Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
October 26, 2018


Manni Murtii namoomaa Awurooppaa mirga yaada ofii ibsatuu dawoo godhatuun, Arrabsoon Nabi Muhammad irratti geggeeffamu seeraan ala jechuun murteesse. Kanaan dura dubartii lammii Oostiriyaa Nabi Muhammad Arrabsite irratti manni murtii Viyeenaa tokko adabbii murteessee ture. Haa taโ€™u malee dubartiin tun mirgi yaada koo walabaan ibsatuu sarbamee jira jechuun, gara Mana Murtii Mirga Namoomaa Awurooppaa ol iyyattee turte.


Haaluma kanaan Manni murtichaa dhimmichaa qoratuun ibsa guyyaa kaleessaa baaseen, Arrabsoon Nabi Muhammad irratti raawwatamu jibbiinsa kan babalโ€™isuu fi nageenya hawaasaa kan booressu waan taheef, murtiin jalqaba kenname sirriidha jechuun raggaasise.


Manni murtichaa dubartii miseensa paartii jibbiinsaaa Islaamummaa leellisuu โ€œFar Right Freedom partyโ€ jedhamuu taate tana irratti, adabbii doolara 548 murteessee ture. Dhuma irrattis Manni Murtii Awurooppaa kun dhimma akkasii irratti manneen murtii biyyoota miseensa gamtichaa keessa jiran hundi xiyyeeffannan akka qoratan akeekkachiise.

#Mana_Murtii_Awurooppaa
Mee wal haa barruu โ˜ž ustaz ibsaa shekh yusuf ( usa minnesotaa) โ˜žustaz jamaal abu muaz ( usa minnesota minnepolis) โ˜ž ustaz hamzaa haashim ( awuroppa german) โ˜ž ustaz hamzaa sheikh jaabir ( aworooppaa german) โ˜ž nuuraddin sheikh suleeyman ( keniya nairobo) โ˜ž Muaz mohamed sheikh haamid ( oromiyaa dirre dhawa) โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜
Mee eenyu sa.aa amma tana daqiiqa tan secoondii tana kessatti araarama rabbi kadhata?
Ani gama kiyyan ุฃุณุชุบูุฑ ุงู„ู„ู‡ ูˆุฃุชูˆุจ ุฅู„ูŠูƒ
Saahiba jechun kana seenaa ajaaibaa gaaf tokko gurbaan tokko haadha isaa akkan dhukkuba hogga kana haadha isaatif dawaa waan itti bitu dhabe saahiba isatti dawwale hogga kana saahibni amma hin qabuu asrii na eegi ja.een hayye ja.ee asrii yommuu irraatti dawwalu silkiin isaa dalaguu didde rifatee hiraare dachiin itti dhiphatte samin dachii itti taatee dachiin samiin itti taate hogga kana liqeeyfachuuf gadi bahe kutee nama biraa bira dhaqee liqii gaafate itti kannu didan hiraare akka tahu dhabee yammu manatti galu haati isaa fayyite gammadee gadi bahe yommu obboleytii isaa gaafatu bar saahiba keetitu dhufee dawaa nu gaafatee bitee dhufe gammadee yeroo saahiba isaa gaafatu bar akkattin silkii tiyya gurgureetin umma teetif dawaa bitee ja.een ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ subhaan allah wallahi sahiba jechuun kanuma ๐Ÿ‘‰ saahiba waa 2 irratti beeyta ja.an yeroo gadda fi gammachuu
Created using Background Remover Pro App. Use following install link to download :- https://play.google.com/store/apps/details?id=com.appwallet.backgroundremoverpro
Essuma kiyyafi obboleysa kiyya hamzaa booranaa masha allah ja.iin
Video ajaiba huural eeyni dhaggefadha
ููŠ ุงู„ุฌู†ุฉ ู…ุงู„ุง ุนูŠู† ุฑุขุกุช ูˆู„ุง ุฃุฐู† ุณู…ุนุช ูˆู„ุง ุฎุทุฑ ุนู„ู‰ ู‚ู„ุจ ุจุดุฑ