Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
As wr wb Hordoftoota channel keenyaa " yeroo dheeraaf garagar bahuun keenya ni yaadatama amma yoo rabbi ja.e Nagayaan walitti deebinee jirra insha allah
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo:
Godina Jimmaatti harโ€™as Sababa Jilbaabaatiin Kora bittinneessaan tumamanii hidhaman. Warri Kaleessa hidhamanis Mana murtiitti dhihaatan.
โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…

Taatee Limmu Gannat kaleessaatti dabalatee Godina Jimmaa Magaalaa Hasandaaboo mana barumsaa qophaaโ€™inaa fi sadarkaa 2ffaa barattoota dubraa muslimootaa Jilbaaba uffatanii akka hin baranne yammu dhorkaman barattoota kuniif maaliif taโ€™ee jedhanii gaafatan 7 poolisoonni kora bittineessaa tumamamni hidhaniiruu.

Barattoota hidhaman gidduu dhaa kanneen armaan gadii yaroo ammaa gara mana Waajira Poolisi Naaddaatti hidhamanii argamu
1. Ahmaddiin Haji Muhammadnur
2. Saabit Siraaj
3. Muโ€™aaz Abbaa Tamaam
4. Mubaarak
5. Muhammad
6. Riyaad Haafiz

Barattoonni kora bittineessaa dhaan rukuttaan irra qaqqabe Gariin qaamaan madaaโ€™uu fi miidhamuun irra qaqqabeera. Yaroo ammaas Magaala Hasandaaboo keessa kora bittinneessaan facaโ€™ee barattoota biro hidhuuf akka bobbaโ€™an jiraattoonni naannoo fi Imaamooni ni ibsu.

Haaluma walfakkaatuun Limmuu Gannatitti Barattoonni kaleessa sababa jilbaabaa/Hijaabaa hidhaman gaafachuu namoota dhaqan dabalatee guyyaa harโ€™aa barattoonni 6 kan hidhamaniiru. Harโ€™a odeeffannoo naannoo dhaa na gaheen harโ€™as ajaja itti gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa godina Jimmaa Obbo Ashannaafi tiin shamarran jilbaaba uffatanii naannoo mana barumsaatti sochoโ€™aa argaman hidhamaniiru.

Kannneen gidduudhaa hidhaman keessaa Barsiisaa Anwaar Musxafaa namoota harโ€™a hidhaman keessatti kan argamu yammuu taโ€™u, kaleessa irraa eegalee hanga yoonaatti barattoonni hidhaman 17 kan gahan yoo taโ€™u harโ€™a waaree duuba mana murtitti dhihaachuun beellamni guyyaa 7 itti gaafatameera. Haaluma walfakkaatuun, Torban darbeerraa eegalee godinuma Jimmaa aanaa Xiroo afataa Magaalaa Dimtuu keessatti Barsiisoota muraasa amantaa biraa hordofanii fi bakka biraatii dhufaniin bifa qindaaโ€™een yoo shamarran muslimaa jilbaaba uffatani akka baratan kan eehyyamamuuf yoo taโ€™e barsiisuu kan dhaaban taโ€™u akeekkachissuun isaani barameera. Akkasumas yoo baratoota muslimaatiif jilbaabni eyyamameef isnis baratoota amantaa biraas akka uffata amantaa kessan naxalaafi uffata masqala qabu dhufatani dhuftanu jedhani kakaasaa jiru.

Dabalataanis Bulchaan godina Jimmaa Obbo Abdulhaakim Muluu akka jedhanutti barsiisoonni bakka birootii dhufan barattoota amantaa biraa hordofaniin yoo isaanii jilbaaba/Hijaaba uffatanii barachuun kan eeyyamamu taโ€™e isiniis Naxalaa fi uffata Masqalli irra jiru uffadhaa kottoo jechuun barattoota kakaasaa akka jiran gabaasa akka qabanii fi Caaseeffama nageenyaa godinichaa keessas rakkoon akka jiruu yaroo dhiheenyaa keessatti qulqulleessinee tarkaanfii kan fudhannu taโ€™a jedhaniiru.

Haaluma walfakkaatuun Magaala Oomoo Naaddaa keessatti dhiha kana warra jilbaaba uffatanuuf barattoota muslimaa qindeessu kan jedhan manaa mana deemuun yaalii poolisoonni qabanii hidhuuf taasisan maatiin waan dheekkameef ummata magaalattitti boombiin imimmeessaa itti dhukaafameera.
Odeeffannoo arganneen, Godina Jimmaatti Biiroon barnootaa fi Dhimmi nageenyaa barattoota irratti dhiibbaa isaa jabeessuun maatii amansiisuuf dhorkaa jilbaabaan walqabatee jiru itti fufsiisuuf kallatti akka qabatan beekameera.

Naannoodhaa kan naa bilbilan hooggansi Majlisaa tokko fi bulchaan aanaa tokko rakkoon caasaa biiroo barnootaa fi dhimma nageenyaa keessa garaagarummaa fi hasaasni akka jiru fi dhimmi kana irratti ejjannoodhaan gargar bahanii rakkoo kana barattoota irraan gahaa akka jiran ibsu.
From Ahmadin Jabal
Forwarded from SALAH MOHAMMED
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Insha allha nashiida harawa Abubaker tan jetu aboleysa keenya murad yero gabaabatti eega
@OfficialSalah
Inshallah cooming soon nashidaa
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Robsan Mohammed
As wa wb khabajamo hordoftota channela khiyya hunda
Akkuma bekkamutti garen nashida Al ansar inshad group ja'amtu akka albuma harawa isin biran gahuf deman dhagessaniru sanirra khan kha'e qoppi isani xumurun isin biran gahuf fixatani Wan jiranif guyya murasa booda sampila isa isin biran gahuf deman biifti nashidatin tannen fakkati
Maqan albuma
Dammaqi !!
1 Hadhato
2 Qura'ana
3 Marany (amaharic)
4 Rasula Rabbi
5 Mallato muslima
6 Qabrii
7 Ramadaana
8 Gama khe debi'e
9 Dammaqi !!
10 Hijaaba
11 Uhibuka (Arabic &Oromic)
Khana fakkati guyya murasa boda bifa sampilatin isin bira gahuf qoppidha
Namu akka irra fayyadamuf wal dhagesisa walifis #sher godha
#By Al ansar inshad group


@officialrobsan
@officialrobsan
Forwarded from Robsan Mohammed
Al ansar inshad group
Jechun tannen
@officialrobsan
@officialrobsan
Forwarded from Deleted Account
โ˜€Yero takka wanuma khana filadhu san boda wan aja'iba arku malta ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Biyya lamaanittu nama ittiin gamnadu nu haa taasisu.๐Ÿ™

JOIN Godha
@officialrobsan
@officialrobsan
Forwarded from Robsan Mohammed
Nashida harawa tan #assalamu aleykum jattu
Munshid Tofiq yusuf
Yero dhihotti
Nashida haraya tan #YAA MOWLAA Jattu Munshid JIBRIIL REDWAN Yeroo dhihootti Inshaa Allah