Muaz Mohamed πŸ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan πŸ€ Join πŸ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
Anis kunoo tokkicha ilma turkey eegaan ta.e bubbule
#IRREECHA.😳
#IRREECHA.πŸ˜πŸ‘‡πŸ‘€

Ergaa namni Islaama tahe hundi dubbisuu qabu
Share godhuun wal barsiisaa

1️⃣Ayyanni ireechaa mali ❓

Irreecha jechuun hikkaan isaa Ibaadaa ykn gabbartii yoo ta
β“œβ“€β“β“© β“œβ“žβ“—β“β“œβ“”β““

SEENAA GARAA NAMA NYAATU❗️

KABAJAA NAMAAF KANNUU



Seenaa baay'ee nama hawwatuudha dubbisaa.
Dubartii tokkotu mana raabsaa foonii keessa hojjetta ture. Guyyaa tokko gaafa hojiishee xumurtee jettu, kutaa foon diilalleessu ykn mana firiijii
seente achiin booda akka tasaa balballi firiijii osoo isheen keessa jirtuu itti cufame kuticha keessas ishee qofatu ture.

Iyya guddaadhaan iyyuu eegalte balbalichas reebuu eegalte,garuu iyya ishee namni dhagahuuf naannoo sana hin turre.
Hojjettoonni hundi gara manaatti galaniiru bakkee ta'aniis sagalee keessa jiru dhagahuun hin danda'amu.

Sa'atii 5 ega achi keessa turtee booda du'aaf jireenya gidduu taate, waardiyyaan warshaa foonii sanaas dhufee balbalicha irraatii bane, waan nama dinquu lubbuun ishees du'a irraa baraaramte.

Sa'atii muraasa booda waardiyyichaan "akkamiin dhuftee balbala kana narraa banuu dandeesse garuu?" Jettee gaafatteen.

Waardiyyichis deebisee akkas jedheen "waggaa 35'f warshaa foonii kana keessa hojjedheera hojjettoonni hedduus ba'anii hin galu garuu si qofa kan
gaafa ganama ganama dhuftu nagaa na gaafattee gaafa galgala baatu
ammoo nagaa natti dhaamtee kan deemtu. Namni baay'een akkuma wantan jiruuttillee hin lakkaa'ani.

Har'a ganama gaafa dhufte akkuma guyyaa kaanii "akkam jirta" naan jettee darbite. Garuu galgala kana sagalee kee "nagaan bulaa bor wal agarra" jettu hin dhageenye.Tarii lafa
hojii yoo jiraatte jedheen deemee sii ilaaluufis nan murteesse.

Anis akkuma warra kaanii nama ta'uukoo wanta na yaadachiisuuf Yeroo hundaa "akkam" fi "nagaatti" isheeti naan jettu nan eega. Kanas sirraa dhaga'uu dhabuu kootiin rakkoon akka jiru nan hubadhe. Kanaafan
iddoo hunda si barbaadee asitti si argee balbala sirraatii bane".
Ergasii imimmaan ishee lakkuu lolaasaa itti marmitee waan du'a irraa na oolchiteef galatoomi jetteeni.

Argitanii ilaalcha gaarii fi kabaja namaaf laachuun hammam akka bu'aa qabu.....??

Ilaalcha gaarii namaaf qabaachuun abuumaaf tola.

@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed

♻️ Invite your friends
MAHER ZAIN ☞ Official:
Warri Qabxiin Teeysan Isin Gammachiise Marti Keeysanuuu Baga gammaddan baga jiraattanii guyyaa kana AgartanπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘?πŸ‘
Alhamdulillaah Ja'aa Allaahaa Galteeyfadhaa Fadhuma Allaah
Watch "Heart touching aneshed cover by maher ahmed ( zain )" on YouTube
https://youtu.be/V5-xidrvHPA
Adunyan tun dhumtudha
ya 😭😭😭😭😭
Ekhiwani
Rasulafu
hin tolee
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Join Hagonu
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Obsasule
@obsaSule
@obsasule
Obsa Sule:
JAALALA RASUULLI RABBII SAW BILAALIIF QABU

Nabiyyiin jaalatamaan nabi Muhaammad (s.a.w) gara aakhiraatti eega godaananii booda guyyaa tokko Bilaal Ibn Rabaah ( r.a ) ebjuun isaan arge. Yommuu akkana isaan jedhan dhagahe. "Yaa

Bilaal, sila maaliif narraa fagaattedhuftee na hin ziyaartuu?" Jedhaniin. Bilaal onneen isaa gaddaan guuttamtee hirriba isaa irraa dammaqe. Gaala
isaatiin gulufee gara Madiinatti qajeele. Madiinaa yommuu gahus qabrii Ergamaa Rabbii ( s.a.w ) ni ziyaare. Guyyaa muraasaaf qabrii isaanii biratti taa'ee booye.

Jaalatamtoota ilmaan namaa kan tahan Hasanii fii Huseen dhufaniitiin Mu'azzina Ergamaa Rabbii ( s.a.w ) kan turan Bilaal Ibn Rabaah ofitti qabuun jaalalaan hammatan. "Yaa Bilaal keenya!..." jedhaniin. "Maaloo azaana kee yaadnee jirra koottuu maaliif dhuftee azaana Rabbii nu hin dhageessifne!" jechuun warwaatan.

Bilaalis isaan mufachiisu waan hin barbaadneef "Tole! " isaaniin jedhe. Eega Ergamaan Rabbii s.a.w gara aakhiraatti deebi'anii booda guyyaa takka azaana godhee hin beeku. Gara minbaraatti ol bahe.

Sagalee isaa bareedaa sanaan "Allahu Akbar Allahu Akbar!" Jedhee lallabe. "Ashihadu Allah ilaaha illa Allahu" yommuu jedhu yaadannoon Rasuulaa (s.a.w )naannawa magaalattii sanaa fii jiraattota magaalatti marse. Akka waan Rasuulli Rabbii ( s a w) deebi'anii dhufanitti isaanitti dhaga'ame.

Jiraattotni makkaa ni imimmaan harcaasan. Sahaabotni hundi ni booyan. Makkaan eega Ergamaan Rabbii ( s.a.w ) gama aakhiraatti godaananii booda yeroo jalqabaatiif imimmaaniin dhiqamte.

Bilaal booyichaan azaana gochuu hin dandeenye. Kophummaan itti dhaga'ame. Onneen Rasuula Rabbii ( s.a.w ) cinaa ofiiti dhabde duwwummaan akkamitti itti hin dhaga'amne jettaniiti?

Isaan kan ajjeese ture bar muhabbaa Ergamaa Rabbii ( s.a.w )malee waanbiroo hin taane. Isaan bar kan akkasitti isaan boochise jaalala Rasuula Rabbii ( s.a.w ) ti malee waan birooti miti.
Musiibaan Nabiyyii isaanii lubbuun of biraa dhabuu caalte addunyaa tana irratti isaan hin mudanne.

Fidaak Abii wa ummii yaa Rasuulallah

Mee namni ONLINE irra jirru hundi Rasuula keenya irratti salawaata haa buufnuu!

Sallallaahu aleyhi weselam!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡join hagonuπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@obsaSule
@obsaSule
@obsaSule
Watch "Documentary Seenaa Afaan oromoo tiin Waa.ee Oobsaafi Jiruufi Jireenya Isaanii Dhggeefadhaa" on YouTube
https://youtu.be/8w2NjxuKmKs
As wr wb Hordoftoota channel keenyaa " yeroo dheeraaf garagar bahuun keenya ni yaadatama amma yoo rabbi ja.e Nagayaan walitti deebinee jirra insha allah
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo:
Godina Jimmaatti har’as Sababa Jilbaabaatiin Kora bittinneessaan tumamanii hidhaman. Warri Kaleessa hidhamanis Mana murtiitti dhihaatan.
β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…β˜…

Taatee Limmu Gannat kaleessaatti dabalatee Godina Jimmaa Magaalaa Hasandaaboo mana barumsaa qophaa’inaa fi sadarkaa 2ffaa barattoota dubraa muslimootaa Jilbaaba uffatanii akka hin baranne yammu dhorkaman barattoota kuniif maaliif ta’ee jedhanii gaafatan 7 poolisoonni kora bittineessaa tumamamni hidhaniiruu.

Barattoota hidhaman gidduu dhaa kanneen armaan gadii yaroo ammaa gara mana Waajira Poolisi Naaddaatti hidhamanii argamu
1. Ahmaddiin Haji Muhammadnur
2. Saabit Siraaj
3. Mu’aaz Abbaa Tamaam
4. Mubaarak
5. Muhammad
6. Riyaad Haafiz

Barattoonni kora bittineessaa dhaan rukuttaan irra qaqqabe Gariin qaamaan madaa’uu fi miidhamuun irra qaqqabeera. Yaroo ammaas Magaala Hasandaaboo keessa kora bittinneessaan faca’ee barattoota biro hidhuuf akka bobba’an jiraattoonni naannoo fi Imaamooni ni ibsu.

Haaluma walfakkaatuun Limmuu Gannatitti Barattoonni kaleessa sababa jilbaabaa/Hijaabaa hidhaman gaafachuu namoota dhaqan dabalatee guyyaa har’aa barattoonni 6 kan hidhamaniiru. Har’a odeeffannoo naannoo dhaa na gaheen har’as ajaja itti gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa godina Jimmaa Obbo Ashannaafi tiin shamarran jilbaaba uffatanii naannoo mana barumsaatti socho’aa argaman hidhamaniiru.

Kannneen gidduudhaa hidhaman keessaa Barsiisaa Anwaar Musxafaa namoota har’a hidhaman keessatti kan argamu yammuu ta’u, kaleessa irraa eegalee hanga yoonaatti barattoonni hidhaman 17 kan gahan yoo ta’u har’a waaree duuba mana murtitti dhihaachuun beellamni guyyaa 7 itti gaafatameera. Haaluma walfakkaatuun, Torban darbeerraa eegalee godinuma Jimmaa aanaa Xiroo afataa Magaalaa Dimtuu keessatti Barsiisoota muraasa amantaa biraa hordofanii fi bakka biraatii dhufaniin bifa qindaa’een yoo shamarran muslimaa jilbaaba uffatani akka baratan kan eehyyamamuuf yoo ta’e barsiisuu kan dhaaban ta’u akeekkachissuun isaani barameera. Akkasumas yoo baratoota muslimaatiif jilbaabni eyyamameef isnis baratoota amantaa biraas akka uffata amantaa kessan naxalaafi uffata masqala qabu dhufatani dhuftanu jedhani kakaasaa jiru.

Dabalataanis Bulchaan godina Jimmaa Obbo Abdulhaakim Muluu akka jedhanutti barsiisoonni bakka birootii dhufan barattoota amantaa biraa hordofaniin yoo isaanii jilbaaba/Hijaaba uffatanii barachuun kan eeyyamamu ta’e isiniis Naxalaa fi uffata Masqalli irra jiru uffadhaa kottoo jechuun barattoota kakaasaa akka jiran gabaasa akka qabanii fi Caaseeffama nageenyaa godinichaa keessas rakkoon akka jiruu yaroo dhiheenyaa keessatti qulqulleessinee tarkaanfii kan fudhannu ta’a jedhaniiru.

Haaluma walfakkaatuun Magaala Oomoo Naaddaa keessatti dhiha kana warra jilbaaba uffatanuuf barattoota muslimaa qindeessu kan jedhan manaa mana deemuun yaalii poolisoonni qabanii hidhuuf taasisan maatiin waan dheekkameef ummata magaalattitti boombiin imimmeessaa itti dhukaafameera.
Odeeffannoo arganneen, Godina Jimmaatti Biiroon barnootaa fi Dhimmi nageenyaa barattoota irratti dhiibbaa isaa jabeessuun maatii amansiisuuf dhorkaa jilbaabaan walqabatee jiru itti fufsiisuuf kallatti akka qabatan beekameera.

Naannoodhaa kan naa bilbilan hooggansi Majlisaa tokko fi bulchaan aanaa tokko rakkoon caasaa biiroo barnootaa fi dhimma nageenyaa keessa garaagarummaa fi hasaasni akka jiru fi dhimmi kana irratti ejjannoodhaan gargar bahanii rakkoo kana barattoota irraan gahaa akka jiran ibsu.
From Ahmadin Jabal
Forwarded from SALAH MOHAMMED
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Insha allha nashiida harawa Abubaker tan jetu aboleysa keenya murad yero gabaabatti eega
@OfficialSalah
Inshallah cooming soon nashidaa
https://telegram.me/httpsHamzamohammed