Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
Photo
As wr wb

Oduu gammachistu articst @abdukiar kan ja.amu wallisa fi artisti guddan beekkamti akkan qabu tahuun isaa ni beekkama garuu yeroo amma kana mana rabbi kabajama kesatti umraa godha jira

Masha allah
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Video gara gara nshida da,awafi waloloo k.kf argachuf channel youtube kiyya
Subscribe godha
 ๐Ÿƒ‏ู‚ุงู„ ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ : "ุฎูŠุฑู ูŠูˆู…ู ุทู„ุนุช ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุดู…ุณ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ููŠู‡ ุฎูู„ู‚ ุขุฏู… ูˆููŠู‡ ุฃุฏุฎู„ ุงู„ุฌู†ุฉ ูˆููŠู‡ ุฃุฎุฑุฌ ู…ู†ู‡ุง ูˆู„ุง ุชู‚ูˆู… ุงู„ุณุงุนุฉ ุฅู„ุง ููŠ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ"
ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู… 854
๐ŸŽˆErgaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
๐Ÿƒ  ๐Ÿƒ  ๐Ÿƒ๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹
โœ‏ู…ู† ุณู†ู† ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ
โœSunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-ุงู„ุฅุบุชุณุงู„
๐Ÿ‘‰Qaama dhiqachu
2-ุงู„ุชุทูŠุจ
๐Ÿ‘‰WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-ู„ุจุณ ุงู„ุฌู…ูŠู„
๐Ÿ‘‰Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-ุงู„ุชุณูˆูƒ
๐Ÿ‘‰ilkaan suwaakatu
5-ุงู„ุชุจูƒูŠุฑ ุฅู„ู‰ ุงู„ู…ุณุฌุฏ
๐Ÿ‘‰Ganamaan gara masjida dhufuu
6-ู‚ุฑุงุกุฉ ุณูˆุฑุฉ ุงู„ูƒู‡ู
๐Ÿ‘‰Suratul-khahfi qara'u
7-ุงู„ุฅูƒุซุงุฑ ู…ู† ุงู„ุฏุนุงุก
๐Ÿ‘‰DUA'II heddumessu
8-ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ๏ทบ
๐Ÿ‘‰Nabiirratti salawaata buusu
โ–ชโ–ชโ–ชโ–ช
โž–๐Ÿƒโž–โž–โž–โž–
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed

Channel kana waliin haa guddifnu namu group kessa jiruufi saabibbotan isaan gara channel kana haa yaamnu

โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜
Salatawata buustee ?
๐ŸŒด OBBOLEESSA KIYYA KABAJAMAA !! OBBOLEETTII TIYYA QAALII !! IIMAANNI KEE AKKA SIIF JABAATU YOO FEETE!!
Ee dhugaadha ni jaalatta.
Waan saddeettan armaan gadii kana yoo hojjatte,dhugatti iimaanni kee siif jabaata.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
1โˆš. Salaata shanan yaroodhaan masjidatti salaati.
2โˆš. Guyyaatti yaroo hanga takka zikrii godhi.
3โˆš. Yoo xiqqaate guyyaatti yaroo hanga takka ija imimmaanitiin du'aa'ii godhadhu.
4โˆš. Guyyaatti yaroo hanga takka dirqama ofirratti godhiitii qur'aana qara'i.
5โˆš. Saahiba hamaa irraa fagaadhu.
6โˆš. Ergamaa rabbii irratti nagayaa fi rahmata buusuu heddummeessi.
7โˆš. Baatirraa guyyaa sadi soomana sunnaa soomani.
8โˆš. Yoo rabbiin siif laaffise halkan keessa ka'iitii salaata leeylii salaati,yoo halkan keessa ka'uu hin dandeenye ishaa'ii booda salaatii rafi.
Mee waan kanniin hojjadhuutii san booda iimaana kee LAALI.

@share_share godhuudhaan keeyrii carraaqadhaa
http://t.me/muazmohamed
http://t.me/muazmohamed
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Forwarded from MRJ Damee Hundanee
"""""Faashiina Fashion"""
""""---""""----"""""---""""---"""""---""""---"""
--------Kutaa Tokkeysaa-------
___________
-Faashiina jachuun maali?
-Eysarraa dhufe?
-Maalif dhufe?
-Miidhaan inni qabu maali?
-Akkamitti irraa tiyfamna?
____/_______/_____
-Mata duree kana jalatti waan heddu nama fayyadu baranna eysa akka jirru qoranna eysa dhaqu akka qabnu hubanna
-Hadara hadara mata duree kana haga xumuraatti hordofuu qabna hadaraa
______________
----Barumsa Jalqabaa---

#Faashiina_jachun_maali?
-Faashiina jachuu kana wanni nuti itti beynu uffata fi kobee amma baate jachutti beyna
-Faashiina jachuun waan yahuudaan ittin islaama jallisuuf qabattee dhufteen keessa isa tokko.
-Faashiinni tooftaa ittin sunnaa yahuudaa nama qabachisaniin irraa isa hangafaati
________///////___/__/
Faashiinii eysa dhufe?
__________________
-Faashinni kun yahuuda biraa dhufe karaa heddun dhufe san kessa media uffata nyaata fi waan heddun dhufe waluma galatti jiruu guutun faashiina akka taatun dhufe
_______/\_______
Faashinni maalif dhufe?
_____/\_____
Yahudoonni ummata islaama jallisuuf akka namni osoo hin beyne isaan jaalate aadaa isaani qabatu godhuf yaada fidan yaadni isaanii guyya guyyaan waan haraya baasani akka namni waan isaan guyyaan jijjiran kana qabatu laalan san boda waan sunnaa Rassula saw faalleysu fidan namni duraan isaan hordofe waan isaan fidan hunda qabatee waan jiruuf faalla shariya Kanas harka lamaan irra qeebala
------itti fufa----- insha allah
__________/\___________
t.me/Sanduyusra
t.me/Sanduyusra
๐Ÿ‘‰๐ŸŒด gurbaan tokko gara sahaabticha guddaa abdallaah binu Abbaasitti dhufeeti akkana ja"en...
Yaa ilma adeera rasuulaa lubbuu takkaan ajjessee rabbiin towbaa narratti ni deebi"aa.?!!
Haati tee lubbuudhaan ni jirti ja"en ibnu abbaas..!!
Lakkii ja"en gurbaan..
Istikfaara heddummeysi rabbiin siif araarama ja"en ibnu Abbaas...

# yeroo gurbaan gaafii gaafate achi garagale.darastichi ibnu Abbaas guddaan Axaa"a binu yasaar : yaa ilma adeera rasuulaa maalif haadha isaa gaafatte ja"en..!!?
Ibnu Abbaas : dalagaa takkallee tan rabbi biratti akkaan jaalatamtu hin beeku haadhaa fi abbatti tola oolurra ja"en..!!
ุจุฑูˆ ุฃุจุงุกูƒู… ุชุจุฑูƒู… ุฃุจู†ุงุกูƒู…
Haadhaa fi Abbaa kessanitti tola oolaa, ilmoo teeysaniitu tola isinitti oola.!!

๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿƒ join..
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
#gurbaan yahuuda tokko ganda muslimoota tokko gubbaa osoo dabrutti jiru..ulamaa"i ganda sanirratti amantii isaani irratti wal fakkeeysu fadhe..!!

#garuu osoo ganda hin gahin gurbaa gabaree kan re"ee tiiysu tokko arke..yahudichi lubbuu isaa kessatti gurbaa re"ee tiiysu kanaanin eegala ja"eti biratti achi deeme..!!

#yahudichi nama muslimaa kan imalturra jiru if fakkeyseeti bira dhaqe..!!
Eega yeroo xiqqo takka isa bira taa"ee booda akkan ja"en...
Nuti muslimoonni qur"ana juuza soddom (30) haffazun kun nutti ulfaata jachuu hin arkitu.?
Ayaata hedduu ka wal fakkaatuutu kessa jira maalif ayaata wal fakkaatu kana kessaa darbine firraa hin salphifne akka laaftutti haffaznuuf ja"en..!!

#ammaas yahudichi kofla nama hamtuu garaa qabu kofalaa dubbii isaa itti fufe.. : ayatni irra daddebitu ta wal fakkaattu tun faayida takka hin qabdu..
Tanaaf ta wal fakkaattu firraa kessa baafneeti akka qur"anni nuufis laaffatuuf irraas deebi"us dandeenyuf firraa salphifna ja"en..!!

#yeroo yahudichi fixate gurbaan re"ee tiiysu kun ; jachi kee gaaridha namaas ni fudhachiisa ...!! Garuu gaafin qaba ja"en.!
Qaama kee kana kessa wanni wal fakkaatu hedduutu jira ? fknf miila lama ,harka lama ,ija lama ,Fi gurra lama..
Maalif qaama kee ka wal fakkaatu kana sirraa mummurre akka qaamni kee siif salphatuf nyaanni ati nyaattus gamuma takkatti akka deemu maalif hin goone ja*en..atiis qaama faayida siif hin qabne kana baadhatte deemurra hafuura fudhatta ja"en..!!

Yeroo tana yahudichi rifatee Huccuu isaa wali qabate deeme haala lubbuu saa kessatti akkana ja"un...: yaadaa fi deebisaan gurbaa re"ee tiiysu yeroo kana taate deebisaan ulamaa"ii isaani akkami haala ja"un kute..!!

ุงู„ู„ู‡ู… ูู‚ู‘ู‡ู†ุง ููŠ ุงู„ุฏูŠู† ูˆ ุซุจุชู†ุง ูˆ ุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู† ุนู„ู‰ ุงู„ุตุฑุงุท ุงู„ู…ุณุชู‚ูŠู… .
๓พ ฐ๓พ ฐ๓พ ฏ๓พ ฏ
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Ergaa ganama jum'aa...by Shekh m.arifii...๐ŸŒด๐ŸŒด
" ุนู† ุงุจูŠ ู‡ุฑูŠุฑุฉ(ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡)ุŒุฃู† ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ู‚ุงู„"ุฅุฐุง ู‚ู„ุช ู„ุตุง ุญุจูƒ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูˆุงู„ุฅู…ุงู… ูŠุฎุทุจุŒ ูู‚ุฏ ู„ุบูˆุฉ"....ุฑูˆุงู‡ ุงู„ุจุฎุงุฑูŠ
Ibsi hadiisa kanaa Akka sheekni maqaan isaa munjid ja'amu ibsanitti "Namni jum'aa salaatu dhufe dirqamni isarratti godhame jira akka callisu yeroo imaamni minbararratti olbahee khuxbaa godhu,isaaf hinbarbaadamu saahiba isaatiin haasawuu,osoo isaan "us" ja'allee..Namni dubbate ykn saahiba isaatiin us ja'e dhugumatti taphatee jira, namni taphate jum'aan isaaf hinjirtuu"".jedhan

ุงู„ู„ู‡ู… ุงุบุซ ุฅุฎูˆุงู†ู†ุง ููŠ ุฌู…ูŠุน ุจู„ุงุฏ ุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู†ุŒูƒู† ู„ู‡ู… ู†ุงุตุฑุง ูˆู…ุนูŠู†ุง ุญุงูุธุง ูˆุธู‡ูŠุฑุง.......


Haa jarjarru yeroon jum'aa dhaquu๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ.....

Share godhi obboleyyan keetif๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š

@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
๐Ÿคช Seenaa haalaan nama boohatsituu taate

โœ Muaz mohamed

๐ŸŒด Gaaf tokko gurbaa tokkotu osoo imaltuu deemaa jiruu beelawe hoggaa kana namntitti takka tan buddena buusu jirtu arge

Bira dhaqee akkana ja.een " ummanni abalu abalu ja.amu wal fixanii deemiiti itti dirmadhu ja.een

Hoggaa kana isiinis buddena buusu jirtu walitti dhiistee firmachuuf kutte hogga kana gurbaan kun buddeena hunda walitti guurratee kara gaaraa olbahuuf kute

Isiinis yeroo deebitu namticha buddena fudhee gaara koruu deemu kana agartee akkana jatteen " yaaboo rabbiin gaara kana sin korsiisin jatten inni akkana ja.een " labbaan gora gaa ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ ja.een

Itti aantee ammas abaaru seente akkana jatten " deem rabbiin nagayaan manatti sin galchin jatteen

Innis akkana jachuun abarsa deebise " karaan bulagaa ja.een
๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„

Achumanu channel kana join gochuu hin dagatinaa odeeygannon gara garaa akka dafee isin dhaqqabuuf

๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Channel photo updated
Muslimoonni Guyyaa kaleessa biyya New Zealand itti Shahiide keessaa :

โ— Namni 19 Falasxiin
โ— Namni 3 Soomaaliyaa
โ— Namni 5 Tuuniisiya
โ— Namni 5 Bangaladeesh
โ— Namni 4 Mooroko
โ— Namni 3 Yemen
โ— Namni 2 Iraaq
โ— Namni 2 Jorden
โ— Namni 1 Suuriya
โ— Namni 1 Iiraan
โ— Namni 1 Saudi Arabia
โ— Namni 1 Afgaanistaan
Tahuu isaanii Gabaafame jira.
Hanga hafan garuu,ganaa hin beekkamne.
Hunda isaaniituu Rabbiin haa araaramuuf .
โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamef