Muaz Mohamed ๐ Official
Photo
As wr wb
Oduu gammachistu articst @abdukiar kan ja.amu wallisa fi artisti guddan beekkamti akkan qabu tahuun isaa ni beekkama garuu yeroo amma kana mana rabbi kabajama kesatti umraa godha jira
Masha allah

๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed

Telegram

Video gara gara nshida da,awafi waloloo k.kf argachuf channel youtube kiyya
Subscribe godha
Subscribe godha
๐ูุงู ุงููุจู ๏ทบ : "ุฎูุฑู ููู
ู ุทูุนุช ุนููู ุงูุดู
ุณ ููู
ุงูุฌู
ุนุฉ ููู ุฎููู ุขุฏู
ูููู ุฃุฏุฎู ุงูุฌูุฉ ูููู ุฃุฎุฑุฌ ู
ููุง ููุง ุชููู
ุงูุณุงุนุฉ ุฅูุง ูู ููู
ุงูุฌู
ุนุฉ"
ุฑูุงู ู ุณูู 854
๐Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
๐ ๐ ๐๐๐๐๐
โู ู ุณูู ููู ุงูุฌู ุนุฉ
โSunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-ุงูุฅุบุชุณุงู
๐Qaama dhiqachu
2-ุงูุชุทูุจ
๐WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-ูุจุณ ุงูุฌู ูู
๐Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-ุงูุชุณูู
๐ilkaan suwaakatu
5-ุงูุชุจููุฑ ุฅูู ุงูู ุณุฌุฏ
๐Ganamaan gara masjida dhufuu
6-ูุฑุงุกุฉ ุณูุฑุฉ ุงูููู
๐Suratul-khahfi qara'u
7-ุงูุฅูุซุงุฑ ู ู ุงูุฏุนุงุก
๐DUA'II heddumessu
8-ุงูุตูุงุฉ ุนูู ูุจููุง ๏ทบ
๐Nabiirratti salawaata buusu
โชโชโชโช
โ๐โโโโ
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Channel kana waliin haa guddifnu namu group kessa jiruufi saabibbotan isaan gara channel kana haa yaamnu
โโโโโโโโโโ

๐ด OBBOLEESSA KIYYA KABAJAMAA !! OBBOLEETTII TIYYA QAALII !! IIMAANNI KEE AKKA SIIF JABAATU YOO FEETE!!
Ee dhugaadha ni jaalatta.
Waan saddeettan armaan gadii kana yoo hojjatte,dhugatti iimaanni kee siif jabaata.
๐๐๐๐๐๐
1โ. Salaata shanan yaroodhaan masjidatti salaati.
2โ. Guyyaatti yaroo hanga takka zikrii godhi.
3โ. Yoo xiqqaate guyyaatti yaroo hanga takka ija imimmaanitiin du'aa'ii godhadhu.
4โ. Guyyaatti yaroo hanga takka dirqama ofirratti godhiitii qur'aana qara'i.
5โ. Saahiba hamaa irraa fagaadhu.
6โ. Ergamaa rabbii irratti nagayaa fi rahmata buusuu heddummeessi.
7โ. Baatirraa guyyaa sadi soomana sunnaa soomani.
8โ. Yoo rabbiin siif laaffise halkan keessa ka'iitii salaata leeylii salaati,yoo halkan keessa ka'uu hin dandeenye ishaa'ii booda salaatii rafi.
Mee waan kanniin hojjadhuutii san booda iimaana kee LAALI.
@share_share godhuudhaan keeyrii carraaqadhaa
http://t.me/muazmohamed
http://t.me/muazmohamed
Ee dhugaadha ni jaalatta.
Waan saddeettan armaan gadii kana yoo hojjatte,dhugatti iimaanni kee siif jabaata.
๐๐๐๐๐๐
1โ. Salaata shanan yaroodhaan masjidatti salaati.
2โ. Guyyaatti yaroo hanga takka zikrii godhi.
3โ. Yoo xiqqaate guyyaatti yaroo hanga takka ija imimmaanitiin du'aa'ii godhadhu.
4โ. Guyyaatti yaroo hanga takka dirqama ofirratti godhiitii qur'aana qara'i.
5โ. Saahiba hamaa irraa fagaadhu.
6โ. Ergamaa rabbii irratti nagayaa fi rahmata buusuu heddummeessi.
7โ. Baatirraa guyyaa sadi soomana sunnaa soomani.
8โ. Yoo rabbiin siif laaffise halkan keessa ka'iitii salaata leeylii salaati,yoo halkan keessa ka'uu hin dandeenye ishaa'ii booda salaatii rafi.
Mee waan kanniin hojjadhuutii san booda iimaana kee LAALI.
@share_share godhuudhaan keeyrii carraaqadhaa
http://t.me/muazmohamed
http://t.me/muazmohamed
Muaz Mohamed ๐ Official
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Telegram
Muaz Mohamed ๐ Official
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
Forwarded from MRJ Damee Hundanee
"""""Faashiina Fashion"""
""""---""""----"""""---""""---"""""---""""---"""
--------Kutaa Tokkeysaa-------
___________
-Faashiina jachuun maali?
-Eysarraa dhufe?
-Maalif dhufe?
-Miidhaan inni qabu maali?
-Akkamitti irraa tiyfamna?
____/_______/_____
-Mata duree kana jalatti waan heddu nama fayyadu baranna eysa akka jirru qoranna eysa dhaqu akka qabnu hubanna
-Hadara hadara mata duree kana haga xumuraatti hordofuu qabna hadaraa
______________
----Barumsa Jalqabaa---
#Faashiina_jachun_maali?
-Faashiina jachuu kana wanni nuti itti beynu uffata fi kobee amma baate jachutti beyna
-Faashiina jachuun waan yahuudaan ittin islaama jallisuuf qabattee dhufteen keessa isa tokko.
-Faashiinni tooftaa ittin sunnaa yahuudaa nama qabachisaniin irraa isa hangafaati
________///////___/__/
Faashiinii eysa dhufe?
__________________
-Faashinni kun yahuuda biraa dhufe karaa heddun dhufe san kessa media uffata nyaata fi waan heddun dhufe waluma galatti jiruu guutun faashiina akka taatun dhufe
_______/\_______
Faashinni maalif dhufe?
_____/\_____
Yahudoonni ummata islaama jallisuuf akka namni osoo hin beyne isaan jaalate aadaa isaani qabatu godhuf yaada fidan yaadni isaanii guyya guyyaan waan haraya baasani akka namni waan isaan guyyaan jijjiran kana qabatu laalan san boda waan sunnaa Rassula saw faalleysu fidan namni duraan isaan hordofe waan isaan fidan hunda qabatee waan jiruuf faalla shariya Kanas harka lamaan irra qeebala
------itti fufa----- insha allah
__________/\___________
t.me/Sanduyusra

๐๐ด gurbaan tokko gara sahaabticha guddaa abdallaah binu Abbaasitti dhufeeti akkana ja"en...
Yaa ilma adeera rasuulaa lubbuu takkaan ajjessee rabbiin towbaa narratti ni deebi"aa.?!!
Haati tee lubbuudhaan ni jirti ja"en ibnu abbaas..!!
Lakkii ja"en gurbaan..
Istikfaara heddummeysi rabbiin siif araarama ja"en ibnu Abbaas...
# yeroo gurbaan gaafii gaafate achi garagale.darastichi ibnu Abbaas guddaan Axaa"a binu yasaar : yaa ilma adeera rasuulaa maalif haadha isaa gaafatte ja"en..!!?
Ibnu Abbaas : dalagaa takkallee tan rabbi biratti akkaan jaalatamtu hin beeku haadhaa fi abbatti tola oolurra ja"en..!!
ุจุฑู ุฃุจุงุกูู ุชุจุฑูู ุฃุจูุงุกูู
Haadhaa fi Abbaa kessanitti tola oolaa, ilmoo teeysaniitu tola isinitti oola.!!
๐๐๐๐๐๐๐ join..

#gurbaan yahuuda tokko ganda muslimoota tokko gubbaa osoo dabrutti jiru..ulamaa"i ganda sanirratti amantii isaani irratti wal fakkeeysu fadhe..!!
#garuu osoo ganda hin gahin gurbaa gabaree kan re"ee tiiysu tokko arke..yahudichi lubbuu isaa kessatti gurbaa re"ee tiiysu kanaanin eegala ja"eti biratti achi deeme..!!
#yahudichi nama muslimaa kan imalturra jiru if fakkeyseeti bira dhaqe..!!
Eega yeroo xiqqo takka isa bira taa"ee booda akkan ja"en...
Nuti muslimoonni qur"ana juuza soddom (30) haffazun kun nutti ulfaata jachuu hin arkitu.?
Ayaata hedduu ka wal fakkaatuutu kessa jira maalif ayaata wal fakkaatu kana kessaa darbine firraa hin salphifne akka laaftutti haffaznuuf ja"en..!!
#ammaas yahudichi kofla nama hamtuu garaa qabu kofalaa dubbii isaa itti fufe.. : ayatni irra daddebitu ta wal fakkaattu tun faayida takka hin qabdu..
Tanaaf ta wal fakkaattu firraa kessa baafneeti akka qur"anni nuufis laaffatuuf irraas deebi"us dandeenyuf firraa salphifna ja"en..!!
#yeroo yahudichi fixate gurbaan re"ee tiiysu kun ; jachi kee gaaridha namaas ni fudhachiisa ...!! Garuu gaafin qaba ja"en.!
Qaama kee kana kessa wanni wal fakkaatu hedduutu jira ? fknf miila lama ,harka lama ,ija lama ,Fi gurra lama..
Maalif qaama kee ka wal fakkaatu kana sirraa mummurre akka qaamni kee siif salphatuf nyaanni ati nyaattus gamuma takkatti akka deemu maalif hin goone ja*en..atiis qaama faayida siif hin qabne kana baadhatte deemurra hafuura fudhatta ja"en..!!
Yeroo tana yahudichi rifatee Huccuu isaa wali qabate deeme haala lubbuu saa kessatti akkana ja"un...: yaadaa fi deebisaan gurbaa re"ee tiiysu yeroo kana taate deebisaan ulamaa"ii isaani akkami haala ja"un kute..!!
ุงูููู ูููููุง ูู ุงูุฏูู ู ุซุจุชูุง ู ุงูู ุณูู ูู ุนูู ุงูุตุฑุงุท ุงูู ุณุชููู .
๓พ ฐ๓พ ฐ๓พ ฏ๓พ ฏ

Ergaa ganama jum'aa...by Shekh m.arifii...๐ด๐ด
" ุนู ุงุจู ูุฑูุฑุฉ(ุฑุถู ุงููู ุนูู)ุุฃู ุฑุณูู ุงููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ูุงู"ุฅุฐุง ููุช ูุตุง ุญุจู ููู ุงูุฌู ุนุฉ ูุงูุฅู ุงู ูุฎุทุจุ ููุฏ ูุบูุฉ"....ุฑูุงู ุงูุจุฎุงุฑู
Ibsi hadiisa kanaa Akka sheekni maqaan isaa munjid ja'amu ibsanitti "Namni jum'aa salaatu dhufe dirqamni isarratti godhame jira akka callisu yeroo imaamni minbararratti olbahee khuxbaa godhu,isaaf hinbarbaadamu saahiba isaatiin haasawuu,osoo isaan "us" ja'allee..Namni dubbate ykn saahiba isaatiin us ja'e dhugumatti taphatee jira, namni taphate jum'aan isaaf hinjirtuu"".jedhan
ุงูููู ุงุบุซ ุฅุฎูุงููุง ูู ุฌู ูุน ุจูุงุฏ ุงูู ุณูู ููุูู ููู ูุงุตุฑุง ูู ุนููุง ุญุงูุธุง ูุธููุฑุง.......
Haa jarjarru yeroon jum'aa dhaquu๐๐๐.....
Share godhi obboleyyan keetif๐๐๐๐๐

๐คช Seenaa haalaan nama boohatsituu taate
โ Muaz mohamed
๐ด Gaaf tokko gurbaa tokkotu osoo imaltuu deemaa jiruu beelawe hoggaa kana namntitti takka tan buddena buusu jirtu arge
Bira dhaqee akkana ja.een " ummanni abalu abalu ja.amu wal fixanii deemiiti itti dirmadhu ja.een
Hoggaa kana isiinis buddena buusu jirtu walitti dhiistee firmachuuf kutte hogga kana gurbaan kun buddeena hunda walitti guurratee kara gaaraa olbahuuf kute
Isiinis yeroo deebitu namticha buddena fudhee gaara koruu deemu kana agartee akkana jatteen " yaaboo rabbiin gaara kana sin korsiisin jatten inni akkana ja.een " labbaan gora gaa ๐๐๐ ja.een
Itti aantee ammas abaaru seente akkana jatten " deem rabbiin nagayaan manatti sin galchin jatteen
Innis akkana jachuun abarsa deebise " karaan bulagaa ja.een
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Achumanu channel kana join gochuu hin dagatinaa odeeygannon gara garaa akka dafee isin dhaqqabuuf
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

Muslimoonni Guyyaa kaleessa biyya New Zealand itti Shahiide keessaa :
โ Namni 19 Falasxiin
โ Namni 3 Soomaaliyaa
โ Namni 5 Tuuniisiya
โ Namni 5 Bangaladeesh
โ Namni 4 Mooroko
โ Namni 3 Yemen
โ Namni 2 Iraaq
โ Namni 2 Jorden
โ Namni 1 Suuriya
โ Namni 1 Iiraan
โ Namni 1 Saudi Arabia
โ Namni 1 Afgaanistaan
Tahuu isaanii Gabaafame jira.
Hanga hafan garuu,ganaa hin beekkamne.
Hunda isaaniituu Rabbiin haa araaramuuf .
โโโโโโโโโโโโโโโโ
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamef