Muaz Mohamed ๐ Official
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed

Telegram

Photo
Assalamu aleykum warahmatullaji wabarakatuhu
Qophii ustaz qamar hussen fi paster iyyi cufaa waliin qabaan san sababa iyyu qophi irratti argamuu hin dandahu jedheef qophii dabartee jirti odefanno qulqullu armaan olii ilaalu ni dandeessu
Waanumaanin ani sodaadhe yaaboo akka inni hin dhufne shakkii baay.ee qabaachuu ture akkaasuma tahe
Ajaa.iba wallaahi ๐ฑ

Forwarded from Abdurrahman Muhammad
--------------------------
BIYYI KAN WALIINIITI AMANTIIN KAN DHUUNFAATIโผ๏ธ
=============================
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
โAbdurrahmaan Muhaammad

Gurraandhala 2/2011 E.C
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
//\\//\\//\\//\\//\\//
๐Jecha Mata-duree irratti kaasne kana Namni hiika isaa hubate jiraa laataโ
โ๏ธJechichi Jecha akkaan jabaa fi jecha Munaafiqummaa fi sadarkaalee biroottillee nama geessuu danda'uudha.
MEE JECHICHA IBSINEE KAANEE GARA IBSA ISAATTI HAA SEENNU.
-------------------------
โฃใBiyyi kan waliiniitii, Amantiin kan dhuunfaatiใjechi jedhu keessa beekkannoodhaan(Iccitiin isaa) kan inni of keessaa qaba <<HURRIYYUMMAA AMANTII>> Ykn Mirga Amantii barbaadde hordofuu of keessaa qaba. Kunis Amantiin kan dhuunfaati yeroo jedhu Namni kamuu amantii dhuunfaa isaa qaba, kanaafuu Amantii namaa irratti dubbachuu hin qabnuu fi kkn fakkaatan kan of keessaa qabuudha. Kun immoo diinii islaamaa keessatti iddoo hin qabu.
Mee jecha Hurriyyummaa Amantii(Namni kamuu mirga Amantii barbaade hordofuu ni qaba)qaa'idaa jedhu haa ilaallu.
ฯฯฯฯฯฯฯฯฯฯฯฯฯฯฯฯฯฯ
Hurriyyummaa Amantiiโผ๏ธ
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
โ๏ธInnis Namni tokko mirga Amantaa barbaade hordofuu ni qaba jechuudha. Yaadi kun kan madde Jalqaba biyya Giriik keessaa yoo ta'u innis Diimookiraasii wajjiin kan maddeedha. Akka seera Diimokraasiitti Namni kamiyyuu amantaa barbaade hordofuu danda'a kan jedhu of keessaa qaba. Yaadi kunis akka waan Islaaminnaatti duuluuf itti yaadamee qophaa'e fakkaata,akkasumas.
-------------------
Hurriyyummaa Amantii Islaaminnaa keessatti.โผ๏ธ
=====================
โพ๏ธ Seerri "Nmani kamiyyuu Amantii barbaade hordofuu qaba" jedhu Isalaaminnaa keessatti bakka hin qabu. Namni jecha kana dhugoomsu islaama keessaa yoo jiraatees jecha rabbii kan rabbiin {{ุฅู ุงูุฏูู ุนูุฏ ุงููู ุงูุฅุณูุงู ]] jedhu kijibsiisaa akka jiru beekamaadha. Kanaaf muslimtootni jecha akkanaa kana irraa of eeggachuu qabna.
=======>>====>>=======
๐Wallaaltoota Islaamaa kan diinii isaanii hin hubatin irraa waan argamuโผ๏ธ
=====================
Maqaa waliin jireenyaatiif jecha yookaan immoo faayidaa dhuunfaatiif jecha yookaan immoo hubannaa dhabuu irraa kan ka'e Aayaa Rabbii kan suuraa baqaraa keessa jiru{{ ูุง ุฅูุฑุงู ูู ุงูุฏูู}} kan jedhu qabachuudhaan akka fedhii isaaniitiif ta'utti hiikanii ittiin ragaa godhatu. Akkana jedhanii lallabus:- Amantiin keenya Mirga Amantii kamiituu eegeee jira. Namni kamuu Amantii barbaade qabchuu danda'a.Isliminnaa keessa dirqiin(dirqamni) hin jiru jechuudhaan ma'anaaa Aayataa jijjiiru. Aayaata garuu kan itti fedhame kanaa miti. Namn gaaf gara Amantaa Islaamaatti waamtan Doorsistanii yoo amanuu baatte siin ajjeesa fi jechoota kana fakkaatu fayyadamtanii dirqamaan gara isliminnaa hin galchinaa,dura maalummaa islaaminnaa ibsaafii hamma inni islaaminnaa hubatee gara islaaminnaa seenutti ergaa jedhu qaba malee akka isaan ittti hiikkatan sanaa miti.
----------------------
Waan Muslimtoots Irraa Eegamuโผ๏ธ
--------------------------
โ๏ธHamma dandeenyee fi Yeroo qaawwa argannetti karaa kamiinuu haa ta'u Namoota Amantaa biraa irra jiran gara islaaminnaatti waamuu qabna.
โ๏ธ Amntaa Islaaminnaatiin Alatti Amantaan biraa sirrii fi fudhatama akka hin qabne beeksisuu qabna.
โ๏ธYeroo Nama waamnu beekumsa irratti ta'uu qaba.
โ๏ธFedhii lubbuu keenyaa guuttachuuf jecha Qur'aanaan Naggaduu hin qabnu.
========>==================
โAbdurrahmaan Muhaammad
-----------------------
Gurraandhala 2/2011
AUIT,Ambo
@Abdurrahmanaq

As wr wb
Oduu gammachistu articst @abdukiar kan ja.amu wallisa fi artisti guddan beekkamti akkan qabu tahuun isaa ni beekkama garuu yeroo amma kana mana rabbi kabajama kesatti umraa godha jira
Masha allah
Oduu gammachistu articst @abdukiar kan ja.amu wallisa fi artisti guddan beekkamti akkan qabu tahuun isaa ni beekkama garuu yeroo amma kana mana rabbi kabajama kesatti umraa godha jira
Masha allah
Muaz Mohamed ๐ Official
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Telegram
Muaz Mohamed ๐ Official
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
Video gara gara nshida da,awafi waloloo k.kf argachuf channel youtube kiyya
Subscribe godha
Subscribe godha
๐ูุงู ุงููุจู ๏ทบ : "ุฎูุฑู ููู
ู ุทูุนุช ุนููู ุงูุดู
ุณ ููู
ุงูุฌู
ุนุฉ ููู ุฎููู ุขุฏู
ูููู ุฃุฏุฎู ุงูุฌูุฉ ูููู ุฃุฎุฑุฌ ู
ููุง ููุง ุชููู
ุงูุณุงุนุฉ ุฅูุง ูู ููู
ุงูุฌู
ุนุฉ"
ุฑูุงู ู ุณูู 854
๐Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
๐ ๐ ๐๐๐๐๐
โู ู ุณูู ููู ุงูุฌู ุนุฉ
โSunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-ุงูุฅุบุชุณุงู
๐Qaama dhiqachu
2-ุงูุชุทูุจ
๐WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-ูุจุณ ุงูุฌู ูู
๐Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-ุงูุชุณูู
๐ilkaan suwaakatu
5-ุงูุชุจููุฑ ุฅูู ุงูู ุณุฌุฏ
๐Ganamaan gara masjida dhufuu
6-ูุฑุงุกุฉ ุณูุฑุฉ ุงูููู
๐Suratul-khahfi qara'u
7-ุงูุฅูุซุงุฑ ู ู ุงูุฏุนุงุก
๐DUA'II heddumessu
8-ุงูุตูุงุฉ ุนูู ูุจููุง ๏ทบ
๐Nabiirratti salawaata buusu
โชโชโชโช
โ๐โโโโ
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Channel kana waliin haa guddifnu namu group kessa jiruufi saabibbotan isaan gara channel kana haa yaamnu
โโโโโโโโโโ