Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
I S L A A M U M M A A
----------------------------------------
Akkuma namuu beeku amaantiin namni guyyaa dhalootaa isaa irraa jalqabee qabu yoo jiraate amantii islaamaa qofa.

Kanaaf Rabbiin Qur'aana keessatti Ergamaan isaatis Hadiisa keessatti akka ilmi namaa islaamummaa irratti dhalatu akkasuma ergasii gara amantii biraa jijjiiramu ibsanii jiran.

@DrZakirNaikAfaanOromoo
๐ŸŒท Dalagaa 3 tan guyya qiyaama mizanarra hin teenye โฉ Nama dhiifama namaa godhu ูู…ู† ุนูุง ูˆุฃุตู„ุญ ูˆุฃุฌุฑู‡ ุฅู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ nama irra namaaf dabre namaaf qulqullawe mindaan isaa rabbiirrahi โฉ Nam soomana soomane ูˆุฃู† ุฃุฌุฒูŠ ุจู‡ rabbin sw hadiisulqudsii kessatti akkana ja e.โ–ถ soomanni kiyya ana galata itti galchaa โฉ Nama obsa qabu ุฅู†ู…ุง ูŠูˆู ุงู„ุตุงุจุฑูˆู† ุฃุฌุฑู‡ู… ุจุบูŠุฑ ุญุณุงุจ warra obse kana rabbin sw galata isaani hisaaba maletti kennaaf
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
โ€‹โ€‹Manni Murtii Mirga Namoomaa Awurooppaa Nabi Muhammad Arrabsuun mirga yaada ofii ibsatuu miti jedhe


Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
October 26, 2018


Manni Murtii namoomaa Awurooppaa mirga yaada ofii ibsatuu dawoo godhatuun, Arrabsoon Nabi Muhammad irratti geggeeffamu seeraan ala jechuun murteesse. Kanaan dura dubartii lammii Oostiriyaa Nabi Muhammad Arrabsite irratti manni murtii Viyeenaa tokko adabbii murteessee ture. Haa taโ€™u malee dubartiin tun mirgi yaada koo walabaan ibsatuu sarbamee jira jechuun, gara Mana Murtii Mirga Namoomaa Awurooppaa ol iyyattee turte.


Haaluma kanaan Manni murtichaa dhimmichaa qoratuun ibsa guyyaa kaleessaa baaseen, Arrabsoon Nabi Muhammad irratti raawwatamu jibbiinsa kan babalโ€™isuu fi nageenya hawaasaa kan booressu waan taheef, murtiin jalqaba kenname sirriidha jechuun raggaasise.


Manni murtichaa dubartii miseensa paartii jibbiinsaaa Islaamummaa leellisuu โ€œFar Right Freedom partyโ€ jedhamuu taate tana irratti, adabbii doolara 548 murteessee ture. Dhuma irrattis Manni Murtii Awurooppaa kun dhimma akkasii irratti manneen murtii biyyoota miseensa gamtichaa keessa jiran hundi xiyyeeffannan akka qoratan akeekkachiise.

#Mana_Murtii_Awurooppaa
Mee wal haa barruu โ˜ž ustaz ibsaa shekh yusuf ( usa minnesotaa) โ˜žustaz jamaal abu muaz ( usa minnesota minnepolis) โ˜ž ustaz hamzaa haashim ( awuroppa german) โ˜ž ustaz hamzaa sheikh jaabir ( aworooppaa german) โ˜ž nuuraddin sheikh suleeyman ( keniya nairobo) โ˜ž Muaz mohamed sheikh haamid ( oromiyaa dirre dhawa) โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜
Mee eenyu sa.aa amma tana daqiiqa tan secoondii tana kessatti araarama rabbi kadhata?
Ani gama kiyyan ุฃุณุชุบูุฑ ุงู„ู„ู‡ ูˆุฃุชูˆุจ ุฅู„ูŠูƒ