Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
Forwarded from Abdurrahman Muhammad
-------------------
EDA HALKAN IYYASUUSII FI YOHAANNIS JI'A IRRATTIโ€ผ๏ธ
=====================

Kolfeen kophaa koo kolfuu irra isiniif qooduu barbaade.
โœEda halkan kiristiyaanoota keessaa gareen ortoodoksii jedhamtu qorraan rukutamaa bulan.
halkan keessaa gara sa'aatii 3:00 irraa eegalee iyyasuusii fi yohaannistu ji'a irratti mul'ata jedhanii ala dhaabbatanii gara samiitti utuu ol ilaalanii bulan.
isaan keessaa tokko tokkos kan dhugaa dubbii kanaa hubate numa jira.garuu jireenya waan ta'eef kan dhugaa sana dubbatu xiqqoodha.

โœ”yeroo alatti bahan sanatti namoonni erga yeroo dheeraaf qorra keessa turanii booda tokko tokko qorri nu ajjeeseeraa deemneeti gallaa yoo argitan nuuf bilbilaa jedhanii hiriyoota isaaniitti dhaammachaa gara manaatti deebi'an.

Warroonni achitti hafanis turtii keessa utuma namni biraa hir'ataa deemuu warri hafan jechoota namni saalfate(qaanfate(yeella'e)) dubbatu dubbachaa kunoo an argeera jechuu eegalan. Kaanis mee anoo natti hin mmul'atu yeroo jedhe,inni arge jedhu immoo kunoo koottuu iddoo koo kana dhaabbadhuu ilaali jedhee akka waan wanni samii irratti ilaalamu iddoo dhiphoo wa'ii fakkeessanii soba isaanii dhugaa fakkeessuuf akkana dhama'u. Sana booda namni natti hin mul'atu jedhe sun iddoo namicha arge jedhuu sana yoo dhaabbates itti mulachuu didee jennaan isaaniif dhugoomsuufjecha baqqaa wanni isin argitan akkuma waan an argeetii dhiisaa waliin jechaa wal dhamaasaa nama wallaalaallee dhamaasu.
garuu taateen kun hundinuu kan raawwate barataa yuuniversitii kan silaa beekumsa qaba jedhamu birattiidha.

Hawaasni wallaalaan hoo maal haa ta'u.

โœ”Alhamdulillaa hi Rabbii dukkana kana keessa nu hin buusinii ifa islaaminnaatiin nu badhaase.
โ˜…Jaras Rabbiin dukkana kana keessaa gara ifa islaaminnaatti isaan haa baasuu.
https://telegram.me/Abdurrahmanaq
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
๐ŸŒท Fadlii ( Sadarkaa) haadhaa fi abba kutaa 1ffa


๐Ÿ“– Aliyyi bini hussen bin abii xaalib jechuun nama akkaan haadha isaatti akkaan tola oolu ture

โฉ Ammas nama haadha isaatii wajjiin nyaata hin nyaanne ture gaaf tokko akkana jechuun gaafatame

๐Ÿšถ Maaliif haadha tee wajjiin knyaata hin nyaanne ja..ame ?

๐Ÿ‘ณ Ani haadha tiyya wajjin nyaachuunin saalfadha sababnis isiin yeroo nyaattu bakka isiin nyaachuudhaf deemtu dura fuudhee nyaachuudhan sodaadha

Subhaan allah kabajaa haadha isaatif qaburra kan ka.e anaafi atihoo yeroo amma kana haalli keenya maal fakkaata


๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
โ‡จโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
โ‡จโ•โ•โ• โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•โ•
โ‡จBashannana๐Ÿคฃ
โ‡จBeekumsa ๐ŸŒน
โ‡จ Jaalalaโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โค๏ธ
โ‡จwalalooโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโœ
โ‡จ gorsaโ•โ•โ•โ•โš ๏ธ

Telegram irratti argachuf

โ˜ž๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ˜œ


โ–’โ–“โ‡จJOIN โ–บโ–“โ–’
โ–’โ–“โ‡จJOIN โ–บโ–“โ–’
โ–’โ–“โ‡จJOIN โ–บโ–“โ–’


 โ•โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•
๐ŸŒท Fadlii ( sadarkaa) haadhafi abbaan tolu ooluun qabdu
Kutaa 2ffa

๐Ÿ€ gaaf tokko abdalla ibnu umar bira gurbaan osoo taa.utti jiruu

Gurbaan tokko dhufee kan haadha isaa duyda irra kaayate deemu jiru tokko itti dhufee akkana ja.en yaa abdallah ani umma tiyya tana haala amman itti jiru kanaan galata isii ofirra fixeemi ja.e ? gaafate

๐Ÿ”ฏ Abdallah ibnu umar : galata isii dhiisi kan gaafa isin si dahuuf laalattehu hin deebifnee
garuu haala garirra jirta jabaadhu ja.een

Subhaan allah galanni haadha akkan guddadha
Rabbin warra galata haadha fi abba isaanitti tola oolu nuhaa godhu

@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed

Aaamin aaaamiin aaamin
Chanela taphaaf jaalalaa fi walaloo adda addaa fo beekumsa guutuu argachuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr70FeXob1vd_Lw
๐ŸŒท Fadlii ( sadarkaa) haadhafi abbatti tola ooluu

๐ŸŒด Zubeeyr bin hisham nama akkaan abbafi haadha isaatitti tola oolu

Amala isaa keessa guyya tokko yeroo owwaa bishaan tokko gubba dhufee akkaan dheebuun itti jirti ture hagga kana muka walakkaa suuqeeti laalee yeroo bishaan qabbanawa itti tahu

Kan akkaan dheebuun isa fixxe fuudhee abbaa isaatiif fide subhaan allah


warroonni amma dura haala kanaan Haadhaa fi abba isaanitti tola oolaa turan anaafi atoo essa jirra
.if haa qorannu

Ws wr wb

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ™‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Channel photo updated
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Channel kenya kanas join godha

@ummyart
@ummyart
@ummyart
๐Ÿ‘๐Ÿ‘Žโค๏ธ๐Ÿ‘๐Ÿ˜ก
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
Photo
Assalamu aleykum warahmatullaji wabarakatuhu

Qophii ustaz qamar hussen fi paster iyyi cufaa waliin qabaan san sababa iyyu qophi irratti argamuu hin dandahu jedheef qophii dabartee jirti odefanno qulqullu armaan olii ilaalu ni dandeessu

Waanumaanin ani sodaadhe yaaboo akka inni hin dhufne shakkii baay.ee qabaachuu ture akkaasuma tahe


Ajaa.iba wallaahi ๐Ÿ˜ฑ