Muaz Mohamed πŸ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan πŸ€ Join πŸ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
I S L A A M U M M A A
----------------------------------------
Akkuma namuu beeku amaantiin namni guyyaa dhalootaa isaa irraa jalqabee qabu yoo jiraate amantii islaamaa qofa.

Kanaaf Rabbiin Qur'aana keessatti Ergamaan isaatis Hadiisa keessatti akka ilmi namaa islaamummaa irratti dhalatu akkasuma ergasii gara amantii biraa jijjiiramu ibsanii jiran.

@DrZakirNaikAfaanOromoo
🌷 Dalagaa 3 tan guyya qiyaama mizanarra hin teenye ⏩ Nama dhiifama namaa godhu فمن عفا ΩˆΨ£Ψ΅Ω„Ψ­ ΩˆΨ£Ψ¬Ψ±Ω‡ Ψ₯Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ nama irra namaaf dabre namaaf qulqullawe mindaan isaa rabbiirrahi ⏩ Nam soomana soomane ΩˆΨ£Ω† أجزي Ψ¨Ω‡ rabbin sw hadiisulqudsii kessatti akkana ja e.β–Ά soomanni kiyya ana galata itti galchaa ⏩ Nama obsa qabu Ψ₯Ω†Ω…Ψ§ يوف Ψ§Ω„Ψ΅Ψ§Ψ¨Ψ±ΩˆΩ† Ψ£Ψ¬Ψ±Ω‡Ω… بغير Ψ­Ψ³Ψ§Ψ¨ warra obse kana rabbin sw galata isaani hisaaba maletti kennaaf
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​Manni Murtii Mirga Namoomaa Awurooppaa Nabi Muhammad Arrabsuun mirga yaada ofii ibsatuu miti jedhe


Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
October 26, 2018


Manni Murtii namoomaa Awurooppaa mirga yaada ofii ibsatuu dawoo godhatuun, Arrabsoon Nabi Muhammad irratti geggeeffamu seeraan ala jechuun murteesse. Kanaan dura dubartii lammii Oostiriyaa Nabi Muhammad Arrabsite irratti manni murtii Viyeenaa tokko adabbii murteessee ture. Haa ta’u malee dubartiin tun mirgi yaada koo walabaan ibsatuu sarbamee jira jechuun, gara Mana Murtii Mirga Namoomaa Awurooppaa ol iyyattee turte.


Haaluma kanaan Manni murtichaa dhimmichaa qoratuun ibsa guyyaa kaleessaa baaseen, Arrabsoon Nabi Muhammad irratti raawwatamu jibbiinsa kan babal’isuu fi nageenya hawaasaa kan booressu waan taheef, murtiin jalqaba kenname sirriidha jechuun raggaasise.


Manni murtichaa dubartii miseensa paartii jibbiinsaaa Islaamummaa leellisuu β€œFar Right Freedom party” jedhamuu taate tana irratti, adabbii doolara 548 murteessee ture. Dhuma irrattis Manni Murtii Awurooppaa kun dhimma akkasii irratti manneen murtii biyyoota miseensa gamtichaa keessa jiran hundi xiyyeeffannan akka qoratan akeekkachiise.

#Mana_Murtii_Awurooppaa