Muaz Mohamed πŸ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan πŸ€ Join πŸ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
Way amala gaarii ❀️❀️❀️

βœ”namni amala gaarii qabu fageeysee yaada
βœ” namni amala badaa qabu mudhii gd yaada
βœ” yoo amala gaarii qabatte naacha bishaan kessa wajjinis ni jiraatta
βœ” akka baran dhiisanii akka baratti bulan

Nama tahuu yoo feete iccitii kee hin baasinπŸ”‘πŸ— code ( qulfii) itti godhi


πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
🌴 Seenaa ajaaibaa

🎀 gaaf tokko namtichi tokko osoo deemuu jiruu boolla keessa kufe hoggaa kana na dirmadha ja.ee iyye yeroo kana ummanni itti dirmatanii

Ummanni waan nyaatuufi dhugan fidaniifi dhufan yeroo muraasaaf bayyanachuu hin dandeenye hoggaa kana aannan itti kennan aannan dhugee


yeroo kana ummanni akkana ja.aniin mee akkamitti kufte ja.anii yeroo gaafatan


Ol ka.ee kunoo osoon deemu akkana kufe ja.ee garsiisnaan lammada keessa kufe achumaan du.e


Subhaan allah.

Waan rabbi siif katabe malee hin taatu rabbiin aannan san dhuyde duuta ja.een


πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Namni salawaata takka narratti buuse rabbiin salawaata 10 irratti buusa ja.e ( rasuul saw)

Akkas jechuun yoo ati 10 irratti buuste rabbiin 100 sirratti buus yoo ati 100 buuste rabbiin 1000 sirratti buusa jechuudha carra kana fayyadami osoo lubbun jirtuu


Nama osoo sin arkin imimman lolaase irratti salawaata buusi

Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… β™₯β™₯β™₯

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Forwarded from Muaz Mohamed πŸ‘‰ Official (Muaz Habibi)
Guyya ayyaana tokko saahiboonni lama mana barnootatti wal arkan

Muhammed; akkami saahibii barumsa kutaa itti aanutti dabartemoo akkami.

Ahmed; ee dabare garuu waan takkatu na aarse

Muhamed ; maaltubsi aarse

Ahmed ; bariistuun tiyya kutta itti aanutti hin dabarre kutuma duraani barsiisaa jirtu
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
RETREAT & KNOWLEDGE
``````````````

βœ”BEKUMSA Ga'aa
βœ”Dandeettii dubbatanii amansiisuufi
βœ”ogummaa sammuuti fi
βœ”BASHANNANA Ga'aa
βœ”Qophii JAALALAA fkkf
βœ”Ni argatta

yaadaf @hopen_bot qunnami

⬇

https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr73ll15Ka3qO6g
Dalaga sadi πŸ‘ŒTan guyya qiiyaama miizanarra hin teenyu guddinarraa

πŸ‘‰ Obsa qabaachuudha:
Ψ₯Ω†Ω…Ψ§ يوف Ψ§Ω„Ψ΅Ψ§Ψ¨Ψ±ΩˆΩ† Ψ£Ψ¬Ψ±Ω‡Ω… بغير Ψ­Ψ³Ψ§Ψ¨
⏩ warri obsi guyya qiyaamaa hisaaba maletti kennaman

πŸ‘‰ irra namaa dabruudha; rabbin ( sw) akkana ja.a
فمن عفا ΩˆΨ£Ψ΅Ω„Ψ­ فأجره ΨΉΩ„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡
⏩Namni irra namaa dabree namaaf qulqullaawe galanni isa rabbirratti

Hangana ja.amee hin beekkamne jachuudha

πŸ‘‰Soomana; rabbin (sw) hadiisul qudsii kessatti akkana ja.a
⏩ ΩˆΨ£Ω†Ψ§ أجزي Ψ¨Ω‡
⏩ Anaatu itti galata galcha

Galanni hangana ja.amee hin beekkamne


πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamd
@httpsmuazmohamed
Muaz Mohamed πŸ‘‰ Official
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan πŸ€ Join πŸ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
πŸ‘‰ Guyya kaleessa live ustaz jamaal abu muaz wajjin gaaggeysinr turre alhamdulillah yoo rabbi ja.e fulduraas torbaan dhufu keessa nu eeggadh kutaa 2ffa