Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
๐ŸŒด Seeuun sunnaadha Seeqi !!!
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Gaaf tokko abban gurbaa isaatiin akkana ja.e yaa ilma kiyya yeroo fincaanuu barbadde nin fooriya jedhi fincaani ja.een


Mucaanis tole ja.ee guyyu yeroi fincaanu abbaa nin fooriya ja.ee fincaana
Guyya tokko akka tasaa abbaan imaltuu kute mucaa mana abbaa isaa geessee


Achumaanuu channel subscribe godhuu hin dagatinga ni seyxaa
@httpsmuazmohamed


Hoggaa kana mucaan halkan kessa fincaan qabe abbaa guddaa isaatin akkana ja.e yaa abba nin fooriya

Abba guddaa. Mucaa maal taate halkanii bar abba lakkii nin fooriya
Abbaa guddaa. Aboo mucaa gandi nu dhagaha
Mucaa; abba ani amma malee hin fadhu ja.e
Dubbin jabaatte
Abbaa guddaa; hayaa suuta ja.ii gurratti nafooriyi ja.een
Akkasitti gurra kessatti fooriye
Fincaan gurra guute ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Channel armaan gadii tuqaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Duaii tana insha allah yeroo raftan qara.aa yoo rabbin isiniif laaffise

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Forwarded from Fuad Mohammed
Abu usayid naziif jihaad
โ–ช๏ธู‚ุงู„ ุงู„ุนู„ุงู…ุฉ ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ :

ุงู„ุฑุณูˆู„๏ทบ ู„ู‡ ุญูˆุถุงู† ุนุธูŠู…ุงู†: ุญูˆุถูŒ ูููŠ ุงู„ุฏู†ูŠุง ูˆู‡ูˆ ุณู†ุชู‡ ูˆู…ุง ุฌุงุก ุจู‡ุŒ ูˆุญูˆุถูŒ ููŠ ุงู„ุขุฎุฑุฉุŒ ูุงู„ุดุงุฑุจูˆู† ู…ู† ู‡ุฐุง ุงู„ุญูˆุถ ููŠ ุงู„ุฏู†ูŠุง ู‡ู… ุงู„ุดุงุฑุจูˆู† ู…ู† ุญูˆุถู‡ ูŠูˆู… ุงู„ู‚ูŠุงู…ุฉ .

๐Ÿ“™ ุงุฌุชู…ุงุน ุงู„ุฌูŠูˆุด ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ (ูจูฅ/ูข) Hiikaa jecha IBNU LQAYYIM๐Ÿ‘†

Ergamaan
keenya(sallallaahu alayhi wasallam) hawdii/naanniga
Lama gurguddaa qaban, hawdiin tokko addunyaa keessatti argama, innis (sunnaa) isaaniit, waan isaan ittiin dhufan,
Hawdiin tokko mmoo aakiraatti,
Warri hawdii addunyaa keessatti argamu kanarraa dhuge isaantu hawdii aakiraa rraa dhuga guyyaa qiyaamaa .

Warra hadha sunnaa hordofuu nuhaa taasisu,
Jecha kenyaafi hojii Kenya hunda keessatti,
Guyyaa qiyaamaa warra hawdii sana dhugu nu haataasisu.

https://t.me/dawwaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Way amala gaarii โค๏ธโค๏ธโค๏ธ

โœ”namni amala gaarii qabu fageeysee yaada
โœ” namni amala badaa qabu mudhii gd yaada
โœ” yoo amala gaarii qabatte naacha bishaan kessa wajjinis ni jiraatta
โœ” akka baran dhiisanii akka baratti bulan

Nama tahuu yoo feete iccitii kee hin baasin๐Ÿ”‘๐Ÿ— code ( qulfii) itti godhi


๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
๐ŸŒด Seenaa ajaaibaa

๐ŸŽค gaaf tokko namtichi tokko osoo deemuu jiruu boolla keessa kufe hoggaa kana na dirmadha ja.ee iyye yeroo kana ummanni itti dirmatanii

Ummanni waan nyaatuufi dhugan fidaniifi dhufan yeroo muraasaaf bayyanachuu hin dandeenye hoggaa kana aannan itti kennan aannan dhugee


yeroo kana ummanni akkana ja.aniin mee akkamitti kufte ja.anii yeroo gaafatan


Ol ka.ee kunoo osoon deemu akkana kufe ja.ee garsiisnaan lammada keessa kufe achumaan du.e


Subhaan allah.

Waan rabbi siif katabe malee hin taatu rabbiin aannan san dhuyde duuta ja.een


๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Namni salawaata takka narratti buuse rabbiin salawaata 10 irratti buusa ja.e ( rasuul saw)

Akkas jechuun yoo ati 10 irratti buuste rabbiin 100 sirratti buus yoo ati 100 buuste rabbiin 1000 sirratti buusa jechuudha carra kana fayyadami osoo lubbun jirtuu


Nama osoo sin arkin imimman lolaase irratti salawaata buusi

ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… โ™ฅโ™ฅโ™ฅ

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Forwarded from Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official (Muaz Habibi)
Guyya ayyaana tokko saahiboonni lama mana barnootatti wal arkan

Muhammed; akkami saahibii barumsa kutaa itti aanutti dabartemoo akkami.

Ahmed; ee dabare garuu waan takkatu na aarse

Muhamed ; maaltubsi aarse

Ahmed ; bariistuun tiyya kutta itti aanutti hin dabarre kutuma duraani barsiisaa jirtu
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
RETREAT & KNOWLEDGE
``````````````

โœ”BEKUMSA Ga'aa
โœ”Dandeettii dubbatanii amansiisuufi
โœ”ogummaa sammuuti fi
โœ”BASHANNANA Ga'aa
โœ”Qophii JAALALAA fkkf
โœ”Ni argatta

yaadaf @hopen_bot qunnami

โฌ‡

https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr73ll15Ka3qO6g
Dalaga sadi ๐Ÿ‘ŒTan guyya qiiyaama miizanarra hin teenyu guddinarraa

๐Ÿ‘‰ Obsa qabaachuudha:
ุฅู†ู…ุง ูŠูˆู ุงู„ุตุงุจุฑูˆู† ุฃุฌุฑู‡ู… ุจุบูŠุฑ ุญุณุงุจ
โฉ warri obsi guyya qiyaamaa hisaaba maletti kennaman

๐Ÿ‘‰ irra namaa dabruudha; rabbin ( sw) akkana ja.a
ูู…ู† ุนูุง ูˆุฃุตู„ุญ ูุฃุฌุฑู‡ ุนู„ู‰ ุงู„ู„ู‡
โฉNamni irra namaa dabree namaaf qulqullaawe galanni isa rabbirratti

Hangana ja.amee hin beekkamne jachuudha

๐Ÿ‘‰Soomana; rabbin (sw) hadiisul qudsii kessatti akkana ja.a
โฉ ูˆุฃู†ุง ุฃุฌุฒูŠ ุจู‡
โฉ Anaatu itti galata galcha

Galanni hangana ja.amee hin beekkamne


๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed