Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
๐Ÿ™Œ Jannata seenuu ni barbaadda ?

Hayye yoo barbadde risaala gabaabduu tana dubbisi ๐Ÿ‘

๐ŸŒด ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ( ุต) ู…ู† ุณุฃู„ ุงู„ุฌู†ุฉ ูนู„ุงูน ู…ุฑุงุช ุงู„ู„ู‡ู… ู‚ุงู„ุช ุงู„ุฌู†ุฉ ุฃุฏุฎู„ู‡ ุงู„ุฌู†ุฉ
๐ŸŒด ูˆู…ู† ุงุณุชุฌุงุฑ ู…ู† ุงู„ู†ุงุฑ ูนู„ุงูน ู…ุฑุงุช ู‚ุงู„ุช ุงู„ู†ุงุฑ ุงู„ู„ู‡ู… ุฃุฌุฑู‡ ู…ู† ุงู„ู†ุงุฑ

๐ŸŒท ยป rasuulli ( saw ) akknna ja.an

Namni yeroo sadi jannata khadhate jannatni akkana jatte kadhattif yaa rabbi jannata naqi jatti

Akkasuma namni yeroo sadii ibiddarra maganfate jannatni akkana jatti " yaa rabbi ibiddarra nagaya godhi jatti

Warra hadiisa kanatti dalagu rabbin sw anaafi isinis nuhaa godhu

Rabbif jechan isin jaaladha !
Way yaa ustaza kiyya.
rabbin ( sw) ilmi hanga hin qabne. Fayya mi.ooytuu umrii barakha tan ibaadaa

Yaa rabbi naaf kenniif
Yaa allah

Wallahi yeroon dhagahu heddun rifadhe
โ™ฅ ู…ู† ุฏุฎู„ ุงู„ุจุญุฑ ุจู„ุง ุณููŠู†ุฉ ููƒุฃู†ู…ุง ุฏุฎู„ ุงู„ู‚ุจุฑ ุจู„ุง ุฒุงุฏ ( ุฃุจูˆ ุจูƒุฑ)

โ™ฅ namni bishan baharaa doonii maler seene akka nama sinqii malee qabrii seeneeti

Saniifu ikhwaan amman waan baruun nubarbachisu ha barannu maliif jennaan
Firqaa jallo jallistuu ( shi.aa) ja.amtuutu biyya seena jira jechun dhagahee video yeroo muraasa booda gadiin lakkisa saniif amantii teenya haa sirritti haa barannu

Insha allah nuti ahbaashi fi suufiyyanu nun dandeenye shi.aas harka itti hin kenninu

Hadara dhamsa kana nama biraatiif ๐Ÿ€ share ๐Ÿ€ godhi www
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
๐ŸŒด Seeuun sunnaadha Seeqi !!!
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Gaaf tokko abban gurbaa isaatiin akkana ja.e yaa ilma kiyya yeroo fincaanuu barbadde nin fooriya jedhi fincaani ja.een


Mucaanis tole ja.ee guyyu yeroi fincaanu abbaa nin fooriya ja.ee fincaana
Guyya tokko akka tasaa abbaan imaltuu kute mucaa mana abbaa isaa geessee


Achumaanuu channel subscribe godhuu hin dagatinga ni seyxaa
@httpsmuazmohamed


Hoggaa kana mucaan halkan kessa fincaan qabe abbaa guddaa isaatin akkana ja.e yaa abba nin fooriya

Abba guddaa. Mucaa maal taate halkanii bar abba lakkii nin fooriya
Abbaa guddaa. Aboo mucaa gandi nu dhagaha
Mucaa; abba ani amma malee hin fadhu ja.e
Dubbin jabaatte
Abbaa guddaa; hayaa suuta ja.ii gurratti nafooriyi ja.een
Akkasitti gurra kessatti fooriye
Fincaan gurra guute ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Channel armaan gadii tuqaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed