โโคโโฉ โโโโโโโ
As wr wb ikhwaani fillah arra kuno sagantaa takkaan qabadhee dhufe
sababa milkidha waan namaaftau qabxii 2ffaa waliin laalla innis akana jatti ๐
ุงูุณุจุจ ุงูุซุงูู : ู ุง ู ุถู ูุงุช : ุชุฐูุฑ ุงูู ุงุถู ูุงูุชูุงุนู ู ุนู ูุงุณุชุญุถุงูุ
Obboleysa kiyya qaali wanni dabree dabree
yaadadhu waan dabrsitee hojjadhu waan itti jirtu san itti marxifadhuu
najala hin hafinii dubbisu ittuma fufii mee hin dhereysuu anu
ุ ุฃููุฐ ููุณู ู ู ุดุจุญ ุงูู ุงุถูุ ุฃุชุฑูุฏ ุฃู ุชุฑุฏ ุงูููุฑ ุฅูู ู ุตุจู ูุงูุดู ุณ ุฅูู ู ุทูุนูุงุ ูุงูุทูู ุฅูู ุจุทู ุฃู ูุ ูุงููุจู ุฅูู ุงูุซุฏูุ ูุงูุฏู ุนุฉ ุฅูู ุงูุนููุ ุฅูู ุจุชูุงุนูู ู ุน ุงูู ุงุถูุ
dhagaymee yaa nama milkii barbaadu
lubbu teetana tiysii waan dabree if dura qabdee mata kee if dhukubsurra
hayye mee wahii sigafadhuu
saa atikun jallata guyyaan ifuu guddaan kun gara waytaa barisa sanitti debuu jallata?
hayye me aduun baatu tunoo gara golgolautii debuu jallata
atumaan dhalatee lafa jiruu kun gara hadha keessati debuu jallata ?
aannan mucha sa'aa kessa gadbahe gara mucha sa'aa debuu jallata ?
wantii asi olitti dubbane kun martii waan dabree jechudha
kanaaf of hin cinqiin Allaha kee qofarati irkadhuu irkoon tan khaaliqatu sibaasa
akii jan mee dhagahii ๐
ูู ู ูุจูู ุนูู ุงูู ุงุถู: ูุง ุชุฎุฑุฌ ุงูุฃู ูุงุช ู ู ูุจูุฑูู
namnii waan dabrerati booyu akka nama duaa qabridha hiin baasa jauti jaan duba
ammo namni duee waa qabriidha hin kaafamu yoo guyya qiyaama taate malee
kanaaf uktii atiis akhii koo narra hin yaadawiin allahan kee sif jira karaan milkii qabxiin itti aanu itti fufa
dhumarrati sher godhuufi sahiiban keessan #join godhu hin dagatinaa gara channel kanaatti
@httpsmuazmohamed

Watch "GAAFFII SAMMUU DAMMAYSITU } comedy ajaa.ibaa ๐๐๐ daawadhaa kutaa 1ffaa" on YouTube
https://youtu.be/vvnFcpWx8fs
https://youtu.be/vvnFcpWx8fs
YouTube
GAAFFII SAMMUU DAMMAYSITU } comedy ajaa.ibaa ๐๐๐ daawadhaa kutaa 1ffaa
video tana akka itti boohartan abdii qabna garuu video gara garaa argachuuf dura channel kana #Subscribe godhaa jzk kheyran
Watch "Sadarkaa guyyaa jummataan qabdu / #Rayyan fi Reyhaa wajjiin masha allah" on YouTube
https://youtu.be/jLHgCuOt1OQ
https://youtu.be/jLHgCuOt1OQ
YouTube
Sadarkaa guyyaa jummataan qabdu / #Rayyan fi Reyhaa wajjiin masha allah
Warri channel keenyaf haaraya taatan subscribe godhu hin dagatinaa
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo:
*akkaata warri gaggaarin itti du"an *
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
Imaamni guddaan ibnu rajab sharhii bukhaarii eega rawwate kitaaba janaazaa ja"u irra gahee booda du"e rabbiin rahmata isaaf haa godhu..!!
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
* Muhammad shanqiixin tafsiira isaa "adwaa"ul bayaan" ja"u kaayeeti oggaa ayaata kanarra gahe du"e...
: "ุฃููุฆู ุญุฒุจ ุงููู ุฃูุง ุฅู ุญุฒุจ ุงููู ูู ุงูู ููุญูู"
"Warri qaali Rabbii godhu ummata rabbiiti,ummanni rabbi warra milkaahe dhagaha."
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
โ * ibnu hajaril asqalaaniin ayaata akkana ja"u osoo qara"utti jiruuti du"e...
(ุณูุงู ู ูููุงู ู ู ุฑุจ ุฑุญูู ) .*
"Nagayni haa jiraatu Rabbii namaaf gara laafaa tahe sanirraa."
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
Ibnu teeymjyaan ayaata qur"ana ka akkana ja"u osoo qara"utti jiruuti du"e..
(ุฅู ุงูู ุชููู ูู ุฌูุงุช ูููุฑ ูู ู ูุนุฏ ุตุฏู ุนูุฏ ู ููู ู ูุชุฏุฑ).*
"Warri rabbi sodaatu jannataa fi laggeen kessatti jiran,boota kabajamtu,mootii waa hundaa dandaha tahe biratti tahan."
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
*imaam haafiz abuu zar"an osoo hadiisa baaba akkana ja"u qaraasisutti jiruuti du"e...
"ู ู ูุงู ุฃุฎุฑ ููุงู ู ู ู ุงูุฏููุง ูุง ุฅูู ุฅูุง ุงููู ุฏุฎู ุงูุฌูุฉ "
" namni duniyaa tanarraa jechi saa ka dhumaa laa ilaaha illa illaaha tahe jannata seene."
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
*sheek Muhammad muktaar shanqiixin masjiida rasuula kessatti oggaa hadiisa baaba kana gahe kan qaraasisutti jiru gahe du"e...
"ุจุงุจ ูุถู ุงูู ูุช ูุงูุฏูู ูู ุงูู ุฏููุฉ"
"Caalmaya biyya madiina kessatti du"u fi awwaalamuun qabdu "
โ *ุฃุณุฃู ุงููู ุฌู ูุนูุง ุฃู ูููููุง ุฌู ูุนุง ุฅูู ุตุงูุญ ุงูุนู ู ูุฃู ูุฑุฒููุง ุญูุณู

MAHER ZAIN โ Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ดjoin ๐ด godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://telegram.me/Maherzain123

Telegram
MAHER ZAINโ Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana๐ดjoin๐ด godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd

Watch "Seenaa ajaa.ibaa tan namni hundi laaluun dirqamaa daawwadha" on YouTube
https://youtu.be/p2JfAtGW7iY
https://youtu.be/p2JfAtGW7iY
YouTube
Seenaa ajaa.ibaa tan namni hundi laaluun dirqamaa daawwadha
Warri channel kanaaf haaraya taattan akka videoleen keenya saffisaan isini dhaqqabuuf #Subscribe godhuu hin dagatinaa
Robsan Mohammed
๐Gorsale adda adda fi nashidale harawa arkkachuf channela khenya join godha๐๐๐๐๐๐๐
@officialrobsan
@officialrobsan
@officialrobsan
https://telegram.me/officialrobsan

๐Gorsale adda adda fi nashidale harawa arkkachuf channela khenya join godha๐ittin buhara kofla gammada obaleyyan khessanifis #sher #sher ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@officialrobsan
@officialrobsan
Yada yo qabattan
@Hubbishka
@officialrobsan
@officialrobsan
Yada yo qabattan
@Hubbishka
โโคโโฉ โโโโโโโ
SEENAA GARAA NAMA NYAATUโ๏ธ
KABAJAA NAMAAF KANNUU
Seenaa baay'ee nama hawwatuudha dubbisaa.
Dubartii tokkotu mana raabsaa foonii keessa hojjetta ture. Guyyaa tokko gaafa hojiishee xumurtee jettu, kutaa foon diilalleessu ykn mana firiijii
seente achiin booda akka tasaa balballi firiijii osoo isheen keessa jirtuu itti cufame kuticha keessas ishee qofatu ture.
Iyya guddaadhaan iyyuu eegalte balbalichas reebuu eegalte,garuu iyya ishee namni dhagahuuf naannoo sana hin turre.
Hojjettoonni hundi gara manaatti galaniiru bakkee ta'aniis sagalee keessa jiru dhagahuun hin danda'amu.
Sa'atii 5 ega achi keessa turtee booda du'aaf jireenya gidduu taate, waardiyyaan warshaa foonii sanaas dhufee balbalicha irraatii bane, waan nama dinquu lubbuun ishees du'a irraa baraaramte.
Sa'atii muraasa booda waardiyyichaan "akkamiin dhuftee balbala kana narraa banuu dandeesse garuu?" Jettee gaafatteen.
Waardiyyichis deebisee akkas jedheen "waggaa 35'f warshaa foonii kana keessa hojjedheera hojjettoonni hedduus ba'anii hin galu garuu si qofa kan
gaafa ganama ganama dhuftu nagaa na gaafattee gaafa galgala baatu
ammoo nagaa natti dhaamtee kan deemtu. Namni baay'een akkuma wantan jiruuttillee hin lakkaa'ani.
Har'a ganama gaafa dhufte akkuma guyyaa kaanii "akkam jirta" naan jettee darbite. Garuu galgala kana sagalee kee "nagaan bulaa bor wal agarra" jettu hin dhageenye.Tarii lafa
hojii yoo jiraatte jedheen deemee sii ilaaluufis nan murteesse.
Anis akkuma warra kaanii nama ta'uukoo wanta na yaadachiisuuf Yeroo hundaa "akkam" fi "nagaatti" isheeti naan jettu nan eega. Kanas sirraa dhaga'uu dhabuu kootiin rakkoon akka jiru nan hubadhe. Kanaafan
iddoo hunda si barbaadee asitti si argee balbala sirraatii bane".
Ergasii imimmaan ishee lakkuu lolaasaa itti marmitee waan du'a irraa na oolchiteef galatoomi jetteeni.
Argitanii ilaalcha gaarii fi kabaja namaaf laachuun hammam akka bu'aa qabu.....??
Ilaalcha gaarii namaaf qabaachuun abuumaaf tola.
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
โป๏ธ Invite your friends

Watch "Masha allah rayyaan fi reeyhaan rabbiin isin haa guddisu mee laalaa yeroo huruufa hijaa.iyyaa qara" on YouTube
https://youtu.be/jnebqB8aIy8
https://youtu.be/jnebqB8aIy8
YouTube
Masha allah rayyaan fi reeyhaan rabbiin isin haa guddisu mee laalaa yeroo huruufa hijaa.iyyaa qara
Warri channel keenyaaf haaraya taatan subscribe godhu hin dagatinaa galatoomaa
Watch "Heart touching aneshed cover by maher ahmed ( zain )" on YouTube
https://youtu.be/V5-xidrvHPA
https://youtu.be/V5-xidrvHPA
Obsa Sule:
JAALALA RASUULLI RABBII SAW BILAALIIF QABU
Nabiyyiin jaalatamaan nabi Muhaammad (s.a.w) gara aakhiraatti eega godaananii booda guyyaa tokko Bilaal Ibn Rabaah ( r.a ) ebjuun isaan arge. Yommuu akkana isaan jedhan dhagahe. "Yaa
Bilaal, sila maaliif narraa fagaattedhuftee na hin ziyaartuu?" Jedhaniin. Bilaal onneen isaa gaddaan guuttamtee hirriba isaa irraa dammaqe. Gaala
isaatiin gulufee gara Madiinatti qajeele. Madiinaa yommuu gahus qabrii Ergamaa Rabbii ( s.a.w ) ni ziyaare. Guyyaa muraasaaf qabrii isaanii biratti taa'ee booye.
Jaalatamtoota ilmaan namaa kan tahan Hasanii fii Huseen dhufaniitiin Mu'azzina Ergamaa Rabbii ( s.a.w ) kan turan Bilaal Ibn Rabaah ofitti qabuun jaalalaan hammatan. "Yaa Bilaal keenya!..." jedhaniin. "Maaloo azaana kee yaadnee jirra koottuu maaliif dhuftee azaana Rabbii nu hin dhageessifne!" jechuun warwaatan.
Bilaalis isaan mufachiisu waan hin barbaadneef "Tole! " isaaniin jedhe. Eega Ergamaan Rabbii s.a.w gara aakhiraatti deebi'anii booda guyyaa takka azaana godhee hin beeku. Gara minbaraatti ol bahe.
Sagalee isaa bareedaa sanaan "Allahu Akbar Allahu Akbar!" Jedhee lallabe. "Ashihadu Allah ilaaha illa Allahu" yommuu jedhu yaadannoon Rasuulaa (s.a.w )naannawa magaalattii sanaa fii jiraattota magaalatti marse. Akka waan Rasuulli Rabbii ( s a w) deebi'anii dhufanitti isaanitti dhaga'ame.
Jiraattotni makkaa ni imimmaan harcaasan. Sahaabotni hundi ni booyan. Makkaan eega Ergamaan Rabbii ( s.a.w ) gama aakhiraatti godaananii booda yeroo jalqabaatiif imimmaaniin dhiqamte.
Bilaal booyichaan azaana gochuu hin dandeenye. Kophummaan itti dhaga'ame. Onneen Rasuula Rabbii ( s.a.w ) cinaa ofiiti dhabde duwwummaan akkamitti itti hin dhaga'amne jettaniiti?
Isaan kan ajjeese ture bar muhabbaa Ergamaa Rabbii ( s.a.w )malee waanbiroo hin taane. Isaan bar kan akkasitti isaan boochise jaalala Rasuula Rabbii ( s.a.w ) ti malee waan birooti miti.
Musiibaan Nabiyyii isaanii lubbuun of biraa dhabuu caalte addunyaa tana irratti isaan hin mudanne.
Fidaak Abii wa ummii yaa Rasuulallah
Mee namni ONLINE irra jirru hundi Rasuula keenya irratti salawaata haa buufnuu!
Sallallaahu aleyhi weselam!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐join hagonu๐๐๐
@obsaSule

MAHER ZAIN โ Official:
Obsa Sule
Nashiidaalee fi dawaalee adda addaa argachuuf join my official channel
https://t.me/obsasule

Yada yoo qabattan kharaa khessatin link khana tuqa๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟhttps://t.me/Obsana

Watch "Documentary Seenaa Afaan oromoo tiin Waa.ee Oobsaafi Jiruufi Jireenya Isaanii Dhggeefadhaa" on YouTube
https://youtu.be/8w2NjxuKmKs
https://youtu.be/8w2NjxuKmKs
YouTube
Documentary Seenaa Afaan oromoo tiin Waa.ee Oobsaafi Jiruufi Jireenya Isaanii Dhggeefadhaa
As wr wb Hordoftoota channel keenyaa " yeroo dheeraaf garagar bahuun keenya ni yaadatama amma yoo rabbi ja.e Nagayaan walitti deebinee jirra insha allah