Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
Nashida tana hedduun jaaladha dhugaa akka malee naaf afeeranaa
Channel photo updated
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
https://telegram.me/httpsmuazmohamed
Muaz Habibi:
#แˆฑแ‰ฅแˆƒแАแˆ‹แˆ… แ‹ญแˆ…แŠ• แ‹ซแ‹แ‰ แŠ–แˆฏแˆ?

โžฃ แ‹ถแˆแŠแŠ• แ‹แˆƒ แ‹แˆตแŒฅ แŠฅแˆตแŠจ 24แŠช.แˆœ แˆญแ‰€แ‰ต แ‹ซแˆˆ
แ‹ตแˆแ… แ‰ แ‰€แˆ‹แˆ‰ แˆ˜แˆตแˆ›แ‰ต แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆแข

โžฃ แ‹จแ‹ˆแ‰ฃ แ‰ตแŠ•แŠ(Mosquito) 47 แŒฅแˆญแˆต แŠ แˆ‹แ‰ตแข

โžฃ แˆ›แŠ•แŠ›แ‹แˆ แˆแˆˆแ‰ต แ‹จแˆœแ‹ณ แŠ แˆ…แ‹ซ (zebra) แŠ แŠ•แ‹ต
แŠ แ‹ญแАแ‰ต แˆ˜แˆตแˆ˜แˆญ แŠ แ‹ญแŠ–แˆซแ‰ธแ‹แˆแข

โžฃ แ‰ขแˆซแ‰ขแˆฎ แ‹จแˆšแ‰€แˆแˆฑแ‰ต(taste) แŠจแŠƒแˆ‹ แŠฅแŒแˆซแ‰ธแ‹ แАแ‹แข

โžฃ แŠ•แ‰ฆแ‰ฝ แŠ แˆแˆตแ‰ต แ‹แ‹ญแŠ• แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข

โžฃ แŠ แˆณแˆ› แ‰ แ‰ฐแˆแŒฅแˆฎแ‹‰ แ‹ˆแ‹ฐ แˆฐแˆ›แ‹ญ แˆ›แ‹จแ‰ต แŠ แ‹ญแ‰ฝแˆแˆแข

โžฃ แŠ แ‹ญแŒฅ แŠจแ‰ฐแˆซแ‰ แ‰ฝ แ‹จแˆซแˆทแŠ• แŒ…แˆซแ‰ต แ‰ตแ‰ แˆ‹แˆˆแ‰ฝแข

โžฃ แ‰ขแˆซแ‰ขแˆฎแ‹Žแ‰ฝ 12,000 แ‹“แ‹ญแŠ–แ‰ฝ แŠ แˆแ‰ธแ‹แข

โžฃ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‹Š แ‹“แˆณ แАแ‰ฃแˆช (Blue whale) แ‰ แˆ˜แŒ แŠ• แŠฅแˆฐแŠซแˆแŠ•
แ‰ แŠ แˆˆแˆ›แ‰ฝแŠ• แŠจแАแ‰ แˆฉ แŠฅแŠ“ แŠซแˆ‰ แŠฅแŠ•แˆฐแˆณแ‹Žแ‰ฝ แ‰ตแˆแ‰ แАแ‹แข

โžฃ แ‹จแˆˆแˆŒแ‰ต แ‹ˆแ แ‰ฅแ‰ธแŠ›แ‹‹ แŠจแŠ แŒฅแ‰ขแ‹Žแ‰ฝ แˆ˜แ‰ฅแˆจแˆญ แ‹จแˆแ‰ตแ‰ฝแˆ แˆฒแˆ†แŠ• แ‹จแŠฅแŒแˆญ แŠ แŒฅแŠ•แ‰ถแ‰ฟ แŠจแˆ˜แ‰…แŒ แŠ“แ‰ธแ‹ แ‹จแ‰ฐแАแˆณ แˆ˜แ‰ฅแˆจแˆญ แŠฅแŠ•แŒ‚ แˆ˜แˆซแˆ˜แ‹ต แŠ แ‰ตแ‰ฝแˆแˆแข

โžฃ แ‹จแˆŒแˆŠแ‰ต แ‹ˆแ แˆแŠ•แŒแ‹œแˆ แŠจแ‹‹แˆป แˆฒแ‹ˆแŒก แ‹ˆแ‹ฐ แŒแˆซ แ‹ญแ‰ แˆซแˆ‰แข

โžฃ แŠฅแ‰ฃแ‰ฅ แŠ แ‹ญแŠ–แ‰น แ‰ขแŠจแ‹ฐแŠ‘แˆ แ‰ แŠ แ‹ญแŠ–แ‰น แ‰†แ‰ฅ แˆ›แ‹จแ‰ต แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆแข

แŠขแˆ‹แˆ‚ แŠ แŒ€แ‰ฅ แแŒฅแˆจแ‰ตแˆ… แ‹ญแŒˆแˆญแˆ›แˆ แ‹จแ‹“แˆˆแˆ แŠ•แ‰ฅแˆจแ‰ต
แ‰ฐแˆแŒฅแˆฎ แ‰ แ‰ƒแˆ แˆฒแŒˆแŠ แ‹ตแŠ•แ‰… แАแ‹ แŠ แŒ€แ‰ฅ แ‹จแˆšแ‹ซแˆฐแŠ

๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž
@Httpsmuazmohamed
@Httpsmuazmohamed
@Httpsmuazmohamed
โ“œโ“คโ“โ“ฉ โ“œโ“žโ“—โ“โ“œโ“”โ““

As wr wb ikhwaani fillah arra kuno sagantaa takkaan qabadhee dhufe

sababa milkidha waan namaaftau qabxii 2ffaa waliin laalla innis akana jatti ๐Ÿ‘‡

ุงู„ุณุจุจ ุงู„ุซุงู†ูŠ : ู…ุง ู…ุถู‰ ูุงุช : ุชุฐูƒุฑ ุงู„ู…ุงุถูŠ ูˆุงู„ุชูุงุนู„ ู…ุนู‡ ูˆุงุณุชุญุถุงู‡ุŒ
Obboleysa kiyya qaali wanni dabree dabree
yaadadhu waan dabrsitee hojjadhu waan itti jirtu san itti marxifadhuu
najala hin hafinii dubbisu ittuma fufii mee hin dhereysuu anu

ุŒ ุฃู†ู‚ุฐ ู†ูุณูƒ ู…ู† ุดุจุญ ุงู„ู…ุงุถูŠุŒ ุฃุชุฑูŠุฏ ุฃู† ุชุฑุฏ ุงู„ู†ู‡ุฑ ุฅู„ู‰ ู…ุตุจู‡ ูˆุงู„ุดู…ุณ ุฅู„ู‰ ู…ุทู„ุนู‡ุงุŒ ูˆุงู„ุทูู„ ุฅู„ู‰ ุจุทู† ุฃู…ู‡ุŒ ูˆุงู„ู„ุจู† ุฅู„ู‰ ุงู„ุซุฏูŠุŒ ูˆุงู„ุฏู…ุนุฉ ุฅู„ู‰ ุงู„ุนูŠู†ุŒ ุฅู†ูƒ ุจุชูุงุนู„ูƒ ู…ุน ุงู„ู…ุงุถูŠุŒ
dhagaymee yaa nama milkii barbaadu
lubbu teetana tiysii waan dabree if dura qabdee mata kee if dhukubsurra
hayye mee wahii sigafadhuu
saa atikun jallata guyyaan ifuu guddaan kun gara waytaa barisa sanitti debuu jallata?
hayye me aduun baatu tunoo gara golgolautii debuu jallata
atumaan dhalatee lafa jiruu kun gara hadha keessati debuu jallata ?
aannan mucha sa'aa kessa gadbahe gara mucha sa'aa debuu jallata ?
wantii asi olitti dubbane kun martii waan dabree jechudha
kanaaf of hin cinqiin Allaha kee qofarati irkadhuu irkoon tan khaaliqatu sibaasa
akii jan mee dhagahii ๐Ÿ‘‡

ู„ู…ู† ูŠุจูƒูŠ ุนู„ู‰ ุงู„ู…ุงุถูŠ: ู„ุง ุชุฎุฑุฌ ุงู„ุฃู…ูˆุงุช ู…ู† ู‚ุจูˆุฑู‡ู…
namnii waan dabrerati booyu akka nama duaa qabridha hiin baasa jauti jaan duba
ammo namni duee waa qabriidha hin kaafamu yoo guyya qiyaama taate malee
kanaaf uktii atiis akhii koo narra hin yaadawiin allahan kee sif jira karaan milkii qabxiin itti aanu itti fufa
dhumarrati sher godhuufi sahiiban keessan #join godhu hin dagatinaa gara channel kanaatti

@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo:
*akkaata warri gaggaarin itti du"an *
โ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโœฆโœฟโœฆโ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ข
Imaamni guddaan ibnu rajab sharhii bukhaarii eega rawwate kitaaba janaazaa ja"u irra gahee booda du"e rabbiin rahmata isaaf haa godhu..!!
โ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโœฆโœฟโœฆโ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ข
* Muhammad shanqiixin tafsiira isaa "adwaa"ul bayaan" ja"u kaayeeti oggaa ayaata kanarra gahe du"e...
: "ุฃูˆู„ุฆูƒ ุญุฒุจ ุงู„ู„ู‡ ุฃู„ุง ุฅู† ุญุฒุจ ุงู„ู„ู‡ ู‡ู… ุงู„ู…ูู„ุญูˆู†"
"Warri qaali Rabbii godhu ummata rabbiiti,ummanni rabbi warra milkaahe dhagaha."
โ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโœฆโœฟโœฆโ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ข
โœ * ibnu hajaril asqalaaniin ayaata akkana ja"u osoo qara"utti jiruuti du"e...
(ุณู„ุงู…ูŒ ู‚ูˆู„ุงู‹ ู…ู† ุฑุจ ุฑุญูŠู…) .*
"Nagayni haa jiraatu Rabbii namaaf gara laafaa tahe sanirraa."
โ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโœฆโœฟโœฆโ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ข
Ibnu teeymjyaan ayaata qur"ana ka akkana ja"u osoo qara"utti jiruuti du"e..
(ุฅู† ุงู„ู…ุชู‚ูŠู† ููŠ ุฌู†ุงุช ูˆู†ู‡ุฑ ููŠ ู…ู‚ุนุฏ ุตุฏู‚ ุนู†ุฏ ู…ู„ูŠูƒ ู…ู‚ุชุฏุฑ).*
"Warri rabbi sodaatu jannataa fi laggeen kessatti jiran,boota kabajamtu,mootii waa hundaa dandaha tahe biratti tahan."
โ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโœฆโœฟโœฆโ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ข
*imaam haafiz abuu zar"an osoo hadiisa baaba akkana ja"u qaraasisutti jiruuti du"e...
"ู…ู† ูƒุงู† ุฃุฎุฑ ูƒู„ุงู…ู‡ ู…ู† ุงู„ุฏู†ูŠุง ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡ ุฏุฎู„ ุงู„ุฌู†ุฉ "
" namni duniyaa tanarraa jechi saa ka dhumaa laa ilaaha illa illaaha tahe jannata seene."
โ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโœฆโœฟโœฆโ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ข
*sheek Muhammad muktaar shanqiixin masjiida rasuula kessatti oggaa hadiisa baaba kana gahe kan qaraasisutti jiru gahe du"e...
"ุจุงุจ ูุถู„ ุงู„ู…ูˆุช ูˆุงู„ุฏูู† ููŠ ุงู„ู…ุฏูŠู†ุฉ"
"Caalmaya biyya madiina kessatti du"u fi awwaalamuun qabdu "

โ˜ *ุฃุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุฌู„ ูˆุนู„ุง ุฃู† ูŠูˆูู‚ู†ุง ุฌู…ูŠุนุง ุฅู„ู‰ ุตุงู„ุญ ุงู„ุนู…ู„ ูˆุฃู† ูŠุฑุฒู‚ู†ุง ุญูุณู†

@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Ibsa abdi rashid hedduu galatoomi walaloo ajaa.iba chikunguuniyaa irraa
Anis kunoo tokkicha ilma turkey eegaan ta.e bubbule
#IRREECHA.๐Ÿ˜ณ
#IRREECHA.๐Ÿ˜๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘€

Ergaa namni Islaama tahe hundi dubbisuu qabu
Share godhuun wal barsiisaa

1๏ธโƒฃAyyanni ireechaa mali โ“

Irreecha jechuun hikkaan isaa Ibaadaa ykn gabbartii yoo ta
โ“œโ“คโ“โ“ฉ โ“œโ“žโ“—โ“โ“œโ“”โ““

SEENAA GARAA NAMA NYAATUโ—๏ธ

KABAJAA NAMAAF KANNUU



Seenaa baay'ee nama hawwatuudha dubbisaa.
Dubartii tokkotu mana raabsaa foonii keessa hojjetta ture. Guyyaa tokko gaafa hojiishee xumurtee jettu, kutaa foon diilalleessu ykn mana firiijii
seente achiin booda akka tasaa balballi firiijii osoo isheen keessa jirtuu itti cufame kuticha keessas ishee qofatu ture.

Iyya guddaadhaan iyyuu eegalte balbalichas reebuu eegalte,garuu iyya ishee namni dhagahuuf naannoo sana hin turre.
Hojjettoonni hundi gara manaatti galaniiru bakkee ta'aniis sagalee keessa jiru dhagahuun hin danda'amu.

Sa'atii 5 ega achi keessa turtee booda du'aaf jireenya gidduu taate, waardiyyaan warshaa foonii sanaas dhufee balbalicha irraatii bane, waan nama dinquu lubbuun ishees du'a irraa baraaramte.

Sa'atii muraasa booda waardiyyichaan "akkamiin dhuftee balbala kana narraa banuu dandeesse garuu?" Jettee gaafatteen.

Waardiyyichis deebisee akkas jedheen "waggaa 35'f warshaa foonii kana keessa hojjedheera hojjettoonni hedduus ba'anii hin galu garuu si qofa kan
gaafa ganama ganama dhuftu nagaa na gaafattee gaafa galgala baatu
ammoo nagaa natti dhaamtee kan deemtu. Namni baay'een akkuma wantan jiruuttillee hin lakkaa'ani.

Har'a ganama gaafa dhufte akkuma guyyaa kaanii "akkam jirta" naan jettee darbite. Garuu galgala kana sagalee kee "nagaan bulaa bor wal agarra" jettu hin dhageenye.Tarii lafa
hojii yoo jiraatte jedheen deemee sii ilaaluufis nan murteesse.

Anis akkuma warra kaanii nama ta'uukoo wanta na yaadachiisuuf Yeroo hundaa "akkam" fi "nagaatti" isheeti naan jettu nan eega. Kanas sirraa dhaga'uu dhabuu kootiin rakkoon akka jiru nan hubadhe. Kanaafan
iddoo hunda si barbaadee asitti si argee balbala sirraatii bane".
Ergasii imimmaan ishee lakkuu lolaasaa itti marmitee waan du'a irraa na oolchiteef galatoomi jetteeni.

Argitanii ilaalcha gaarii fi kabaja namaaf laachuun hammam akka bu'aa qabu.....??

Ilaalcha gaarii namaaf qabaachuun abuumaaf tola.

@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed

โ™ป๏ธ Invite your friends