Muaz Mohamed πŸ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan πŸ€ Join πŸ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
Nan sobee ?
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Eid Abdusalam)
Nashiidaa || LUBBUU TOOF || jattu Halkan salaasaa 3:00 YouTube kiyya gubbatti na eegadhaa in shaa Allah Subscribe godhuun dagatinaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
YouTube: https://www.youtube.com/channel/EidAbdusalam
"αŒ€αŠα‰΅ αˆˆαˆ˜αŒα‰£α‰΅ αŠ¨αˆαˆˆαŒ‹α‰½αˆ α‰°α‹‹α‹°α‹± : αˆˆαˆ˜α‹‹α‹°α‹΅ αŠ¨αˆαˆˆαŒ‹α‰½αˆ αˆ°αˆˆαˆα‰³αŠ• አα‰₯α‹™:: α‰₯αˆˆα‹‹αˆ αˆˆαˆ°α‹‰ αˆˆαŒ… αŠ α‹›αŠ α‹¨αˆ†αŠ‘α‰΅ (ሠ .ዐ .α‹ˆ)

❀️@Muaz Mohamed❀️
#Addunyaa_irratti 🌏 bara kana Sa'a dheeraa biyti itti soomanan "Russia"
Hogga taatu guyyatti sa'atii⌚️ 21 soomanan AduunπŸŒ– kan seentu sa'a 3 qofa .

Addunyaa_irratti 🌎Biyti sa'a xiqqo soomantu "Argentina" sa'a ⌚️11 qofa soomanan .

Biyti "Argentina"πŸ‡¦πŸ‡· somana guyyaa 2tti soomantu Biyti "Russia" πŸ‡·πŸ‡Ίguyyaa 1tti soomanan

Muslimni Ethiopia πŸ‡ͺπŸ‡Ήammo guyyatti sa'a 14 soomanna...
Join our channel .
@httpMuazmohamed
Guyyaa arraan tanaa mm dr abiyyiin ustaazoottan keenya afxira akka isa bira furan afeera masha allah hedduu waan nama gammachiisurrahi
nama 3 galatoomfachu barbaada
nama 3 dhifama gfachuun barbaada
nama 3 dhifama godhuufin barbaada
sadeen galatoomfadhu
1 nama na duuba duai naaf godhe
2 nama na cinaa dhaabbate
3 nama na jajjabeey
Salluu ala nabi