Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
Channel photo updated
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Channel kenya kanas join godha

@ummyart
@ummyart
@ummyart
๐Ÿ‘๐Ÿ‘Žโค๏ธ๐Ÿ‘๐Ÿ˜ก
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
Photo
Assalamu aleykum warahmatullaji wabarakatuhu

Qophii ustaz qamar hussen fi paster iyyi cufaa waliin qabaan san sababa iyyu qophi irratti argamuu hin dandahu jedheef qophii dabartee jirti odefanno qulqullu armaan olii ilaalu ni dandeessu

Waanumaanin ani sodaadhe yaaboo akka inni hin dhufne shakkii baay.ee qabaachuu ture akkaasuma tahe


Ajaa.iba wallaahi ๐Ÿ˜ฑ
Masjida bareeda kana yoo si gammachiisee masha allah ja.i
Forwarded from Abdurrahman Muhammad
--------------------------
BIYYI KAN WALIINIITI AMANTIIN KAN DHUUNFAATIโ€ผ๏ธ
=============================
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
โœAbdurrahmaan Muhaammad
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
Gurraandhala 2/2011 E.C
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
//\\//\\//\\//\\//\\//
๐Ÿ‘‰Jecha Mata-duree irratti kaasne kana Namni hiika isaa hubate jiraa laataโ“

โœ”๏ธJechichi Jecha akkaan jabaa fi jecha Munaafiqummaa fi sadarkaalee biroottillee nama geessuu danda'uudha.

MEE JECHICHA IBSINEE KAANEE GARA IBSA ISAATTI HAA SEENNU.
-------------------------
โ™ฃใ€Biyyi kan waliiniitii, Amantiin kan dhuunfaatiใ€‘jechi jedhu keessa beekkannoodhaan(Iccitiin isaa) kan inni of keessaa qaba <<HURRIYYUMMAA AMANTII>> Ykn Mirga Amantii barbaadde hordofuu of keessaa qaba. Kunis Amantiin kan dhuunfaati yeroo jedhu Namni kamuu amantii dhuunfaa isaa qaba, kanaafuu Amantii namaa irratti dubbachuu hin qabnuu fi kkn fakkaatan kan of keessaa qabuudha. Kun immoo diinii islaamaa keessatti iddoo hin qabu.
Mee jecha Hurriyyummaa Amantii(Namni kamuu mirga Amantii barbaade hordofuu ni qaba)qaa'idaa jedhu haa ilaallu.
ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€ฯ€
Hurriyyummaa Amantiiโ€ผ๏ธ
โˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆšโˆš

โœ”๏ธInnis Namni tokko mirga Amantaa barbaade hordofuu ni qaba jechuudha. Yaadi kun kan madde Jalqaba biyya Giriik keessaa yoo ta'u innis Diimookiraasii wajjiin kan maddeedha. Akka seera Diimokraasiitti Namni kamiyyuu amantaa barbaade hordofuu danda'a kan jedhu of keessaa qaba. Yaadi kunis akka waan Islaaminnaatti duuluuf itti yaadamee qophaa'e fakkaata,akkasumas.
-------------------
Hurriyyummaa Amantii Islaaminnaa keessatti.โ€ผ๏ธ
=====================
โ—พ๏ธ Seerri "Nmani kamiyyuu Amantii barbaade hordofuu qaba" jedhu Isalaaminnaa keessatti bakka hin qabu. Namni jecha kana dhugoomsu islaama keessaa yoo jiraatees jecha rabbii kan rabbiin {{ุฅู† ุงู„ุฏูŠู† ุนู†ุฏ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฅุณู„ุงู…]] jedhu kijibsiisaa akka jiru beekamaadha. Kanaaf muslimtootni jecha akkanaa kana irraa of eeggachuu qabna.
=======>>====>>=======
๐Ÿ‘‰Wallaaltoota Islaamaa kan diinii isaanii hin hubatin irraa waan argamuโ€ผ๏ธ
=====================
Maqaa waliin jireenyaatiif jecha yookaan immoo faayidaa dhuunfaatiif jecha yookaan immoo hubannaa dhabuu irraa kan ka'e Aayaa Rabbii kan suuraa baqaraa keessa jiru{{ ู„ุง ุฅูƒุฑุงู‡ ููŠ ุงู„ุฏูŠู†}} kan jedhu qabachuudhaan akka fedhii isaaniitiif ta'utti hiikanii ittiin ragaa godhatu. Akkana jedhanii lallabus:- Amantiin keenya Mirga Amantii kamiituu eegeee jira. Namni kamuu Amantii barbaade qabchuu danda'a.Isliminnaa keessa dirqiin(dirqamni) hin jiru jechuudhaan ma'anaaa Aayataa jijjiiru. Aayaata garuu kan itti fedhame kanaa miti. Namn gaaf gara Amantaa Islaamaatti waamtan Doorsistanii yoo amanuu baatte siin ajjeesa fi jechoota kana fakkaatu fayyadamtanii dirqamaan gara isliminnaa hin galchinaa,dura maalummaa islaaminnaa ibsaafii hamma inni islaaminnaa hubatee gara islaaminnaa seenutti ergaa jedhu qaba malee akka isaan ittti hiikkatan sanaa miti.

----------------------
Waan Muslimtoots Irraa Eegamuโ€ผ๏ธ
--------------------------
โœ”๏ธHamma dandeenyee fi Yeroo qaawwa argannetti karaa kamiinuu haa ta'u Namoota Amantaa biraa irra jiran gara islaaminnaatti waamuu qabna.
โœ”๏ธ Amntaa Islaaminnaatiin Alatti Amantaan biraa sirrii fi fudhatama akka hin qabne beeksisuu qabna.
โœ”๏ธYeroo Nama waamnu beekumsa irratti ta'uu qaba.
โœ”๏ธFedhii lubbuu keenyaa guuttachuuf jecha Qur'aanaan Naggaduu hin qabnu.
========>==================
โœAbdurrahmaan Muhaammad
-----------------------
Gurraandhala 2/2011

AUIT,Ambo
@Abdurrahmanaq
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
Photo
As wr wb

Oduu gammachistu articst @abdukiar kan ja.amu wallisa fi artisti guddan beekkamti akkan qabu tahuun isaa ni beekkama garuu yeroo amma kana mana rabbi kabajama kesatti umraa godha jira

Masha allah
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Video gara gara nshida da,awafi waloloo k.kf argachuf channel youtube kiyya
Subscribe godha
 ๐Ÿƒ‏ู‚ุงู„ ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ : "ุฎูŠุฑู ูŠูˆู…ู ุทู„ุนุช ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุดู…ุณ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ููŠู‡ ุฎูู„ู‚ ุขุฏู… ูˆููŠู‡ ุฃุฏุฎู„ ุงู„ุฌู†ุฉ ูˆููŠู‡ ุฃุฎุฑุฌ ู…ู†ู‡ุง ูˆู„ุง ุชู‚ูˆู… ุงู„ุณุงุนุฉ ุฅู„ุง ููŠ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ"
ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู… 854
๐ŸŽˆErgaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
๐Ÿƒ  ๐Ÿƒ  ๐Ÿƒ๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹
โœ‏ู…ู† ุณู†ู† ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ
โœSunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-ุงู„ุฅุบุชุณุงู„
๐Ÿ‘‰Qaama dhiqachu
2-ุงู„ุชุทูŠุจ
๐Ÿ‘‰WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-ู„ุจุณ ุงู„ุฌู…ูŠู„
๐Ÿ‘‰Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-ุงู„ุชุณูˆูƒ
๐Ÿ‘‰ilkaan suwaakatu
5-ุงู„ุชุจูƒูŠุฑ ุฅู„ู‰ ุงู„ู…ุณุฌุฏ
๐Ÿ‘‰Ganamaan gara masjida dhufuu
6-ู‚ุฑุงุกุฉ ุณูˆุฑุฉ ุงู„ูƒู‡ู
๐Ÿ‘‰Suratul-khahfi qara'u
7-ุงู„ุฅูƒุซุงุฑ ู…ู† ุงู„ุฏุนุงุก
๐Ÿ‘‰DUA'II heddumessu
8-ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ๏ทบ
๐Ÿ‘‰Nabiirratti salawaata buusu
โ–ชโ–ชโ–ชโ–ช
โž–๐Ÿƒโž–โž–โž–โž–
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed

Channel kana waliin haa guddifnu namu group kessa jiruufi saabibbotan isaan gara channel kana haa yaamnu

โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜โ˜