Muaz Mohamed 👉 Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
Download Telegram
Way yaa ustaza kiyya.
rabbin ( sw) ilmi hanga hin qabne. Fayya mi.ooytuu umrii barakha tan ibaadaa

Yaa rabbi naaf kenniif
Yaa allah

Wallahi yeroon dhagahu heddun rifadhe
من دخل البحر بلا سفينة فكأنما دخل القبر بلا زاد ( أبو بكر)

namni bishan baharaa doonii maler seene akka nama sinqii malee qabrii seeneeti

Saniifu ikhwaan amman waan baruun nubarbachisu ha barannu maliif jennaan
Firqaa jallo jallistuu ( shi.aa) ja.amtuutu biyya seena jira jechun dhagahee video yeroo muraasa booda gadiin lakkisa saniif amantii teenya haa sirritti haa barannu

Insha allah nuti ahbaashi fi suufiyyanu nun dandeenye shi.aas harka itti hin kenninu

Hadara dhamsa kana nama biraatiif 🍀 share 🍀 godhi www
🌴 Seeuun sunnaadha Seeqi !!!
😁😁😁

Gaaf tokko abban gurbaa isaatiin akkana ja.e yaa ilma kiyya yeroo fincaanuu barbadde nin fooriya jedhi fincaani ja.een


Mucaanis tole ja.ee guyyu yeroi fincaanu abbaa nin fooriya ja.ee fincaana
Guyya tokko akka tasaa abbaan imaltuu kute mucaa mana abbaa isaa geessee


Achumaanuu channel subscribe godhuu hin dagatinga ni seyxaa
@httpsmuazmohamed


Hoggaa kana mucaan halkan kessa fincaan qabe abbaa guddaa isaatin akkana ja.e yaa abba nin fooriya

Abba guddaa. Mucaa maal taate halkanii bar abba lakkii nin fooriya
Abbaa guddaa. Aboo mucaa gandi nu dhagaha
Mucaa; abba ani amma malee hin fadhu ja.e
Dubbin jabaatte
Abbaa guddaa; hayaa suuta ja.ii gurratti nafooriyi ja.een
Akkasitti gurra kessatti fooriye
Fincaan gurra guute 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁

Channel armaan gadii tuqaa

👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Duaii tana insha allah yeroo raftan qara.aa yoo rabbin isiniif laaffise

👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Forwarded from Fuad Mohammed
Abu usayid naziif jihaad
▪️قال العلامة ابن القيم رحمه الله :

الرسولﷺ له حوضان عظيمان: حوضٌ فِي الدنيا وهو سنته وما جاء به، وحوضٌ في الآخرة، فالشاربون من هذا الحوض في الدنيا هم الشاربون من حوضه يوم القيامة .

📙 اجتماع الجيوش الإسلامية (٨٥/٢) Hiikaa jecha IBNU LQAYYIM👆

Ergamaan
keenya(sallallaahu alayhi wasallam) hawdii/naanniga
Lama gurguddaa qaban, hawdiin tokko addunyaa keessatti argama, innis (sunnaa) isaaniit, waan isaan ittiin dhufan,
Hawdiin tokko mmoo aakiraatti,
Warri hawdii addunyaa keessatti argamu kanarraa dhuge isaantu hawdii aakiraa rraa dhuga guyyaa qiyaamaa .

Warra hadha sunnaa hordofuu nuhaa taasisu,
Jecha kenyaafi hojii Kenya hunda keessatti,
Guyyaa qiyaamaa warra hawdii sana dhugu nu haataasisu.

https://t.me/dawwaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Way amala gaarii ❤️❤️❤️

namni amala gaarii qabu fageeysee yaada
namni amala badaa qabu mudhii gd yaada
yoo amala gaarii qabatte naacha bishaan kessa wajjinis ni jiraatta
akka baran dhiisanii akka baratti bulan

Nama tahuu yoo feete iccitii kee hin baasin🔑🗝 code ( qulfii) itti godhi


👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed