Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
๐Ÿ“ Seenaa ajaaibaa
Wallaahi seenaa akkaan garaa na nyaatte ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ


๐ŸŒด Gaaf tokko mucaa yatiima tokkootu ture jnni kun abbaan isaa osoo inni garaa kessa jiruu kan jalaa du.e

Gaaf tokko hadha isaa wajjiin qabrii abbaa isaa ziyaaruuf osoo deemu jiranii yeroo qabrii biratti dhiyaatan iddo " Abwaa.a " ja.amtutti haati isaa lafa dhooyte


Hoggaa kana mucaan rifatee haati isaa sakhraanni itti dhufe osoo hin du.in dura garuu ofitti qabdee dhungatte booche mucaanis booyee osuma akkasj jiranii haati duute


Yeroo haati isaa duutu intaloo takka tan " ummu eyman " ja.amtuutu achi jira. Haadha isaa fuute fooxaa ofirraa qabduun isii khafante akkasitti mucaa wajjin awwaalte


Akkasitti mucaanis qabrii haadhaa gubbaa taa.ee booyee eegasiu tan abba gubbaas dhaqee booye akksitti ofirra gale

Mokkoramuun karaa ambiyotaati nabiin hadiisanis dubbatan

Garuu mucaan sun eenyu laata ?


Inni bar nabiyyi rabbi kabajama
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… โ™ฅโ™ฅโ™ฅ

๐ŸŒทirra caala uumaa rabbi
๐ŸŒทirra caalaa nama dachii tana irra jiraatee
๐ŸŒทirra nama akhlaaqa qabuu
๐ŸŒท irra nama amanamaa irra
๐ŸŒทnama rahmata namaaf godhu ๐ŸŒท irra kabajaa nama
๐ŸŒท Nama taajiraa fi miskiinumman adda sin baasne
๐ŸŒท irra gara laafaa namaa
๐ŸŒท irra sodaata nama hunda
๐ŸŒท irra dhugaa dubbataa nama hunda
๐ŸŒทirra jaalatama naaa hunda
๐ŸŒท irra oobsaa namaa
๐ŸŒท irra qabbanawa nama
๐ŸŒท kan faana tolu
๐ŸŒท kan deemu deeminsa tolu
๐ŸŒท kan dhabbatu dhaabbina tolu
๐ŸŒท kan haasawu haasawa tolu
๐ŸŒท kan waan amala gaarii ja.ame hunda walirratti qabate

ุฅู†ูƒ ู„ุนู„ู‰ ุฎู„ู‚ ุนุธูŠู…


Obboleyyan keetiif forward ๐Ÿ€ share ๐Ÿ€ godhi jzk kheyran

Barumsa adda adda argachuuf
Channel โ˜ž muaz mohamed ja.u kana join tuqa jzk kheyran

Rabbif jechaan isin jaaladha โ™ฅโ™ฅโ™ฅโ™ฅโ™ฅโ™ฅโ™ฅโ™ฅโ™ฅโ™ฅโ™ฅ
Guyya gaarii obboleysa kiyya rayyan waliin
garuu osoo masha allah jatte irra hin jiruu laalte usuu qofaa mitii

๐Ÿ€ masha allah
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€ Seenaa ajaaibaa ๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚


๐ŸŒน Gaaf tokko namnticha tokkootu jira inni areeda dheeraa qaba guyya takka makiinaa bus eeggachuuf dhaabbachu jira


Hoggaa kana osoo dhabbatee eeggacha jiru bus dhufe ol seene ummanni bus kessa jiran heddu rifatan bus dhaabsisanii hundi gad bu.anii fiigan

Hogga kana inninis ummanni maal tahan ja.ee jala fiiga ummanninis isa jalaa fiigan osuma fiiganii isaan yeroo of booda gara gara ammaas isa arkan
Nu jala fiigu jira ja.anii rifatanii fiigan osuma akkasitti fiiganii " police commition " waliin seenan amma police maal taatan ja.aniin ummanni " nuti namticha kana jalaa fiina areeda isaatu nu rifachiise areedni nama muslimaa nu rifachiisa ja.an
atoo maaliif fiiyda ja.anii isaas yeroo gaafatan
" Ani isaan waa dheesu jiran ja.eetin isaan wajji fiigu jira
Ati amantiin tee maali ja.anii gaafatan akkana ja.ee deebise " ani muslima ja.eenii akkasitti ajaaiban


Laalaa mee ikhwaani areedni akka amntii islaam kessatti sadarkaa qabu

ุฃู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ุนู„ู‰ ู†ุนู…ุฉ ุงู„ุฅุณู„ุงู… โ™ฅโ™ฅโ™ฅ
๐ŸŒด SEENAA BAREEDDU ๐ŸŒด


๐ŸŒน Gaaf tokko haati teenya Aaishaan osoo huccuu hodhu jirtu lilmeen harkaa buute hogga kana yeroon galgala lilmee barbaadde dhabde


Hogga kana rasuullu ( saw) ol seene akkasumatti dachiin ifte lilmee isii arkatte fudhatte hogga kana ajaaibde wallahi ati dhugumaan rasuula rabbiitii jatte ajaaibsiifatte


Hogga kana rasuulli ( saw) akkana ja.een " bar orma tokkotu jira kan guyyaa qiyaama fuula kiyya hin agarre "


Aaishan ( R.A) eenyu yaa rasuulallah jattee gaafatte

Rasuullis akkana ja.e " warreen hoggaa maqaa kiyya dhagahan salawaata narratti hin buufne ja.e


โ™ฅโ™ฅโ™ฅ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… โ™ฅโ™ฅโ™ฅ
Ani tiyya kunoo ja.eetin jira

โ˜ž Akhi
โ˜ž ukhtii

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†

Salawaata buusaa !
๐Ÿ™Œ Jannata seenuu ni barbaadda ?

Hayye yoo barbadde risaala gabaabduu tana dubbisi ๐Ÿ‘

๐ŸŒด ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ( ุต) ู…ู† ุณุฃู„ ุงู„ุฌู†ุฉ ูนู„ุงูน ู…ุฑุงุช ุงู„ู„ู‡ู… ู‚ุงู„ุช ุงู„ุฌู†ุฉ ุฃุฏุฎู„ู‡ ุงู„ุฌู†ุฉ
๐ŸŒด ูˆู…ู† ุงุณุชุฌุงุฑ ู…ู† ุงู„ู†ุงุฑ ูนู„ุงูน ู…ุฑุงุช ู‚ุงู„ุช ุงู„ู†ุงุฑ ุงู„ู„ู‡ู… ุฃุฌุฑู‡ ู…ู† ุงู„ู†ุงุฑ

๐ŸŒท ยป rasuulli ( saw ) akknna ja.an

Namni yeroo sadi jannata khadhate jannatni akkana jatte kadhattif yaa rabbi jannata naqi jatti

Akkasuma namni yeroo sadii ibiddarra maganfate jannatni akkana jatti " yaa rabbi ibiddarra nagaya godhi jatti

Warra hadiisa kanatti dalagu rabbin sw anaafi isinis nuhaa godhu

Rabbif jechan isin jaaladha !