Watch "Heart touching aneshed cover by maher ahmed ( zain )" on YouTube
https://youtu.be/V5-xidrvHPA
https://youtu.be/V5-xidrvHPA
Obsa Sule:
JAALALA RASUULLI RABBII SAW BILAALIIF QABU
Nabiyyiin jaalatamaan nabi Muhaammad (s.a.w) gara aakhiraatti eega godaananii booda guyyaa tokko Bilaal Ibn Rabaah ( r.a ) ebjuun isaan arge. Yommuu akkana isaan jedhan dhagahe. "Yaa
Bilaal, sila maaliif narraa fagaattedhuftee na hin ziyaartuu?" Jedhaniin. Bilaal onneen isaa gaddaan guuttamtee hirriba isaa irraa dammaqe. Gaala
isaatiin gulufee gara Madiinatti qajeele. Madiinaa yommuu gahus qabrii Ergamaa Rabbii ( s.a.w ) ni ziyaare. Guyyaa muraasaaf qabrii isaanii biratti taa'ee booye.
Jaalatamtoota ilmaan namaa kan tahan Hasanii fii Huseen dhufaniitiin Mu'azzina Ergamaa Rabbii ( s.a.w ) kan turan Bilaal Ibn Rabaah ofitti qabuun jaalalaan hammatan. "Yaa Bilaal keenya!..." jedhaniin. "Maaloo azaana kee yaadnee jirra koottuu maaliif dhuftee azaana Rabbii nu hin dhageessifne!" jechuun warwaatan.
Bilaalis isaan mufachiisu waan hin barbaadneef "Tole! " isaaniin jedhe. Eega Ergamaan Rabbii s.a.w gara aakhiraatti deebi'anii booda guyyaa takka azaana godhee hin beeku. Gara minbaraatti ol bahe.
Sagalee isaa bareedaa sanaan "Allahu Akbar Allahu Akbar!" Jedhee lallabe. "Ashihadu Allah ilaaha illa Allahu" yommuu jedhu yaadannoon Rasuulaa (s.a.w )naannawa magaalattii sanaa fii jiraattota magaalatti marse. Akka waan Rasuulli Rabbii ( s a w) deebi'anii dhufanitti isaanitti dhaga'ame.
Jiraattotni makkaa ni imimmaan harcaasan. Sahaabotni hundi ni booyan. Makkaan eega Ergamaan Rabbii ( s.a.w ) gama aakhiraatti godaananii booda yeroo jalqabaatiif imimmaaniin dhiqamte.
Bilaal booyichaan azaana gochuu hin dandeenye. Kophummaan itti dhaga'ame. Onneen Rasuula Rabbii ( s.a.w ) cinaa ofiiti dhabde duwwummaan akkamitti itti hin dhaga'amne jettaniiti?
Isaan kan ajjeese ture bar muhabbaa Ergamaa Rabbii ( s.a.w )malee waanbiroo hin taane. Isaan bar kan akkasitti isaan boochise jaalala Rasuula Rabbii ( s.a.w ) ti malee waan birooti miti.
Musiibaan Nabiyyii isaanii lubbuun of biraa dhabuu caalte addunyaa tana irratti isaan hin mudanne.
Fidaak Abii wa ummii yaa Rasuulallah
Mee namni ONLINE irra jirru hundi Rasuula keenya irratti salawaata haa buufnuu!
Sallallaahu aleyhi weselam!
πππππππππππ
πππjoin hagonuπππ
@obsaSule

MAHER ZAIN β Official:
Obsa Sule
Nashiidaalee fi dawaalee adda addaa argachuuf join my official channel
https://t.me/obsasule

Telegram

Yada yoo qabattan kharaa khessatin link khana tuqaππΏππΏππΏππΏππΏππΏππΏππΏππΏππΏππΏhttps://t.me/Obsana

Watch "Documentary Seenaa Afaan oromoo tiin Waa.ee Oobsaafi Jiruufi Jireenya Isaanii Dhggeefadhaa" on YouTube
https://youtu.be/8w2NjxuKmKs
https://youtu.be/8w2NjxuKmKs
YouTube
Documentary Seenaa Afaan oromoo tiin Waa.ee Oobsaafi Jiruufi Jireenya Isaanii Dhggeefadhaa
As wr wb Hordoftoota channel keenyaa " yeroo dheeraaf garagar bahuun keenya ni yaadatama amma yoo rabbi ja.e Nagayaan walitti deebinee jirra insha allah
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo:
Godina Jimmaatti harβas Sababa Jilbaabaatiin Kora bittinneessaan tumamanii hidhaman. Warri Kaleessa hidhamanis Mana murtiitti dhihaatan.
β β β β β β β β β β β β β β β β β β β β β
Taatee Limmu Gannat kaleessaatti dabalatee Godina Jimmaa Magaalaa Hasandaaboo mana barumsaa qophaaβinaa fi sadarkaa 2ffaa barattoota dubraa muslimootaa Jilbaaba uffatanii akka hin baranne yammu dhorkaman barattoota kuniif maaliif taβee jedhanii gaafatan 7 poolisoonni kora bittineessaa tumamamni hidhaniiruu.
Barattoota hidhaman gidduu dhaa kanneen armaan gadii yaroo ammaa gara mana Waajira Poolisi Naaddaatti hidhamanii argamu
1. Ahmaddiin Haji Muhammadnur
2. Saabit Siraaj
3. Muβaaz Abbaa Tamaam
4. Mubaarak
5. Muhammad
6. Riyaad Haafiz
Barattoonni kora bittineessaa dhaan rukuttaan irra qaqqabe Gariin qaamaan madaaβuu fi miidhamuun irra qaqqabeera. Yaroo ammaas Magaala Hasandaaboo keessa kora bittinneessaan facaβee barattoota biro hidhuuf akka bobbaβan jiraattoonni naannoo fi Imaamooni ni ibsu.
Haaluma walfakkaatuun Limmuu Gannatitti Barattoonni kaleessa sababa jilbaabaa/Hijaabaa hidhaman gaafachuu namoota dhaqan dabalatee guyyaa harβaa barattoonni 6 kan hidhamaniiru. Harβa odeeffannoo naannoo dhaa na gaheen harβas ajaja itti gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa godina Jimmaa Obbo Ashannaafi tiin shamarran jilbaaba uffatanii naannoo mana barumsaatti sochoβaa argaman hidhamaniiru.
Kannneen gidduudhaa hidhaman keessaa Barsiisaa Anwaar Musxafaa namoota harβa hidhaman keessatti kan argamu yammuu taβu, kaleessa irraa eegalee hanga yoonaatti barattoonni hidhaman 17 kan gahan yoo taβu harβa waaree duuba mana murtitti dhihaachuun beellamni guyyaa 7 itti gaafatameera. Haaluma walfakkaatuun, Torban darbeerraa eegalee godinuma Jimmaa aanaa Xiroo afataa Magaalaa Dimtuu keessatti Barsiisoota muraasa amantaa biraa hordofanii fi bakka biraatii dhufaniin bifa qindaaβeen yoo shamarran muslimaa jilbaaba uffatani akka baratan kan eehyyamamuuf yoo taβe barsiisuu kan dhaaban taβu akeekkachissuun isaani barameera. Akkasumas yoo baratoota muslimaatiif jilbaabni eyyamameef isnis baratoota amantaa biraas akka uffata amantaa kessan naxalaafi uffata masqala qabu dhufatani dhuftanu jedhani kakaasaa jiru.
Dabalataanis Bulchaan godina Jimmaa Obbo Abdulhaakim Muluu akka jedhanutti barsiisoonni bakka birootii dhufan barattoota amantaa biraa hordofaniin yoo isaanii jilbaaba/Hijaaba uffatanii barachuun kan eeyyamamu taβe isiniis Naxalaa fi uffata Masqalli irra jiru uffadhaa kottoo jechuun barattoota kakaasaa akka jiran gabaasa akka qabanii fi Caaseeffama nageenyaa godinichaa keessas rakkoon akka jiruu yaroo dhiheenyaa keessatti qulqulleessinee tarkaanfii kan fudhannu taβa jedhaniiru.
Haaluma walfakkaatuun Magaala Oomoo Naaddaa keessatti dhiha kana warra jilbaaba uffatanuuf barattoota muslimaa qindeessu kan jedhan manaa mana deemuun yaalii poolisoonni qabanii hidhuuf taasisan maatiin waan dheekkameef ummata magaalattitti boombiin imimmeessaa itti dhukaafameera.
Odeeffannoo arganneen, Godina Jimmaatti Biiroon barnootaa fi Dhimmi nageenyaa barattoota irratti dhiibbaa isaa jabeessuun maatii amansiisuuf dhorkaa jilbaabaan walqabatee jiru itti fufsiisuuf kallatti akka qabatan beekameera.
Naannoodhaa kan naa bilbilan hooggansi Majlisaa tokko fi bulchaan aanaa tokko rakkoon caasaa biiroo barnootaa fi dhimma nageenyaa keessa garaagarummaa fi hasaasni akka jiru fi dhimmi kana irratti ejjannoodhaan gargar bahanii rakkoo kana barattoota irraan gahaa akka jiran ibsu.
From Ahmadin Jabal

Forwarded from SALAH MOHAMMED
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Insha allha nashiida harawa Abubaker tan jetu aboleysa keenya murad yero gabaabatti eega
@OfficialSalah
@OfficialSalah
Forwarded from Deleted Account
Khabajamo khenya jaalatamo channalota khenya
Guyya khessa guyya khaam dhalattan
Guyya khessa guyya khaam dhalattan
Forwarded from Hamza mohammedπoffical
Inshallah cooming soon nashidaa
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
MAHER ZAIN β Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

MAHER AHMEDβ Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kanaπ΄joinπ΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd

Forwarded from Robsan Mohammed
As wa wb khabajamo hordoftota channela khiyya hunda
Akkuma bekkamutti garen nashida Al ansar inshad group ja'amtu akka albuma harawa isin biran gahuf deman dhagessaniru sanirra khan kha'e qoppi isani xumurun isin biran gahuf fixatani Wan jiranif guyya murasa booda sampila isa isin biran gahuf deman biifti nashidatin tannen fakkati
Maqan albuma
Dammaqi !!
1 Hadhato
2 Qura'ana
3 Marany (amaharic)
4 Rasula Rabbi
5 Mallato muslima
6 Qabrii
7 Ramadaana
8 Gama khe debi'e
9 Dammaqi !!
10 Hijaaba
11 Uhibuka (Arabic &Oromic)
Khana fakkati guyya murasa boda bifa sampilatin isin bira gahuf qoppidha
Namu akka irra fayyadamuf wal dhagesisa walifis #sher godha
#By Al ansar inshad group
@officialrobsan

βYero takka wanuma khana filadhu san boda wan aja'iba arku malta ππππππππππ