🍃قال النبي ﷺ : "خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة فيه خُلق آدم وفيه أدخل الجنة وفيه أخرج منها ولا تقوم الساعة إلا في يوم الجمعة"
رواه مسلم 854
🎈Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
🍃 🍃 🍃🎋🎋🎋🎋
✏من سنن يوم الجمعة
✏Sunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-الإغتسال
👉Qaama dhiqachu
2-التطيب
👉WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-لبس الجميل
👉Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-التسوك
👉ilkaan suwaakatu
5-التبكير إلى المسجد
👉Ganamaan gara masjida dhufuu
6-قراءة سورة الكهف
👉Suratul-khahfi qara'u
7-الإكثار من الدعاء
👉DUA'II heddumessu
8-الصلاة على نبينا ﷺ
👉Nabiirratti salawaata buusu
▪▪▪▪
➖🍃➖➖➖➖
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Channel kana waliin haa guddifnu namu group kessa jiruufi saabibbotan isaan gara channel kana haa yaamnu
☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝

🌴 OBBOLEESSA KIYYA KABAJAMAA !! OBBOLEETTII TIYYA QAALII !! IIMAANNI KEE AKKA SIIF JABAATU YOO FEETE!!
Ee dhugaadha ni jaalatta.
Waan saddeettan armaan gadii kana yoo hojjatte,dhugatti iimaanni kee siif jabaata.
👇👇👇👇👇👇
1√. Salaata shanan yaroodhaan masjidatti salaati.
2√. Guyyaatti yaroo hanga takka zikrii godhi.
3√. Yoo xiqqaate guyyaatti yaroo hanga takka ija imimmaanitiin du'aa'ii godhadhu.
4√. Guyyaatti yaroo hanga takka dirqama ofirratti godhiitii qur'aana qara'i.
5√. Saahiba hamaa irraa fagaadhu.
6√. Ergamaa rabbii irratti nagayaa fi rahmata buusuu heddummeessi.
7√. Baatirraa guyyaa sadi soomana sunnaa soomani.
8√. Yoo rabbiin siif laaffise halkan keessa ka'iitii salaata leeylii salaati,yoo halkan keessa ka'uu hin dandeenye ishaa'ii booda salaatii rafi.
Mee waan kanniin hojjadhuutii san booda iimaana kee LAALI.
@share_share godhuudhaan keeyrii carraaqadhaa
http://t.me/muazmohamed

Muaz Mohamed 👉 Official
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed

Telegram
Muaz Mohamed 👉 Official
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
Forwarded from MRJ Damee Hundanee
"""""Faashiina Fashion"""
""""---""""----"""""---""""---"""""---""""---"""
--------Kutaa Tokkeysaa-------
___________
-Faashiina jachuun maali?
-Eysarraa dhufe?
-Maalif dhufe?
-Miidhaan inni qabu maali?
-Akkamitti irraa tiyfamna?
____/_______/_____
-Mata duree kana jalatti waan heddu nama fayyadu baranna eysa akka jirru qoranna eysa dhaqu akka qabnu hubanna
-Hadara hadara mata duree kana haga xumuraatti hordofuu qabna hadaraa
______________
----Barumsa Jalqabaa---
#Faashiina_jachun_maali?
-Faashiina jachuu kana wanni nuti itti beynu uffata fi kobee amma baate jachutti beyna
-Faashiina jachuun waan yahuudaan ittin islaama jallisuuf qabattee dhufteen keessa isa tokko.
-Faashiinni tooftaa ittin sunnaa yahuudaa nama qabachisaniin irraa isa hangafaati
________///////___/__/
Faashiinii eysa dhufe?
__________________
-Faashinni kun yahuuda biraa dhufe karaa heddun dhufe san kessa media uffata nyaata fi waan heddun dhufe waluma galatti jiruu guutun faashiina akka taatun dhufe
_______/\_______
Faashinni maalif dhufe?
_____/\_____
Yahudoonni ummata islaama jallisuuf akka namni osoo hin beyne isaan jaalate aadaa isaani qabatu godhuf yaada fidan yaadni isaanii guyya guyyaan waan haraya baasani akka namni waan isaan guyyaan jijjiran kana qabatu laalan san boda waan sunnaa Rassula saw faalleysu fidan namni duraan isaan hordofe waan isaan fidan hunda qabatee waan jiruuf faalla shariya Kanas harka lamaan irra qeebala
------itti fufa----- insha allah
__________/\___________
t.me/Sanduyusra

👉🌴 gurbaan tokko gara sahaabticha guddaa abdallaah binu Abbaasitti dhufeeti akkana ja"en...
Yaa ilma adeera rasuulaa lubbuu takkaan ajjessee rabbiin towbaa narratti ni deebi"aa.?!!
Haati tee lubbuudhaan ni jirti ja"en ibnu abbaas..!!
Lakkii ja"en gurbaan..
Istikfaara heddummeysi rabbiin siif araarama ja"en ibnu Abbaas...
# yeroo gurbaan gaafii gaafate achi garagale.darastichi ibnu Abbaas guddaan Axaa"a binu yasaar : yaa ilma adeera rasuulaa maalif haadha isaa gaafatte ja"en..!!?
Ibnu Abbaas : dalagaa takkallee tan rabbi biratti akkaan jaalatamtu hin beeku haadhaa fi abbatti tola oolurra ja"en..!!
برو أباءكم تبركم أبناءكم
Haadhaa fi Abbaa kessanitti tola oolaa, ilmoo teeysaniitu tola isinitti oola.!!
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃 join..

#gurbaan yahuuda tokko ganda muslimoota tokko gubbaa osoo dabrutti jiru..ulamaa"i ganda sanirratti amantii isaani irratti wal fakkeeysu fadhe..!!
#garuu osoo ganda hin gahin gurbaa gabaree kan re"ee tiiysu tokko arke..yahudichi lubbuu isaa kessatti gurbaa re"ee tiiysu kanaanin eegala ja"eti biratti achi deeme..!!
#yahudichi nama muslimaa kan imalturra jiru if fakkeyseeti bira dhaqe..!!
Eega yeroo xiqqo takka isa bira taa"ee booda akkan ja"en...
Nuti muslimoonni qur"ana juuza soddom (30) haffazun kun nutti ulfaata jachuu hin arkitu.?
Ayaata hedduu ka wal fakkaatuutu kessa jira maalif ayaata wal fakkaatu kana kessaa darbine firraa hin salphifne akka laaftutti haffaznuuf ja"en..!!
#ammaas yahudichi kofla nama hamtuu garaa qabu kofalaa dubbii isaa itti fufe.. : ayatni irra daddebitu ta wal fakkaattu tun faayida takka hin qabdu..
Tanaaf ta wal fakkaattu firraa kessa baafneeti akka qur"anni nuufis laaffatuuf irraas deebi"us dandeenyuf firraa salphifna ja"en..!!
#yeroo yahudichi fixate gurbaan re"ee tiiysu kun ; jachi kee gaaridha namaas ni fudhachiisa ...!! Garuu gaafin qaba ja"en.!
Qaama kee kana kessa wanni wal fakkaatu hedduutu jira ? fknf miila lama ,harka lama ,ija lama ,Fi gurra lama..
Maalif qaama kee ka wal fakkaatu kana sirraa mummurre akka qaamni kee siif salphatuf nyaanni ati nyaattus gamuma takkatti akka deemu maalif hin goone ja*en..atiis qaama faayida siif hin qabne kana baadhatte deemurra hafuura fudhatta ja"en..!!
Yeroo tana yahudichi rifatee Huccuu isaa wali qabate deeme haala lubbuu saa kessatti akkana ja"un...: yaadaa fi deebisaan gurbaa re"ee tiiysu yeroo kana taate deebisaan ulamaa"ii isaani akkami haala ja"un kute..!!
اللهم فقّهنا في الدين و ثبتنا و المسلمين على الصراط المستقيم .

Ergaa ganama jum'aa...by Shekh m.arifii...🌴🌴
" عن ابي هريرة(رضي الله عنه)،أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال"إذا قلت لصا حبك يوم الجمعة والإمام يخطب، فقد لغوة"....رواه البخاري
Ibsi hadiisa kanaa Akka sheekni maqaan isaa munjid ja'amu ibsanitti "Namni jum'aa salaatu dhufe dirqamni isarratti godhame jira akka callisu yeroo imaamni minbararratti olbahee khuxbaa godhu,isaaf hinbarbaadamu saahiba isaatiin haasawuu,osoo isaan "us" ja'allee..Namni dubbate ykn saahiba isaatiin us ja'e dhugumatti taphatee jira, namni taphate jum'aan isaaf hinjirtuu"".jedhan
اللهم اغث إخواننا في جميع بلاد المسلمين،كن لهم ناصرا ومعينا حافظا وظهيرا.......
Haa jarjarru yeroon jum'aa dhaquu👈👈👈.....
Share godhi obboleyyan keetif🕊🕊🕊🕊🕊

🤪 Seenaa haalaan nama boohatsituu taate
✍ Muaz mohamed
🌴 Gaaf tokko gurbaa tokkotu osoo imaltuu deemaa jiruu beelawe hoggaa kana namntitti takka tan buddena buusu jirtu arge
Bira dhaqee akkana ja.een " ummanni abalu abalu ja.amu wal fixanii deemiiti itti dirmadhu ja.een
Hoggaa kana isiinis buddena buusu jirtu walitti dhiistee firmachuuf kutte hogga kana gurbaan kun buddeena hunda walitti guurratee kara gaaraa olbahuuf kute
Isiinis yeroo deebitu namticha buddena fudhee gaara koruu deemu kana agartee akkana jatteen " yaaboo rabbiin gaara kana sin korsiisin jatten inni akkana ja.een " labbaan gora gaa 😜😜😜 ja.een
Itti aantee ammas abaaru seente akkana jatten " deem rabbiin nagayaan manatti sin galchin jatteen
Innis akkana jachuun abarsa deebise " karaan bulagaa ja.een
😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄
Achumanu channel kana join gochuu hin dagatinaa odeeygannon gara garaa akka dafee isin dhaqqabuuf
👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎

Muslimoonni Guyyaa kaleessa biyya New Zealand itti Shahiide keessaa :
● Namni 19 Falasxiin
● Namni 3 Soomaaliyaa
● Namni 5 Tuuniisiya
● Namni 5 Bangaladeesh
● Namni 4 Mooroko
● Namni 3 Yemen
● Namni 2 Iraaq
● Namni 2 Jorden
● Namni 1 Suuriya
● Namni 1 Iiraan
● Namni 1 Saudi Arabia
● Namni 1 Afgaanistaan
Tahuu isaanii Gabaafame jira.
Hanga hafan garuu,ganaa hin beekkamne.
Hunda isaaniituu Rabbiin haa araaramuuf .
●●●●●●●●●●●●●●●●
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamef

KARAAN FAYYINAA KANA QOFA!
-
Share...Share...Share...waliif godhaa!
-
Sababoota gurguddoo Afuran armaan gadii kanaaf jecha karaan fayyiinaa ykn jannataa islaamummaan alatti gonkumayyuu, yoomiyyuu hin jirus, hin argamus.
.
✅1ffaa: Amantii Ilmi namaa hundi irratti dhalateedha.
.
Ilmi namaa dhalachuun, du'uun, Haxxifachuun, Hamamoochuun, Rafuun, Nyaachuu fi dhuguun, Guddachuun, dulloomuun Seera uumamaa kan inni jaalatuus jibbuus ittiin buluuf dirqamuu dha. Kanumaafi Rassuulli Keenya(صلى الله عليه وسلم) Amantiin islaamaa Amantii Uumamaa ta'uu akkana jechuudhaan nuuf ibsu:-
.
Imaam Muslim Kitaaba 040, Lakkoofsa 6853
Abu Hureeyiraa(ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ) irraa akka odeeffametti Ergamaan Rabbii(صلى الله عليه وسلم) akkana jedha:-
.
عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، قَالَ: قَالَ النَّبِيُّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «كُلُّ مَوْلُودٍ يُولَدُ عَلَى الفِطْرَةِ، فَأَبَوَاهُ يُهَوِّدَانِهِ، أَوْ يُنَصِّرَانِهِ، أَوْ يُمَجِّسَانِهِ….» رواه البخاري ومسلم وغيرهما.፤
.
«Daa'imni dhalatu kamiyyuu Fixraa (Islaamummaa) irratti malee hin dhalatu. Maatiin isaa garuu; Kiristiyaana Isa taasisu yookiin yahuudaa isa taasisu yookiin Warra Ibidda gabbaru isa taasisu malee...»[Bukhaarii fi Muslim]
.......
Kanumaan Wal qabatee Allaahnis Qur'aana irratti Akkana jedha:-
.
فَأَقِمْ وَجْهَكَ لِلدِّينِ حَنِيفًا ۚ فِطْرَتَ اللَّهِ الَّتِي فَطَرَ النَّاسَ عَلَيْهَا ۚ لَا تَبْدِيلَ لِخَلْقِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكَ الدِّينُ الْقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ [٣٠:٣٠]
.
«(Yaa Muhammad!) Karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi. Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumees (qabadhaa). Uumaa Rabbii Jijjiiruun hin jiru. Santu amantii qajeelee dha. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu.» (30:30)
.
✅2ffaa: Amantii Rabbiin Ilma namaatiif filatee, jaalatee dha.
.
الْيَوْمَ أَكْمَلْتُ لَكُمْ دِينَكُمْ وَأَتْمَمْتُ عَلَيْكُمْ نِعْمَتِي وَرَضِيتُ لَكُمُ الْإِسْلَامَ دِينًا
.
«Amantii keessan har’a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera. Amantiis islaama isiniif jaaladheera.» (5:3)
---
✅3ffaa: Amantii takkittii Rabbi biratti fudhatama Qabduu dha.
.
إِنَّ الدِّينَ عِندَ اللَّهِ الْإِسْلَامُ
.
«Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti (fudhatama qabu) Islaama qofa.» (3:19)
---
✅4ffaa: Amantii namni isii ala amantii biraa barbaade hoonga’uudha.
.
وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ الْإِسْلَامِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ وَهُوَ فِي الْآخِرَةِ مِنَ الْخَاسِرِينَ [٣:٨٥]
.
«Namni Islaamaan alatti amantii barbaade isarraa hin qeebalamu. Aakhirattis inni warra hoonga’an irraayi.» (3:85)
.
Kanaafuu osoo aduun gara seenteen hin deebi'in yookiin immoo osoo lubbuun kokkee si hin ga'in gara islaamummaa koottuu cinqii addunyaatii fii azaaba aakhiraa irraayis bilisa of baasi. Islaamummaan ala fayyinni hin jiru. Dhugaan jirtu Kanuma hadhooytuus liqimsi, yoo siif liqimfamte immoo qoodi (share) godhi.
Join jedhiin isa kana xuqii
👇👇

#AllaahuAkbar #AllaahuAkbar
Dhiira akkanaa nuuf haa baay'isu. #Erdoogaan
"Namni Islaama tahe kan biyya isaatti rakkate marti gara Turkii haa dhufu. Haala gaariin simannee qubsiifna" Recep Tayyip Erd

Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Eid Abdusalam)
Nashiidaa || LUBBUU TOOF || jattu Halkan salaasaa 3:00 YouTube kiyya gubbatti na eegadhaa in shaa Allah Subscribe godhuun dagatinaa
👇👇👇👇
YouTube: https://www.youtube.com/channel/EidAbdusalam