Muaz Mohamed 👉 Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
Download Telegram
Muaz Mohamed 👉 Official
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
🌷 Fadlii ( Sadarkaa) haadhaa fi abba kutaa 1ffa


📖 Aliyyi bini hussen bin abii xaalib jechuun nama akkaan haadha isaatti akkaan tola oolu ture

Ammas nama haadha isaatii wajjiin nyaata hin nyaanne ture gaaf tokko akkana jechuun gaafatame

🚶 Maaliif haadha tee wajjiin knyaata hin nyaanne ja..ame ?

👳 Ani haadha tiyya wajjin nyaachuunin saalfadha sababnis isiin yeroo nyaattu bakka isiin nyaachuudhaf deemtu dura fuudhee nyaachuudhan sodaadha

Subhaan allah kabajaa haadha isaatif qaburra kan ka.e anaafi atihoo yeroo amma kana haalli keenya maal fakkaata


👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
⇨••••••══════════•••••
⇨═══ •••••••••••••••••═══
⇨Bashannana🤣
⇨Beekumsa 🌹
⇨ Jaalala•••••• ❤️
⇨walaloo••••••
⇨ gorsa════⚠️

Telegram irratti argachuf

👇👇👇👇👇


▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒


 ══••••══••••══
🌷 Fadlii ( sadarkaa) haadhafi abbaan tolu ooluun qabdu
Kutaa 2ffa

🍀 gaaf tokko abdalla ibnu umar bira gurbaan osoo taa.utti jiruu

Gurbaan tokko dhufee kan haadha isaa duyda irra kaayate deemu jiru tokko itti dhufee akkana ja.en yaa abdallah ani umma tiyya tana haala amman itti jiru kanaan galata isii ofirra fixeemi ja.e ? gaafate

🔯 Abdallah ibnu umar : galata isii dhiisi kan gaafa isin si dahuuf laalattehu hin deebifnee
garuu haala garirra jirta jabaadhu ja.een

Subhaan allah galanni haadha akkan guddadha
Rabbin warra galata haadha fi abba isaanitti tola oolu nuhaa godhu

@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed

Aaamin aaaamiin aaamin
Chanela taphaaf jaalalaa fi walaloo adda addaa fo beekumsa guutuu argachuuf
👇👇👇👇👇👇👇


https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr70FeXob1vd_Lw
🌷 Fadlii ( sadarkaa) haadhafi abbatti tola ooluu

🌴 Zubeeyr bin hisham nama akkaan abbafi haadha isaatitti tola oolu

Amala isaa keessa guyya tokko yeroo owwaa bishaan tokko gubba dhufee akkaan dheebuun itti jirti ture hagga kana muka walakkaa suuqeeti laalee yeroo bishaan qabbanawa itti tahu

Kan akkaan dheebuun isa fixxe fuudhee abbaa isaatiif fide subhaan allah


warroonni amma dura haala kanaan Haadhaa fi abba isaanitti tola oolaa turan anaafi atoo essa jirra
.if haa qorannu

Ws wr wb

👇👇👇👇👇👇👇👇🙇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Muaz Mohamed 👉 Official
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Channel photo updated
Muaz Mohamed 👉 Official
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Channel kenya kanas join godha

@ummyart
@ummyart
@ummyart
👍👎❤️👏😡
Muaz Mohamed 👉 Official
Photo
Assalamu aleykum warahmatullaji wabarakatuhu

Qophii ustaz qamar hussen fi paster iyyi cufaa waliin qabaan san sababa iyyu qophi irratti argamuu hin dandahu jedheef qophii dabartee jirti odefanno qulqullu armaan olii ilaalu ni dandeessu

Waanumaanin ani sodaadhe yaaboo akka inni hin dhufne shakkii baay.ee qabaachuu ture akkaasuma tahe


Ajaa.iba wallaahi 😱
#
Masjida bareeda kana yoo si gammachiisee masha allah ja.i
.
Forwarded from Abdurrahman Muhammad
--------------------------
BIYYI KAN WALIINIITI AMANTIIN KAN DHUUNFAATI‼️
=============================
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Abdurrahmaan Muhaammad
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Gurraandhala 2/2011 E.C
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
//\\//\\//\\//\\//\\//
👉Jecha Mata-duree irratti kaasne kana Namni hiika isaa hubate jiraa laata

✔️Jechichi Jecha akkaan jabaa fi jecha Munaafiqummaa fi sadarkaalee biroottillee nama geessuu danda'uudha.

MEE JECHICHA IBSINEE KAANEE GARA IBSA ISAATTI HAA SEENNU.
-------------------------
【Biyyi kan waliiniitii, Amantiin kan dhuunfaati】jechi jedhu keessa beekkannoodhaan(Iccitiin isaa) kan inni of keessaa qaba <<HURRIYYUMMAA AMANTII>> Ykn Mirga Amantii barbaadde hordofuu of keessaa qaba. Kunis Amantiin kan dhuunfaati yeroo jedhu Namni kamuu amantii dhuunfaa isaa qaba, kanaafuu Amantii namaa irratti dubbachuu hin qabnuu fi kkn fakkaatan kan of keessaa qabuudha. Kun immoo diinii islaamaa keessatti iddoo hin qabu.
Mee jecha Hurriyyummaa Amantii(Namni kamuu mirga Amantii barbaade hordofuu ni qaba)qaa'idaa jedhu haa ilaallu.
ππππππππππππππππππ
Hurriyyummaa Amantii‼️
√√√√√√√√√√√√√√√√√√√

✔️Innis Namni tokko mirga Amantaa barbaade hordofuu ni qaba jechuudha. Yaadi kun kan madde Jalqaba biyya Giriik keessaa yoo ta'u innis Diimookiraasii wajjiin kan maddeedha. Akka seera Diimokraasiitti Namni kamiyyuu amantaa barbaade hordofuu danda'a kan jedhu of keessaa qaba. Yaadi kunis akka waan Islaaminnaatti duuluuf itti yaadamee qophaa'e fakkaata,akkasumas.
-------------------
Hurriyyummaa Amantii Islaaminnaa keessatti.‼️
=====================
◾️ Seerri "Nmani kamiyyuu Amantii barbaade hordofuu qaba" jedhu Isalaaminnaa keessatti bakka hin qabu. Namni jecha kana dhugoomsu islaama keessaa yoo jiraatees jecha rabbii kan rabbiin {{إن الدين عند الله الإسلام]] jedhu kijibsiisaa akka jiru beekamaadha. Kanaaf muslimtootni jecha akkanaa kana irraa of eeggachuu qabna.
=======>>====>>=======
👉Wallaaltoota Islaamaa kan diinii isaanii hin hubatin irraa waan argamu‼️
=====================
Maqaa waliin jireenyaatiif jecha yookaan immoo faayidaa dhuunfaatiif jecha yookaan immoo hubannaa dhabuu irraa kan ka'e Aayaa Rabbii kan suuraa baqaraa keessa jiru{{ لا إكراه في الدين}} kan jedhu qabachuudhaan akka fedhii isaaniitiif ta'utti hiikanii ittiin ragaa godhatu. Akkana jedhanii lallabus:- Amantiin keenya Mirga Amantii kamiituu eegeee jira. Namni kamuu Amantii barbaade qabchuu danda'a.Isliminnaa keessa dirqiin(dirqamni) hin jiru jechuudhaan ma'anaaa Aayataa jijjiiru. Aayaata garuu kan itti fedhame kanaa miti. Namn gaaf gara Amantaa Islaamaatti waamtan Doorsistanii yoo amanuu baatte siin ajjeesa fi jechoota kana fakkaatu fayyadamtanii dirqamaan gara isliminnaa hin galchinaa,dura maalummaa islaaminnaa ibsaafii hamma inni islaaminnaa hubatee gara islaaminnaa seenutti ergaa jedhu qaba malee akka isaan ittti hiikkatan sanaa miti.

----------------------
Waan Muslimtoots Irraa Eegamu‼️
--------------------------
✔️Hamma dandeenyee fi Yeroo qaawwa argannetti karaa kamiinuu haa ta'u Namoota Amantaa biraa irra jiran gara islaaminnaatti waamuu qabna.
✔️ Amntaa Islaaminnaatiin Alatti Amantaan biraa sirrii fi fudhatama akka hin qabne beeksisuu qabna.
✔️Yeroo Nama waamnu beekumsa irratti ta'uu qaba.
✔️Fedhii lubbuu keenyaa guuttachuuf jecha Qur'aanaan Naggaduu hin qabnu.
========>==================
Abdurrahmaan Muhaammad
-----------------------
Gurraandhala 2/2011

AUIT,Ambo
@Abdurrahmanaq