Forwarded from Kureeth Institute ๐
I S L A A M U M M A A
----------------------------------------
Akkuma namuu beeku amaantiin namni guyyaa dhalootaa isaa irraa jalqabee qabu yoo jiraate amantii islaamaa qofa.
Kanaaf Rabbiin Qur'aana keessatti Ergamaan isaatis Hadiisa keessatti akka ilmi namaa islaamummaa irratti dhalatu akkasuma ergasii gara amantii biraa jijjiiramu ibsanii jiran.
@DrZakirNaikAfaanOromoo

๐ท Dalagaa 3 tan guyya qiyaama mizanarra hin teenye โฉ Nama dhiifama namaa godhu ูู
ู ุนูุง ูุฃุตูุญ ูุฃุฌุฑู ุฅูู ุงููู nama irra namaaf dabre namaaf qulqullawe mindaan isaa rabbiirrahi โฉ Nam soomana soomane ูุฃู ุฃุฌุฒู ุจู rabbin sw hadiisulqudsii kessatti akkana ja e.โถ soomanni kiyya ana galata itti galchaa โฉ Nama obsa qabu ุฅูู
ุง ููู ุงูุตุงุจุฑูู ุฃุฌุฑูู
ุจุบูุฑ ุญุณุงุจ warra obse kana rabbin sw galata isaani hisaaba maletti kennaaf
Muaz Mohamed
Amantiin tiyya maal naa goote osoo hin tahin ani amantii tiyyaaf maalin godhe ja.i !
https://telegram.me/httpsmuazmohamed

Telegram
Muaz Mohamed ๐ Official
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran

Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
โโManni Murtii Mirga Namoomaa Awurooppaa Nabi Muhammad Arrabsuun mirga yaada ofii ibsatuu miti jedhe
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
October 26, 2018
Manni Murtii namoomaa Awurooppaa mirga yaada ofii ibsatuu dawoo godhatuun, Arrabsoon Nabi Muhammad irratti geggeeffamu seeraan ala jechuun murteesse. Kanaan dura dubartii lammii Oostiriyaa Nabi Muhammad Arrabsite irratti manni murtii Viyeenaa tokko adabbii murteessee ture. Haa taโu malee dubartiin tun mirgi yaada koo walabaan ibsatuu sarbamee jira jechuun, gara Mana Murtii Mirga Namoomaa Awurooppaa ol iyyattee turte.
Haaluma kanaan Manni murtichaa dhimmichaa qoratuun ibsa guyyaa kaleessaa baaseen, Arrabsoon Nabi Muhammad irratti raawwatamu jibbiinsa kan babalโisuu fi nageenya hawaasaa kan booressu waan taheef, murtiin jalqaba kenname sirriidha jechuun raggaasise.
Manni murtichaa dubartii miseensa paartii jibbiinsaaa Islaamummaa leellisuu โFar Right Freedom partyโ jedhamuu taate tana irratti, adabbii doolara 548 murteessee ture. Dhuma irrattis Manni Murtii Awurooppaa kun dhimma akkasii irratti manneen murtii biyyoota miseensa gamtichaa keessa jiran hundi xiyyeeffannan akka qoratan akeekkachiise.
#Mana_Murtii_Awurooppaa

Mee wal haa barruu โ ustaz ibsaa shekh yusuf ( usa minnesotaa) โustaz jamaal abu muaz ( usa minnesota minnepolis) โ ustaz hamzaa haashim ( awuroppa german) โ ustaz hamzaa sheikh jaabir ( aworooppaa german) โ nuuraddin sheikh suleeyman ( keniya nairobo) โ Muaz mohamed sheikh haamid ( oromiyaa dirre dhawa) โโโโโโโโโโโ
Mee eenyu sa.aa amma tana daqiiqa tan secoondii tana kessatti araarama rabbi kadhata?
Ani gama kiyyan ุฃุณุชุบูุฑ ุงููู ูุฃุชูุจ ุฅููู
Muaz Mohamed ๐ Official
Amantiin tiyya maal naa goote osoo hin tahin ani amantii tiyyaaf maalin godhe ja.i !
https://telegram.me/httpsmuazmohamed
Amantiin tiyya maal naa goote osoo hin tahin ani amantii tiyyaaf maalin godhe ja.i !
https://telegram.me/httpsmuazmohamed
Telegram
Muaz Mohamed ๐ Official
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
Saahiba jechun kana seenaa ajaaibaa gaaf tokko gurbaan tokko haadha isaa akkan dhukkuba hogga kana haadha isaatif dawaa waan itti bitu dhabe saahiba isatti dawwale hogga kana saahibni amma hin qabuu asrii na eegi ja.een hayye ja.ee asrii yommuu irraatti dawwalu silkiin isaa dalaguu didde rifatee hiraare dachiin itti dhiphatte samin dachii itti taatee dachiin samiin itti taate hogga kana liqeeyfachuuf gadi bahe kutee nama biraa bira dhaqee liqii gaafate itti kannu didan hiraare akka tahu dhabee yammu manatti galu haati isaa fayyite gammadee gadi bahe yommu obboleytii isaa gaafatu bar saahiba keetitu dhufee dawaa nu gaafatee bitee dhufe gammadee yeroo saahiba isaa gaafatu bar akkattin silkii tiyya gurgureetin umma teetif dawaa bitee ja.een ๐ฑ๐ฑ๐ฑ subhaan allah wallahi sahiba jechuun kanuma ๐ saahiba waa 2 irratti beeyta ja.an yeroo gadda fi gammachuu
Muaz Mohamed ๐ Official
Amantiin tiyya maal naa goote osoo hin tahin ani amantii tiyyaaf maalin godhe ja.i !
https://telegram.me/httpsmuazmohamed
Amantiin tiyya maal naa goote osoo hin tahin ani amantii tiyyaaf maalin godhe ja.i !
https://telegram.me/httpsmuazmohamed
Telegram
Muaz Mohamed ๐ Official
๐น Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐ Join ๐ godha jzk kheyran
Created using Background Remover Pro App. Use following install link to download :- https://play.google.com/store/apps/details?id=com.appwallet.backgroundremoverpro
Essuma kiyyafi obboleysa kiyya hamzaa booranaa masha allah ja.iin
ูู ุงูุฌูุฉ ู
ุงูุง ุนูู ุฑุขุกุช ููุง ุฃุฐู ุณู
ุนุช ููุง ุฎุทุฑ ุนูู ููุจ ุจุดุฑ