Muaz Mohamed 👉 Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
Download Telegram
👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
⇨••••••══════════•••••
⇨═══ •••••••••••••••••═══
⇨Bashannana🤣
⇨Beekumsa 🌹
⇨ Jaalala•••••• ❤️
⇨walaloo••••••
⇨ gorsa════⚠️

Telegram irratti argachuf

👇👇👇👇👇


▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒


 ══••••══••••══
😁 Arra manaama arkee saahiba kiyyaaf himnaan akkana naan ja.e

😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Forwarded from Sharef Abdumalik
#rasulli (saw) jaalala fi sodaa uummata saatif qabuu jecha boohe Rabin akka isaan hin qixaaxneef jecha..
Rabbin (sw) gama saatti jibriil erge deemi waan isa bochisu gaafadhu ja"en...
Jibriil dhufe ja"en
"Maaltu si boochisa yaa Muhammad" Jaen.rasullinis
"Uummata kiyya yaa jibriil Jaen"
Jibrilis akkana jae deebisef..
"Rabbin (sw) akkana siin ja" a
Uummata kee kessatti hamtuu sin agarsiisu siin ja"a "

#rasulli (saw) sahaboota saati wajjin walitti qabame jaen
" takka afraffaa warra jannata tahu ni jaalattani jaen "
Sahabonni allahu Akbar ja'an ...
Amma rasulli takka sadaffaa warra jannata tahuu ni jaalattani jaen...
Sahabonni allahu Akbar ja"an..


#rabbin (sw) gama rasuula kenyatti ergee akkana jaen..
"Ganaadha rabbin waan ati feetu hunda siif kenna irraa gammaduu jiraatta jaen..."

Rasullinis (saw) akkana jae deebisef "hin gammadu haala uummanni kiyya ibidda seenaniin ja" e...."
Rabbin (sw) akkana jaen...
"Uummata keetirra cufti namni laa ilaaha illalaaha jae jannata seena ..salfiin (saffin) warra jannata 120 mi (warri jannata seenu salfii 120 tahanii seenan)
Sanirraa salfiin 80. Uummata keetii yaa Muhammad jaen"
اللهم لك الحمد يا أرحم الراحمين..
اللهم صل وسلم وبارك علي سيدنا محمد
هل هناك أرحم من الله علينا نحن البشر
هل هناك أهن علينا من رسولنا محمد
صلي الله عليه وسلم.............


اللهم صل وسلم علي سيدنا محمد.....عليه الصلاة والسلام...
Forwarded from Abdurrahman Muhammad
🔑"Qaphxii 18 kan Abbaan manaa gaariin ittiin beekamu"
Bultii gaarii horattee jiraachuu hawwii dubartoota hundaati.
wantootni Abbaan manaa gaariin ittiin ibsamu gabaabaatti kanneen armaan gadiiti.
①Waan hunda keessatti rabbii isaati sodaata.
②Haadha Manaa waliin Haala gaariin jiraata.
③Hanga danda'een waadaa guutuuf tattaafata.
④Haadha manaa fi ijoollee isaatiif fakkeenya gaarii ta'a.
⑤Haasoofni isaatii fi Hojiin isaa tokko.
⑥Haadha manaa isaa ni kabaja,Jaalala isiidhaaf qabus ni ibsaaf.
⑦Haqa sharii'aan isiidhaaf kenne ni eegaaf.
⑧Maatii isheetii fi Fira ishee ni kabajaaf.
⑨Waan arge hunda irratti isii hin dhiphisu.
①∅ Jechoota bu'aa hin qabne haasa'uu irraa of eega. Jechoota gaggaarii H/manaa gammachiisu dubbata.
①①H/manaa isaa sodaa rabbi akka horattuu horattu fi diinii isii akka barattuuf kakaasa,akkasumas ni gargaara.
①②Yeroo gaddaa fi gammachuu ishees waliin qooddata.
①③H/Manaa isaa waliin wal gargaaruun daa'mman isaanii beekumsaa fi adaba Islaaminnaa irratti guddisa.
①④Akkuma H/manaa isaa Uffannaa gaarii fi shittoo isaaf godhattu akkuma hawwu, innis yeroo isii bira ta'etti kana hunda ni godha.akkasumas,qulqullina qaama isaa guutummaas ni eeggata.
①⑤Haala mana ishee hin miineen, yeroo isheen maatii ishee dubbisuu barbaaddu heyyamuu fi bira darbee hanga dandeettii isaatti waan ishee barbaachisu ni guutaaf.
①⑥Mana isaatiif baasii ga'aa ta'e ni baasa.tola isiin isaa fi ijoolleedhaaf tolagoote irrattis ni galateeffata.
①⑦Waan hunda irratti tasgabbii fi obsa horatee jiraata.
①⑧Yeroo waldhabdee fi walitti bu'iinsi uumames,H/manaa isaa akka obboleettiitti yaaduu fi isaiidhaaf gadduun,Rukuttaa fi Aarii Obsuudhaan rakkoo argamteef furmaata barbaada.
Rabbiin tokkoo tokkoo keenya nama gaarii nu haa godhu.
Kanneen bultii jaaranii fi kan hin jaariniifis bultii gaarii ta'ee fi milkaa'ina qabu Rabbiin nuuf haa kennu.


Garagalcha barreeffama U/Ahmad shekh Adam irraa
اللهم أصلحنا وأصلح أزواجنا وذرياتنا
وارزق الأيامى أزواجا وزوجات صالحين
وارحم آبائنا وأمهاتنا
12/11/1439 (Zaadul mi'aad)
Abdurrahman Muhammad(Abu Abdallah)

@abdurahmanQqq
⇨••••••══════════•••••
⇨═══ •••••••••••••••••═══
⇨Bashannana🤣
⇨Beekumsa 🌹
⇨ Jaalala•••••• ❤️
⇨walaloo••••••
⇨ gorsa════⚠️

Telegram irratti argachuf

👇👇👇👇👇


▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒


 ══••••══••••══
⇨••••••══════════•••••
⇨═══ •••••••••••••••••═══
⇨Bashannana🤣
⇨Beekumsa 🌹
⇨ Jaalala•••••• ❤️
⇨walaloo••••••
⇨ gorsa════⚠️

Telegram irratti argachuf

👇👇👇👇👇


▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒


 ══••••══••••══
Forwarded from Abdurrahman Muhammad
-------------------
EDA HALKAN IYYASUUSII FI YOHAANNIS JI'A IRRATTI‼️
=====================

Kolfeen kophaa koo kolfuu irra isiniif qooduu barbaade.
Eda halkan kiristiyaanoota keessaa gareen ortoodoksii jedhamtu qorraan rukutamaa bulan.
halkan keessaa gara sa'aatii 3:00 irraa eegalee iyyasuusii fi yohaannistu ji'a irratti mul'ata jedhanii ala dhaabbatanii gara samiitti utuu ol ilaalanii bulan.
isaan keessaa tokko tokkos kan dhugaa dubbii kanaa hubate numa jira.garuu jireenya waan ta'eef kan dhugaa sana dubbatu xiqqoodha.

yeroo alatti bahan sanatti namoonni erga yeroo dheeraaf qorra keessa turanii booda tokko tokko qorri nu ajjeeseeraa deemneeti gallaa yoo argitan nuuf bilbilaa jedhanii hiriyoota isaaniitti dhaammachaa gara manaatti deebi'an.

Warroonni achitti hafanis turtii keessa utuma namni biraa hir'ataa deemuu warri hafan jechoota namni saalfate(qaanfate(yeella'e)) dubbatu dubbachaa kunoo an argeera jechuu eegalan. Kaanis mee anoo natti hin mmul'atu yeroo jedhe,inni arge jedhu immoo kunoo koottuu iddoo koo kana dhaabbadhuu ilaali jedhee akka waan wanni samii irratti ilaalamu iddoo dhiphoo wa'ii fakkeessanii soba isaanii dhugaa fakkeessuuf akkana dhama'u. Sana booda namni natti hin mul'atu jedhe sun iddoo namicha arge jedhuu sana yoo dhaabbates itti mulachuu didee jennaan isaaniif dhugoomsuufjecha baqqaa wanni isin argitan akkuma waan an argeetii dhiisaa waliin jechaa wal dhamaasaa nama wallaalaallee dhamaasu.
garuu taateen kun hundinuu kan raawwate barataa yuuniversitii kan silaa beekumsa qaba jedhamu birattiidha.

Hawaasni wallaalaan hoo maal haa ta'u.

Alhamdulillaa hi Rabbii dukkana kana keessa nu hin buusinii ifa islaaminnaatiin nu badhaase.
★Jaras Rabbiin dukkana kana keessaa gara ifa islaaminnaatti isaan haa baasuu.
https://telegram.me/Abdurrahmanaq
Muaz Mohamed 👉 Official
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
🌷 Fadlii ( Sadarkaa) haadhaa fi abba kutaa 1ffa


📖 Aliyyi bini hussen bin abii xaalib jechuun nama akkaan haadha isaatti akkaan tola oolu ture

Ammas nama haadha isaatii wajjiin nyaata hin nyaanne ture gaaf tokko akkana jechuun gaafatame

🚶 Maaliif haadha tee wajjiin knyaata hin nyaanne ja..ame ?

👳 Ani haadha tiyya wajjin nyaachuunin saalfadha sababnis isiin yeroo nyaattu bakka isiin nyaachuudhaf deemtu dura fuudhee nyaachuudhan sodaadha

Subhaan allah kabajaa haadha isaatif qaburra kan ka.e anaafi atihoo yeroo amma kana haalli keenya maal fakkaata


👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed