Muaz Mohamed 👉 Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
Download Telegram
🌴 Seenaa ajaaibaa

🎤 gaaf tokko namtichi tokko osoo deemuu jiruu boolla keessa kufe hoggaa kana na dirmadha ja.ee iyye yeroo kana ummanni itti dirmatanii

Ummanni waan nyaatuufi dhugan fidaniifi dhufan yeroo muraasaaf bayyanachuu hin dandeenye hoggaa kana aannan itti kennan aannan dhugee


yeroo kana ummanni akkana ja.aniin mee akkamitti kufte ja.anii yeroo gaafatan


Ol ka.ee kunoo osoon deemu akkana kufe ja.ee garsiisnaan lammada keessa kufe achumaan du.e


Subhaan allah.

Waan rabbi siif katabe malee hin taatu rabbiin aannan san dhuyde duuta ja.een


👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Namni salawaata takka narratti buuse rabbiin salawaata 10 irratti buusa ja.e ( rasuul saw)

Akkas jechuun yoo ati 10 irratti buuste rabbiin 100 sirratti buus yoo ati 100 buuste rabbiin 1000 sirratti buusa jechuudha carra kana fayyadami osoo lubbun jirtuu


Nama osoo sin arkin imimman lolaase irratti salawaata buusi

صلى الله عليه وسلم

👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Forwarded from Muaz Mohamed 👉 Official (Muaz Habibi)
Guyya ayyaana tokko saahiboonni lama mana barnootatti wal arkan

Muhammed; akkami saahibii barumsa kutaa itti aanutti dabartemoo akkami.

Ahmed; ee dabare garuu waan takkatu na aarse

Muhamed ; maaltubsi aarse

Ahmed ; bariistuun tiyya kutta itti aanutti hin dabarre kutuma duraani barsiisaa jirtu
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
RETREAT & KNOWLEDGE
``````````````

BEKUMSA Ga'aa
Dandeettii dubbatanii amansiisuufi
ogummaa sammuuti fi
BASHANNANA Ga'aa
Qophii JAALALAA fkkf
Ni argatta

yaadaf @hopen_bot qunnami



https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr73ll15Ka3qO6g
Dalaga sadi 👌Tan guyya qiiyaama miizanarra hin teenyu guddinarraa

👉 Obsa qabaachuudha:
إنما يوف الصابرون أجرهم بغير حساب
warri obsi guyya qiyaamaa hisaaba maletti kennaman

👉 irra namaa dabruudha; rabbin ( sw) akkana ja.a
فمن عفا وأصلح فأجره على الله
Namni irra namaa dabree namaaf qulqullaawe galanni isa rabbirratti

Hangana ja.amee hin beekkamne jachuudha

👉Soomana; rabbin (sw) hadiisul qudsii kessatti akkana ja.a
وأنا أجزي به
Anaatu itti galata galcha

Galanni hangana ja.amee hin beekkamne


👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Muaz Mohamed 👉 Official
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan 🍀 Join 🍀 godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
👉 Guyya kaleessa live ustaz jamaal abu muaz wajjin gaaggeysinr turre alhamdulillah yoo rabbi ja.e fulduraas torbaan dhufu keessa nu eeggadh kutaa 2ffa
Sunnaa guyya jummataa anaafi isinis warra irraa fayyadamu nuhaa godhu
Video ajaaibaa yaa subhaan allah