10 ቁልፍ የሰበር ችሎት የህግ ትርጉሞች
#1- የሰበር መዝገብ ቁጥር 266395
• በወንጀል ሕግ አንቀጽ 192 እና 194 መሠረት የእስራት ቅጣትን ለመገደብ ከተበዳይ ጋር መታረቅ ወይም ገንዘብ መክፈል አስገዳጅ መስፈርት አይደለም።
• ቅጣቱ ሊገደብ የሚችለው ፍርድ ቤቱ የጥፋተኛውን ጠባይ መሻሻል እና ማኅበራዊ ፋይዳ ሲገመግም ነው።
#2- የሰበር መዝገብ ቁጥር 249911
• የጉዳዩ ጭብጥ: ባልተመዘገበ የማይንቀሳቀስ ንብረት ግዢ ላይ የቅን ልቦና ገዢ መሆን አለመሆንን የሚመለከት ነው።
• ቁልፍ የህግ ትርጓሜ:
• የፍትሐብሔር ህግ ቁጥር 1723፣ 1727፣ 2877 እና 2888: የማይንቀሳቀስ ንብረት ሽያጭ ውል ህጋዊ ስልጣን በተሰጠው አካል ፊት ካልተደረገ ወይም ካልተመዘገበ የማይጸናና በሶስተኛ ወገን ላይም መቃወሚያ ሊሆን አይችልም።
• የፍትሐብሔር ህግ ቁጥር 2882-2884 እና 997: በማይንቀሳቀስ ንብረት ላይ ህጋዊ መብት የሌለው ሰው ውል ሲያደርግ፣ ገዢው ተገቢውን ጥንቃቄ አድርጎ ከገዛ፣ ትክክለኛው ባለሀብት ሻጩን እንጂ ገዢውን አይጠይቅም። ነገር ግን ገዢው ተገቢውን ጥንቃቄ ሳያደርግ ከሆነ ለትክክለኛው ባለሀብት ተጠያቂ ይሆናል።
የሰበር ሰሚው ችሎት ውሳኔ: አከራካሪው ቤት በማናቸውም ተከራካሪዎች ስም ያልተመዘገበ እና የግዥ ውሎቻቸውም ያልተመዘገቡ በመሆናቸው፣ አመልካች (ገዢው) ተገቢውን ጥንቃቄ ሳያደርጉ ግዥ ፈጽመዋል ተብሎ "የቅን ልቦና ገዢ አይደለችም" በማለት የሥር ፍርድ ቤቶች የወሰኑት ውሳኔ መሰረታዊ የህግ ስህተት ነው። ፍርድ ቤቱ የማይንቀሳቀስ ንብረት ባልተመዘገበበት ሁኔታ የቅን ልቦና ገዢነትን ፍቺ ከሰበር መዝገብ ቁጥር 60720፣ 88084 እና 163964 ጋር በማገናዘብ የህግ ትርጉም ሰጥቷል።
እንዲሁም ተጨማሪ 8 የህግ ትርጉሞች👇👇
https://t.me/http_Ijooseeraa

Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhimma ol iyyannoo Mana Murtii Aadaa irraa dhiyaatu ilaalchisee Manneen Murtii Ol'aanaa fi Manni Murtii Waliigalaa aangoo kan hin qabne ta'uu murtii dirqisiisa kennee jira.kunoo☝️☝️☝️☝️
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Namni qabeenya du’aa dursee kennaan fudhate dhaala keessatti yoo hirmaate malee qabeenya fudhate deebisuuf hindarqamu. SHH kwt, 1073, Dh Ijb glme 191963 (vol 25).
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Garaagarummaan Seera yakkaa kwt 620/2(a) Fi kwt 626/1 jidduu jirtu maali ? keewwata kana lamaaniin Wal qabatee himanni haala kamiin hundaa'uu qaba ?
Seera yakkaa kwt 620/2(a) jalatti ijoollee umriin isaanii waggaa 13 ta'ee waggaa 18 hin guunne irratti yakki gudeeddii kan raawwatamu yoo ta'e hidhaa cimaa waggaa 5 hanga 20 gahu adabsiisuu danda'a jechuun kaa'ee jira. akkasuma kwt 626/1 jalatti namni kamiiyyuu ijoollee umriin isaanii waggaa 13 ta'ee waggaa 18 hin guunne, saala faallaa qabdu wajjiin saalqunnamtii kan raawwate ykn shamareen tun gocha akaakuu akkanaa Isa wajjiin Akka raawwattu kan taasise hidhaa cimaa waggaa 3 hanga waggaa 15 gahuun adabamuu danda'a jechuun kaa'ee jira. keewwanni seera yakkaa Kun lamaan qabatamaan hojii keessatti yeroo Wal Jala dabarfamii himannaan dhiyaatu ni mul'ata. keewwata kana lamaan adda baasuuf qabxii ijoon nuti irratti xiyyeeffachuu qabnu ijoollee umriin isaanii olitti ibsine kana wajjiin Wal qunnamtiin saalaa raawwatame Fedhii isheeni moo Fedhii ishee maleedha kan jedhuudha. Wal qunnamtiin saalaa ijoollee kana irratti kan raawwate Fedhii ishii malee ( dirqisiisuun ) yoo ta'e ulaagaa yakka gudeeddii keessaa tokko Fedhii ishii malee ( dirqisiisuun ) Saal qunnamtii raawwachuu waan ta'eef himannaan kwt 620 /2(a) jalatti dhiyaachuu qaba. gochi Saal qunnamtii kan raawwate Fedhii miidhamtuutiin kan ta'u yoo ta'e immoo himannaan kwt 626/1 jalatti dhiyaata. Sababni isaatis kwt 620/2(a) jalatti fedhiin jiraachuu dhabuun ulaagaa yakkichaati waan ta'eef Fedhiin jiraachuun Akka defensetti kaafamuu danda'a. Kwt 626 jalatti immoo fedhiin jiraachuu Fi dhiisuun ulaagaa yakkichaa miti,gochichi ijoollee umrii kana jidduutti argamtu irratti waan raawwate qofaaf adabsiisa. gochi raawwatame ijoollee umriin isaanii gaa'ilaaf hin geenye irratti ta'uu gubbaan gochi dirqisiisuu gaafa jiraatu balaafamummaa Fi miidhaan dhaqqabus daran ol'aanaa waan ta'uuf kwt adabbii caalmaa qabu 620/2(a) jalatti himannaan yoo dhiyaate kaayyoo seera yakkaa galmaan gahuu danda'a. intention Seera baaftuutis kanuma fakkaata. gochi raawwatame fedhii ykn Fedhii malee ta'uu addaan baasuuf kan rakkisu yoo ta'e immoo kwt lamaaniinuu himanna filannoo (alternative charge ) dhiyeessuu qabna.

❤3
Forwarded from Maftuu lawyer @Gola seeraa🙏️ (Maftu Ebrahim)
209295.pdf
1.8 MB
Bu'uura Labsii 1156/2011tiin Maanaajaroonni Dameelee Baankii Hojii Gaggeesitoota akka hin taanee DhIMMWF murtii dirqisisaa kennee jira.
👉join us👉https://t.me/maftulawyer
👉join us👉https://t.me/maftulawyer
Adeemsa Dhagaya Dhimma Yakkaa Keessatti Hafiinsa Himatamaafi Tarkaanfiiwwan Fudhatamuu Danda’an Ilaalchisee Murtiilee Dirqisiisoo Dhaddacha Ijibbaataa MMWFtiin Kennaman
=======//=======//=======//=========//==========//======//======//======
Adeemsa dhagaya dhimma yakkaa keessatti tarkaanfilee manneen murtii fudhachuu danada’an ilaalchisee Dhaddachi Ijibbaataa MMWF murtiilee garaagaraa kan kenne yammuu ta’u, isaan keessaa kan jalqabaa murtii dhaddachichi dhaddacha gaafa 10/09/2004 ooleen Lakk.Ga.76909 ta’e (Jildii 13ffaa) irratti kennedha. Bu’uura murtii kanaatiin, adeemsa dhagaya dhimma yakkaa keessatti ragaan namaa abbaa alangaafi himatamaa erga dhagahamee xumuramee booda guyyaa galmeen murtii kennuuf bule irratti himatamaan beellama isaa kabajee dhiyaachuu dhiisee yoo hafe manni murtii bakka himatamaan hin jirretti ilaalee murtii balleessummaafi adabbii kennuu
qaba malee eeguu hin qabu, guyyaa yaadni adabbii dhiyaachuu qabutti himatamaan beellama irraa hafee murtiin adabbii waan kennameef qofa dhimmichi bakka hin jirretti ilaalame hin jechisiisu jechuun Heera Mootummaa FDRI kwt 20(4) fi tumaalee seera deemsa falmii yakkaa adda addaa bu’uura godhachuun xiinxaleera.
Dhimmi kan biroon murtii dirqisiisaa dhaddacha gaafa 22/01/2010 ooleen Lakk.Ga.127313 (Jildii
22) ta’e irratti kenname yammuu ta’u, dhimma kana keessatti immoo dhaddachichi; himatamaan guyyaa ragaan abbaa alangaa dhagahamu dhiyaatee, dhaggeeffatee, gaaffii qaxxaamuraa gaafatee, ragaa ittisaa dhiyeeffadhu jedhamee guyyaa beellamame irratti beellama irraa yoo bade manni murtii bakka inni hin jirretti itti fufee ragaa madaalee murtii kennuu qaba jedheera. Dhimma kana keessatti ragaa ittisaa eeguuf beellamni irra deddeebiidhaan kennamaa turuus ibseera.
Kana malees, dhaddachichi murtii dirqisiisaa dhaddacha gaafa 30/05/2014 ooleen Galmee Lakk. 211518 ta'e irratti (kan hin maxxanfamne) kenneen; Ragaan abbaa alangaa dhagahamee, guyyaa dhimmichi qoratamee jal-murtiin kennamuuf beellamametti himatamaan beellamarra hafee taanan.

በባልና ሚስት የንብረት ክርክር ላይ ውሳኔ ከተሰጠና ንብረትም ተከፋፍሎ ከተጠናቀቀ በኋላ ክፍፍል ያልተደረገበት አዲስ ንብረት ቢገኝ የተገኘው ንብረት ይካፈልልኝ በሚል የሚቀርብ ክስና የሚጠየቅ ዳኝነት በድጋሚ የቀረበ ክስ ነው ሊባል የማይገባ ስለመሆኑ
ሰ/መ/ቁ.251383 (ጥቅምት 07 ቀን 2017 ዓ.ም)።
https://t.me/http_Ijooseeraa
ሰ/መ/ቁ.251383 (ጥቅምት 07 ቀን 2017 ዓ.ም)።
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Shakkamaan mirga wabii gaafatee manni murtii yoo heyyameef Abbaan Alangaa murtii kana irraa ol iyyata fudhachuu ni danda'aa ? Mirga wabiin Wal qabatee murtoo manni murtii ol'iyyataan ilaalee murteesse irraa ol'iyyata fudhachuun hoo ni danda'amaa ?
Seerri deemsa falmii yakkaa kwt 75/1 jalatti gaaffiin mirga wabii dhiyeesse kufaa yeroo ta'u guyyaa 20 keessatti shakkamaan ol'iyyata fudhachuu Akka danda'u kaa'ee jira.gaaffiin mirga wabii shakkamaa fudhatamee mirgi wabii isaa kan eegamuuf yoo ta'e Abbaan Alangaa Eegamuu mirga wabii kana komachuun ol'iyyata fudhachuu ni danda'a moo hin danda'u gaaffii jettuuf keewwatni SDFY Kun deebii hin keenye. ta'us DhIMMWF jildii 18ffaa,lakk Galmee 110999 ta'e irratti murtii kenneen Abbaan Alangaatis yoo komii qabaate murtii kana irraa ol'iyyachuu Akka danda'u murteessee jira.
Falmiin mirga wabii mana murtii ol'iyyata dhagahuun ilaalamee yoo murtaa'e murtichi kan xumuraa ta'a SDFY kwt 75/2 . Haa ta'uu malee MMWF dh/ ijibbaataa jildii 22 ffaa lakk Galmee 146727 ta'e irratti murtii kenneen shakkamaan mirga wabii gaafatee,manni murtii jalaa heyyameefii Abbaan Alangaa murtii kana komachuun oliyyatee mirga wabii Eegamee ture kan haqsiise yoo ta'e shakkamaan murti kana irratti ol'iyyata fudhachuu Akka danda'u murteessee jira.

Himannaan jeequmsi akka dhaabbatu gaafachuun dhiyaatee Murtii argate tokko himannaa qabiyyee akka gad-naaf lakkisu jedhamee boodarra dhiyaatuuf bu’ura SDFHH kwt 5 fi 244(2(2))tiin dhimma dursee murtii argatedha haalli itti jechisiisu nijiraa?
==================================
SDFHH kwt 5(1), 244(2(b)); SHH kwt 1149 fi 1206; Murtii Dha Ijbts glm Lkk 245488 ta’erratti gaafa 06/02/2017 kenname waliin akka ilaalametti
==================================
Ulaagaalee himannaa dhiyaate tokko dursee murtii dhumaa kan argate taasisan keessaa isaan ijoon firiin ykn qabxiin ijoo falmii himannaa dura dhiyaatee kan ammmaa waliin tokko ta’uu, gareewwan falmii tokko ta’uu ykn kan mirgi garee walfakkaatu irraa darbeef ta’uu, seerummaan gaafatame tokko ta’uu yemmuu ta’u qabxiin ijoon ykn firiin dubbii ykn gaaffiin seerummaa silaa himannaa duraa keessatti ka’uun irra ture ykn kan firii ijoo ykn gaaffii seerummaa ta’uu baatus MM falmisiisee murtii dhumaa irratti kenne hunda kan dabalatu akka ta’e SDFHH kwt 5(1-4) jalatti kan tumame yoo ta’u Dhaddachi I Ijbt glme Lkk 245488 ta’erratti murtii kenneen xiinxaluun ibsee jira.
Dhimma murtii dhaddacha Ijbt Kanaaf sababa ta’een iyyataan jalqaba bara 2008 keessa qabiyyee koo waamamaan koontiraataan qabatee kan ture yeroon isaa eega xumurame booda gad-lakkisuu didee humnaan waan qabateef jeequmsa akka dhaabu jedhee bu’ura SHH kwt 1149n kan gaafate yoo ta’u MM falmisiisuun iyyataan laficha irraa mirga qabaachuu isaa ragaan hinhubachiifne, waamamaan mirga caalmaa qabaachuu isaa ragaan agarsiisee jira waan ta’eef jeequmsi hinjiru jedhee himannaa kufaa godhee murteessee jira.
Himannaa amma dhiyaateen immoo qabiyyee koo koontiraataan qabatee ture yeroon eega darbe booda gad-lakkisuu waan dideef akka gad-naaf lakkisu jechuun himannaa abbaa qabiyyummaa bu’ura SHH kwt 1206 kan dhiyeesse yoo ta’u MM mormii sadarkaa duraa dhimma dursee murtii argate jechuun himannaa jeequmsaa dura murtiin itti kenname baanee kufaa godhee jira.
Manneen Murtii Naannichaa sadarkaan jiran hanga Dh Ijbt Naannichaatti murtii jalaa kan cimsan yemmuu ta’u Dh Ijbt MMWFtis glmee Lkk 245488 ta’erratti komiin iyyataa dhiyeessisee eega falmisiisee booda dogongora bu’uraa kan qabuu miti jedhee murtii jalaa cimsee jira.
Dh Ijbt murtii kenneen dhimmichi dursa murtii kan argateedha kan ittiin jedhe qabiyyuma tokko irratti himannaan jeequmsaa fi abbaa qabiyyummaa garee walfakkaatu giddutti waan dhiyaateef otuu hintaane qabxiin ijoon ykn firiin dubbii himannaa abbaa qabiyyummaa amma dhiyaateef bu’ura ta’e himannaa jeequmsaa duraa keessatti qabxii ijoo ta’ee qabamuun falmisiifamee murtiin dhumaa kan itti kenname waan ta’eef akka ta’e ibsee jira.
Qabxiin dhimmicha kan dura murtii argate jechisiises himannaan abbaa qabiyyummaa amma dhiyaateen iyyataan qabiyyee falmii kaase irraa mirga qaba moo hinqabu ykn qabiyyee falmii kaase irraa eenyutu mirga caalmaa qaba kan jedhu qabxii ijoo falmii fi ragaadhaan qulqullaa’ee murtaa’uu qabu yoo ta’u dursee himannaa jeequmsaa keessatti ilaalamuun iyyataan qabiyyicha irraa mirga qabaachuu isaa ragaan hinhubachiifne, waamamaan immoo mirga caalmaa qabaachuu isaa hubachiiseera jedhamee murtiin dhumaa kan itti kenname waan ta’eef qabxiin ijoo himannaa abbaa qabiyyummaa SHH kwt 1206 amma dhiyaateef bu’ura ta’e dursee murtii dhumaa kan argatedha.
Kanaaf dhimmichi murtii dhumaa argate kan jedhame dursee qabiyyeen falmii kaase akka gad -lakkifamuuf himannaa jeequmsaan waan gaafateef otuu hintaane qabxiin ijoon ykn firiin dubbii himannaa amma dhiyaateef bu’ura ta’e falmii himannaa jeequmsaa keessatti ka’uun falmii fi ragaan qulqullaa’ee Murtii dhumaa kan argate waan ta’eefidha.
Garagalcha murtichaa Telegrama Abdi Fufa law Awareness jedhu irraa argachuun nidanda’ama.

Himatamaan Raawwataa Yakkaa Muummee (principal offender) Ta’uun Namoota Biroo Waliin Himatame Yakkicha Raawwateera Jechuuf Ragaan AA Maal Murkaneessuu Qaba? Himatamaan Bakka Raawwii Yakkichaatti Argamuun Isaa Qofa Gahaadha?
==================================
Seera Yakkaa 32 fi 23; SDFY kwt 141; Murtii Dhaddacha Ijbt Glmee Lkk 251519 ta’erratti gaafa 24/06/2017 kenname waliin kan xiinxalame
==================================
Yakka gareen raawwatamu ilaalchisee gosaa fi sadarkaa akkasumas bifa hirmaannaa raawwattoota adda addaa ibsuudhaan Seerri yakkaa diriisee kan tume yemmuu ta’u sana keessaa inni yeroo hedduu beekamuu fi baratamaan hirmaattota raawwataa yakkaa mummee (principal offenders) jedhamuun SY kwt 32 jalatti ibsamedha.
Raawwataa yakkaa muummee kan jedhaman namoota qaamaan iddoo yakkichaatti argamuu baatanillee yaada yakkichaa abbummaan wixineessanii hoogganan, namoota ofii isaanii qaamaan yakkicha raawwatan ykn tooftaa adda addaatti fayyadamuun raawwachiisan jedhamuun seericha kwt 32(1(a-c)) jalatti ibsamanii jiru.
Namoonni akkasii kun yakka ittiin himataman raawwatan kan jedhamu ulaagaalee sadiin yakkaa seera yakkaa kwt 23(2) jalatti tarreeffaman (kutaa yaadaa, kutaa seeraa fi gochaa) haala guuteen raawwii yakkichaa keessatti hirmaachuun yoo mirkanaa’e qofadha.
Haallan kun guutamuu isaanii ragaan Abbaa Alangaa akkaataa SDFY kwt 141n shakkii sababi qabeessaa olitti mirkaneessuu kan qabu yemmuu ta’u MMtis ragaa AA bu’ura kanaan Madaaluun tokkoon tokkoon hirmaattotaa kwt 32n gareen himataman yakkicha keessaa hirmaannaa qabaachuu fi dhiisuu mirkaneessuun ofirraa haa ittisan ykn hin ittisinii murteessuu akka qabu Qajeeltoowwan Seera Ragaa kan ajajan ta’uun gamattis Dhaddachi Ijbt yeroo hedduu galmeewwan Lkk 113464 (vol 19), 225975, 246157 fi 228017 (kan hinmaxxanfamne) irratti hiikkoo dirqisiisaa kennee jira.
Qabxiilee ijoo namoota raawwataa muummee ta’uun SY kwt 32 jalatti gareen himatamaan ilaalchisee yakkicha raawwatan jechuuf ragaan AA maal mirkaneessuu qaba kan jedhuu fi himatamaan iddoo raawwii yakkichaatti argamuu isaa ragaan ibsuun qofa gahaadha moo miti kan jedhu ilaalchiseetis Dhaddachi Ijbt yakka ajjeechaa cimaa SY kwt 32(1(a)) fi 539 jalatti himannaa naannoo Sidaamaatti namoota lama irratti dhiyaachuun hanga Dhaddacha Ijbt gaheen Dh Ijb MMWF glme Lkk 251519 ta’erratti murtii gaafa 24/06/2017 kenneen hiikkoo ifa ta’e kenneera.
Dhimmicha keessatti iyyataan Dhaddacha Ijbt himatamaa 2ffaa kan ture yoo ta’u hirmaannaa isaa ilaalchisee ragaan AA jecha kennaniin “isa ta’uu fi dhiisuu adda hinbaafannee garuu nama isa fakkaatu iddoo sanatti arginee jirra, namoota du’aa reebuun waraanaa turan keessaa tokko himatamaa 2ffaa fakkaata, sana dura himatamaa 2ffaa hinbeeknu” jechuun ibsuu isaanii Dh Ijbt gargalcha Murtii jalaa keessaa ilaaluu caqasee jira.
MMO Naannichaa ragaan itti mirkaneesseera jechuun iyyataa balleessaa taasisee kan adabe yoo ta’u MMW Dhaddachi idilee ragaan AA iyyataa irratti shakkii sababi qabeessaan olitti hinmirkaneessine jechuun murtii MMO diigee iyyataa bilisa godheera. Dhaddachi Ijbt Naannichaa ragaan AA iyyataan iddoo yakkichaa akka turee fi gochicha raawwachuu mirkaneessanii jiru jechuun murtii MMO cimseera.
Dhaddachi Ijbt MMWF gama isaan 1) ragaan AA namni yakkicha raawwate iyyataa kana fakkaata jedhan malee iyyataa ta’uu isaa akka hinibsine MM jalaa galmeessuu isaanii fi iddoo yakkichaatti argine jechuu malee maal akka raawwate akkaataa SYbkwt 32(1(a)) , 23(2) fi 58tiin ifatti wanti agarsiisan akka hinjirre garagalcha Murtii MM jalaa irraa hubachuu isaa fi ;
Akkasumas 2) iyyataan maal akka raawwate ifatti ragaan adda bahee bakka hinibsamnetti iddoo yakki itti raawwatametti argamuun qofti yakkicha raawwateera jechuuf gahaa akka hintaane bal’inaan ibsuun walumaagalatti ragaan AA iyyataan yakka raawwachuu isaa hirmaannaa isaa agarsiisuun shakkii sababi qabeessaa olitti otuu hinmirkaneessin murtiin MMO fi Dh Ijbt Naannichaa kennan dogongora ijoo qajeeltoo madaallii ragaa waan ta’eef Dha Ijbtaan ilaalamee sirraa’uu danda’a jedhee murtii MMO fi kan Dha Ijb Naannichaa diigee kan MMW dhaddacha