Beeksisa
----------------
Dorgomtoota dorgommii gita hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa leenjiin boodaaf dorgomaa turanii ILQSO akka seenan murtaa'e keessaa 1.Warquu Dhaqqabaa Kumaa 2.Shimallis Daanyee Tasfaaayee fi 3.Waaqjiraa Jireenyaa Sobbooqaa dorgomtoonni jedhaman mana murtii keessatti muudamanii waggaa lama kan hin guunne ta'uun eeruu uummata irraa argame irratti hundaa'uun qulqulleessa taasifamee waan mirkanaa'eef dorgomtoota leenjii akka seenan murtaa'e keessaa akka bahan kan taasifame ta'uu beeksisaa bakka isaanii eeggatoota ka turan bu'uura qabxii isaaniin wal duraa duubaan  1-Hundumaa Tarrafaa Qoosaa 2-Abbayyaa Namarraa Mangashaa fi 3-Yohaannis Abbabee Ittaanaa  leenjiif ILQSO akka seentan waamichi isiniif taasifamuu ni hubachiifna.Hub-1-ILQSO seenuuf waantota barbaachisan beeksisa duraan bahee ture akka ilaaltan
2-Dorgomtoonni  wal fakkaataan yoo jiraatan itti fufiinsaan eeruu akka nuuf kennitan waamicha dabarsina.
Follow this page for more daily information https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk
Posation:-Lecturer for woldiya university
Experiance 0 year
👍2
Ramaddii Gargaartota Abbaa Seeraa
-----------------------
(Onkoloolessa 11,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gargaartota Abbaa Seeraa hundaaf-Ramaddii kan isiniif maxxansine ta'uu beeksisaa, bu'aa medikaalaa fi ashaaraa qabattanii bakka itti ramadamtanitti yeroon argamuun gabaasa akka gootan ni hubachiifna.
Ramaddii Gargaartota Abbaa Seeraa
-----------------------
(Onkoloolessa 11,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gargaartota Abbaa Seeraa hundaaf-Ramaddii kan isiniif maxxansine ta'uu beeksisaa, bu'aa medikaalaa fi ashaaraa qabattanii bakka itti ramadamtanitti yeroon argamuun gabaasa akka gootan ni hubachiifna.