Murtii DhIjMMWF
LGMM 127313 Jildii 22ffaa
Vs.
LGMM 211518 Jildii 26ffaa
**
Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddachi ijibbaataa kanaan dura dhimma Himatamaan erga ragaan Abbaa Alangaa dhagahamee booda of irraa ittisi kan jedhame ta'ee himatamaan kun dhaddacha irraa kan badu yoo ta'e murtiin bakka inni hin jirretti itti kennamuu akka qabu Jildii 22ffaa LGMM 127313 ta'een Murtii dirqisiisaa kennee ture.
Haata'u malee amma immoo murtiin kun dhaddachuma ijibbaataa kanaan:
"Himatamaan tokko ragaan Abbaa Alangaa dhagaa'amee of irraa ittisi osoo hin jedhamiin galmeen qorannoof bulee gaafa beellamaatti himatamaan kan dhaddacha irraa hafu yoo ta'e sababa of irraa ittisi hin jedhamneef qofa bakka inni hin jirretti jedhamuun akka irra hin jirreefi himatamaan kun dhimmicha osoo beeku kan hafe akka ta'e tilmaamuun waan danda'amuuf bakka inni hin jirretti jala murtiifi murtiin barbaachisu akka itti kennamu jechuun DhIjMMWF LGMM 211518 Jildii 26 Amajjii 30 Bara 2014 murtii dirqisiisaa kenneera".
https://t.me/http_Ijooseeraa

Forwarded from Solomon Debele Lemi (Solomon Dabale)
Qaxarrii haaraa fii Jijjiirraa Mana Murtii Olaanaa Godina Arsii
Gita Hojii: Ofiisara Seeraa mana Murtii Aanaa I

Forwarded from Roba Girma Law Office
Qooda qabeenya AW fi HW ilaalchisee eega qoodinsi raawwatamee galmeen cufame booda qabeenyi haaraan yoo argame SDFHH kwt 5(1) fi 216 waliin akkamitti ilaalama?
==================================
Dhaddachi Ijibbaataa MMWF dhimmichi qabeenyi yeroo qooddiin gaggeeffamu jiraachuun isaa hinbaramne garuu qooddii booda beekamu akka qoodamuuf iyyanni/himanni dhiyaatu akkaataa SDFHH kwt 5(1)nis ta’ee kwt 216n kan daangeffamu akka hintaane hiikkoo dirqisiisaa kanaan dura galmee Lkk 36780 ta’erratti kennee ture yaadachiisuun murtii haaraa kennee jira ( Glme Lkk 251383 gaafa 07/02/2017).

❤1
Forwarded from Jemal Kumbi
Dhimmi MMtti falmii irra jiru tokko akkaataa SDFHH kwt 274 -277tiin araaraan xumurameera kan jedhamu yoomiidha? Ulaagaa maal maal guutuu qaba?
==================================
Dhaddacharratti araarri taasifamuu fi bitaa fi mirgi araaraan xumuanneerra jechuun Dhaddachis kanuma mirkaneessee galmee cufuun dhimmichi bu’ura tumaalee seeraa olitti caqafamaniin araaraan xumurame kan jechisiisuu miti.
Araaraan xumurameera jedhamuu kan danda’u 1) waliigalteen araaraa barreeffamaan ta’uu, 2)gareewwaniin mallattaa’uu, 3) seeraa fi safuu kan eeggate ta’uun dhaddachaan ykn MMn mirkanaa’uu fi sanadni waliigaltichaa galmeen walqabachuu qaba.
Kana yoo ta’ee waliigalteen araaraa murtii MM ta’uun bu’aa murtiin MM tokko qabu hunda kan hordofsiisu ta’a. Bal’ina qabxii kanaa irratti xiinxala murtii Mana Maree Federeeshiinii glme Lkk 107/15 ta’erratti gaafa 28/10/2015 kenname 👇👇👇👇ilaalaa.

Forwarded from Olika M law Office (Olika ❤️🍅🍅 Mohmedzakir)
Madaaallii Ragaa Dhimma Yakkaa Ilaalchisee Adeemsa Dhoorkame.
=========="========
𝐃𝐡𝐚𝐝𝐝𝐚𝐜𝐡𝐢 𝐈𝐣𝐢𝐛𝐛𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝗴𝗮𝐥𝗮𝗮 𝐅𝐞𝐝𝐞𝐫𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐋𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟𝐬𝐚 𝐆𝐚𝐥𝐦𝐞𝐞 220008 ta’e irratti bu'uura SDFY tiin namni yakkaan himatame ragaa ittisaa akka dhiyeessu kan ajajamu ragaan Abbaa Alangaa dhiyaate haala gahaa fi amansiisaa ta'een gochicha raawwachuu isaa yoo mirkaneesse akka ta'e SDFY kwt 141 fi 142 irraa ni hubatama.Manni murtii himatamaan ragaa ittisaa akka dhiyeeffatu ajajuu kan qabus dandeettii ragaa gama Abbaa Alangaatiin dhiyaate haala hunda galeessa ta'een himannicha mirkaneessuu isaa erga qulqulleessee booda akka ta'e tilmaamni ni fudhatama.Gama kanaan himatamaan ragaa ittisaa dhiyeesseen fashaleessuu hanga hin dandeenyetti balleessaa jedhamee kan adabamu ta'a.Kanaafuu,hanga ragaan ittisaa dhiyaate ragaa AA fashalleessuu hin dandeenyetti ragaan Abbaa Alangaa dura madaalamee ture Mana murtii murticha kenneen irra deebiin madaalamee ejjannoo ajaja/jal-murtii dura kennameen faallaa ta'e haalli itti qabamu faallaa kaayyoo SDFY ti.
Walumaagalatti,adeemsa falmii dhimma yakkaa keessatti namni yakkaan himatamee jiru tokko ragaan Abbaa Alangaa dhagahamee jal-murtii/ajajni akka ofirraa ittisu erga kennameen booda jal-murtii/ajajni akka ofirraa ittisu kennamee jiru sun dogoggora illee kan qabu yoo ta’e,Manni murtii dhimmicha ilaalaa jiru sun ragaa abbaa alaangaa irra deebidhaan madaaluun eejjennoo haarawaa qabachu kan hin dandeenye ta’u isaa ykn himatamaan ragaa ittisaa otoo hin dhiyeeffatiin murtii bilisaan gadi lakkisu kan hin dandeenye ta’uu isaa" hiikoo kenneera.
አንድ በወንጀል የተከሰሰ ሰው የዐቃቤ ህግ ማስረጃ ተሰምቶ የመከላከያ ማስረጃዉን እንዲያቀርብ ብይን/ትዕዛዝ ከተሰጠ በኋላ እንዲከላከል የተሰጠው ትዕዛዝ ስህተት ቢኖረዉም እንኳን ተከሳሹ ማስተባበያ ማስረጃ ባልቀረበበት ሁኔታ ከሱን በሚሰማው ፍርድ ቤት የዐቃቤ ህግ ማስረጃ በድጋሚ መዝኖ ቀደሞ ከተሰጠዉ ብይን/ትዕዛዝ የተለየ አቋም በመያዝ ተከሳሽን በነፃ እንዲሰናበት ሊወሰን የማይችል ስለመሆኑ፡፡
የሰ.መ.ቁ.220008 ሐምሌ 26/2014 ዓ.ም (ያልታተመ)

👏1