👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉follow getas law room for daily information by below link 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk
Channel name was changed to «G€tas Law roomhttps://httpgetaslawroom official pagehttps://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk»
Getaslawroom@https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk Calallii isa dhumaatiin dorgomtoota gargaaraa Abbaa seeraa leenjii akka seenaniif murtaa'e.
Miidiyaan Telegiraamii fuula hubannoo seeraa keenya Miidiyaa keessan kan ta'e hundi keessaanuu baga gammadan isiniin jedha
Kallattiidhaan kan darban:
Dhiira 70
Dubara 30
Eeggattoonni:
Dhiirri 17
Dubarri 3
Maddi keenya Toora telegiraamii Mana Murtii Waliigala Oromiyaati
Liinkii kanaan 👉 MMWO seentanii MMWO hordofuu dandeessu
Share gochuudhaan nama isa laallatuuf qaqqabsiisaa.
Kan bakka DAT ykn WIFI hin jirre jiranuuf TEXT ergaafii isinis gama keessaniin kara dandeessanuun bahadhaa.https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk

👍1
Bu,aa Qormaata kaadhimamtoota abbaa alangaa leenjii hojiin duuraaf galmooftani Qormaata bareefamaa %100 keessaa fudhachuun ni yaadatma , kanaafuu kaadhimamtooni parsantaa 100 keessaa qabxiin dhiiraaf 77% fii dubraaf 67.4 fi isaa ol fidan leenjjii hojiin duuraatif gaafa guyyaa 12/02/2017 irraa hanaga 13/02/2017 instiitiiyuutii leenjii fi Qorannoo seeraa Oromiyaa magaalaa Adaamaati argamuudhan galmooftanii leenjii akka eegaltan isin beeksiifna
Forwarded from Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Beeksisa
----------------
Dorgomtoota dorgommii gita hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa leenjiin boodaaf dorgomaa turanii ILQSO akka seenan murtaa'e keessaa 1.Warquu Dhaqqabaa Kumaa 2.Shimallis Daanyee Tasfaaayee fi 3.Waaqjiraa Jireenyaa Sobbooqaa dorgomtoonni jedhaman mana murtii keessatti muudamanii waggaa lama kan hin guunne ta'uun eeruu uummata irraa argame irratti hundaa'uun qulqulleessa taasifamee waan mirkanaa'eef dorgomtoota leenjii akka seenan murtaa'e keessaa akka bahan kan taasifame ta'uu beeksisaa bakka isaanii eeggatoota ka turan bu'uura qabxii isaaniin wal duraa duubaan 1-Hundumaa Tarrafaa Qoosaa 2-Abbayyaa Namarraa Mangashaa fi 3-Yohaannis Abbabee Ittaanaa leenjiif ILQSO akka seentan waamichi isiniif taasifamuu ni hubachiifna.Hub-1-ILQSO seenuuf waantota barbaachisan beeksisa duraan bahee ture akka ilaaltan
2-Dorgomtoonni wal fakkaataan yoo jiraatan itti fufiinsaan eeruu akka nuuf kennitan waamicha dabarsina.