Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
flag.pdf
191.5 KB
Dhorkaalee Alaabaa waliin wal qabsiisee labsiin mootummaan Federaala labsii lakk.654/2009 kew.23 fi Adabbii kew.24 ibsaman ilaaluun barbaachisaadha.
✍️ #Gochoota_dhoorka
1.Alaabaa Emblem(Asxaa) hin qabnee fayyadamuun dhoorkaadha.
2.Alaabaa irraatti jechoota barreessuu.
3.Alaabqa dullooman ykn kan dhodhayee fayyadamuu
4.Alaabaa irraatti beeksiisoota maxxansuu
5.Alaabaa gamoowwan irratti uwwisuu.
6.Alaabaan yeroo faarfaamu kabaja kennuufi dhabuu.
7.Alaabaa biyyattii boca isii ykn tartiiba ishii osoo hin eegiin qopheessu.
8.Alaabaa daldalaaf itti fayyadamuu
9.yeroo walgahii fi yeroo kamittuu teessolee fi minjaala uwwisuu
10.Yeroo itti olbaahu ykn itti buu'u eeguu kabajuu dhabuu.
11.yeroo turuu qabuu ol tursiisuu.
Fi kkf.
✍️ #Adabbiin_isaas
Adabbii maallaqa qarshii 3000(kuma sadi) hin caallee ykn adabbii hidhaa salphaa waggaa tokko hin caallee nama adabasisa

Forwarded from https://t.me/Ijooseera (getas)