Forwarded from Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Gamaaggama Raawwii Hojii Manneen Murtii Oromiyaa Kurmaana 1ffaa
-----------------------
(Onkoloolessa 16,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gamaaggamni raawwii hojii Manneen Murtii Oromiyaa Kurmaana 1ffaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamee jira.Waltajjii marii kana irratti miseensonni Koree Bulchiinsaa,Qindeessitoonni Dhaddachaa, Gaggeessitoonni Dhimmaa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa, Pirezidaantonnii fi miseensonni koree bulchiinsaa Manneen Murtii Ol'aanaa dhimmi illaalltu hirmaataniiru.Bal'ina odeeffannichaa gara booodaa kan isiniin geenyu ta'a.

Hidhaa seeran Alaa Abbaa Alangaa Amaanu’eel Tolasaa irratti raawwatamee jira!
A/Alangaa Amaanu’eel Tolasaa inistiitiyuutii leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaatti leenjii hojiin duraa ogeeyyota seeraatif kennamaa ture marsaa 17ffaadhaan fudhachaa turee gaafa guyyaa 27/1/2017 leenjicha xumuruudhaan eebbifamee gaafuma kana gumii Abbootii Alangaa waligala Oromiyaatiin muudamuun gara qaamolee haqaa naannichaatti kan dabalameedha.
Yeroo ammaa kanatti godina W/lixaatti Ramadamee gara iddoo hojii aanaa itti ramadameetti deemuuf qophii taasisaa osoo jiruu magaalaa Gimbii keessatti qaamolee nageenyaatiin Guyyaa kaleessaa 16/2/2017 waaree booda, Iddoo hojii deemuuf lafa inni mana siree qabatee jiruu qaamolee nageenyaa milishaadhaan qabamee kan hidhame!
Kanaaf qaamni Abbaa Alangaa kana seeran ala too’ate akka gadi lakkisu gaafanna!
Ogeessi seeran ala too’atamuu haa dhaabbatu!
Bilisummaan Ogeessa seeraa haa kabajamu!

Beeksisa Waamicha Eeggataa
--------------------------------
(Onkoloolessa 19,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Leenjifamtoota Gargaaraa Abbaa Seeraa Ieenjii akka seenaniif murtaa'e keessaa Mahaammad Boonsoo Ulii hanga ammaatti leenjii kan hin galle ta'uun waan mirkanaa'eef bakka isaa eeggataa 8ffaa kan ta'e Lalisaa Guutaa Mul'ataa leenjii akka galu waamichi taasifameera.
Waan ta'eefis dorgomaan maqaan armaan olitti caqasame hanga gaafa 21/2/2017tti ILQSO seenuun leenjii akk jalqabdu ni beeksifna.https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk

📎Maanaajaroonni Dameelee Baankii bu'uura Labsii 1156/2011 kewt 2(10)tiin dhimmoota tarsiimoo Baankichaa irratti karoorsuu fi murteessuu. Akkasumas, Hojjataa qcaruus ta'e hojii irraa gaggeessuuf Aangoo kan hin qabne yoo ta'e bu'uura labsii hojjataa fi hojjachiisatiin kan ilaalamu ta'uu DhIMMWF Murtii hikkoo dirqisiisaa kenneera.https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk