Bu'aa Qormaata Barreeffamaa fi Afaanii
----------------------------------
(Fulbaana 23,2018 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Dorgomtoota Gargaaraa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa hundaaf,bu'aa qormaata barreeffamaa fi afaanii kan isiniif ifoomsine ta'uu beeksisaa,qabxiin qormaata barreeffamaa 100% keessaa kan kaawwame ta'uufii bu'uura sirna jiruun 30% tti kan deebi'u ta'uu ni hubachiifna.
Adeemsa itti aanu yeroo dhiyootti waan isin beeksifnuuf fuula 'faceboo' fi 'telegram' keenya akka hofdoftan ni beeksifna.

Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
Fedhii fi beekamtii hojjataa ykn ajaja mana murtii malee hojjetaa irraa mindaa hir'isuun dhorkaadha.
Labsii H/M lakk.1353/17 Kw.11(2)
Labsii H/M lakk.1353/17 Kw.11(2)
#Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Jildii 23ffaa Lakkoofsa Galmee 156408 ta'e irratti "mallattoon waliigaltee liqii irra jiru kiyya miti jedhamee falmiin yeroo ka'u;mallattoo waliigaltee irra jiru liqeeffataan jedhame yoo waakkate,qorannoo forensikii(saayinsaawaa) tiin mallattoon kan isaa akka hin taane yoo mirkanaa'e;liqeessaan mallattoon waliigaltee irra jiru kan liqeeffataa ta'uu ragoolee namaa qaba ragaa namaatiin nan hubachiisa jechuun himannaa dhiyeessu fudhatama akka hin qabne,dhimma akkanaa ragaa namaatiin mirkaneessuun akka hin danda'amne" murteessee ture.
⚖️Waliigalteen liqii qarshii 500 ol barreeffamaan ta'uu akka qabu shh keewwanni 2472 tumeera.
👉Waliigaltee liqii qarshii 500 ol barreeffamaan hin taasifamne(afaaniin) waliigalame himatamaan hin liqeeffanne jedhee yoo haale ragaa namaa dhagahuun mirkaneessuun ni danda'ama? Liqii afaaniin waliigalame himatamaan yoo amane himataan murtiin abbaa mirgaa ta'uun bu'uura seeraa qaba?
Jildii 13ffaa Lakk.Galmee 64397,Jildii 20ffaa Lakk.Galmee
116961,Jildii 5ffaa Lakk.Galmee 31737,Fi Jildii 10ffaa Lakk.Galmee 29181.
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
#Haati Mucaa, Abbàan Warraa Ana Waliin Gaa'ilaan Jiru Abbàa Mucaa Waan Hin Taaneef Qorannoon DNA naaf Haa Taasifamu Jettee Kallattiin Gaafachuu Dandeessii? (Mucichi Gaa'ila Isaan Gidduu Jiru Keessatti Kan Dhalate Ta'ee Osoo Jiruu) Adeemsa Akkamii Hordofee Gaafatamuu (Qulqullaa'uu) Danda'a?
========//========///==============
Abbummaan tooftaalee tilmaama seeraa ykn ofitti fudhachuutiin akka murtaa’uuf falmiin wayita ka’u, bu’aan qorannoo DNA akka ragaa ittisaatti akka dhiyaatu tumaan seeraa ifatti agarsiisu jiraachuu baatus, manneen murtii adeemsa seeraan diriire hordofuudhaan murtii haqa qabeessa ta’e kennuuf barbaachisaadha jedhanii yoo itti amanan hojiirra oolchuu ni danda’u. Bu’aan qorannoo DNA akkaataa seerichaan ibsameen sababoota seera qabeessaan akka ragaatti kan dhiyaatudha malee sababa haati tilmaama seeraan taa’e haalteef qofa akka ragaatti kan dhiyaatu miti.
(Dhaddacha Ijibbaataa MMWF, Lakk.Ga.148570 (Jildii 23ffaa)
አባትነትን በሕግ ግምት ወይም በመቀበል መንገዶች ለመወሰን ክርክር ሲነሳ የባህሪ ወሳኝ ቅንጣት(DNA) ውጤት እንደ መከላከያ ማስረጃ እንዲቀርብ በሕጉ በግልጽ የተቀመጠ ድንጋጌ የሌለ በመሆኑ ፍርድ ቤቶች በሕጉ የተረዘረጋውን ስርዓት ተከትለውና ለትክክለኛ ፍትህ አሰጣጥ አስፈላጊ መሆኑን ሲያምኑበት ተግባራዊ ሊያደርጉት ይችላሉ:: የዘር የባህሪ ወሳኝ ቅንጣት (DNA) ምርመራ ውጤት በሕጉ በተመለከተው አግባብ በሕጋዊ ምክንያቶች ለማስረጃነት የሚቀርብ እንጂ በሕግ የተቀመጠውን ግምት እናት ስለካደች ብቻ ለማስረጃነት የሚቀርብ ማስረጃ ነው ተብሎ ድምዳሜ የሚደረስበት አይደለም::
(የሰ/መ/ቁ. 148570, ቅጽ-23)
credit to Desalegn B.

Yakka Ajaja Mana Murtii Fudhachuu Diduu, Cabsuu ykn Gufachiisuu
Seera yakkaa MDFRI bara 1996 bahe kwt 448, Labsii Lkk 216/2011 kwt, 48 fi Murtii Dh Ijbt Jld 13ffaa glme Lkk 67777 ta’erratti hiikkoo kenname
Waliin ha ilaallu
Manni Murtii hojii tajaajila haqa kennuu hojjetu keessatti dhimma qabate qulqulleessuuf ajaja adda addaa dhaabbilee mootummaas ta’ee miti mootummaa ykn nama seeraas ta’ee nama uumamaa tti dabarsuu ykn baasuu nidanda’a.
Kana males ajaja ykn murtii kenne akka raawwatanis ajajuu mala. Qaamni ajajame ykn namni biroo ajaja Manni Murtii kennu sababa malee raawwachuu ykn fudhachuu dide ykn akka hinraawwatamne danqe ykn cabse itti gaafatamummaa adda addaa kan hordofsiisu akka ta’ee fi yakkaanis akka adabamuudha.
Ittigaafatamummaa ajaja Mana Murtii cabsuun ykn danquu ykn fudhachuu diduun hordofsiisu keessaa tokko itti gaafatamummaa yakkaa yemmuu ta’u innis SY kwt 448 fi labsi Lkk 216/2011 kwt 48 jalatti tumamee jira.
Kanas Manni Murtii qaama gochaa akkasii raawwate irratti galmeedhuma ajajni cabe ykn raawwachuu didame ykn danqame irratti kenname sana irratti qulqulleessa biroo otuu hin barbaachisin tarkaanfii itti gaafatamummaa yakkaa fudhachuun adabuu akka qabu keewwanni seerota olitti ibsamee ifatti tumee jira.Dhaddachi ijibbaataa mana murtii woliigalaa federaalaas murtii lakk.Galmlee 67777 ta’een Jildii13ffaan manxanfame keessatti haala kanaan murteessuun murtii hiikkoo dirqisiisaa qabu kennee jira.

Forwarded from Jemal Kumbi
Afeerraa Yaada Uummataa
-----------------------------
(Fulbaana 27,2018 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Dorgommii Gargaaraa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa gaggeeffamaa tureen wal qabatee bu'aa qormaata barreeffamaa fi afaanii ifoome ture irratti dabalataan ulaagaaleen bu'uura Dambii BASO fi qajeelfamoota rogummaa qabaniin jiran waliin 100% keessaa cuunfuun kunneen caalmaa argatanii argaman akkasumas kunneen eeggataa ta'an ifoomanii jiru.Waan ta'eefis naamusa dorgomtoota kanaa irratti odeeffaannoo fi eeruu gara garaa kan qabdan lakk.bilbilaa 0903571457 irratti(telegraamaa fi SMS) n akka nuuf barreessitan ykn Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa,Waajjira Gumii Bulchiinsa Abbootii Seeraatti qaamaan argamuun eeruu akka nuuf kennitan ni gaafanna.
Hub-1)Dorgomtoonni lakk.65ffaa-70ffaatti jiranii fi eeggataa 1ffaan qabxii waliigalaan wal qixa waan argataniif eeggataa ta'uu kan qabu CGPAn akka adda bahu murtaa'eera.
2) Baay'inni eeggattootaa bu'uura sirna jiruun 25% kan fudhatamaniidha.
Via MMWO
Akka beeknuu fi hanga quba qabnuun yaada itti haakennunuu.

Forwarded from Elias Kasa Legal Service. (Elias Kasa)
🙏Yaamicha Deeggarsaa 🙏
Yaamicha Lubbuu baraaruu, Abbaa Seeraa #Tasfaayee Ayyaannootiif
👉Godina Shawaa Kaabatti, Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa Alaltuu kan ta’an ObboTasfaayee Ayyaanoo sababa dhibee tiruu(hepatitis B)isaan muudateen sadarkaa cimaadhaan waan dhukkubsataniif Hospitaala waliigalaa Aminitti yaalamaa kan turan yoo ta'u, guyyaa 3 keessatti qofa yaalaf hanga qarshii kuma dhibba tokkoof kuma soddomaa(130,000) olii gaafatamaniif, qarshii qaban hunda fixatani, yaalamuuf humni diinagdee waan isaanif hayyamuu dideef yaala addaan kutanii, manatti rakkachaa jiru. Kanaaf lubbuu abbaa
seeraa kanaa oolfachuuf deeggarsa nama hundaa waan barbaaduf, hawaasni keenya hundi akkuma kanaan dura namoota biraa gargaaraa turre waan dandeessaniin akka gargaartaan isin
gaafachaa, deeggarsa gootanif, karaa Lakkoofsa Herreega Baankii Daldala
Itiyoophiyaa 1000722033314 ta'e, maqaa isaanii fi maatii isaanii dabalatee nama
sadiin banameetin akka gargaartan isin gaafanna.
👉Fayyaa hin dhabinaa!

Forwarded from Abbaa Aniis Channel (Aniis Jihad)
Qajeelfama_Raawwii_Fooyya’insa_Iskeelii_Mindaa_Manneen_Hojii_Mootummaa.pptx
299.6 KB
Qajeelfama Raawwii Fooyya’insa Iskeelii Mindaa Manneen Hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.29/2018