Waamicha Qormaataa Dorgomtoota Gargaaraa Abbaa Seeeaa Mana Murtii Aanaa
------------------------------------------- (Fulbaana 14, 2018 MMWO, Caffee Araaraa, Finfinnee) Dorgomtoonni Gargaaraa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame calallii jalqabaa dabartanii qormaataaf akka dhiyaattan waan murtaa'eef Fulbaana 20,2018 magaalaa Adaamaa, Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (Galma Abbaa Gadaa cinaatti argamu)tti ganama keessaa sa'aatii 3:00tti argamuun qormaata barreeffamaa akka fudhattan ni beeksifna.
Hubachiisa:
1-Qormaanni afaanii gaafa 21/1/2018 itti fufee waan kennamuuf akkaataa kanaan of qopheessitanii akka argamtan 2-Galma qormaataa seerotaa fi labsiileedhaan alatti barreeffamoota biroo kan akka 'module' fi barreeffamoota harkaa fuudhanii seenuun dhorkaadha. (Seeronnii fi labsiileen ni hayyamamu) 3-Laptop, bilbila harkaa fi meeshaalee elektrooniksii fayyadamuun dhorkaadha.4-Dorgomtoonni Lakk.6ffaa,37ffaa,81ffaa,114ffaa,120ffaa,121ffaa,125ffaa,158ffaa,183ffaa fi 187ffaan ragaa yakka irraa bilisa ta'uu keessan ibsu waajjira poolisii naannawaa keessanitti argamu irraa ( erga barreeffamee baatii 6 kan hin caalle) guyyaa qormaataatti qabattanii akka dhiyaattan ni hubachiifna.
Dorgomtoonni calallii jalqabaa keessaa baafaman:-
1-Umurii ragaa barnootaa kutaa 8 irra jiruun ulaagaa kan hin guunne
2.Mana Murtii keessatti muudamanii waggaa 2 kan hin guunne
3.Umuriin isaanii leenjii xumuranii bahanii tajaajila kennuu kan isaan hin dandeessifne.(umurii 59)
4.Kanaan dura leenjii fudhatanii hojii AS jalqabanii sababa gara garaan kan adda kutan
5.Hojjattoota mana murtii ta'anii xiinxala naamusaa isaaniin Giddugaleessaa fi sanaa gad kan qaban.
6.Duudhaa naamusaa keessaa tokko kan ta'e, ulaagaa 'naamusa ol'aanaa' jedhu kan hin guunne ta'uu ragaawwan dhiyaatan kan mul'isan ta'uun akka hubatamu ta'ee;
Dorgomtoonni calallii jalqabaa kana darbanii garuu ammoo ulaagaa armaan olitti caqasaman kan hin guunnee fi dogoggorsaa
Forwarded from Maftuu lawyer @Gola seeraa🙏️ (Maftu Ebrahim)
አቶ_ረዲ_አህመድ_እና_ወ_ሮ_መኪያ_ሀሰን_የሰ_መ_ቁ_175719.pdf
513.4 KB
Murtii MMWFDHI Lakk Galmee 175719 irratti gaafa 21/2/2013 kenne
Gaa'illi bitaa fi mirgaa mana murtii shari'aatti erga diigame booda bu'aa diigaa gaa'ilaa immoo Mana Murtii Idilee dhiyeessuun hin danda'aamu. kanaafu bu'aa diigaa gaa'ilaa kan ta'e qoodinsa qabeenyaas Mana Murtii Shari'aatti dhiyeessu qaba. kuniis Manni Murtii Idilee Aangoo hundee dubbii kan hin qabne waan ta'eef Manni Murtii Idilee fudhachu hin qabu.
Via elias kaasa
T.me/maftulawyer
 
DhIMMWF 𝑳𝒂𝒌𝒌 𝒈𝒂𝒍𝒎𝒆𝒆 218470 irratti gaafa guyyaa 28/11/2014 ooleen iyyata keessa deebii murtii(review  of judgment) ilaalchisee murtii kennamee!
Ragaan haraa argamuu qofti bu'uura S.d.f.h.h. keewwata 6 tiin iyyata keessa deebii murtii(review  of judgment) dhiyeeffachuuf gahaa miti.
Bu'uura S.d.f.h.h. keewwata 6(1) jalatti tumamee jirun  iyyata keessa deebii murtii ilaalamu kan dandahu murtiin dura kennamee jiru  ragaa barreeffamaa sobaan qophaa’e ykn jecha ragaa sobaan mana murtiitti namaan kenname ykn ragaan dhihaatee dhagaahame sun mattaa’aa fudhateera yoo ta’e  ykn dhiibbaan seeraan alaa karaa kamiin iyyuu irraan geessifamee jiru bu'uura  godhachuun kan kennamee jiru yoo ta'e dha.
ሰ/መ/ቁ. 218470 አዲስ ማስረጃ መገኘት በፍብ/ሥ/ሥ/ሕ/ቁ. 6 መሠረት የዳግም ዳኝነት ጥያቄ ለማቅረብ በቂ አይደለም።
በፍብ/ሥ/ሥ/ሕ/ቁ. 6(1) ላይ ዳግም ዳኝነት ሊታይ የሚችለው የተሠጠው ፍርድ በሀሰት የተዘጋጀ ሠነድ ወይም ሀሰተኛ የምስክርነት ቃልን ወይም መደለያን ወይም ወንጀል ጠቀስ የሆነ ተግባርን መሠረት ያደረገ ከሆነ ብቻ ነው።
𝐂𝐫𝐞𝐝𝐢𝐭:- 𝐃𝐞𝐫𝐞𝐣𝐞
https://t.me/http_Ijooseeraa
Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
Beeksisa qormaata kaadh/Abbaa Alangaa Aanaa
1