Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
flag.pdf
191.5 KB
Dhorkaalee Alaabaa waliin wal qabsiisee labsiin mootummaan Federaala labsii lakk.654/2009 kew.23 fi Adabbii kew.24 ibsaman ilaaluun barbaachisaadha.
✍️ #Gochoota_dhoorka
1.Alaabaa Emblem(Asxaa) hin qabnee fayyadamuun dhoorkaadha.
2.Alaabaa irraatti jechoota barreessuu.
3.Alaabqa dullooman ykn kan dhodhayee fayyadamuu
4.Alaabaa irraatti beeksiisoota maxxansuu
5.Alaabaa gamoowwan irratti uwwisuu.
6.Alaabaan yeroo faarfaamu kabaja kennuufi dhabuu.
7.Alaabaa biyyattii boca isii ykn tartiiba ishii osoo hin eegiin qopheessu.
8.Alaabaa daldalaaf itti fayyadamuu
9.yeroo walgahii fi yeroo kamittuu teessolee fi minjaala uwwisuu
10.Yeroo itti olbaahu ykn itti buu'u eeguu kabajuu dhabuu.
11.yeroo turuu qabuu ol tursiisuu.
Fi kkf.
✍️ #Adabbiin_isaas
Adabbii maallaqa qarshii 3000(kuma sadi) hin caallee ykn adabbii hidhaa salphaa waggaa tokko hin caallee nama adabasisa

Forwarded from https://t.me/Ijooseera (getas)
👉Join getas law room official page https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk Gita Abbaa seera mana murti waliigalaa
Baayiina .7
Mindaa 23117 + kiraa mana 5500 + kaardii 400
Muxannoo waggaa 6&7
Baayiina .7
Mindaa 23117 + kiraa mana 5500 + kaardii 400
Muxannoo waggaa 6&7
Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
ክፍት የስራ ማስታወቂያ
የባሕርዳር ዩኒቨርሲቲ ህግ ት/ቤት በሌክቸረርነት የሙያ መስክ ስራ ፈላጊዎችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።
በመሆኑም ከጥቅምት 03/2017 ጀምሮ ለተከታታይ 10 የስራ ቀናትቀናት https://t.me/BDUCommunication/2915 ማስፈንጠሪያ በመግባት ሙሉ የማስታወቂያውን ዝርዝር በማየት ማመልከት የምትችሉ መሆኑን እናስታውቃለን።
የማመልከቻ ጊዜ
ከጥቅምት 03/207 ጀምሮ ለተከታታይ 10 የስራ ቀናት

Forwarded from Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Dorgomtoota Gita Hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa Leenjiin Boodaaf
--------------------------
(Onkoloolessa 6,2017 MMWO,Finfinnee, Caffee Araaraa)-Dorgomtoota Gita Hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa Leenjii boodaatiif ✍Bu'aa waliigalaa Qormaata barreeffaamaa (30%) Qormaata Afaanii (20%) Barnoota(10%) Naamusa (20%), Yaada Uummataa (10%) bu'aa waliigalaa 90% keessaa jiru bu'uura sirna diriiree jiruun gara (100%)tti jijjiiruun kan isiniif ifoomsine ta'uu beeksisaa dorgomtoota dorgomaa turtan keessaa hangamtu fudhatama kan jedhu guyyaa muraasa keessatti kan isiniif maxxansinu ta'uu ni hubachiifna.