Dogongorri adeemsa falmii akkaataa SDFHH kwt 208n MM ofii isaa sirreessu kan akkamiiti?
==================================
Hiikkoo Dh Ijbt MMWF glm Lkk 245834 ta’erratti gaafa 07/02/2017 kenname ilaala =========================
Hiikkoo murtii Dha Ijbtf sababa kan ta’e dogongora moggaasa maqaa nama himannaa MM Sdrk Jalqabaa Federaalaatti dhiyeessee yoo ta’u innis maqaa himannaa duraa ittiin dhiyeesse jijjiiruun himannaa fooyyeffatee eega dhiyeesse booda MM maqaadhuma himannaa jalqaba ittiin dhiyeesseen murtii kennee ture.
Sana booda himatamaan maqaan koo sirriin isa himannaa fooyya’e keessatti caqafame waan ta’eef maqaan murtiin ittiin kenname akkaataa SDFHH kwt 208 n akka naaf sirraa’u jechuun gaafate.
MM sdrk Jalqabaa 1ffaa maqaan murtiin ittiin kenname kanuma himannaa keessatti himataan ibse waan ta’eef maqaa himannaa fooyya’e immoo MM waan hinfuuneef dogongorri MM adeemsa seeraa MM raawwatee fi ofii sirreessuu danda’u hinjiru.
Akkasumas 2ffaa maqaan himataa sirriin isa himannaan duraa ittiin dhiyaatee miti yoo ta’es dogongorichi kanuma himataa mataa isaati malee kan MM waan hintaaneef MM akkaataa SDFHH kwt 208n sirreessuu hindanda’u jedhee iyyannoo dhiyaate ajajaan kufaa godhe.
MMO Federaalaatis komii itti dhiyaate kufaa gochuun ajaja MM Sdrk jalqabaa waan cimseef himataan dhimmicha Dh Ijbtatti dhiyeeffate.
Dh Ijbta gama isaan 1) maqaan iyyataa kan himannaa fooyya’e ittiin dhiyaate moo kan himannaan duraa ittiin dhiyaatedha kan jedhu MM jalaa qulqulleeffachuun akka irra turee fi 2) dogongora maqaa dabalatee dogongorri adeemsa falmii akkaataa SDFHH kwt 208n sirraa’uu qabu kamiiyyuu Mana Murtiinis ta’ee gareewwaniin yoo raawwatame MM dogongoricha akkaataa SDFHH kwt 208n sirreessuu akka qabu ibsuudhaan murtii MM jalaa diigee MM Sdrk jalqabaa irra deeb’ee iyyannoo himataa qulqulleessee akka fala Kennu bu’ura SDFHH kwt 343(1)tiin itti deebisee jira.
https://t.me/http_Ijooseeraa

𝐐𝐨𝐨𝐝𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐰𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐚𝐫𝐞𝐞 𝐅𝐞𝐝𝐞𝐫𝐞𝐬𝐡𝐢𝐧𝐢𝐢𝐭𝐢𝐧 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐚𝐦𝐞.
📕Kanaan dura falmii qoodinsa qabeenyaa jaarsaa fi jaartii ilaalchisee manni jireenyaa gaa’elaan dura dhuunfaan horatame gaa’ela keessatti baasii dabalataan ijaarsaa fi haaromsa taasifameen jijjiiramni bu’ura kan taasifame yoo ta’e qabeenya waliinii akka ta’u dhaddachi ijibaataa mana murtii waliigala federaalaa galmeewwan adda addaa irratti murteessaa turuun isaa ni yaadatama.
📗Haa ta’u malee Manni Maree Federeeshiinii galmee lakkoofsa 130/15 ta'e irratti gaafa 28/1/2017 qabeenyi mana jireenyaa gaa’ilaan dura kan dhuunfaa ture gaa’ela keessatti jijjiiramni bu’ura kan irratti godhame yoo ta’es jijjiirama taasifameen baasiin ijaarsaa tilmaamamuun gareewwaniif kan qoodamu ta’uun alatti manicha qabeenya waliinii kan taasisuu miti jechuun murtii dhaddachi ijibaataa kanaan dura kanne diiguun murteessee jira.
📕Seerri maatii keenyaas qabeenyi dhunfaa kan waliiniitin yoo waliti makame yokiin kan dhunfaa kan waliinitin yoo kan walitti makamu ta'e hangi itti makame irraa adda bahee haala sanaan qoodamu akka qabu kan tumee jiru waan taheef murtiin mana maree federeshini dhama qabeessaa fi bu'ura seeraa kan qabuudha.

❤1👍1
Forwarded from Law students Union ️️️ (Tilahun Silesh)
የስራ ቅጥር ማስታወቂያ ለአዲስ ተመራቂዎች
ታክስ ይግባኝ ኮሚሽን
የስራ መደብ፦ ረዳት ዳኛ
የትምህርት ደረጃ፦ በሕግ የመጀመሪያ ዲግሪ
የስራ ልምድ፦ 0 ዓመት
የምዝገባ ጊዜ፦ እስከ ሚያዚያ 9 ቀን 2017 ዓ.ም
@lawstudentsunion
ታክስ ይግባኝ ኮሚሽን
የስራ መደብ፦ ረዳት ዳኛ
የትምህርት ደረጃ፦ በሕግ የመጀመሪያ ዲግሪ
የስራ ልምድ፦ 0 ዓመት
የምዝገባ ጊዜ፦ እስከ ሚያዚያ 9 ቀን 2017 ዓ.ም
@lawstudentsunion
👉Waliigalteen tokko ragaa nama lama duratti barraa’uu fi isaaniin mallatteeffamuun ulaagaa fudhatama ragaa sanadaa sana qofaaf osoo hin tahin waliigalteen barreeffama mataan isaa bu’aa seeraa akka qabaatuuf ulaagaa ijoodha.
🔴Kunis dhaddachi ijibbaataa jildii 12ffaa lakk galmee 57356 ta’e irratti waliigalteen gurgurtaa manaa iddoo ragoonni nama lama hin jiretti taasifame bu’aa seeraa tokkolee akka hin qabne murteessee jira.
✅Haa ta’u garuu,waliigaltichi waliigaltee qeenxee yookiin waliigaltee gareen tokko qofti ittin dirqisiifamu (unilateral contract) yoo ta’e,kan barreeffamicha irratti mallatteessuu qabu garee waliigalteen dirqisiifamuu fi ragoota nama lama qofa taha jechuudha.
👉#Fakkeenyaaf:waliigaltee gurgurtaa manaa ilaalchisee yeroo barreeffamu gurguraa fi bitataan eenyu akka ta’e,gatiin mana meeqa akka ta’e,manni eessatti akka argamu daangaa isaa waliin erga ibsame booda gurguraa fi bitataan akkasumas ragoonni namni lama maqaa isaanii barreesanii mallateessuu qofa.
🔴Gareewwaan waliigaltee keessaa inni tokko nama ijaan hin agarre yoo ta’e,garuu mallattoon isaa fi sanadni waliigaltee barreeffamaa kunis ragaa fudhatama qabu ta'uuf mallattoon isaa mana murtii yookiin qaama waliigalticha mirkaneessuuf aangoo qabu duratti mirkanaa’uu qaba.
✅Fudhatamummaa ragaa sanadaa waliigaltee tokkoof ulaagaan inni biraa akkaataa seera hariiroo hawaasa keewwata 1723 jalatti tumamee jiruun ragaan sanada barreeffamaa waliigaltee qaama aangoo qabu biratti galamaa’uuu fi mirkanaa’uudha.
👉Barreefamni waliigaltee qaama seeraan aangoo qabu biratti galmaa’uu fi mirkanaa’uun fudhatamummaa ragaa sanadaa waliigaltee sana qofaaf osoo hin tahin,waliigalteen barreeffama mataan isaa bu’aa seeraa akka qabaatuuf ulaagaa ijoodha.Kanas dhaddachi ijibbaataa mana murtii waliigalaa jildiilee garagaraa irratti waliigalteen barreeffamaa qaama aangoo qabu duratti hin galmqa’inii fi hin mirkanaa'in bu’aa seeraa akka hin hordofsiifne murteeseera.
✍Qaamoolee adda addaa waliigaltee barreefamaa tokko galmeessuu fi mirkaneessuuf seeraan aagefamee jiru ilaalchisee ogeessi seeraa keenya obbo Eliyas Kaasaa chaaneelii telegiraamii isaa irratti bal’inaan barreessuun maxxansee waan jiruuf peejii isaa jala deemtanii dubbisuu dandeesu, anis barreeffama hayyuu keenya kana dhuma barreeffama kana irratti isiniifin maxxansa.
✡Haa ta’uu garuu,formiin waliigaltee kennaa qabeenya hin sochoonee formii barreeffama armaan olitti ibsame kana irraa adda.Kunis seera hariiroo hawaasaa keewwata 2443 jalatti formiin waliigaltee kennaa qabeenya hin sochoonee akkaataa formii barreefamaa dhaamoo ifaatiin ta'uu akka qabu ifatti tumameera.
👉Formiin kunis waliigalteen kennaa qabeenya hin sochoonee kun erga barreeffamee booda ragoota nama afur duratti dubbifamee yeruma kana abbaan qabeenya kana namaaf kannee fi ragoonni afranuu maqaa isaanii barreessuun mallatteessuu qabu.
👉waliigalteen kennaa qabeenya hin sochoone kunis erga barraa’ee mallatteeffamee booda ragaa nama afur duratti dubbifameefi mallatteessaniiru ibsi jedhu barreeffama waliigaltichaa irratti barraa’uu qaba.
✅Seera hariiroo hawaasaa keewwata 2005 jalatti sanadni barreeffama waliigaltee garee bitaa fi mirgaa jiddutti ragaa gahaa waliigaltee isaanii mirkaneessu akka ta'e ifatti tumamee jirachuu isaa olitti isiniif ibsine jirra.
👉Sanadni waliigaltee kun immoo ragaa gahaa tahuun qabiyyee ofiratti qabatee jiru tokko kan mirkaneessuu danda’u gareewwan waliigalteen dirqisiifamanii fi ragaa nama laman mallattaa’uu dabalatee ulaagaa olitti bal’inaan isiniif ibsine kana yoo guutee argame qofa.
💟Dhaddachi ijibaata jiildii 14 lakk galmee 78398 ta’e irratti sanadni ragaa amantaa guutuun irratti gatamu ta’ee fudhatama argachuu qabu waliigaltee barreeffamaa bu’uura seerri dhimma waliigalteen irratti raawwatamaa jiru bitu ajajuun jechuunis akkaataa olitti ibsine kanaan kan qophaa’e qofa yoo ta’eedha jechuun murteesseera.

Qooda qabeenya AW fi HW ilaalchisee eega qoodinsi raawwatamee galmeen cufame booda qabeenyi haaraan yoo argame SDFHH kwt 5(1) fi 216 waliin akkamitti ilaalama?
==================================
Dhaddachi Ijibbaataa MMWF dhimmichi qabeenyi yeroo qooddiin gaggeeffamu jiraachuun isaa hinbaramne garuu qooddii booda beekamu akka qoodamuuf iyyanni/himanni dhiyaatu akkaataa SDFHH kwt 5(1)nis ta’ee kwt 216n kan daangeffamu akka hintaane hiikkoo dirqisiisaa kanaan dura galmee Lkk 36780 ta’erratti kennee ture yaadachiisuun murtii haaraa kennee jira ( Glme Lkk 251383 gaafa 07/02/2017).

❤1
Dhimmi tokko akkaataa SDFHH kwt 7n Manneen Murtii adda addaatti ilaalamuu hinqabu, yoo dhiyaates MM himanni jalqaba itti dhiyaatetu aangoo qaba kan jedhamu yoom? Dhimmichi tokko ta’uun hoo maaliin madaalama?
==================
Qajeeltoowwan falmiin hariiroo hawaasaa ittiin hoogganamu keessaa aangoo MM murteessuun isa tokkodha. Aangoon MM immoo tumaalee qajeelchan keessaa tumaan SDFHH kwtni 7 isa tokkoodha. Innis dhimmi tokko sababa aangoo tooraan walqabatee MM adda addatti yoo dhiyaate MM jalqaba falmiin itti eegaletti akka ilaalamu tumaan kwtichaa niajaja.
Haata’u malee dhimmi tokko MM adda addaatti kan dhiyaate kan jedhamu ulaagaa maaliin akka madaalamu ifaan wanti tumame waan hinjirreef qabatamaan yeroo falmii kaasu nimul’ata.
Akka fakkeenyaatti dhimma MM Ol’aanaa Godina Silxeetii eegaluun Dh Ijbt MMWF gahuun murtaa’e tokko asitti ilaaluun nidanda’ama.
👇👇👇👇👇👇👇
Dh Ijbt glme Lkk 205762 (2014)
===========================
Jalqaba dhimmichi falmii qooda qabeenya Abbaa warraa fi Haadha warraa MM Sdrk jalqabaa Federaalaatti kan dhiyaate yoo ta’uqabeenyaan falmiin irratti ka’es qabeenya waliinii /gamtaati jedhamee qixxee abbaan warraa fi haadholiin warraa lama saditti akka qoodatan murtaa’e.
Sana booda qabeenya wixxee akka qooddatan jedhame keessaa mana jireenyaa Magaalaa Waraabeetti argamu waliigaltee bittaan kan argadhe irratti murtiin kenname akka keessaa naaf bahu jechuun gareen 3ffaan biroo iyyata mormii murtii akkaataa SDFHH kwt 58n MM Sdrk Jalqabaa Federaalaatti dhiyeeffatee falmiin beellamaan jira.
Sun otuu beellama irra jiru haadholii warraa lamaan keessaa ishiin tokko waliigalteen bittaa fi gurgurtaa mana Magaalaa Waraabeetti argamu qixxee akka qooddatan jedhame irratti mormataa murtichaan raawwatame qabeenya waliinii irratti beekamtii fi eeyyama koo malee waan ta’eef akka naaf diigamu jechuun himannaa haaraa waliigalteen akka diigamu gaafatu MMO Godina Silxeetti dhiyeessitee falmiin eegale.
Mormataan murtii MM Sdrk Jalqabaa Federaalaa himatamaa MMO G/Silxee waan ta’eef SDFHH kwt 7?caqasuun mormii kaaseen MMO godinichaas mormii ka’e fudhachuun dhimmichi tokko waan ta’ee fi dursee MM Sdrk Jalqabaa Federaalaatti ilaalamaa kan jiru waan ta’eef himannaa himattuutis ilaaluuf aangoo hinqabu jedhee murteessuun MMW Naannichaatis cimseera.
Dh Ijbta gama isaan komii himattuu fuudhee ilaaluun qabxii ijoo falmii dhimma mormii murtii MM Sdrk jalqabaatti ilaalamaa jiru mana qabeenya waliinii maatiiti jedhamee murtaa’e irraa mormataan murtii mirga qaba moo hinqabu ykn murtiin kenname ka’uu qaba moo miti, kan jedhu ta’uu fi kan dhimma MMO Godina Silxeetti dhiyaatee immoo waliigalteen diigamuu qaba moo hinqabu qabxii jedhu ta’uu kaasee sababa kanaan qabxii ijoo falmii fi seerummaan gaafatames adda adda ta’ee bakka jirutti dhimmicha ilaaluuf MMO godinichaa aangoo hinqabu jedhamuun dogongora jedhee diiguun ijootti seenee waliigalteen diigamuu qaba moo hinqabu kan jedhu ilaalee akka murteessu dhimmichi qajeelfamaan MMO Godina Silxeetti deebisee jira.
Kanaaf dhimmi tokko akkaataa kwt 7n MM adda addaatti dhiyaate kan jedhamuu fi MM boodarra falmiin itti ergale aangoo kan dhabsiisu 1)qabxii ijoo falmii tokko yoo ta’ee fi
2)seerummaan gaafatames tokko yoo ta’e akka ta’e hiikkoo Dh Ijbt kana irraa nihubatama.
Karaa Telegrama 👇kana hordofaa ; Http://t.me speaklawinabsentia

👍2
Dhimmi MMtti falmii irra jiru tokko akkaataa SDFHH kwt 274 -277tiin araaraan xumurameera kan jedhamu yoomiidha? Ulaagaa maal maal guutuu qaba?
==================================
Dhaddacharratti araarri taasifamuu fi bitaa fi mirgi araaraan xumuanneerra jechuun Dhaddachis kanuma mirkaneessee galmee cufuun dhimmichi bu’ura tumaalee seeraa olitti caqafamaniin araaraan xumurame kan jechisiisuu miti.
Araaraan xumurameera jedhamuu kan danda’u 1) waliigalteen araaraa barreeffamaan ta’uu, 2)gareewwaniin mallattaa’uu, 3) seeraa fi safuu kan eeggate ta’uun dhaddachaan ykn MMn mirkanaa’uu fi sanadni waliigaltichaa galmeen walqabachuu qaba.
Kana yoo ta’ee waliigalteen araaraa murtii MM ta’uun bu’aa murtiin MM tokko qabu hunda kan hordofsiisu ta’a. Bal’ina qabxii kanaa irratti xiinxala murtii Mana Maree Federeeshiinii glme Lkk 107/15 irratti kennee jira

👍2❤1
Forwarded from Jemal Kumbi
Ragaa gareewwan falmii dhageessifatan hundumaa fi guutuu murtii keessatti caqasuun madaaluu dhiisuun dogongorri raawwatamu dogongora ijoo seeraa waan ta’eef Dh Ijbtn Ilaalamee kan sirraa’udha. ==================================
Hiikkoo duraan galmeewwan adda addaa irratti kenneen dabalata murtii haaraa Dh Ijbta MMWF glme lkk 247682 ta’erratti gaafa 05/02/1017 kenname ==================

Forwarded from Seneѕa-Laωyer
𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐝𝐝acha 𝐈𝐣𝐢𝐛𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐚𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐨𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐠𝐨𝐨 𝐅𝐮𝐝𝐡𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐘𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐝𝐞 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐟𝐚𝐦𝐧𝐞 𝐓𝐚𝐡𝐮 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞.
🔰 Manni murtii waliigala federaalaa galmee lakkoofsa 219345 ta'e Irratti hojjataan mootummaa muudama aangoo fudhachuuf kan hin dirqamne ta'uu fi sababa muudama fudhachuu dideef immoo hojii irraa ari'amuu akka hin qabne murtii dirqisiisaa kennee jira.
🔰 Manni murtii waliigala federaalaa galmee lakkoofsa 219345 ta'e Irratti hojjataan mootummaa muudama aangoo fudhachuuf kan hin dirqamne ta'uu fi sababa muudama fudhachuu dideef immoo hojii irraa ari'amuu akka hin qabne murtii dirqisiisaa kennee jira.
Forwarded from Jemal Kumbi
Dogongorri adeemsa falmii akkaataa SDFHH kwt 208n MM ofii isaa sirreessu kan akkamiiti?
==================================
Hiikkoo Dh Ijbt MMWF glm Lkk 245834 ta’erratti gaafa 07/02/2017 kenname ilaala =========================
Hiikkoo murtii Dha Ijbtf sababa kan ta’e dogongora moggaasa maqaa nama himannaa MM Sdrk Jalqabaa Federaalaatti dhiyeessee yoo ta’u innis maqaa himannaa duraa ittiin dhiyeesse jijjiiruun himannaa fooyyeffatee eega dhiyeesse booda MM maqaadhuma himannaa jalqaba ittiin dhiyeesseen murtii kennee ture.
Sana booda himatamaan maqaan koo sirriin isa himannaa fooyya’e keessatti caqafame waan ta’eef maqaan murtiin ittiin kenname akkaataa SDFHH kwt 208 n akka naaf sirraa’u jechuun gaafate.
MM sdrk Jalqabaa 1ffaa maqaan murtiin ittiin kenname kanuma himannaa keessatti himataan ibse waan ta’eef maqaa himannaa fooyya’e immoo MM waan hinfuuneef dogongorri MM adeemsa seeraa MM raawwatee fi ofii sirreessuu danda’u hinjiru.
Akkasumas 2ffaa maqaan himataa sirriin isa himannaan duraa ittiin dhiyaatee miti yoo ta’es dogongorichi kanuma himataa mataa isaati malee kan MM waan hintaaneef MM akkaataa SDFHH kwt 208n sirreessuu hindanda’u jedhee iyyannoo dhiyaate ajajaan kufaa godhe.
MMO Federaalaatis komii itti dhiyaate kufaa gochuun ajaja MM Sdrk jalqabaa waan cimseef himataan dhimmicha Dh Ijbtatti dhiyeeffate.
Dh Ijbta gama isaan 1) maqaan iyyataa kan himannaa fooyya’e ittiin dhiyaate moo kan himannaan duraa ittiin dhiyaatedha kan jedhu MM jalaa qulqulleeffachuun akka irra turee fi 2) dogongora maqaa dabalatee dogongorri adeemsa falmii akkaataa SDFHH kwt 208n sirraa’uu qabu kamiiyyuu Mana Murtiinis ta’ee gareewwaniin yoo raawwatame MM dogongoricha akkaataa SDFHH kwt 208n sirreessuu akka qabu ibsuudhaan murtii MM jalaa diigee MM Sdrk jalqabaa irra deeb’ee iyyannoo himataa qulqulleessee akka fala Kennu bu’ura SDFHH kwt 343(1)tiin itti deebisee jira.
==================================
Hiikkoo Dh Ijbt MMWF glm Lkk 245834 ta’erratti gaafa 07/02/2017 kenname ilaala =========================
Hiikkoo murtii Dha Ijbtf sababa kan ta’e dogongora moggaasa maqaa nama himannaa MM Sdrk Jalqabaa Federaalaatti dhiyeessee yoo ta’u innis maqaa himannaa duraa ittiin dhiyeesse jijjiiruun himannaa fooyyeffatee eega dhiyeesse booda MM maqaadhuma himannaa jalqaba ittiin dhiyeesseen murtii kennee ture.
Sana booda himatamaan maqaan koo sirriin isa himannaa fooyya’e keessatti caqafame waan ta’eef maqaan murtiin ittiin kenname akkaataa SDFHH kwt 208 n akka naaf sirraa’u jechuun gaafate.
MM sdrk Jalqabaa 1ffaa maqaan murtiin ittiin kenname kanuma himannaa keessatti himataan ibse waan ta’eef maqaa himannaa fooyya’e immoo MM waan hinfuuneef dogongorri MM adeemsa seeraa MM raawwatee fi ofii sirreessuu danda’u hinjiru.
Akkasumas 2ffaa maqaan himataa sirriin isa himannaan duraa ittiin dhiyaatee miti yoo ta’es dogongorichi kanuma himataa mataa isaati malee kan MM waan hintaaneef MM akkaataa SDFHH kwt 208n sirreessuu hindanda’u jedhee iyyannoo dhiyaate ajajaan kufaa godhe.
MMO Federaalaatis komii itti dhiyaate kufaa gochuun ajaja MM Sdrk jalqabaa waan cimseef himataan dhimmicha Dh Ijbtatti dhiyeeffate.
Dh Ijbta gama isaan 1) maqaan iyyataa kan himannaa fooyya’e ittiin dhiyaate moo kan himannaan duraa ittiin dhiyaatedha kan jedhu MM jalaa qulqulleeffachuun akka irra turee fi 2) dogongora maqaa dabalatee dogongorri adeemsa falmii akkaataa SDFHH kwt 208n sirraa’uu qabu kamiiyyuu Mana Murtiinis ta’ee gareewwaniin yoo raawwatame MM dogongoricha akkaataa SDFHH kwt 208n sirreessuu akka qabu ibsuudhaan murtii MM jalaa diigee MM Sdrk jalqabaa irra deeb’ee iyyannoo himataa qulqulleessee akka fala Kennu bu’ura SDFHH kwt 343(1)tiin itti deebisee jira.
👍1
Forwarded from Jemal Kumbi
Qooda qabeenya AW fi HW ilaalchisee eega qoodinsi raawwatamee galmeen cufame booda qabeenyi haaraan yoo argame SDFHH kwt 5(1) fi 216 waliin akkamitti ilaalama?
==================================
Dhaddachi Ijibbaataa MMWF dhimmichi qabeenyi yeroo qooddiin gaggeeffamu jiraachuun isaa hinbaramne garuu qooddii booda beekamu akka qoodamuuf iyyanni/himanni dhiyaatu akkaataa SDFHH kwt 5(1)nis ta’ee kwt 216n kan daangeffamu akka hintaane hiikkoo dirqisiisaa kanaan dura galmee Lkk 36780 ta’erratti kennee ture yaadachiisuun murtii haaraa kennee jira ( Glme Lkk 251383 gaafa 07/02/2017).
Guutuun isaa 👇argama.