Dorgomtoota Gita Hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa Leenjiin Boodaaf
--------------------------
(Onkoloolessa 6,2017 MMWO,Finfinnee,  Caffee Araaraa)-Dorgomtoota Gita Hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa Leenjii boodaatiif Bu'aa waliigalaa Qormaata barreeffaamaa (30%) Qormaata Afaanii (20%) Barnoota(10%) Naamusa (20%), Yaada Uummataa (10%) bu'aa waliigalaa  90% keessaa jiru bu'uura sirna diriiree jiruun  gara  (100%)tti  jijjiiruun kan isiniif ifoomsine ta'uu beeksisaa dorgomtoota dorgomaa turtan keessaa  hangamtu fudhatama kan jedhu guyyaa muraasa keessatti kan isiniif maxxansinu ta'uu ni hubachiifna.
Channel name was changed to «G€tas Law roomhttps://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk»
Channel name was changed to «G€tas Law room»
Channel name was changed to «G€tas Law roomhttps://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk»
Channel name was changed to «G€tas Law roomhttps://httpgetaslawroomofficialpage»
👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉follow getas law room for daily information by below link 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk
Channel name was changed to «G€tas Law roomhttps://»
Channel name was changed to «G€tas Law roomhttps://httpgetaslawroom official pagehttps://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk»
Channel name was changed to «G€tas Law roomhttps://t.me/+V3KsD8su4bQ0ZmY0»
Channel name was changed to «Getaslawroom@https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk»
Getaslawroom@https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk Calallii isa dhumaatiin dorgomtoota gargaaraa Abbaa seeraa leenjii akka seenaniif murtaa'e.
Miidiyaan Telegiraamii fuula hubannoo seeraa keenya Miidiyaa keessan kan ta'e hundi keessaanuu baga gammadan isiniin jedha
Kallattiidhaan kan darban:
Dhiira 70
Dubara 30

Eeggattoonni:
Dhiirri 17
Dubarri 3

Maddi keenya Toora telegiraamii Mana Murtii Waliigala Oromiyaati
Liinkii kanaan 👉 MMWO seentanii MMWO hordofuu dandeessu

Share gochuudhaan nama isa laallatuuf qaqqabsiisaa.
Kan bakka DAT ykn WIFI hin jirre jiranuuf TEXT ergaafii isinis gama keessaniin kara dandeessanuun bahadhaa.https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk
👍1