#Qabiyyee_Sanada_Barreeffamaa_Ragaa_Namaatiin_Mirkaneessuun_ni_danda'amaa? Dhaddachi Ijibbaataa jildii 19ffaa Lakk. Galmee 106535 ta'e irratti hiikoo kenneen akka asii gadii jedheera.
✅''Ragoota ijaa ykn namaa sanada waliigaltee barreeffamaan taasifame tokko irratti ragaa ta’uun maqaan isaanii barreeffame waliigaltichi jiraachuu fi jiraachuu dhabuu aaksumas qabiyyee isaa akka hin mirkaneessine dhorkaa taasisuun sirrii miti jedhee jira. ✅Dhaddachichi dhorkaan SHH Kewt. 2005 jalatti tumame ragoota ijaa maqaan isaanii waliigalticha irratti taasifame waayee waliigaltichaa akka hin mirkaneessine kan dhorku miti jechuun hiikoo kennee jira
https://t.me/Ijooseera

#ከማይንቀሳቀስ_ንብረት_ጋር_በተያያዘ_የመንደር_ውል_ህጋዊ_የሚሆንባቸው 5/አምስት/ ሁኔታዎች
✅ የማንይቀሳቀስ ንብረትን ለማስተላለፍ ወይም የማይንቀሳቀስ ንብረት ላይ ያለ መብትን ለማስተላለፍ የሚደረግ ውል በ ፍርድ ቤት ወይም ውል ለማዋዋል ስልጣን በተሰጠው አካል ፊት ካልተደረገ ተቀባይነት የለውም። ነገር ግን ከተወሰኑ የሰበር ችሎት ውሳኔዎች በመነሳት የመንደር ውል ህጋዊ ተብለው የሚቆጠሩበት ሁኔታዎች አሉ። እነዚህ 5 ሁኔታዎች የሚከተሉት ናቸው።
❶ኛ የሽያጭ ውል መኖሩ ከታመነ ወይም ካልተካደ
✅ ገዢ ውል እንዲፈፀምለት ክስ አቅርቦ ከሳሽ መከላከያ መልሱ ላይ በመካከላቸው ውል መኖሩን ካመነ ወይም ካልካደና በሌሎች ነጥቦች ላይ መልስ ከሰጠ ፍርድ ቤቱ በራሱ አነሳሽነት ውሉ በፍርድ ቤት ወይም ውል ለማዋዋል ስልጣን በተሰጠው አካል ፊት አልተደረገም ብሎ ውድቅ ሊያደርገው አይችልም።
❷ኛ በማህበር በመደራጀት የተሰራ ቤት በሽያጭ ማስተላለፍ (ሰ/መ/ቁጥር 36294 ቅፅ 8)
✅ በማህበር በመደራጀት እየተሰራ ያለ ቤት ቤቱ ተጠናቆ ካርታ እስኪወጣለት ድረስ የማህበሩ አባል የሆነ ሰው ይህን ቤት ቢያስተላልፍ ቤት የመስራት መብቱን ወይም እጣውን እንዳስተላለፈ እንጂ የማይንቀሳቀስ ንብረትን እንዳስተላለፈ አይቆጠርም። የማህበሩ አባል በስሙ ካርታና የባለቤትነት ማስረጃ እስካልተሰጠው ድረስ ቤቱ ወይም እየተሰራ ያለው ቤት በማህበሩ አጠቃላይ ይዞታ ስር የሚገኝ በመሆኑ የማህበሩ አባል ለ 3ኛ ወገን ሊያስተላልፍ የሚችለው እጣውን ወይም ጥቅሙን እንጂ የማይንቀሳቀስ ንብረት ላይ ያለውን መብት አይደለም። እንዲህ አይነት ውሎች የግድ ስልጣን በተሰጠው አካል ፊት ሊረጋገጡ አይገባም።
❸ኛ ያልነበረን ቤት ሰርቶ ለማስተላለፍ የሚደረግ ውል (ሰ/መ/ቁጥር 32222 ቅፅ 7)
✅ ብዙን ግዜ እንዲህ አይነት ውል ከ Real Estate ቤቶች ግንባታ ጋር የተያያ ነው። ምንም እንኳን ውላቸው ላይ የማይንቀሳቀስ ንብረት ሽያጭ ውል ቢሉም ዉሉ በሚደረግበት ግዜ ቤቱ ያልነበረ በመሆኑ የማይንቀሳቀስ ንብረት ባለሀብትነት ከአንዱ ወደ ሌላው ተላልፏል ሊባል አይችልም። ያልነበረን ቤት ሰርቶ ለማስተላለፍ የሚደረግ ውል የግንባታ ውል እንጂ የማይንቀሳቀስ ንብረት ሽያጭ ውል ሊባል የሚችል ባለመሆኑ ውሉ በፍርድ ቤት ወይም ውል ለማዋዋል ስልጣን በተሰጠው አካል ፊት መረጋገጥ አይኖርበትም።
❹ኛ አዋዋይ ፊት ቀርቦ ነገር ግን አስተዳደራዊ ወይም የፕሮቶኮል ጉዳዮች ለተወሰነ ግዜ ሳይፈፀምበት የቆየ የመንደር ውል (የሰ/መ/ቁጥር 36740 ቅጽ 8)
✅ ችሎቱ በዚህ መዝገብ ላይ በሰጠው ውሳኔ መሠረት በግራ ቀኙ መሀከል የተደረገው የመንደር ውል ስልጣን በተሰጠው አካል ፊት ቀርቦ ነገር ግን አስተዳደራዊ ወይም የፕሮቶኮል ጉዳዮች የተሟሉት የተወሰነ ግዜ ከቆየ በኋላ ቢሆንም ውል ለማዋዋል ስልጣን በተሰው አካል ፊት ያልተደረገ ነው በሚል ውድቅ ሊደረግ አይገባም የሚል ነው።
✅ ችሎቱ በዚህ መዝገብ ላይ እንዳለው ቤቱን የሚመለከቱ እዳና እገዳ ለማጣራትና ክፍያ ለመፈፀም የውልና ማስረጃ ምዝገባ ጽ/ቤት በውል ላይ ማህተም ሣያሣርፍበትና የፕሮቶኮል ቁጥር ሰጥቶ ሣያረጋግጥበት የተወሰነ ጊዜ ያለፈ ቢሆንም እነዚህ አስተዳደራዊ ጉዳዮች እስኪከናወኑ ድረስ በውል ላይ ማህተም ሣያርፍበት መቆየቱ ወይም የፕሮቶኮል ቁጥር ሣይሰጠው መዘግየቱ ውል እንዳልተደረገ የሚያስቆጥረው ነው ለማለት አያስችልም፡፡
❺ኛ የሊዝ መብትን ለማስተላለፍ የሚደረግ ውል (የሰ/መ/ቁጥር 191095 & 225796)
✅ በሊዝ የተገኘ ይዞታ ላይ ግንባታ ከመጀመሩ በፊት ወይም ተጀምሮ በግማሽ ያለ

Abbaa seeraa hin muudamneen murtiin kenname murtii Abbaa seeraa hin guunnen kennametti wal lakka'amuuf bu'aa seeraa hin qabu.
DhIJMMWF lakkoofsa galmee 250725 Mana maree bakka bu'oota Uummataa FDRI tti Abbaa seeraa hin muudamneen murtiin kenname murtii abbaa seeraa hin guunnen kennametti waan lakka'amuuf bu'aa seeraa hin qabatu jechuun murtii dirqisiisaa fooyyessun murteessuu qaba jechuun DHIJ Abbootii seeraa torbaan kan murteeffame sirritti hiikkoo seeraan murtii itti kennameedha.
Ijooseera

Himannaan dachaa/daddabalamaa ta'eedhaf qofa Mirga wabii kabajanii hin dhiyaatan jechuun tilmaama fudhachuun mirga wabii himatamtootaa dhiphisuudha jechuun DhIJMMWF galmee lakk.244554 onkolooleessa guyyaa 6 bara 2016 hiikkoo seeraa dirqisiisa kennee jira.
ክሶቹ ተደራራቢ በመሆናቸው ብቻ ዋስትናውን አክብረው አይቀርቡም የሚል ግምት መውሰድ የተከሳሾችን የዋስትና መብት የሚያጣብብ ነው በማለት የፌ/ጠ/ፍ/ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በሰ.መ.ቁ 244554 ጥቅምት 6 ቀን 2016 ዓ.ም አስገዳጅ የህግ ትርጉም ሰጥቷል
https://t.me/Ijooseera
ክሶቹ ተደራራቢ በመሆናቸው ብቻ ዋስትናውን አክብረው አይቀርቡም የሚል ግምት መውሰድ የተከሳሾችን የዋስትና መብት የሚያጣብብ ነው በማለት የፌ/ጠ/ፍ/ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በሰ.መ.ቁ 244554 ጥቅምት 6 ቀን 2016 ዓ.ም አስገዳጅ የህግ ትርጉም ሰጥቷል
https://t.me/Ijooseera
የኪራይ መኪና ተከራይ እጅ እያለ በሌላ ሰዉ ንብረት ላይ ጉዳት ካዳረሰ ለደረሰዉ ጉዳት ተጠያቂዉ ተከራይ ብቻ ነዉ።
ሰ/መ/ቁ 230493
Konkolaataan kireeffame kireeffataa harka osoo jiruu qabeenya nama biroo irratti miidhaa yoo geessise, miidhaa geessiseef itti gaafatamaan kireeffataa qofaadha. DHIJMMWF lakk.galmee 230493.

Labsii Yakkoota Malaammaltummaa Lakk. 881/2007 keewwata 31(2) jalatti yakki malaammaltummaa amantaa hir’isuu cimaa faayidaan argame yookiin miidhaan dhaqqabe olaanaa dha jechuuf qajeelfama adabbii Lakk.2/2006 bu’uura godhachuun hiikkamuu hin qabu, Guddina dinagdee fi gatii bittaa maallaqaa akkasumas kaayyoo seera yakkaa bu’uureffachuu qaba jedhame.
--//--
Yakkoota Malaammaltummaa ilaalchisee, Qajeelfama Adabbii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaatiin bahe Lakk.2/2006 keewwata 11(4) jalatti Miidhaan dhaqqabe ykn faayidaan argame: Daran Olaanaa: qarshii 500,000 ol yoo ta’e, Olaanaa: Qarshii 100,001 hanga 500,000 Gidduugaleessa: Qarshii 25001 hanga 100,000 Gadaanaa: Qarshii 1,001 hanga 25,000 Daran Gadaanaa: Hanga Qarshii 1,000 tti sadarkaan qophaa’eefii itti hojjetamaa tureera.
Ka’umsi dhimmichaa:
Mana Murtii Olaanaa Godina Shawaa Lixaa Galmee Lakk. 42798 irratti Himatamaan Hojjetaa Mana Kuusaa Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan bultoota Aanaa Cobii Kilaastera Cobii Sirbaa jedhamu yeroo hojjechaa turetti daangaa odiitii Amajjii 1/2011 hanga Amajjii 25/2014 gidduutti odiitii taasifameen maallaqa qarshii 3,235,839.28 ol waan hir’iseef Labsii Lakk.881/2007 kewt.31(2) jalatti yakka malaammaltummaa amantaa hir’isuu cimaa raawwateera jedhamee himannaan dhiyaate.
Himatamaan yakkicha raawwachuu waan waakkateef odiitiin akka irra deebiin taasifamu ajajamee himatamaan maallaqa qarshii 203,022.81 kan hir’ise ta’uun mirkanaa’eera.
Kanumaan Mana Murtii Olaanaa GSHL faayidaan argame yookiin miidhaan gahe olaanaadha jechuun sadarkaa fi gulantaa baasee himatamaan adabbii hidhaa cimaa waggaa 11 fi qarshii 2000 akka adabamu murteesse. Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa murtii kana ni cimse, Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa immoo himatamaan maallaqa qarshii Miliyoona 3 ol hir’isuun isaa mirkanaa’eera, kun immoo miidhaan gahe olaanaa ta’uu agarsiisa waan ta’eef Labsii Lakk.881/2007 kewt.31(2) jalatti balleessaa jedhamuun sirriidha jedhee, yakkichaaf sadarkaan yoo bahu garuu keewwatichi cimsee osoo jiruu irra deebiin sadarkaa olaanaa jedhamuu hin qabu jechuun yakkicha sadarkaa Gidduugaleessa jedhee qabachuun adabbii shallagee adabbii kenname gara adabbii hidhaa cimaa waggaa 7 fi baatii 8 tti fooyyessee jira.
Murtii kana irraa ol iyyachuun Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddachi Ijibbaataa immoo Galmee Lakk.258571 dhaddacha gaafa Amajjii 29/2017 ooleen Miidhaan gahe yookiin faayidaan argame Qarshii 203,022.81 gatii maallaqaa yeroo ammaatiin faayidaa ykn miidhaa olaanaa jedhamuu hin danda’u jechuun Himannaa Labsii Yakkoota Malaammaltummaa Lakk.881/2007 kewt.31(2) jalatti dhiyaate akkaataa s/d/f/y/kewt.113(2)tiin gara Labsicha kewt.31(1)tti jijjiiree, Adabbii hidhaa cimaa waggaa 3 fi qarshii 2000 akka adabamu murteessee jira.
Labsii Lakk.881/2007 keewwata 31(2) jalatti yakki malaammaltummaa amantaa hir’isuu cimaa faayidaan argame yookiin miidhaan dhaqqabe olaanaa dha jechuuf qajeelfama adabbii Lakk.2/2006 bu’uura godhachuun hiikkamuu hin qabu, Guddina dinagdee fi dandeettii gatii bittaa maallaqaa akkasumas kaayyoo seera yakkaa bu’uureffachuu qaba jedhee jira. 👇

Murtii dirqisiisaa DhIjMMWF
#DhIjMMWF LGMM 204922 ta’e irratti "Konkolaataa tokko keessatti iddoon meeshaan Kontirobaandii dhokfamu tolfamee achi keessatti meeshaa seeraan alaa fe'amee yoo argame, konkolaaticha dhaaluuf abbaan qabeenyaa dhimmicha beekuu fi beekuu dhabuun yaada keessa galuu hin qabu" jechuun hiikoo kenneera.
#DhIjMMWF LGMM 211339 ta’e irratti:
"Bakki meeshaalee dhokfamee fe'amu sun kan tolfame konkolaataa kan walharkisu gubbaarra yoo ta'eefi konkolaataa wal harkisu keessaa kan gara afoo jiru meeshaa kontirobaandii kan hin feene yoo ta'e, konkolaataa duuba irraa meeshaa seeraan alaa fe'etu dhaalamuu qaba" jechuun hiikoo kenneera.
#DhIjMMWF LGMM 241787 ta’e irratti:
"Konkolaataan tokko meeshaa waraanaa utuu geejjibsiisu yoo qabame,miiltoo ta'e dhiise abbaan qabeenyaa konkolaataa sanaa konkolaataan isaa meeshaa waraanaa geejjibsiisuu isaa beekees beekuu baates konkolaataan sun dhaalamuu qaba" jechuun hiikoo kenneera.

#The_Scope_of_Special_Power_of_Attorney _ #Daangaa_aangoo_Bakka_ bu'ummaa addaa
✍️ Firiin dubbii asiin gadii dhimma qabatamaan Ijibbaataan ilaalamee murtii argatedha
👉 Abbaa Warraa fi haadha warraattu warraatu Bakka bu'aan isaanii mana isaanii bulchuu, gurguruu, jijjiiruu akka danda'uuf bu'uura SHH kewt. 2205tiin aangoo bakka bu'ummaa addaa kennaniif
👉 Haa ta'u malee qabiyyee sanada aangoo Bakka bu'ummaa sana irratti bakka bu'aan manicha qabsiisee liqeeffachuu akka danda'u himni jedhu hin hammatamne/hin barreeffamne
👉 Bakka bu'aan manicha qabsiisuudhaan Baankii daldalaa irraa qarshii 200,000 liqeeffate
👉 Bakka buufattoonni himannaa bakka bu'aa isaanii fi baankicha irratti dhiyeessaniin bakka bu'aan osoo aangoo qabsiisanii liqeeffachuu hin qabaatiin aangoo isaatii ol waan fayyadameef akkasumas baankichi aangoo Bakka bu'aan hin qabne bu'uura godhachuun manicha waan qabateef sanadoonni manicha ilaallatan akka deebi'uuf gaafatan
👇
✍️ #Dhaddachi_Ijibbaataa_Lakk_galmee_17320 ta'e irratti Hiikoo kenneen Bakka bu'ummaan kenname bakka bu'ummaa addaa ta'ee qabiyyee isaa keessatti qabsiisee liqeeffachuu himni jedhu barreeffamuu baatus bakka bu'aan qabsiisee liqeeffachuu ni danda'a jedheera.

Lafa Nama biraa qabatee dallaa itti ijaaree mana osoo hin ijaarin abbaa manaa osoo nan mormin ijaaree jechuun Seera hariiroo hawaasaa kewt 1179 caqasuudhan falmuu hin danda'u jechuun DHIJMMF Lakk galmee 249348 irratti dhaddacha mudde 28/2017 oolen murtee dirqisiisa kennee jira.
https://t.me/Ijooseera
https://t.me/Ijooseera
#Murtiilee_Dhaddacha_Ijibbaataa_Mana_Murtii_Waliigala_Federaalaa_Seeraa_fi_Waliigaltee_Araaraara_Dhimma_H/Hawaasaa_irratti
=====================
✍️-Araara jechuun waliigaltee wal falmitootaa jidduu waldhabdee uumame hambisuu fi waldiddaan gara fuulduraa isaan gidduu akka hin uumamne ittisuuf garee wal falmitootaa jidduu taasifamuudha (shh keewwata 3307 fi sdfhh keewwata 274).
✍️Waliigalteen araaraa garee wal falmitootaa jidduutti
taasifamee bu'aan araaraa mana murtiitiin yoo
mirkanaa'e dhimmi isaan araaraan waliigalan irra deebi'amee hin ilaalamu res judicata with out appeal ta'a(shh keewwata 3312(1),sdfhh keewwata 5 fi 244(g).
✍️=Faayidaa dhimma ofii jaarsummaadhaan xumurachuu 1ffaa baasii fi xaarii abbootii dhimmaa hir'isa,2ffaa Hariiroo garee lameenii cimsa,3ffaa ba'aa hojii mana murtii hir'isa,4ffaa yeroo qusata fi k.k.f dha.
#Dhaddachi_ijibbaataa mana murtii waliigala federaalaa waliigaltee araaraa ilaalchisee galmeelee baay'ee irratti murtii dirqisiisaa kenneera.Isaan keessaa galmeelee muraasa haa ilaallu:-
👉1.Dh.Ij.MMWF Jildii 20ffaa Lakk.Galmee 114623 ta'e dhaddacha gaafa guyyaa 22/06/2009 ooleen walfalmitoonni dhimma wal falman araaraan kan xumuratan yoo ta'ee fi bu'aan araaraa mana murtiitiin bu'uura sdfhh keewwata 277(1) tiin yoo mirkanaa'e waliigalteen araaraa sun akka murtii manni murtii kennetti dirqisiisummaa kan qabuu fi raawwatiinsa kan qabu ta'uu'' murtii dirqisiisaa kennee ture;
👉2.Dh.Ij.MMWF jildii 9ffaa Lakk.Galmee 52752 ta'e dhaddacha Waxabajjii 16 bara 2002 ooleen''Gareen wal falmitootaa dhimma isaanii jaarsummaadhaan xumurachuuf yoo waliigalanii fi waliigaltee araaraa kana mana murtii dhiheessanii manni murtii kan mirkaneesse yoo ta'e,waliigalteen araaraa sun akka murtii manni murtii kennetti lakkaa'amee raawwatamuu akka qabu''murteessee ture.
👉3.Dh.Ij.M.M.W.F Jildii 5ffaa Lakk.Galmee 25912 ta'e
dhaddacha Caamsaa 2,bara 2000 ooleen'waliigalteen araaraa garee wal falmitootaa gidduutti taasifame karaa mana murtiitiin mirkanaa'e akka murtii dhumaa manni murtii kennetti ilaalamuu akka qabu''murtii kennee ture.
👉4.Dh.Ij.MMWF Jildii 19ffaa Lakk.Galmee 109497 ta'e dhaddacha Gurraandhala 3 bara 2008 ooleen''Manni murtii waliigaltee araaraa falmitoota jidduutti taasifame;bu'aan araaraa sun ulaagaa seeraa guutuu mirkaneeffachuun mirkaneessuu akka qabu'' murteessee ture(shh keewwata 1731 fi sdfhh keewwata 277).
👉5.Dh.Ij.MMWF Jildii 15ffaa Lakk.Galmee 85873 ta'e dhaddacha Bitootessa 13 bara 2005 ooleen''manni murtii bu'aan araaraa ulaagaa seeraa kan guute ta'uu fi safuu hawaasaa kan hin faalleessine ta'uu erga mirkaneeffateen booda bu'aa araaraa mirkaneessuu akka qabu murtii dirqisiisaa kennee ture;
👉6.Dh.Ij.MMWF Jildii 5ffaa Lakk.Galmee 22857 ta'e dhaddacha Muddee 15,bara 2000 ooleen'Waliigalteen araaraa barreeffamaan taasifamee mana murtii yeroo dhihaatu;manni murtii waliigaltichi(bu'aan araaraa) faallaa seeraa fi safuu hawaasaa kan hin taane ta'uu qulqulleeffatee mirkaneessee dhimmicha ilaalaa jiru addaan kutuu akka qabu''murtii dirqisiisaa laatee ture.SDFHH keewwata 277(1),274(1) fi 275(1).
👉7.Dh.Ij.M.M.W.Federaalaa Jildii 23ffaa Lakk Galmee 146955 ta'e dhaddacha gaafa guyyaa 30/09/2010 ooleen''Waliigalteen araaraa akka murtii manni murtii kennetti lakkaa'amee mana murtiitti raawwiif yoo dhihaatu bu'aan araaraa sun ifa ta'uu kan qabu yoo ta'u;bu'aan araaraa ifa yoo hin taane,manni murtii himata raawwii kufaa gochuu danda'a'' jechuun murtii dirqisiisaa kennee ture.
✍️Murtiin dhaddacha ijibbaataa kun maal nutti agarsiisa bu'aan araaraa mana murtiitiin osoo hin mirkanaa'in ifa ta'uu akka qabuudha.Bu'aan araaraa ifa yoo hin taane,waliigalteen araaraa mana murtiitiin mirkanaa'us hin raawwatamu jechuudha.
✍️FKN:-Waliigalteen araaraa qabeenya gosa akkamii irratti akka taasifame ykn qabiyyee lafaa kamirratti akka taasifame daangaa fi bal'ina lafichaa fi mana yoo ta'e daangaa,kaaree meetira manichi qubate fi kaartaa manichaa kan ibsu ta'uu qaba fi kkf.

❤1👍1
#Labsii_Pabliik_Sarviisii
#Labsii_1353_2017
Hojjataan Mootummaa sababa Yakkaan shakkamee baatii sadii ol to'annaa jala turee yakkarraa bilisa ta'uu ragaa yoo dhiyeeffate waajjira dura hojjataa turetti iddoo duwwaa jiru irratti mindaa dura kaffalamaafii ture kaffalameefii ramadamee hojjachuuf mirga qaba.
(Labii Ho/Mo/Feed
1353/2017 kwt.138)
//

Murtee Barsiisaa!
Himatamtoonni maqaan isaanii
1ffaa.Guutamaa Garbii Waaqoo
2ffaa.Jibriil Amboo Boruu
Teessoon.isaanii Aanaa Gololchaa Ganda Minnee Goraa
Yakkichii:Seera Yakkaa Bara 1996 Bahe kwt.32(1(a)) fi kwt.587(1) bira darbuun Yakka raawwatame Yoo ta'u
Himatamtoonni kun ta'ee jedhanii itti yaaduun Gaa'ila fedhii malee raawwachuuf jedhanii gaafa guyyaa 4/6/2017 halkan keessaa Sa'ati 9:00 Yoo ta'u Aanaa Gololchaa Ganda Minnee Goraa iddoo addaa Dhaddoo jedhamee waamamutti miidhamtuu dhuunfaa maqaan ishii Saadaa Amaan jedhamtu Him.1ffaan kun haadha mana godhachuuf Him.2ffaa.kun immoo isa gargaruun fedhii ishiitin alatti Osoo ishii na gadhiisaa jettee iyyituu humnaan harka bitaa fi Mirgan ishii qabanii lafarra harkisaanii dirqiin fudhani manatti galanii booda qabamaniif Yakka dubartii butuutiin seeraan himatamaniiru Kan jedhu
Himannaan Mana Murtii Aanaa Gololchaatti gaafa guyyaa 19/6/2017 banamee Dhaddachaa gaafa guyyaa 20/6/2017 ooleen himatamtoonni himannaa isaan irraatti dhiyaate guutumman hambifannoo tokko malee amanani Manni murtis ragaa dhaga'uun osoo hin barbaachisin bu'uuruma Amantii isaanitiin balleessadha erga jedhee booda isaanii fi fakkatota isaanii barsiisuu Kan danda'u tokkoon tokkoo isaanii adabbii hidhaa Cimaa waggaa Afur afuriitiin adabeera. Hawwasni keenya Murtii akkanaa kana Irraa barachuun fi yakkoota Dubartoota irraatti raawwataman waliin taanee haa ittisnuun yaada keenya.

👍2
Haala Kafaltii Ittii Fayyadama Lafa Baaddiyaa Fi Gibiira Galii Qonnaa Labsii lakk. 255/2016 baheen.
Kaffaaltii itti Fayyadama Lafa Baaddiyaa Fi Gibiira Galii hojii qonnaa baal'ina lafa,oomishaa fi gosa oomishaa yookiin beeylaadaa fi gosa beeylaadaa irratii kan hundaa'ee dha.
Hangaa kaffaaltii Roobaa qofaan oomishamuu
👉Hanga kaffaaltii lafa qonnan Bula Rooba qofaan omishaamuu kafaltii itti fayyadama lafa Hektaarra tokkotii Qarshii 250 fi galii Gibira lafa qonnaaf qarshii 150 waligaalatii qarshii 400 kafaluu qaba .
👉kaffaaltii lafa baddiiyyaa oomishaa baargamoof oluu kafaltii itti fayyadama lafa Hektaara tokkotii Qarshii 300 fi galii Gibira lafa qonnaaf qarshi 1000 waligaalatii qarshii 1300 kan kafaluu qaba .
Hangaa kaffaaltii Rooba fi Jallisii yookin Jallisii qofaan oomishamuu
👉kaffaaltii lafa baddiiyyaa kan Rooba fi jallisi ykn Jallisii qofan omishaamuu qonna aaddaf kafaltii itti fayyadama lafa Hektaarri tokkotii Qarshii 250 fi galii Gibira lafa qonnaaf qarshi 400 waligaalatii qarshii 650 kan kafaluu qaba.
👉kaffaaltii lafa baddiiyyaa kan Rooba fi jallisi ykn Jallisii qofan omishaamuu qonna ammayyaatiif kafaltii itti fayyadama lafa Hektaarri tokkotii Qarshii 250 fi galii Gibira lafa qonnaaf qarshi 800 waligaalatii qarshii 1050 kan kafaluu ta'a.
Hangaa kaffaaltii lafa baadiyyaa kan Oomishaalee Gabaaf oolanii
👉 kaffaaltii lafa baadiyyaa kan oomisha Mashoo , bunna fi jimma kafaltii itti fayyadama lafa Hektaarra tokkotii Qarshii 250 fi galii Gibira lafa qonnaaf qarshi 1000 waligaalatii qarshii 1250 kan kafaluu qaba.
👉kaffaaltii lafa baadiyyaa kan oomisha baala shaayii, mi'eessituu urgeessituu ,Paappaayaa Muuzii Fi oomishaalee kan fakkatana kafaltii itti fayyadama lafa Hektaara tokkoti Qarshii 250 fi galii Gibira lafa qonnaaf qarshi 850 waligaalatii qarshii 1100 kan kafaluu qaba .
👉 kaffaaltii lafa baadiyyaa oomisha dibataaf kafaltii itti fayyadama lafa Hektaarra tokkotii Qarshii 250 fi galii Gibira lafa qonnaaf qarshi 1200 waligaalatii qarshii 1450 kan kafaluu qaba .
👉 kaffaaltii lafa baadiyyaa kan oomisha agada shaankoraa kafaltii itti fayyadama lafa Hektaarra tokkotii Qarshii 250 fi galii Gibira lafa qonnaaf qarshi 800 waligaalatii qarshii 1050 kan kafaluu .
Hangaa kagafaltii horsiisaa beeyladaa
✍️Qonnaan bulaan, horsiisee bulan yookiin gamisaa horsiisee bulan akkata baayi'inaa fi gosa beeylaadaa irratii hundaa'ee Hanga Gibiira Galii kan kafaluu horii gaafa baayi'inaa 10 ol qabu loon tokkotti Qarshii 50 kaffala, Hoolaa yookin re'ee baayi'inaa isaan 15 ol qabu tokkotti Qarshii 10 kaffala, Harree,Gaangee fi Farda baayi'inaa isaan 5 ol qabu tokkotti Qarshii 30 kaffala, Gaala baayi'inaa 5 ol qabu tokkotti Qarshii 100 kaffala.
✍️Dubartootni Mana bulchaniifi Qaama miidhamtootni Loon baayina 12 olitti kaffalu, Hoolaa fi re'ee walumatti 17 olitti kaffalu ,Harree ,Gaangee fi farda 7 olitti kaffalu akkuma olitii ibsame kanatii kafaluu.
MIRGA KAFFALAA GIBIRAA
👉Kaffalaan Gibiraa,haala Raawwii kaffaltii raawwatuu irratti hubannoo ga'aa argachuu,
👉Hanga kaffaltii akka kaffaluuf itti murtaa'ee fi haala Ragaan itti sassabame irratti komii yoo qabate koree komiitti ragaa qabatamaa dhiyeessee komachuu ni danda'a.
👉Kaffaltii raawwateef naga'ee seera qabeessa fudhachuuf mirga qaba.
Adabbii Bulchiinsaa
👉Qonnaan bulaan, horsiisee bulan yookiin gamisaa horsiisee bulan kaffaltii itti fayyadama lafaa yookiin Gibiira Galii qonna kaffaluuf dirqama qabu kamiiyyuu akkataa seeran daangaa yeroo kaa'ame dabarsee yoo argame Qarshii kaffaluu qabu irratti ji'a ji'aan qarshii paraasantii % 5 Hanga 25% Kan Adabbii ni kafalaa. Haa ta'uu malee adabbin 25% caalu hin qabuu.
👉 Kaffaaltii itti Fayyadama Lafa Baaddiyaa Fi Gibiira Galii hojii qonna akka sassabuuf bakka bu'ee daangaa yeroo Galii gochuu qabuu dabarsee argame yeroo itti dabarse irraa egaale ji'a ji'aan 5% Hanga 50% Kan Adabamu . Komishinii kaffaalamuufi qabus hin argatu

👍1
Galmessa Waldaalee Daldalaa
==========//==========
Waldaleen Daldalaa buuura Seeraa Daldalaa Lakk-1243, bara 2013 baheetiin baayyinni isaanii torba (7) yoo ta'an, isaan keessaa Waldaalee Daldalaa lama (2) irratti hubannoof akka tolu ulaagaawwan barbaachisaniifi waa'een waldaalee kanneenii akka armaan gaditti kaamaniiru.Isaanis;-
👉Waldaa Dhuunfaa Itti gaafatamuummaan isaa murtaa'e ( Seera Daldalaa Kewt- 495-533)
Baayyinni miseensa Waldichaa lamaa (2) gadii shantamaa (50) olii ta'uu hin qabu.
👉Kaappitaalli waldichaa qarshii kuma kudha shanii (15) gadi ta'uu hin qabu.
Kaappitallii waldichaa guutumaan guututti kanfalamuu qaba.
Gatiin sheerii tokkoo qarshii dhibba tokkoo (100) gadi ta'uu hin qabu.
Sheeriin hunduu gatii aksiyonaa qixa qaba.
👉Itti gaafatamummaan miseensotaa hanga sheerii qabaniin ta'a. Waldichi bordiin kan hogganamu yoo ta'e miseensi bordii nama 3-7 ta'uu qaba.
Waldichi miseensa kudhanii fi kaappitalli isaa qarshii 10,000,000( miliyoona kudhanii) ol yoo ta'e oditara alaa ni qabaata.
👉Maallaqa of-eeggannoo seeraa ni barbaachisa,buaa waggaa waggaan argamu irraa kan %5 gadi hin taane kaa'amuu qaba. Kunis hanga kaappitallii waldichaa %10 gahutti murama.
👉Waldaa Dhuunfaa Abbbaa Miseensa Tokkoo Itti-gaafatamuummaan isaa murtaaee (Seeraa Daldalaa kewt. 534-445) Miseensi nama tokkoodha.
👉Kaappitaalli waldichaa qarshii kuma kudha shani (15) gadi ta'uu hin qabu.
Waldaa dhuunfaan abbaa miseensa tokkoo itti gaafatamuummaan isaa murtaa'ee waldaa biroo walfakkaatu hundeessuu hin danda'u.
👉Miseensi waldichaa dhuunfaan ittigaafatammummaa hin qabu, hanga kaappitaala waldichaatiin ittigaafatamummaa qaba (limited liablity).
Yaa'iin ni gaggeeffama, qaboon yaa'ii qabamee torbee sadi keessatti mirkanaa'uu qaba, murtiin kennamee jia'a tokko keessatti galmee daldalaa keessatti galmaa'uu qaba.
👉Ulaagaa waliigalaa waldaalee daldalaa galmeessuuf guutamuu qaban;-
.Moggaasni maqaa waldaa daldalaa kan Waajjiraalee ykn Biiroo Daldalaa irraa kenname dhiyaachuu qaba.
.Warqaa enyummaa miseensa waldichaa.
.Namootni mallatteessan miseensa waldichaa ta'uu ykn aangoo qabaachuu qabu.
.Miseensi waldaa nama umuriin isaa waggaa 18 fi isaa olii ta'uu qaba.
.Barreeffamni hundeeffamaa yoo xiqqaate koppii sadiin qophaa'ee dhiyaachuu qaba.
👉Barreeffamni Hundeeffamaa Waldaalee Daldalaa qabiyyee kanaa gadii qabaachuu qaba.Kunis;-
.Maqaa guutuu, lammummaa fi teessoo miseensa waldichaa.
.Maqaa waldichaa ,teessoo muummee yoo qabaate damee isaa
Kaayyoo waldichaa, Buusiin gosaan (contribution in kind) galii ta'ee yoo jiraate akaakuu buusii godhamee, teessoo qabeenyichi itti argamu, ragaa idaa fi dhorka irraa bilisa ta'uu agarsiisu, ragaa abbaa qabeenyummaa, gaa'ila kan qabu yoo ta'e ragaa fuudhaafi heerumaa, haati manaa/abbaan manaa waligaltee kanaaf fedhii qabaachuu ishii/isaa ibsuu ykn aangoo bakka bu'ummaa dhimma kana irratti kenname yoo jiraate ykn gaaila kan hin qabne yoo tae ragaa gaa'ila irraa bilisa ta'uu ibsu kan qaama aangoo qabu irraa kennamee dhihaate.
👉Yeeroo turmataa waaldichaa .Akkaataa fi yeroo raawwiin hojii itti gaabaafamu.
.Walitti dhuufeenya hojii Gaggessaa waldichaa, Waldichaa fi Miseensa ykn Abbootii aksiyoonaa . Wanta seeraan ifatti kaa'mee fi waligalteewwan biroo miseensota jiddutti raawwatame yoo jiraate.
👉Ulaagaalee addaa barreeffamni hundeeffamaa waldaalee daldalaa tokkoo tokkoon isaanii qabiyyee guttachuu qabanii;-
.Waldaa Dhuunfaa Itti Gaffatamuummaan Isaa Murtaa'ee (Private Limited Campany)
Kaappitaala waldichaa (baayina aksiyoonaa, gatiin aksiyoona tokkoo fi kaapitaalli waliigala) fi ibsaa kaappitallii waldichaa guutummaan guutuutti kanfalamuu isaa agarsiisuu.
👉Hanga aksiyoonaa miseensoonni waldaa tokkoo tokkoon isaanii kanfalanii.
Waldichi Daareektaroota yoo qabaate baayinaa fi aangoo isaanii.

Forwarded from Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Muudama Gargaartota Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa
-------------------
(Guraandhala 22,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gumiin Bulchiinsa Abbootii Seeraa Oromiyaa yaa'ii idilee 222ffaa Guraandhala 21,2017 gaggeesseen muudama Gargaartota Abbootii Seeraa Mana Murtii Aanaa mirkaneessee jira.
Bu'uuruma kanaan dorgomtoota calallii dhumaa irra gahanii qabxii caalmaa argatanii fi naamusa barbaadamu qabaachuun isaanii amaname dhiira 100 fi dubartii 14 Gargaaraa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa taasisuun muudee jira.
Waan ta'eefis dorgomtoonni muudamni keessan mirkanaa'e, kan maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame baga milkooftan jechaa ramaddii fi adeemsa itti aanu torban itti aanu kan isin beeksifnu ta'uu ni hubachiifna.