Forwarded from HEARTS FEELING
Wallpaper profile picture
๐ @heart_beat_g ๐
๐ @heart_beat_g ๐
๐ โค ๐จ๏ธ โ๏ธ
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
๐ @heart_beat_g ๐
๐ @heart_beat_g ๐
๐ โค ๐จ๏ธ โ๏ธ
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
Forwarded from HEARTS FEELING
Islamic profile picture
๐ @heart_beat_g ๐
๐ @heart_beat_g ๐
๐ โค ๐จ๏ธ โ๏ธ
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
๐ @heart_beat_g ๐
๐ @heart_beat_g ๐
๐ โค ๐จ๏ธ โ๏ธ
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
Forwarded from Amaanaa Dhalootaa๐ฅฐ
Jiraattee nagaan dhabin
Jaalattee qalbiin cabin
Imaltee karaan dabin
Hiixattee hamaan qabin
๐๐๐โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐ฆ๐ฆ
Jaalattee qalbiin cabin
Imaltee karaan dabin
Hiixattee hamaan qabin
๐๐๐โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐ฆ๐ฆ
Nageenyi warra ..........
Warra hirriba gaarii hin rafneef, qalbii yeroo hunda yaadaan badeef..
Rabbiin hiree isaanitti haa dhiheessu ๐คฒ
:
Warra hirriba gaarii hin rafneef, qalbii yeroo hunda yaadaan badeef..
Rabbiin hiree isaanitti haa dhiheessu ๐คฒ
:
Isin Maal jettu โโโ
Gaazzexeessaan BBC News Afaan Oromoo haasa amma #live Jawar Mohammed waliin taasisaa jiran irratti;Abiyyi diinagdeen biyyaa baayyee guddatee itti fufeera jedha,atimmoo laamsha'ee kufeera jetta.kana irratti maal jenna jennaan,Jawar yoo maal jedha gaariidha?
Anas Abiyyis hin amaniin bilbilii warrakee gaafadhu! "Jireenya isinittti ulfaatee,qaala'eeramoo isinitti tolee jiraachaa jirtu jedhi" jedhe
Sin biraa akkami sinitti tolee jiraachaa jirtuu? Asii ciree malee Buna dhugaa jirra!...๐ค๐

๏ดฟููุณู ุดูุกู ุฃูุฑู
ู ุนููู ุงูููู ู
ู ุงูุฏููุนุงุกู๏ดพRasuulli Rabbii ๏ทบ akkana jahan
wanti akka Du'aai Rabbii biratti kabajaa qabu hin jiru.
#Du'aaitii_ha jabanuu
wanti akka Du'aai Rabbii biratti kabajaa qabu hin jiru.
#Du'aaitii_ha jabanuu
Assalaamu Aleykum warahmatullah wabarakatuhAssalaamu Aleykum warahmatullah wabarakatuh https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
As wr wb
Oolmaan maal fakkatti Yaa Jama'a?
httpsMidega
Oolmaan maal fakkatti Yaa Jama'a?
httpsMidega
Forwarded from @๏ธNural-Islamโช (ูุง ุฑุญู
ุงู)
Du'aa'ii dheereeysi. Deddeebisi,Rabbii keetii waliin maqoo bahaa of gad cabsii,garbichummaa isaaf qabdu saniin isaaf if gad qabii if gad xiqqeeysi. Haajomummaa fii miskiinummaa kee mul'ifadhu. Malaa fii humna kamuu irraa qulqullaa'i. Du'aa'ii tee qabadhuu Yaa Rabb! Yaa Rabb! Yaa Rabbb! Jechuu itti fufi.
@Nuralislam2nd
( ุฅูููู ุฑูุจููู ููุณูู ููุนู ุงูุฏููุนูุงุกู ) .
@Nuralislam2nd
Forwarded from @๏ธNural-Islamโช (ูุง ุฑุญู
ุงู)
Rabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.
โจ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaariโฉ
โจ Yaa Rabbi! Anaa fii ilmaan kiyyallee kanneen salaata dhaabnu nu taasisiโฉ
โจ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaariโฉ
โจ Yaa Rabbi! Anaa fii ilmaan kiyyallee kanneen salaata dhaabnu nu taasisiโฉ
Forwarded from @๏ธNural-Islamโช (Ezedin Muhidin)
RAMADAAN MUBAARAK
AFOWNAALILLAAH
_Yoo Si hamadhee jiraadhe
_Yoo Si Arrabsee jiraadhe
_Yoo Si miidhe jiraadhe
_Yoo Si Aarsee jiraadhe
_Yoo Si waanyee jiraadhe
_Yoo Si Tuffadhee jiraadhe
_Yoo Maqaa Si xureessee jiraadhe
_Yoo waan hamtuu sitti Yaadee jiraadhe
_obboleessaa Aakiraa obboleetti Aakiraa Rabbuma Si uume sanii jedhiitii dhifama naa godhi ilmi ni dogongoraa

Forwarded from FAZAKKIRใ๏ธ
Ramadaanni Yeroo itti Rabbii Ergamaa rabbii hagam akka jaalannu ka itti mirkaneessinuudha. Caalatti moo Lubbuu Teenya!.๐ค๐ฅ
@fazakkir12
@fazakkir12
โHunda keessanuu Rabbumaaf isin jaalladha..!
๐ุฃุญุจูู ูู ุงููู ุฌู ูุนุง.....
๐ุฃุญุจูู ูู ุงููู ุฌู ูุนุง.....