Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Addunyaaf Aakhiratti
Rabbi Nu Haa Milkeessu
Naaf jirtaan beeka
Na tiyfattaan beeka
Abbaa rakkataa akka taateen beeka
Naaf irra dabartaan beeka.

Tanaafiin fuula guutuun kolfee "Alhamdulillah' ja'a Ilaahii kiyya.
Yaa rabbi ji'a araaramaa fi gabbinaa kan qalbii teenya itti milkoofnu nuuf taasisi. Jalqaba kheeyrii nuuf taasisi. Yaa rabbi ji'a kheeyrii, kan gammachuu, kan milkii, kan gammachuu, kan gammachuu, quwwaa fi quwwaa keetiin nuuf taasisi. Yaa Allah Ji'a muraadni keenya itti nuuf guutamu nuuf haa ta'u, yaa rabbi, gammachuu guyyaa keenya nuuf jijjiiru sirraa eeggachaa jirra, waan gaarii nuuf kenni yaa arjaa.
Rabbiin haajaa teessan hunda kun fayakun haa taasisu…🤲

_
﴿ إِذَا قَضَىٰۤ أَمۡرࣰا فَإِنَّمَا یَقُولُ لَهُۥ كُن فَیَكُونُ ﴾ .
Cal jettee hin taa'in: Subhaanallaah, WalHamdulillaah, Walaa ilaaha illallaah, Wallaahu Akbar jechuu hin dhiisin.
❤4
Guyyoota akkaan kabajaa qabu kana keessatti, haajaantee haa taatu
Rakkoontee haa furmatu
Rizqiin sitti haa ballattu
Erra Caaltuun Du'aayii du'aayii Gaafa Cul hijjaa9ti jedhan Rasuulli ﷺ
Yoo dandeessan Asriidhaa Hanga Magriibaa Qobaa Bahaatii Rabbiin Kadhaa
👇👇👇
Jiruu Tee Keessatti Wantoota Sadii Hin Dagatin
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: Weyta Qananii Takka Arkatte, Alhamdulillaah Ja’i, Siif dabalamti.

2: Yoo Hireen Sirraa Turte Astaghfirullaah Ja’i, Isin Furtuu Waan Cufamte Hundaati

3: Yeroo Rakkoon Si Qabde “Laa Hawla Walaa Quwwata illaa Billaahi” Ja’i Siif Banamtii.

• Rabbiin Keenya Subhaanahuu Wata’aalaa Qur’aana Isaa Kabajamaa Keessatti Akkana Ja’a “ لان شكرتم لأزيدنكم ولان كفرتم ان عذابي لشديد. “Yoo Waaniin an isiniif kenne irratti galata Naaf galchitan, isiniifiin itti Dabala, Yoo ammoo Qananii tiyyatti kafritan Azaabni kiyya jabaadha”

• Akkasuma Ammallee yoo hireen takka sirraa turte hiraartee hin cinqatin, gama Rabbii keetii deebi’ii Istighfaara heddummeessi, Istighfaarri furtuu Rakkoo Hundaati.

• Yoo Rakkoon takka si qabde, daftee Rakkoo saniif Harka hin kennin, Rabbiin si uume waan Ati baadhachuu hin dandeenye sirra hin kaayu, kanaaf atummaan Waa hunda Keesatti isa gargaarsifadhu. Heelaa fii Quwwaaniis Rabbuma Qofaaf Taatuudha.

Rabbiin Warra Waa hunda Keessatti gama Rabbii deebi’ee isa gargaarsifatu Nu Haa Taasisu.

Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa.

Hojiin teenya rabbumaafi.
❤3
Baga Rabbiin Ayyaana iidal Arafaa Bara Kanaatiin Isin Gahe
Maatiiwwan Baga Guyyaa gammachuu Kabajamaa Ayyaana AL AD'HAA Geessan

💖 عيد مبارك كلعام وانتم بكير 🥳
Yaa Allah guyyaa ciqii san obboleeyyan keenya falasxiiniif injifannoon nuuf galchi.
Yaa Allah ummata gaazaatiif gargaarsa fi gargaarsa ta'iif, qajeelcha fi qajeelcha ta'iif.
Yaa Allaah madaa isaanii fayyisi, shahiidota isaaniitiif araarami, qabrii isaanii baasi, ilmaanii fi dubartoota isaaniitiif gaachana fi nageenya ta'iif.
Allahumma dachiin isaaniif dhiphatte, fitiinis isaaniif bal'atte, ati yaa rahmaan yaa rahmaan, dadhabbii isaanii araarami, caba isaanii laaffisi, yaaddoo isaanii irraa furi.
Yaa Allah, eegumsa keetiin isaan tiksi, kunuunsa keetiin isaan nyaachisi, waraana samiitiinis isaan qoosi, akkuma qilleensi Solomooniin qoosetti.
Yaa Allah guyyaa beekumsaa, guyyaa ulfinaa fi injifannoo fi jabinaa, akkasumas guyyaa injifatamuu fi diinota kee, diinota diinota kee, diinota kee, diinota diinota kee, nuuf taasisi.
Yaa Allah, onneewwan dhaabbataa hidhi, Mujaahideen mo’adhu, warra lubbuun isaanii miidhamteef ragaa barreessi, warra ruuhiin isaanii miidhameefis boqonnaa hatattamaa kenniif.
Yaa Allah, yaaddoo hunda irraa rakkoo hunda irraa karaa bahiinsa, rakkoo hunda irraa karaa laafina isaan taasisi.
Yaa Allaah guyyaa kana du'aa'ii irraa qeebalamtu malee imimmaan irraa qeebalamtu malee hin kaasiniif
Rakkachuun Rahmatuma kee malee yaa Rahmaan🤲
🥰3
Waan kadhattan hunda rabbiin argateetta isiniin hajedhu http://t.me/httpsMidega
اسلام عليكم ورحمةالله وبركاته🫀🫀


Yaa Jama'aa❤️‍🩹🥰
Ani Rabbiif jedhee isin jaalladha.....Du'aahii Keessaniin na hin dagatinaa....http://t.me/httpsMidega
Guyyaan salaanni shan dirqama hin taane waggaa guutuu keeysa hin jiru. Shan salaanni dirqamaa guyyaa hunda keeysatti hanga duutuu!
😭2
Yaa Rabbi irra bareedduu qananii : qananii siin boharuuti fi gama kee deebi’uu nun dhoorgin Yaa allah 😭🤲🤲

🦋🦋🦋http://t.me/httpsMidega
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
😭Innaalillaahi wa'iina ileeyhi raji’uun 😭😭
👍2
Yaa Rabbii Kiyya Duniyaa bal'oo, Haadha manaa gaarii nuuf kanni, du'aa'ii teenya ta si khadhataa turre cufa nuuf qeebali 🤲
"Mu'minni Mu'minaaf akka Jaarmayaati ka Gariin isaa garii jabeessuu." Je'an Nabiin keenya ﷺ.
Wal Haa Jabeeffannu. Obboleyyan muslima
❤3