Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
«Rabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.

⟨ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaari⟩
⟨ Yaa Rabbi! Anaa fii mu’uminoota hunda kanneen salaata dhaabnu nu taasisi⟩
Yaa Rabbi, si waliin
biizii nu godhi, sirraa hin
fagaanne ❤️… See more
Muslima ta’anii salaataa wallaaluun salphina ❤️
❤3
Goowwaa yoo gorsite, Itti Hinaafte si saha.
“ Lubbuu keetii fi kan biraatiifis jecha 𝗵𝗶𝗿𝗶𝘆𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮/𝗴𝗮𝗱𝗵𝗲𝗲 irraa fagaadhu.”
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kanaafu rabbii kee araarama gaafadhu jedheen ♥

Kanaafin rabbiin dhiifama gaafadhaa jedhe ♥
➧ 𝖩𝖺𝖺𝗅𝖺𝗅𝖺 𝗇𝖺𝗆𝗇𝗂 𝗌𝗂𝗂𝖿 𝗊𝖺𝖻𝗎𝗎𝖿 𝗁𝗂𝗇 𝖽𝗁𝗂𝗉𝗁𝖺𝗍𝗂𝗂𝗇,𝗈𝗇𝗇𝖾𝖾𝗇 𝗂𝗅𝗆𝖺 𝗇𝖺𝗆𝖺𝖺 𝗇𝗂 𝗃𝗂𝗃𝗃𝗂𝗂𝗋𝖺𝗆𝖺.

➧ 𝖩𝖺𝖺𝗅𝖺𝗅𝖺 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 ﷻ 𝗌𝗂𝗂𝖿 𝗊𝖺𝖻𝗎𝗎𝖿 𝖽𝗁𝗂𝗉𝗁𝖺𝖽𝗁𝗎. 𝖲𝖺𝖻𝖺𝖻𝗇𝗂 𝗂𝗌𝖺𝖺𝗌, 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 ﷻ 𝘆𝗼𝗼 𝘀𝗶𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝘁𝗲 𝗇𝖺𝗆𝖺 𝖻𝗂𝗋𝖺𝗍𝗍𝗂𝗌 𝗃𝖺𝖺𝗅𝖺𝗍𝖺𝗆𝖺𝖺 𝗌𝗂 𝗍𝖺𝖺𝗌𝗂𝗌𝖺.
Yeroon ati keessa busy taatu qananiidha moo, miidhama siif taha..!?
Mee isin biratti akkamitti ilaaltu..?!
👆 Yeroo Waan takka Dalagudhaaf Deemtu Dura Lubbuu Teetiin Mari.adhu Keyrii Taatu Dalag Hamtu Taatu Dhiis Nafsiyyaatee Lameenuu Nibeekti waan Ta.eef Jecha 👆http://t.me/httpsMidega
👍1
Qorannoon akka jedhutti namni hirriibni qabe Ni Rafa jedha😉🤲🤲
✅Namoonni akka sirraa Fagaatan yoo barbaadde Rakkadhe jedhiin sana booda nama tokkollee of biratti hin argitu!
http://t.me/httpsMidega
Warra muuziqaa jaalatuuf...deebisaa akka taatu.....🚫🚫🚫⁉️

Namni ta'e wahii muuziqaa (sirba)dhaggeeffachuu jaalata...Ganama...galgala...halkan guyyaa......yeroo hunda Gurra isaatti earphone godhatee......ittiin dhaggeeffata....

''Guyyaa tokko barumsa isaa fixee....gara manasaatti gala...Qalbii isaa keessa kan jiru...har'a sirba akkamii buusee dhaggeeffadhaadha😥achi booda...firaasha isaarra taa'ee....silkii isaa banee.....otoo dhaggeeffachaa jiruu..Ifaan gola isaa tasuma ni bade....

Rifatee silkii isaa ibsatee...earphone isaa baasuuf yoo yaalu ni dideef....earphone(isa gurratti godhatee jiru)bahuufi dide baay'ee yaalee ni dide😭..dhumarratti hifatee maatii isaatiif hime😥

Maatiin sirba dhaggeeffachuu isaatiif aaranis...yeroodhaaf fala barbaaduu akka qaban murteessan......achi boodas..gara mana yaalii baqaqsa mormaa olii geessan....💔

🚫Doctoroonnis rifaatuudhaan...wanti akkanaa muudatee akka hin beeknee fi...gara iddoo biraatti akka geessan itti himan...sababii humnaa ol ta'eef....maatiinis ni rifatan:dhiphatan🥺

mucichis cal'iseera...,ija isaa qofa birbirsa...mataa isaa isa dhukkeen irraan garagale....sosochoosaa waan namoonni isa marsanii jiran haasa'an dhaggeeffachuuf yaala💔🚫

Garuu homayyuu hin dhagahu....sababiinis....earphonichi waan hin ba'iniif....💔


Gara mana yaalaa biraa geessan...earphone sana baasuuf dirqama gurri isaa muramuun jedhame...ni murames😭.....

Achi Qur'aana isa yeroo fayyaa qabu hin qara'in....gaddaa fi Dhiphinaan dubbisuuf yaaluu eegale jedhama😔😭


Seenichi dubbisa afaan amaaraa irraa kan fudhatameedha...ni fayyada jedhamee waan yaadameef jecha...⁉️

🚫

Yeroo ammaa kana wanti nama ajaa'ibu muuziqaan
1 akka halaalaatti..ilaalamuudha.....
2 akka waan....guddina namaaf dabaluu🚫yookiin immoo akka waan namni isa dhaggeeffate Qaruutomee😏kuunimmoo...gowwaatti ilaallama😏
Yeroo ammaa kana silkiin kee yoo sirba of keessaa hin qabne🙄👌jechama
ғᴀᴀʀᴀᴀ
jedhamu tokkoon arrabsamta

Namoonni hedduun...jecha...
FAARAA
Jedhamu kana jalaa bahuuf...sirba dhaggeeffatu yookiin silkii ofiitti gadi buusu....

Yookiin immoo....akka waan wanti miira namaa ibsu sirba qofa ta'eetti...nafsiyaa fi sheyxaana jala deemun😥😥bar miiruma ittiin ibsachuufii😏😏jedhu

Jechamoonni kun hunduu🚫🚫🚫⁉️sirrii miti Eeyyen sirrii miti


QABRII DHIPHOO SAN OFIRRATTI HIN DAGATIN:YOOKIIN RABBIIN OTOO ACHI HIN GEENNE ASITTIS SI ADABEE ACHITTIS SI ADABUU DANDA'A....

ikhwaani wa ikhwatii.....Waan rabbiin keenya tola nutti oole..isaan haa galateffannu
isaaf ittiin haa hojjannu
Hojii kheyriitiin haa dalagnu

Yoo hin dandeenye ta'emmoo akkanumatti....Qaama keenyatti adaba haa godhannuu dhaamsa kooti...👌


SEENICHA IRRAAYIS AKKA BARATTAN ABDII GUDDAAN QABA👌

OBBOLOOTA KEESSANIIFIS SHARE GODHAA..SABABA SIRBARRAA FAGAACHUU TA'AAFII

GALATOOMAA

Share🌺🌺👌👇
http://t.me/httpsMidega
👍1
👉Halkan arraa kuni Halkan rakkoonte hundi itti furamtu Rabbiin siif hagodhu!!!
👍1
Namoonni yeroo nuti mataa keenya gadi qabanne arguu feetan , masjida koottaa!😊
http://t.me/httpsMidega
❤1
Toltuu hojjachuun waan sadarkaa namaa Rabbi biratti ol nama fuudhu
Jedhe Rasuul ﷺ .
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo hundaa yaadadhu ♥️

Yaadadhu yeroo hunda ♥️
❤1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkasuma guyyaa juma'aa rabbiin nama salawaata buuse hunda Nabiyyii Muhammad irratti ibse ♥️
Allah fi fedhii isaa irratti hirkadhu.. ♥️•
❤2
Jaarsa fi jaartiin bishaan tokko irraa waraabamani jechun san maal jechudha sa guys.?😳
Daqiiqaalee xumura guyyaa jumu'aa booji'achuu irraa dagataa hin ta'in. Obboleewwan kee haajamoo du'aa'iin hin dagatin.»ღ
❤1