Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Nama tokko hoomaร  iyyuu barsiisuu hin dandeessu, garuu keessaasaa barbaadee akka hubatu gochuu dandeessa. Galiiliyoo

http://t.me/httpsMidega
Channel photo updated
Channel name was changed to ยซ๐™ข๐™ž๐™ž๐™™๐™๐™–๐™œ๐™–๐™–ยป
Allahumma Inni As'aluka Al Jannah
"Yaa Rabbi Jannata Si kadhadha."
๐Ÿ”ป๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ waan sirraa na fageessu hunda narraa fageessi.!
Alhamdulillaah Rabbil Aalamin
ยซRabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.

โŸจ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaariโŸฉ
โŸจ Yaa Rabbi! Anaa fii muโ€™uminoota hunda kanneen salaata dhaabnu nu taasisiโŸฉ
Yaa Rabbi, si waliin
biizii nu godhi, sirraa hin
fagaanne โค๏ธโ€ฆ See more
Muslima taโ€™anii salaataa wallaaluun salphina โค๏ธ
โค3
Goowwaa yoo gorsite, Itti Hinaafte si saha.
โ€œ Lubbuu keetii fi kan biraatiifis jecha ๐—ต๐—ถ๐—ฟ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ/๐—ด๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฒ๐—ฒ irraa fagaadhu.โ€
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kanaafu rabbii kee araarama gaafadhu jedheen โ™ฅ

Kanaafin rabbiin dhiifama gaafadhaa jedhe โ™ฅ
โžง ๐–ฉ๐–บ๐–บ๐—…๐–บ๐—…๐–บ ๐—‡๐–บ๐—†๐—‡๐—‚ ๐—Œ๐—‚๐—‚๐–ฟ ๐—Š๐–บ๐–ป๐—Ž๐—Ž๐–ฟ ๐—๐—‚๐—‡ ๐–ฝ๐—๐—‚๐—‰๐—๐–บ๐—๐—‚๐—‚๐—‡,๐—ˆ๐—‡๐—‡๐–พ๐–พ๐—‡ ๐—‚๐—…๐—†๐–บ ๐—‡๐–บ๐—†๐–บ๐–บ ๐—‡๐—‚ ๐—ƒ๐—‚๐—ƒ๐—ƒ๐—‚๐—‚๐—‹๐–บ๐—†๐–บ.

โžง ๐–ฉ๐–บ๐–บ๐—…๐–บ๐—…๐–บ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๏ทป ๐—Œ๐—‚๐—‚๐–ฟ ๐—Š๐–บ๐–ป๐—Ž๐—Ž๐–ฟ ๐–ฝ๐—๐—‚๐—‰๐—๐–บ๐–ฝ๐—๐—Ž. ๐–ฒ๐–บ๐–ป๐–บ๐–ป๐—‡๐—‚ ๐—‚๐—Œ๐–บ๐–บ๐—Œ, ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๏ทป ๐˜†๐—ผ๐—ผ ๐˜€๐—ถ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐—ฒ ๐—‡๐–บ๐—†๐–บ ๐–ป๐—‚๐—‹๐–บ๐—๐—๐—‚๐—Œ ๐—ƒ๐–บ๐–บ๐—…๐–บ๐—๐–บ๐—†๐–บ๐–บ ๐—Œ๐—‚ ๐—๐–บ๐–บ๐—Œ๐—‚๐—Œ๐–บ.
Yeroon ati keessa busy taatu qananiidha moo, miidhama siif taha..!?
Mee isin biratti akkamitti ilaaltu..?!
๐Ÿ‘† Yeroo Waan takka Dalagudhaaf Deemtu Dura Lubbuu Teetiin Mari.adhu Keyrii Taatu Dalag Hamtu Taatu Dhiis Nafsiyyaatee Lameenuu Nibeekti waan Ta.eef Jecha ๐Ÿ‘†http://t.me/httpsMidega
๐Ÿ‘1
Qorannoon akka jedhutti namni hirriibni qabe Ni Rafa jedha๐Ÿ˜‰๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
โœ…Namoonni akka sirraa Fagaatan yoo barbaadde Rakkadhe jedhiin sana booda nama tokkollee of biratti hin argitu!
http://t.me/httpsMidega
Warra muuziqaa jaalatuuf...deebisaa akka taatu.....๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซโ‰๏ธ

Namni ta'e wahii muuziqaa (sirba)dhaggeeffachuu jaalata...Ganama...galgala...halkan guyyaa......yeroo hunda Gurra isaatti earphone godhatee......ittiin dhaggeeffata....

''Guyyaa tokko barumsa isaa fixee....gara manasaatti gala...Qalbii isaa keessa kan jiru...har'a sirba akkamii buusee dhaggeeffadhaadha๐Ÿ˜ฅachi booda...firaasha isaarra taa'ee....silkii isaa banee.....otoo dhaggeeffachaa jiruu..Ifaan gola isaa tasuma ni bade....

Rifatee silkii isaa ibsatee...earphone isaa baasuuf yoo yaalu ni dideef....earphone(isa gurratti godhatee jiru)bahuufi dide baay'ee yaalee ni dide๐Ÿ˜ญ..dhumarratti hifatee maatii isaatiif hime๐Ÿ˜ฅ

Maatiin sirba dhaggeeffachuu isaatiif aaranis...yeroodhaaf fala barbaaduu akka qaban murteessan......achi boodas..gara mana yaalii baqaqsa mormaa olii geessan....๐Ÿ’”

๐ŸšซDoctoroonnis rifaatuudhaan...wanti akkanaa muudatee akka hin beeknee fi...gara iddoo biraatti akka geessan itti himan...sababii humnaa ol ta'eef....maatiinis ni rifatan:dhiphatan๐Ÿฅบ

mucichis cal'iseera...,ija isaa qofa birbirsa...mataa isaa isa dhukkeen irraan garagale....sosochoosaa waan namoonni isa marsanii jiran haasa'an dhaggeeffachuuf yaala๐Ÿ’”๐Ÿšซ

Garuu homayyuu hin dhagahu....sababiinis....earphonichi waan hin ba'iniif....๐Ÿ’”


Gara mana yaalaa biraa geessan...earphone sana baasuuf dirqama gurri isaa muramuun jedhame...ni murames๐Ÿ˜ญ.....

Achi Qur'aana isa yeroo fayyaa qabu hin qara'in....gaddaa fi Dhiphinaan dubbisuuf yaaluu eegale jedhama๐Ÿ˜”๐Ÿ˜ญ


Seenichi dubbisa afaan amaaraa irraa kan fudhatameedha...ni fayyada jedhamee waan yaadameef jecha...โ‰๏ธ

๐Ÿšซ

Yeroo ammaa kana wanti nama ajaa'ibu muuziqaan
1 akka halaalaatti..ilaalamuudha.....
2 akka waan....guddina namaaf dabaluu๐Ÿšซyookiin immoo akka waan namni isa dhaggeeffate Qaruutomee๐Ÿ˜kuunimmoo...gowwaatti ilaallama๐Ÿ˜
Yeroo ammaa kana silkiin kee yoo sirba of keessaa hin qabne๐Ÿ™„๐Ÿ‘Œjechama
า“แด€แด€ส€แด€แด€
jedhamu tokkoon arrabsamta

Namoonni hedduun...jecha...
FAARAA
Jedhamu kana jalaa bahuuf...sirba dhaggeeffatu yookiin silkii ofiitti gadi buusu....

Yookiin immoo....akka waan wanti miira namaa ibsu sirba qofa ta'eetti...nafsiyaa fi sheyxaana jala deemun๐Ÿ˜ฅ๐Ÿ˜ฅbar miiruma ittiin ibsachuufii๐Ÿ˜๐Ÿ˜jedhu

Jechamoonni kun hunduu๐Ÿšซ๐Ÿšซ๐Ÿšซโ‰๏ธsirrii miti Eeyyen sirrii miti


QABRII DHIPHOO SAN OFIRRATTI HIN DAGATIN:YOOKIIN RABBIIN OTOO ACHI HIN GEENNE ASITTIS SI ADABEE ACHITTIS SI ADABUU DANDA'A....

ikhwaani wa ikhwatii.....Waan rabbiin keenya tola nutti oole..isaan haa galateffannu
isaaf ittiin haa hojjannu
Hojii kheyriitiin haa dalagnu

Yoo hin dandeenye ta'emmoo akkanumatti....Qaama keenyatti adaba haa godhannuu dhaamsa kooti...๐Ÿ‘Œ


SEENICHA IRRAAYIS AKKA BARATTAN ABDII GUDDAAN QABA๐Ÿ‘Œ

OBBOLOOTA KEESSANIIFIS SHARE GODHAA..SABABA SIRBARRAA FAGAACHUU TA'AAFII

GALATOOMAA

Share๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘‡
http://t.me/httpsMidega
๐Ÿ‘1
๐Ÿ‘‰Halkan arraa kuni Halkan rakkoonte hundi itti furamtu Rabbiin siif hagodhu!!!
๐Ÿ‘1
Namoonni yeroo nuti mataa keenya gadi qabanne arguu feetan , masjida koottaa!๐Ÿ˜Š
http://t.me/httpsMidega
โค1